⭐️5. 7ኛ ክፍል ተመዝጋቢዎች የ5ኛ ክፍል ውጤት አማካኝ ውጤት 80% እና በላይ ሆኖ በሒሳብ ትምህርት ዓይነት አማካኝ ውጤት 80% እና በላይ እንዲሁም በእንግሊዘኛ ትምህርት ዓይነት በአማካኝ ውጤት 80% እና በላይ ያላቸው፤
⭐️6. ለ9ኛ ክፍል ተመዝጋቢ ተማሪዎች የ7ኛ ክፍል አማካኝ ውጤት 80% እና በላይ ሆኖ በሒሳብ ትምህርት ዓይነት አማካኝ ውጤት 80% እና በላይ እንዲሁም በእንግሊዘኛ ትምህርት ዓይነት በአማካኝ ውጤት 80% እና በላይ ሊሆን ይገባል፡፡
✔️የምዝገባ ቀን
➡️ ከሐምሌ 13 ቀን እስከ 17 ቀን 2018 ዓ.ም ይካሄዳል፤
መመዝገቢያ ሁኔታ፡-
➡️በበይነ መረብ (ONLINE) ሆኖ ማስፈንጠሪያ ሊንኩም
➡️ ለገላን ወንዶች አዳሪ መካከለኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት አመልካች ተማሪዎች
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://bs.ministry.et
➡️ ለእቴጌ መነን ልጃገረዶች መካከለኛ እና ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት አመልካች ተማሪዎች
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://bs.ministry.et
✔️ የመግቢያ ፈተና ቀን
⭐️ 9ኛ ክፍል ለሚገቡ ተወዳዳሪ ተማሪዎች ሐምሌ 22 ቀን 2018 ዓ.ም
⭐️በተጨማሪም 7ኛ ክፍል ለሚገቡ ተወዳዳሪ ተማሪዎች ሐምሌ 23 ቀን 2018 ዓ.ም መግቢያ ፈተና ይሰጣል፡፡ በመሆኑም የፈተና ቦታና ሰዓት በማስታወቂያ ይገለጻል፡፡
🔤
ማሳሰቢያ፡- በምዝገባና በፈተና ወቅት ቀድሞም እንዲሁም ዘግይቶ አይስተናገድም፡፡
✅
Dorgommii Barattootaa Bara 2019 A.L.I Mana Barumsaa Bultii Addaa
Seenanii Ilaala.
Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaa fi 2ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Dhiirotaa Galaan akkasumas Bultii Addaa Shamarranii Iteeggee Manan keessatti waggaa waggaadhaan barattoota kutaa 6ffaa fi 8ffaa qormaata sadarkaa magaalattiin qabxii olaanaa galmeessanii gara kutaa 7ffaa fi 9ffaatti ce'an dorgomsiisee fudhachuun barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama.
✅Haaluma kanaan, bara barnootaa 2018tti barattoonni Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keessatti sirna barnoota Afaan Amaaraan yookiin Afaan Oromootiin kutaa 6ffaa fi 8ffaa baratanii bu'aa olaanaa galmeessuun gara kutaa 7ffaa fi 9ffaatti ce'an, dhiironni Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaa fi 2ffaa Bultii Addaa Dhiirotaa Galaanitti, Shamarran immoo Mana Barumsaa Sadarkaa Giddugaleessaafi 2ffaa Bultii Addaa Shamarranii Iteeggee Mananitti dorgomanii bara barnootaa 2019tti barnoota isaanii hordofaniif simannaa ni taasisa.
✅Kanaafuu, barattoonni ulaagaalee armaan gadii guutan mana barumsaa bultii addaa kana keessatti dorgomuu ni danda'u.
✅
Ulaagaaleen Galmee:
Bara 2018 Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee keessatti sirna barnootaa Afaan Amaaraa yookiin Afaan Oromootiin barachaa kan ture/kan turte ta'uu.
Bara 2018 keessa:
➡️ Qormaata sadarkaa magaalaa kutaa 6ffaa irratti giddugaleessaan (Average) 80% fi isaa ol galmeessuu; akkasumas
➡️ Qormaata sadarkaa magaalaa kutaa 8ffaa irratti giddugaleessaan 80% fi isaa ol galmeessuu.
Mana barumsaa irraa xalayaa ragaa rakkoo naamusaa kamiyyuu akka hin qabne ibsu dhiyeessuu danda'uu.
Gumiiwwan garaagaraa keessatti dammaqinaan hirmaachaa kan ture/te.
Kanneen kutaa 7ffaaf dorgoman:
➡️Qabxiin barnootaa kutaa 5ffaa giddugaleessaan 80% fi isaa ol ta'uu;
➡️ Barnoota Herregaa giddugaleessaan qabxii 80% fi isaa ol qabaachuu;
➡️ Afaan Ingilizii giddugaleessaan qabxii 80% fi isaa ol qabaachuutu irraa eegama.
Kanneen kutaa 9ffaaf dorgoman:
➡️Qabxii barnoota kutaa 7ffaa giddugaleessaan 80% fi isaa ol kan qabu/du;
➡️ Barnoota Herregaa giddugaleessaan qabxii 80% fi isaa ol kan qabu/du;
➡️ Afaan Ingilizii giddugaleessaan qabxii 80% fi isaa ol kan qabu/du.
Guyyaan galmee
Adoolessa 13 hanga 17 bara 2018 A.L.Itti ni gaggeeffama.
Haalli galmee: Galmeen karaa toora marsariitii (ONLINE) ni raawwatama.
Liinkiin galmee:
➡️Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dhiirotaa Galaaniif:
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://bs.ministry.et
➡️Barattoota Mana B/Bultii Addaa Dubartootaa I/Mananiif:
⬇️⬇️⬇️⬇️
https://bs.ministry.et
Qormaata seensaa:
➡️ Barattoota kutaa 9ffaaf Adoolessa 22 bara 2018 A.L.I
➡️ Barattoota kutaa 7ffaaf Adoolessa 23 bara 2018 A.L.I
Bakki fi sa'atiin qormaataa beeksisa addaatiin ni himama.
Hubachiisa: Guyyaa galmee fi qormaataa ifoomeen alatti barataan dhufu tajaajila kan hin arganne ta’uu isin hubachiifna.
Our Channel
⬇️⬇️⬇️
https://t.me/dam76