Siinqii Aakhiraa.
Kanalga Telegram’da o‘tish
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
754
Obunachilar
+1024 soatlar
+587 kun
+11030 kun
Postlar arxiv
Kutaa 16ffaa (1) (1).pdf1.66 MB
Kutaa 16ffaa (1) (1).pdf1.66 MB
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Jahaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗
https://youtu.be/igktkVMMWuU
❤️ Barattoota keenya kabajamoo!
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 15ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
Kan armaan keessaa kamtu Sifaa Sam’iyyaa Aqliyyaa-Zaatiyyaa fakkeenya ta’a?
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 15ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ac3166fac128d830376bb59
Barnoota Aqiidaa Kutaa 15ffaa.mp38.50 MB
📚 Kitaaba Aqiidaa 15ffaa
📮 Barnoota Aqiidaa
📚 Kutaa Kudha Shanaffaa
🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir
🔗
https://youtu.be/_4Vl7vi2n6I?si=XE91fASCTLDTj9cq
❤️ Barattoota keenya kabajamoo!
Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Aqiidaa Kutaa 14ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏
Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhii barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖
Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨
Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
🔔 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee lammaffaa tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun
deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
📣 YAADACHIISA!!
🕰 Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Aqiidaa Cufamuuf sa'aatii 4 qofatu hafe!!
👉 Linkii Qormaataa:
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140
📝 Ammuma carraa kanatti fayyadamaa Qormaata fuudhaa!!
🚫 YAADACHIISA CIMAA:
Qormaata erga jalqabdan booda addaan kutanii ba’uun hin danda’amu. Yoo baatan, qormaata fudhatame jedhamee qabxii 0 ta’uu danda’a.
‼️ Qormaata bakka bu’aa:
Qormaanni torbee bakka bu'aa hin qabu. Kanaafu, yeroo kenname keessatti qormaata keessan fudhadhaa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 14ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ac1da83ac128d83036d80ab
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Aqiidaa kutaa 14ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇
https://quizzory.in/id/6ac1da83ac128d83036d80ab
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=140
==============================
🔖 Qormaanni Koorsii Aqiidaa torbee lammaffaa cufamuuf sa'aatii 12 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,500 ol qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!!
🚫 YAADACHIISA CIMAA:
Qormaata erga jalqabdan booda addaan kutanii ba’uun hin danda’amu. Yoo baatan, qormaata fudhatame jedhamee qabxii 0 ta’uu danda’a.
‼️ Qormaata bakka bu’aa (Make-up):
Qormaanni torbee bakka bu'aa hin qabu. Kanaafu, yeroo kenname keessatti qormaata keessan fudhadhaa!!
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
📎 https://t.me/SiinqiiAakhiraa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎 https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
[@download_it_bot mp3] Barnoota Aqiidaa Kutaa 14ffaa.mp310.86 MB
