ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

前往频道在 Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

显示更多
未指定国家未指定类别
767
订阅者
+924 小时
+557 天
+11930 天
帖子存档
📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kurnaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=qjhOGZPQosw&si=PKD9q6gsZcLUqsf6

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 9ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufu. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Barattoota keenya kabajamoo, 📝 Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii bu'aa qormaata keessaniiti fi
Barattoota keenya kabajamoo, 📝 Qormaanni torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegaltanii bu'aa qormaata keessaniiti fi deebi sirrii ilaalu ni dandeessu. 🔶 Rabbiin tattaaffii keessan isiniirra haa qeebalu. #Akaakadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Akka Hadiisa Sa'ad ibn Abii Waqqaas irraa odeeffametti, namni yeroo Mu'azzina dhaga'u Rabbiin, Ergamaa Isaa fi Islaamummaan amantii isaa ta'uutti gammaduu isaa ragaa ba'e, diliin isaa ni araaramaaf.
Anonymous voting

Shari’aa keessatti "Ar-Ridwaanu" (itti quufinsa) jechuun maali?
Anonymous voting

👌 Carraan kun akka isin hin dabarre!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗👇👇 ============================== https://orm.africaacad
👌 Carraan kun akka isin hin dabarre!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗👇👇 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 ============================== 🌟 Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 9ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a95054ee5e8e6795aebf489

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 9ffaa.mp39.41 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 9ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Saglaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=ENDpZsO_ZZk&si=kSXhEUVZHx18PEUP

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 8ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufa. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Barattoonni tokko tokko sababaa barattoonni hedduun qormaata yaalaa turaniif liinkin isaan
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Barattoonni tokko tokko sababaa barattoonni hedduun qormaata yaalaa turaniif liinkin isaaniif hojechuu akka didee fi sababa hojii foyya'iinsa marsariititin qoramuu akka hin dandeenyee hubannee jirra. 📝 Nutis rakkoo kana ilaalcha keessa galchuun Qormaata torbee jalqabaa hanga guyyaa boru sa'aatii 1:00 banaa taasifnee jirra!! 🌟 Kanaafu barattoonni qoramuu hin dandeenye hundi carraa kanatti fayyadamuun ammuma akka qoramtan isin yaadachiifna!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 ============================== ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun isin yaadachiifna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegale
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa torbee tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!! 🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Zaata (eenyummaa) Rabbii keessatti gadi fageenyaan xiinxaluun ajajamaa fi gorfamaadha.
Anonymous voting

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qo
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee jalqabaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qormaanni cufamuudhaan duratti carraa kanatti fayyadamuun qormaata keessan liinki qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91 ============================== 🌟Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Tarbiyaa kutaa 8ffaa hojjadhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6a93dd4c527a5bfb7742fd25

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 8ffaa.mp310.86 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 8ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Saddeettaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=w4uhtELP9PE&si=fwkv6e5fMveC6K7O

Barattoota keenya kabajamoo,❤️ Barattoonni gaaffilee shaakala Barnoota Tarbiyaa Kutaa 7ffaa irratti hirmaattan, hirmaannaa fi carraaqqii keessaniif galatoomaa! 🌷👏 Hirmaannaan keessan haaluma kanaan itti haa fufa. Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa! 💪📖 Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan, deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0