fa
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

رفتن به کانال در Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استآموزش3 617

📈 تحلیل کانال تلگرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

کانال Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 48 237 مشترک است و جایگاه 3 617 را در دسته آموزش دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 48 237 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 18 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 506 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 3 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 48.88% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 21.33% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 23 572 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 10 288 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 405 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 19 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

48 237
مشترکین
+324 ساعت
+1207 روز
+50630 روز
آرشیو پست ها
Namni hojii gaarii dalagee osoo inni hin beekne namni yoo isa faarse Riyaa'a (agarsiifannaa) hin ta'u.
Anonymous voting

📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gar
📮 Beeksisa Barbaachisaa!! 👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🛑 Guyyoota dhufan keessatti fooyya’iinsaa fi hojii suphaa gara garaa waltajjii (Pilaatifoormii) barnootaa irratti ni gaggeessina. Kanaafu, yeroo muraasaaf waltajjiin kuni banaa hin ta'u. 🗓 Yeroo eegamu: Fedhii Rabiitin yoo Har’a irraa eegalee hanga Roobii. 🌿 Yeroo waltajjiin cufaa ta’utti, barnoota keessan Telegiraamaa fi TV Afrikaa (Africa 1 TV) irratti, yeroo barnoota Akaadaamii isiniif ibsameen, itti fufuu dandeessu. ✅ In shaa Allah, Marsariiti (Website)  fooyya’aa fi tajaajila gaarii ta’een gara keessan ni deebina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 2ffaa.mp39.91 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 2ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Lammaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=hMKsQmPTpio&si=BV6x6mp2O4bc9ZV6

Ikhlaasa jechuun gabbartii keessatti Rabbi waliin waan biraa yaaduudha
Anonymous voting

Hojiin Rabbi biratti bareeduuf maaliin mirkanaa'u qaba?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 1ffaa.mp310.68 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 1ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Tokkoffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/dZCZZ1l-VrU

🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 22/8/2026 ykn 16/12/2018 irraa eegala barnoonni Tarbiyaa kan jalqabu ta'a. 📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Torban sadiif (3f) Dilbata irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a. 🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama. Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama. 📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!! 💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu. Milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?! 📚Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa
Barattoonni qabxii ol-aanaa galmeessan eenyuufaadha?! 📚Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sababaa Barattoonni qormaata xumuraa fudhatan hedduu ta'aniif Barattoota koorsii hadiisaa keessatti akka walii galaatti qabxii ol-aanaa galmeessan yeroo dhihootti kan isin beeksifnu ta'a!! 📚 Koorsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa Guyyaa boru irraa eegale kan jalqabu ta'a. 📖 Imala beekumsa keessanii ammaas nu waliin itti fufaa #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa hunda 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin lammaffaa Barnoota Tarbiyaa simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 22/08/26 A.L.A ykn 16/12/2018 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a. 📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!! ☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Akkaadaamii Afriikaa 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odee
Akkaadaamii Afriikaa 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa. 🤳🏼 Midiyaalea hawaasummaa Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️ Facebook: https://www.facebook.com/africaacademyor Instagram: https://www.instagram.com/africaacademyor Telegram: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa TikTok: tiktok.com/@africaacademyor YouTube: youtube.com/@AfricaAcademyOr X: x.com/AfricaAcademyOr

Akkaadaamii Afriikaa 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa. 🤳🏼 Midiyaalea hawaasummaa Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️ Facebook: https://www.facebook.com/africaacademyor Instagram: https://www.instagram.com/africaacademyor Telegram: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa TikTok: tiktok.com/@africaacademyor YouTube: youtube.com/@AfricaAcademyOr X: x.com/AfricaAcademyOr

📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!! 📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara gar
📢 YAADACHIISA CIMAA BARATTOOTA QORMAATA XUMURAA ISIN DARBEE HUNDAAF!! 📝 Barattoonni haarawa galmooftanii fi sababa gara garaatin Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa yeroo kenname keessatti hin qoramin hundi oduu gaarii isiniif qabna. ✅ Carraan keessan gonkumaa hin badne; isin: 📚 Amma Barnoota haaraa koorsii 2ffaa nu waliin hordofuu ni dandeessu. 🗓️ Sana booda qormaata barnoota hadiisaa kan xumuraa isin darbee, qormaata bakka bu’iinsaa dhuma simisteeraa irratti  deebitanii qoramuu dandeessu. ⚠️ Hubachiisa Cimaa!! ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna!!! 🌟 Hundi keessaniif milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Carraa Dhumaa!! 📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata f
Carraa Dhumaa!! 📖 Barattoonni hedduun haarawa galmaa'anii fi barattoonni tokko tokko rakkoo qabatamaa ta'een akka qormaata fudhachuu hin dandeenyee nutti himaa jiru. 📌 Sababoota kanneen ilaalcha keessa galchuun qormaata xumuraa carraa xumuraatif guyyaa tokkoof (sa'atii 24f) banaa akka ta'u goone jirra. 🔖 Kanaafuu barattoonni haga amma qormaata kana hin fudhatin carraa xumuraa kana fayyadamuun qormaatamaa!!! 👉 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 ⚠️ Hubachiisa Cimaa!! ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

Qormaata Xumuraa Barnoota Hadiisaa barattoonni 11,000 ol qoramanii jiru. Atihoo qoramtee jirtaa?
Anonymous voting

📚 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe. 🚨 Ammuma qormaat
📚 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa barnoota Hadiisaa cufamuuf sa'aatii 8:00 qofaatu hafe. 🚨 Ammuma qormaata fudhadhu, carraa kee hin dabarsin. 🏆 Qorami, Badhaasaafis dorgomi! 🔥 Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=66 #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_xumuraa

📣YAADACHIISA CIMAA!! ➤ Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖 Qormaatai xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 1070
📣YAADACHIISA CIMAA!!Barattoota Keenya Jaallatamoo, 🔖  Qormaatai xumuraa barnoota hadiisaa hanga ammaatti barattoonni 10700 ol qormaatamani jiru. Isinhoo?? ➡️ Barattoonni sababa gara garaatin hanga qormaata kana hin fudhatin carra kanatti fayyadamaa qormaata keessan fudhaa!!! 👉 Liinki qormaataa ⚠️ Hubachiisa Cimaa ➪ Fuulduratti sagantaaleen hundi yeroo isaanii eeggatanii kan raawwataman ta'u; kanaaf yeroo qormaataa dheeressuuf carraan dabalataa hin jiraatu. Kana hubachuun, yeroo qormaataa osoo hin xumuramin dura qormaata keessan xumuruu akka qabdan jechuun ammaan isin yaadachiifna. ❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa