fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

رفتن به کانال در Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
754
مشترکین
+1024 ساعت
+587 روز
+11030 روز
آرشیو پست ها
Kutaa 16ffaa (1) (1).pdf1.66 MB

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Jahaffaa 🎙

Kutaa 16ffaa (1) (1).pdf1.66 MB

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Jahaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/igktkVMMWuU

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 15ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

Kan armaan keessaa kamtu Sifaa Sam’iyyaa Aqliyyaa-Zaatiyyaa fakkeenya ta’a?
Anonymous voting

Sifoota Subuutiyyaa jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 15ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ac3166fac128d830376bb59

Barnoota Aqiidaa Kutaa 15ffaa.mp38.50 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 15ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Kudha Shanaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/_4Vl7vi2n6I?si=XE91fASCTLDTj9cq

❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 14ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa tokkoffaa cufamee jira. Amma irr
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!! 🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Kanneen keessaa kamtu Sifa Gochaa ta'uu danda'a?
Anonymous voting

Haasawni Rabbii gosa Sifootaa kamiin keessatti ilaalama?
Anonymous voting

📣 YAADACHIISA!! 🕰 Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Aqiidaa Cufamuuf sa'aatii 4 qofatu hafe!! 👉 Linkii Qormaataa: https:/
📣 YAADACHIISA!! 🕰 Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Aqiidaa Cufamuuf sa'aatii 4 qofatu hafe!! 👉 Linkii Qormaataa: https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140 📝 Ammuma carraa kanatti fayyadamaa Qormaata fuudhaa!! 🚫 YAADACHIISA CIMAA: Qormaata erga jalqabdan booda addaan kutanii ba’uun hin danda’amu. Yoo baatan, qormaata fudhatame jedhamee qabxii 0 ta’uu danda’a. ‼️ Qormaata bakka bu’aa: Qormaanni torbee bakka bu'aa hin qabu. Kanaafu, yeroo kenname keessatti qormaata keessan fudhadhaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 14ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ac1da83ac128d83036d80ab

Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 14ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ac1da83ac128d83036d80ab

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140 ============================== 🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee lammaffaa cufamuuf sa'aatii 12 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,500 ol qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? 📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!! 🚫 YAADACHIISA CIMAA: Qormaata erga jalqabdan booda addaan kutanii ba’uun hin danda’amu. Yoo baatan, qormaata fudhatame jedhamee qabxii 0 ta’uu danda’a. ‼️ Qormaata bakka bu’aa (Make-up): Qormaanni torbee bakka bu'aa hin qabu. Kanaafu, yeroo kenname keessatti qormaata keessan fudhadhaa!! 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇 📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 14ffaa.mp310.86 MB