Siinqii Aakhiraa.
رفتن به کانال در Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
759
مشترکین
+924 ساعت
+557 روز
+11930 روز
آرشیو پست ها
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (27/09/2026 ykn 17/01/2019) halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna.
1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa.
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 6ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ab4a47fbeac7366e71090e5
[@download_it_bot mp3] AQIDA part 6.mp310.93 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 6ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Jahaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗https://youtu.be/uhsMDKjl7l8?si=gXWYGpEk8pYSzOa1
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 5ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 5ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ab34490beac7366e705b7cb
[@download_it_bot mp3] AQIDA part 5.mp39.21 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 5ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Shanaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗https://youtu.be/Sb06A6Srys8?si=n9PKoY1VMBex7pK-
❤️ Barattoota keenya kabajamoo,
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 4ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Rabbiin wantoota Isaan adda ta’an keessatti kophaa taasisuun maal jedhama?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 4ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ab207b9ac128d8303e990b5
[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 4ffaa.mp39.70 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 4ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Afuraffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗https://youtu.be/wujG0ix-pUw?si=qqo-37PJuude_7cK
