es
Feedback
MICHUUšŸ“š

MICHUUšŸ“š

Ir al canal en Telegram

Ni qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🄰 YaadaafšŸ‘‡šŸ‘‡ @michuu_fayisaa ChaanaalaafšŸ‘‡ āœļø @Michuu_ko

Mostrar mƔs

šŸ“ˆ AnĆ”lisis del canal de Telegram MICHUUšŸ“š

El canal MICHUUšŸ“š (@michuu_ko) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reĆŗne a 22 189 suscriptores, ocupando la posición 8 834 en la categorĆ­a Educación y el puesto 225 en la región Finlandia.

šŸ“Š MĆ©tricas de audiencia y dinĆ”mica

Desde su creación el невіГомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 22 189 suscriptores.

Según los últimos datos del 26 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de -472, y en las últimas 24 horas de -4, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 1.75%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 0.45% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 388 visualizaciones. En el primer dĆ­a suele acumular 101 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 4.

šŸ“ Descripción y polĆ­tica de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
ā€œNi qoosna Ni taphanna Nama hin tuqnu siyaasa hin laaqnu amantiitti hin buunu! Maaltu nu dhiphise silaa 1000 hin jiraannu🄰 YaadaafšŸ‘‡šŸ‘‡ @michuu_fayisaa ChaanaalaafšŸ‘‡ āœļø @Michuu_koā€

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 27 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

22 189
Suscriptores
-424 horas
-727 dĆ­as
-47230 dĆ­as
Archivo de publicaciones
photo content

Nujalaa badde warri jettan like godhaameešŸ˜

Baga ayyaana waggaa geessani! Hunduu rafaa!

"Didamee?"jedhe Taayyee Danda'aa!

šŸ“¢ Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: Vie
šŸ“¢ Advertising in this channel You can place an ad via Telega․io. It takes just a few minutes. Formats and current rates: View details

X ke durii jazbooftee sitti dhuftu arguu caalaa maaltu si gammachiisa Amma😁

"Namni maraate Akka maraate hin beeku erga tahee nutis yoo maraanneerra tahe maalitti beekna" jette #_Ababo_Tamiru😁

Yoomallee natti aarte Maqaakoon hadheessiini Sobiima seeqii darbi Guyyaa Koon balleessiini!

Xumura Bara barnootaa 2018 mana barumsaa cufuuf maatiin barattootaa, barsiisonnii Fi barattonni achitti argamne! Badhaasni barattootaa Fi qaama deeggarsa baruu barsiisuu deeggaraa tureef kennamuu eegale! Jidduutti waan na dinqu tokkotu tahe. Class tokko keessaa gurbaa average 58 fidetu sadarkaa 1ffaa bahe jedhanii waamanišŸ˜‚. Nan rifadhe. Gurbaan ija jabaatee dhufee badhaasa hin fudhatu jedhee osoon yaadaa jiruu gurbaanoo seeqaa dhuftee badhaasashee qalam gootee deebitešŸ˜‚ Maalan yaade beektaa class Sanaa nama 3 caalaa barataan waan darbe nattin fakkaatu! Dur average 58 namni fidu barataa dadhabaa Isa dhumarra jirudha. Dubbiin hedduun mataa miila taheera yeroo jennu nun amantani silaašŸ™„

Hordoftoota Koo nagaa jirtuu isin jalaan bade mitii xiqqoo biizii taheeni dhiifa

Ofii sin Amanan garuu ati Akka isaan amantu si dirqisiisu😁

Dhumarratti garuu waan hunduu ni darba! Nutis anis Atis numa darbina!

Yeroo tokko tokko waanti dinqu tokkotu jira: Namoonni lafumaa ka'anii na oodan yoon ilaalu hunduu firoota kooti😁

"Dargagguummaa daangaa dhabde " kitaaba jedhu dubbisuu ni barbaadduu? Namni fedhu react godhi

Waanti nama yaaddessu garuu Namni umuriin isaa 40'oota keessa jiru Gorsa daa'imaa yeroo inni si gorsu arguudha🄲

Mooraa Yuunivarsiitii irraa galaan jira. Deemsa guyyaa lammaaffaa Finfinnee irraa ka'een gara shaambuu imalaa jira. Bety' tu na bira taa'e. Erga Finfinnee fira bira ji'a 3 turtee biyyatti deebi'aa Akka jirtu natti himte. "Wallagga lixaarraa dhiistee gara shaambuu maalif deemaa jirtaree achis firatu jiramoo" jedheen gaafadhe. Loqoda lixaa kana bareechitee haasoftiifani. Hiriyyoonni ko baayyeen ijoollee lixaati loqodicha sirriittan adda baasee beeka. "Lakkii anoo shaaambuumattan Ala'ee gudda'ebbaa wallagga lixaa miti!"jette. Amma reefu loqonni gara shaambutti jijjirame. Na dinqeen ahaa akkasii jedheen callise. Achumarra dhaabbadheen waa yaade maqaan dhalootashee gonkumaa bety Akka hin taanen bare. Maqaan dhalootashee Baqqaluudha. Argitee waan baatii 3n qofti nama gootu! Hunduumaafuu yoo bilchaatan wayya jechuufani! Oolmaa Gaarii!

Konkolaataa keessatti yeroo deemtu oduu sittti buusa taanaan dulloomaa jirta quba qabaadhu!

āœ…Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN šŸ‘‡tuquun seenaa
āœ…Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN šŸ‘‡tuquun seenaa

Goooooooooooooooaaaaaaal! šŸ”„ Tapha Waancaa champions league #ARSENAL FI #PSG Taphachaa jiraan karaa telegram #Ilaaluuf Bakka
Goooooooooooooooaaaaaaal! šŸ”„ Tapha Waancaa champions league #ARSENAL FI #PSG Taphachaa jiraan karaa telegram #Ilaaluuf Bakka #ARSENAL VS #PSG jedhu tuquun add godhaa ilaalaa