ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

前往频道在 Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

显示更多
未指定国家未指定类别
759
订阅者
+924 小时
+557 天
+11930 天
帖子存档

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoorm
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (Pilaatifoormii) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (27/09/2026 ykn 17/01/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 6ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab4a47fbeac7366e71090e5

[@download_it_bot mp3] AQIDA part 6.mp310.93 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 6ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Jahaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/uhsMDKjl7l8?si=gXWYGpEk8pYSzOa1

❤️ Barattoota keenya kabajamoo, Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 5ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

“Al-Isbaat” jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 5ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab34490beac7366e705b7cb

[@download_it_bot mp3] AQIDA part 5.mp39.21 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 5ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Shanaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/Sb06A6Srys8?si=n9PKoY1VMBex7pK-

❤️ Barattoota keenya kabajamoo, Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 4ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Rabbiin wantoota Isaan adda ta’an keessatti kophaa taasisuun maal jedhama?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 4ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ab207b9ac128d8303e990b5

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 4ffaa.mp39.70 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 4ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Afuraffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/wujG0ix-pUw?si=qqo-37PJuude_7cK