fa
Feedback
MICHUU📚

MICHUU📚

رفتن به کانال در Telegram

Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰 Yaadaaf👇👇 @michuu_fayisaa Chaanaalaaf👇 ✍️ @Michuu_ko

نمایش بیشتر

📈 تحلیل کانال تلگرام MICHUU📚

کانال MICHUU📚 (@michuu_ko) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 23 474 مشترک است و جایگاه 8 388 را در دسته آموزش و رتبه 200 را در منطقه فنلندة دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 23 474 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 12 ژوئیه, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -556 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -36 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 2.04% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 0.53% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 480 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 125 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 16 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰 Yaadaaf👇👇 @michuu_fayisaa Chaanaalaaf👇 ✍️ @Michuu_ko

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 13 ژوئیه, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

23 474
مشترکین
-3624 ساعت
-1347 روز
-55630 روز
آرشیو پست ها
Xumura Bara barnootaa 2018 mana barumsaa cufuuf maatiin barattootaa, barsiisonnii Fi barattonni achitti argamne! Badhaasni barattootaa Fi qaama deeggarsa baruu barsiisuu deeggaraa tureef kennamuu eegale! Jidduutti waan na dinqu tokkotu tahe. Class tokko keessaa gurbaa average 58 fidetu sadarkaa 1ffaa bahe jedhanii waamani😂. Nan rifadhe. Gurbaan ija jabaatee dhufee badhaasa hin fudhatu jedhee osoon yaadaa jiruu gurbaanoo seeqaa dhuftee badhaasashee qalam gootee deebite😂 Maalan yaade beektaa class Sanaa nama 3 caalaa barataan waan darbe nattin fakkaatu! Dur average 58 namni fidu barataa dadhabaa Isa dhumarra jirudha. Dubbiin hedduun mataa miila taheera yeroo jennu nun amantani silaa🙄

Hordoftoota Koo nagaa jirtuu isin jalaan bade mitii xiqqoo biizii taheeni dhiifa

Ofii sin Amanan garuu ati Akka isaan amantu si dirqisiisu😁

Dhumarratti garuu waan hunduu ni darba! Nutis anis Atis numa darbina!

Yeroo tokko tokko waanti dinqu tokkotu jira: Namoonni lafumaa ka'anii na oodan yoon ilaalu hunduu firoota kooti😁

"Dargagguummaa daangaa dhabde " kitaaba jedhu dubbisuu ni barbaadduu? Namni fedhu react godhi

Waanti nama yaaddessu garuu Namni umuriin isaa 40'oota keessa jiru Gorsa daa'imaa yeroo inni si gorsu arguudha🥲

Mooraa Yuunivarsiitii irraa galaan jira. Deemsa guyyaa lammaaffaa Finfinnee irraa ka'een gara shaambuu imalaa jira. Bety' tu na bira taa'e. Erga Finfinnee fira bira ji'a 3 turtee biyyatti deebi'aa Akka jirtu natti himte. "Wallagga lixaarraa dhiistee gara shaambuu maalif deemaa jirtaree achis firatu jiramoo" jedheen gaafadhe. Loqoda lixaa kana bareechitee haasoftiifani. Hiriyyoonni ko baayyeen ijoollee lixaati loqodicha sirriittan adda baasee beeka. "Lakkii anoo shaaambuumattan Ala'ee gudda'ebbaa wallagga lixaa miti!"jette. Amma reefu loqonni gara shaambutti jijjirame. Na dinqeen ahaa akkasii jedheen callise. Achumarra dhaabbadheen waa yaade maqaan dhalootashee gonkumaa bety Akka hin taanen bare. Maqaan dhalootashee Baqqaluudha. Argitee waan baatii 3n qofti nama gootu! Hunduumaafuu yoo bilchaatan wayya jechuufani! Oolmaa Gaarii!

Konkolaataa keessatti yeroo deemtu oduu sittti buusa taanaan dulloomaa jirta quba qabaadhu!

✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN 👇tuquun seenaa
✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN 👇tuquun seenaa

Goooooooooooooooaaaaaaal! 🔥 Tapha Waancaa champions league #ARSENAL FI #PSG Taphachaa jiraan karaa telegram #Ilaaluuf Bakka
Goooooooooooooooaaaaaaal! 🔥 Tapha Waancaa champions league #ARSENAL FI #PSG Taphachaa jiraan karaa telegram #Ilaaluuf Bakka #ARSENAL VS #PSG jedhu tuquun add godhaa ilaalaa

Gooooooaaal Havertz Video goolii ilaaluuf bakka #Goal jedhu tuquun add godhaa ilaalaa

Goooooooooooooooaaaaaaal! 🔥 Tapha Waancaa champions league #ARSENAL FI #PSG Taphachaa jiraan karaa telegram #Ilaaluuf Bakka
Goooooooooooooooaaaaaaal! 🔥 Tapha Waancaa champions league #ARSENAL FI #PSG Taphachaa jiraan karaa telegram #Ilaaluuf Bakka #ARSENAL VS #PSG jedhu tuquun add godhaa ilaalaa

Yeroo Lammaffaaf #Baankiin #Nigid (CBE) cabuun transaction isaa irraa Qarshii baafamaa Jira. Isiinis utuu isaani hin cufin ba
Yeroo Lammaffaaf #Baankiin #Nigid (CBE) cabuun transaction isaa irraa Qarshii baafamaa Jira. Isiinis utuu isaani hin cufin bakka #CBE jedhu tquun Add godha seenaa!

Kaardii Birrii 1000 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. Kanaaf bakka get jedhuu tuqun add godha
Kaardii Birrii 1000 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. Kanaaf bakka get jedhuu tuqun add godha

Warra umuri 18 gadii ilaalun dhorkaadha. Video sukkaneessaa Shamarran Ethiopia 2 irratti rawwatamee Video dhan ilaaluuf bakka
Warra umuri 18 gadii ilaalun dhorkaadha. Video sukkaneessaa Shamarran Ethiopia 2 irratti rawwatamee Video dhan ilaaluuf bakka watch jedhuu tuquun add godha ilaala.

Repost from N/a
✅Namoota channel qabdan Maraaf !🔥 🔖Akkasuma owner promotion Kun irratti post ta'e jiru Maraaf!⚔ 🫡Channel kee 10k subscribe Ol qabaa?🙄 ✊ Wave active kan 10k Olii kottuu galfadhu!🫰 🚀Owner channel kana akkasuma Members keessaa kan channel 10k ol qabdan ammuma kottaa guddifadhaa!📊 📌Channel keessan subscribe kana gadii kan qabu!📍 ✏️ Subscribe 10k+ ✏️ Subscribe 20k+ ✏️ Subscribe 30k+ ✏️ Subscribe 40k+ ✏️ Subscribe 50k+ ✏️ Subscribe 100k+ kan qabdan !📇 🔎Channel #Active ta'ee naaf fidaa!❤️‍🩹 🗳Karaa username kana naaf ergaa!📁 📥Username👉 @Addedboy1 📥Username👉 @Addedboy1

Amma sa'aatii kanarraa kaasee hanga sa'aatii 5:00 ttii Nama Durse Seeneef Badhaasa Qarshii 5000 qophessinee jirra. Ammuma bakka Add Jedhu tquun #Add godhaa seenaa

🚨Data internet qarshii 0.00 birr dhan fayyadamuun bifa haaraan eegaleera! 🔥 itti fayadamuu eegaluuf bakka GET jedhuu tuqun
🚨Data internet qarshii 0.00 birr dhan fayyadamuun bifa haaraan eegaleera! 🔥 itti fayadamuu eegaluuf bakka GET jedhuu tuqun add godha seenaa 👇👇👇