3 452
waa sadii hanga gaafattutti hin argattu➠Beekumsa ➠Liqii ➠Haadha manaa Waa sadii hanga najaa baatutti hin boqottu ➠Waswaasii shayxaanaa ➠Liqii namaa ➠Hiriyaa gadhee(gantuu) Waa sadiin saahiboomuu irraa of eegi ➠Gowwaa ➠Mormaa(gogaa kan falmu) ➠Nama dhiirummaa hin qabne(lugna) Waa sadii hin dhaga'iniif, irraas hin dhaggeeffatin ➠Kijibduu namaa ➠Walaawwaltuu ➠Hinaaftuu Waa sadii yaada isaanii irraa fudhadhu ➠Nama salaata tikfatu ➠nama haadhaaf abbaan eebbisan ➠Nama gadi of qabu https://t.me/+1a9c55bufmpiZjk0
26 ژوئن, 01:55
