fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

رفتن به کانال در Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استآموزش3 713

📈 تحلیل کانال تلگرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

کانال Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 48 132 مشترک است و جایگاه 3 713 را در دسته آموزش دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 48 132 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 09 نوامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -155 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر -26 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 43.49% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 17.36% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 20 935 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 8 356 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 261 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 10 نوامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

48 132
مشترکین
-2624 ساعت
-537 روز
-15530 روز
آرشیو پست ها
Seenaa Nabiyyii barachuun akka qur'aana hubatanii fi akka itti dalagan nama gargaara.
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 1ffaa.mp310.41 MB

📚 Kitaaba Siiraa 1ffaa

📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Tokkoffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/O6ayav-BqGw?si=nbUY5cdYjSrpkV2m

🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 17/10/2026 yk
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 17/10/2026 ykn 07/02/2019 irraa eegalee barnoonni Siiraa kan jalqabu ta'a. 📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Barnoonni Torban sadiif (3f) Yeroo hunda guyyaa Dilbataa irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a. 🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama. Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama. 📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!! 💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu. Milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

📣 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota Dippiloomaa Shari'aa Marsaa Jalqabaa, 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin Siira
📣 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota Dippiloomaa Shari'aa Marsaa Jalqabaa, 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin Siiraa (Seenaa Nabiyyii) simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 17/10/26 A.L.A ykn 07/02/2019 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a. 📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya Adduunyaa Aakhiraa keessan bareechifadhaa!! ☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Barnoota_Siiraa

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa cufamee jira. Amma irraa eegalee
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qormaanni c
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa cufamuuf sa'aatii 5 qofatu hafe. 📝 Kanaafu, Qormaanni cufamuudhaan duratti liinki qormaataa fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👌 Carraan kun akka isin hin dabarre!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
============================== 🌟 Niyyaa keessan bareechaa, kaka'umsa keessan haaromsaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Hanga ammaatti barattoonni 8,000 ol Qormaata Xumuraa Koorsii Aqiidaa fudhatanii jiru. Isinhoo qormaata fudhattanii jirtuu? ⏳
Hanga ammaatti barattoonni 8,000 ol Qormaata Xumuraa Koorsii Aqiidaa fudhatanii jiru. Isinhoo qormaata fudhattanii jirtuu? ⏳ Osoo qormaanni hin cufamin carraa keessanitti fayyadamaa, ammuma qoramaa! 🌟 Carraan jalqabaa yeroo hunda caalaa dha! 🔗 Qormaata fudhachuuf liinkii armaan gadii fayyadamaa: ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147
============================== ━━━━━━━━━━━━━━━━━━ 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa Cufamuuf Sa'aatii 24 qofaatu hafe. 👉 Liinki qormaataa 🔗
🎓 Barattoota keenya kabajamoo 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa Cufamuuf Sa'aatii 24 qofaatu hafe. 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147
============================== 📝 Barattoonni Hanga ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma qoramaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🗣 YAADACHIISA CIMAA!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa guyyaa boru Roobii halkan sa'aa 1:00 irratti ni cufama. Barattoon
🗣 YAADACHIISA CIMAA!! 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa guyyaa boru Roobii halkan sa'aa 1:00 irratti ni cufama. Barattoonni Hanga Ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma qoramaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ============================== https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 ==========
👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147
============================== 🔖 Barattoonni 4000 Qormaata Xumuraa Koorsii Aqiidaa Fudhatanii jiru. Isinhoo? 📝 Ammuma Liinki Qormaataa fayyadamuun Qoramaa!!! 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_Xumuraa

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qorma
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=147 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qormaanni Xumuraa Koorsii Aqiidaa website irratti banameera. Qormaanni kun Roobii, 14/10/2026 ykn 04/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata xumuraa kana keessaatti gaafii 40 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 2'n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 80 irraa qabama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irrat
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Aqiidaa torbee tokkoffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii/Website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Roobii (14/10/2026 ykn 04/02/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu marsariitii (Website) irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbataa 10/10/2026 (30/1/2019) halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee ni kennama. 🗓 Hanga guyyaa Qormaataatti waan barattan irra deebiin qo'achaa qophii taasisaa!!! 💡 Niyyaa Keessan quluqulleessaa!! 💡Kaka'uumsa keessan haaromsaa!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🏆 Viidiyoo gabaabaa Sagantaa Galateeffannaa fi Badhaasaa Akkaadaamii Afriikaa fi TV Afriikaatin Qophaa'ee!! 🎊 Sagantaa Kana irratti Gorsaa fi Dhaamsi garagaraa Ulamaa'ii babbeekkamoo biyya keenyaatin afaan lameenin darbee jira. 🎉 Dorgomtoonni injifataniis miira isaanitti dhagahamee fi dhaamsa isaanii dabarsanii jiru. 🔗https://youtu.be/7csjtI1cyLA?si=hpMZy7zmt-N95cil #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📚 Kitaaba Guutuu korsii Aqiidaa

🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan! 📚 Barnoon
🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟 Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Aqiidaa Islaamaa xumurtan! 📚 Barnoonni Aqiidaa Dr. Jeeylaan Kadiirin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha jahan (16) xumuramee jira. 🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna. 🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Aqiidaa Guyyaa Sanbata, 10/10/2026 (30/01/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a. 📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!! 📌 Odeeffannoo qormaata waliin wal qabatu dhihootti isiniif maxxansina. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa #Qormaata_xumuraa