Siinqii Aakhiraa.
رفتن به کانال در Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
765
مشترکین
+924 ساعت
+557 روز
+11930 روز
آرشیو پست ها
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kurnaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=qjhOGZPQosw&si=PKD9q6gsZcLUqsf6
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 9ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Barattoota keenya kabajamoo,
📝 Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii bu'aa qormaata keessaniiti fi deebi sirrii ilaalu ni dandeessu.
🔶 Rabbiin tattaaffii keessan isiniirra haa qeebalu.
#Akaakadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Akka Hadiisa Sa'ad ibn Abii Waqqaas irraa odeeffametti, namni yeroo Mu'azzina dhaga'u Rabbiin, Ergamaa Isaa fi Islaamummaan amantii isaa ta'uutti gammaduu isaa ragaa ba'e, diliin isaa ni araaramaaf.
👌 Carraan kun akka isin hin dabarre!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗👇👇
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
==============================
🌟 Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 9ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a95054ee5e8e6795aebf489
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 9ffaa.mp39.41 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 9ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Saglaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=ENDpZsO_ZZk&si=kSXhEUVZHx18PEUP
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 8ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufa. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Barattoonni tokko tokko sababaa barattoonni hedduun qormaata yaalaa turaniif liinkin isaaniif hojechuu akka didee fi sababa hojii foyya'iinsa marsariititin qoramuu akka hin dandeenyee hubannee jirra.
📝 Nutis rakkoo kana ilaalcha keessa galchuun Qormaata torbee jalqabaa hanga guyyaa boru sa'aatii 1:00 banaa taasifnee jirra!!
🌟 Kanaafu barattoonni qoramuu hin dandeenye hundi carraa kanatti fayyadamuun ammuma akka qoramtan isin yaadachiifna!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
==============================
⚠️ Hubachiisa Cimaa
➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
🔔 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun
deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Zaata (eenyummaa) Rabbii keessatti gadi fageenyaan xiinxaluun ajajamaa fi gorfamaadha.
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe.
📝 Kanaafu, Qormaanni cufamuudhaan duratti carraa kanatti fayyadamuun qormaata keessan liinki qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
==============================
🌟Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 8ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6a93dd4c527a5bfb7742fd25
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 8ffaa.mp310.86 MB
📚 Kitaaba Tarbiyaa 8ffaa
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Saddeettaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=w4uhtELP9PE&si=fwkv6e5fMveC6K7O
Barattoota keenya kabajamoo,❤️
Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 7ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏
Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufa. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
