MICHUU📚
前往频道在 Telegram
Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰 Yaadaaf👇👇 @michuu_fayisaa Chaanaalaaf👇 ✍️ @Michuu_ko
显示更多📈 Telegram 频道 MICHUU📚 的分析概览
频道 MICHUU📚 (@michuu_ko) 是活跃参与者。目前社区聚集了 22 189 名订阅者,在 教育 类别中位列第 8 834,并在 芬兰 地区排名第 225 位。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 22 189 名订阅者。
根据 26 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 -472,过去 24 小时变化为 -4,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 1.75%。内容发布后 24 小时内通常能获得 0.45% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 388 次浏览,首日通常累积 101 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 4。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🥰
Yaadaaf👇👇
@michuu_fayisaa
Chaanaalaaf👇
✍️ @Michuu_ko”
凭借高频更新(最新数据采集于 27 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
22 189
订阅者
-424 小时
-727 天
-47230 天
帖子存档
22 189
📢 Advertising in this channel
You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes.
Formats and current rates: View details
22 189
"Namni maraate Akka maraate hin beeku erga tahee nutis yoo maraanneerra tahe maalitti beekna" jette #_Ababo_Tamiru😁
22 189
Yoomallee natti aarte
Maqaakoon hadheessiini
Sobiima seeqii darbi
Guyyaa Koon balleessiini!
22 189
Xumura Bara barnootaa 2018 mana barumsaa cufuuf maatiin barattootaa, barsiisonnii Fi barattonni achitti argamne! Badhaasni barattootaa Fi qaama deeggarsa baruu barsiisuu deeggaraa tureef kennamuu eegale!
Jidduutti waan na dinqu tokkotu tahe. Class tokko keessaa gurbaa average 58 fidetu sadarkaa 1ffaa bahe jedhanii waamani😂. Nan rifadhe. Gurbaan ija jabaatee dhufee badhaasa hin fudhatu jedhee osoon yaadaa jiruu gurbaanoo seeqaa dhuftee badhaasashee qalam gootee deebite😂
Maalan yaade beektaa class Sanaa nama 3 caalaa barataan waan darbe nattin fakkaatu!
Dur average 58 namni fidu barataa dadhabaa Isa dhumarra jirudha. Dubbiin hedduun mataa miila taheera yeroo jennu nun amantani silaa🙄
22 189
Yeroo tokko tokko waanti dinqu tokkotu jira:
Namoonni lafumaa ka'anii na oodan yoon ilaalu hunduu firoota kooti😁
22 189
"Dargagguummaa daangaa dhabde " kitaaba jedhu dubbisuu ni barbaadduu?
Namni fedhu react godhi
22 189
Waanti nama yaaddessu garuu Namni umuriin isaa 40'oota keessa jiru Gorsa daa'imaa yeroo inni si gorsu arguudha🥲
22 189
Mooraa Yuunivarsiitii irraa galaan jira. Deemsa guyyaa lammaaffaa Finfinnee irraa ka'een gara shaambuu imalaa jira. Bety' tu na bira taa'e. Erga Finfinnee fira bira ji'a 3 turtee biyyatti deebi'aa Akka jirtu natti himte. "Wallagga lixaarraa dhiistee gara shaambuu maalif deemaa jirtaree achis firatu jiramoo" jedheen gaafadhe. Loqoda lixaa kana bareechitee haasoftiifani. Hiriyyoonni ko baayyeen ijoollee lixaati loqodicha sirriittan adda baasee beeka.
"Lakkii anoo shaaambuumattan Ala'ee gudda'ebbaa wallagga lixaa miti!"jette. Amma reefu loqonni gara shaambutti jijjirame. Na dinqeen ahaa akkasii jedheen callise. Achumarra dhaabbadheen waa yaade maqaan dhalootashee gonkumaa bety Akka hin taanen bare. Maqaan dhalootashee Baqqaluudha.
Argitee waan baatii 3n qofti nama gootu!
Hunduumaafuu yoo bilchaatan wayya jechuufani!
Oolmaa Gaarii!
22 189
Konkolaataa keessatti yeroo deemtu oduu sittti buusa taanaan dulloomaa jirta quba qabaadhu!
22 189
✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN 👇tuquun seenaa
22 189
Goooooooooooooooaaaaaaal! 🔥
Tapha Waancaa champions league #ARSENAL FI #PSG Taphachaa jiraan karaa telegram #Ilaaluuf Bakka #ARSENAL VS #PSG jedhu tuquun add godhaa ilaalaa
