ch
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

前往频道在 Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

显示更多
未指定国家教育3 617

📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览

频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 237 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 617

📊 受众指标与增长动态

невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 237 名订阅者。

根据 18 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 506,过去 24 小时变化为 3,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 48.88%。内容发布后 24 小时内通常能获得 21.33% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 23 572 次浏览,首日通常累积 10 288 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 405

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

凭借高频更新(最新数据采集于 19 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

48 237
订阅者
+324 小时
+1207 天
+50630 天
帖子存档
📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Jahaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=TaIbZksJpIM&si=GQCOzVAptO3-TECw

Akka ibsa Ibnul Qayyimitti Amantiin gargaarsa barbaaduu fi Rabii gabbaruudha.
Anonymous voting

Akka ibsa hayyootaatti namani Abdii/kajeellaa qofaan Rabbi gabbaru maal jedhama?
Anonymous voting

Nuti kan Rabbiiti, Gara isaattis deebi'oodha!! Qalbii Murtii Rabbii fi Qadara isaatti amantii guutuu qabduun, du’a haadha Dok
Nuti kan Rabbiiti, Gara isaattis deebi'oodha!! Qalbii Murtii Rabbii fi Qadara isaatti amantii guutuu qabduun, du’a haadha Doktar Abdallaah Khadiir, kan gara fuula Rabbii deemte dhageenye. 🤲🏽 Rabbiin Raahmata Isiif haa godhu, Jannata Isaa ol’aanaa keessa haa qubsiisu. Nutis akka maatii Akaadaamii Afriikaatti, Doktar Abdallaah Khadiiri fi maatii isaa hundaaf jajjabinaa fi Sabrii onnee irraa  madde isaaniif hawwina. Rabbiin rahmata Isaa bal’aa ishee irratti haa taasisu , Qabrii isheetis Caffee (Rawdaa) Jannataa isif haa taasisu. Maatii fi firoottan isheefis obsaa fi jajjabina haa kennu. 🤲🏽 Rabbiin Raahmata isaa bal'aa ishee irratti haa taasisu, Diili ishee hunda haa araaramuf, Qabrii ishee isiif haa ibsu, Jannata keessatti nuu fi ishee walitti haa qabu. إنا لله وإنا إليه راجعون

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 5ffaa.mp310.85 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 5ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Shanaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=ULmCx1n3Hrg&si=YzYMK4IfWDmfh4OJ

Gabbartii Rabbii keessatti tola ooluu jechuun gabrichi sodaa fi Abdii/Kajeellaa Rabbii gidduu jiraatuu jechuudha.
Anonymous voting

Kanneen armaan gadii keessaa faallaa kajeellaa kan ta'e kami?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 4ffaa.mp39.82 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 4ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Afuraffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/QyhmU-G81vI

Nama guddaa arriin itti ba'e kabajuun Rabbiin kabajuu irraayyi.
Anonymous voting

Hojiin/ Ibadaan bakka meeqatti qoodama? isaan hoo maal maal faadha?
Anonymous voting

👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu. 📮
👨🏽‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🌿 Nageenyi fi Raahmanni Rabbii (S.W) bakka jirtan hundattu isin irratti haa jiraatu. 📮 Fooyya’iinsaa fi hojiiwwan suphaa Waltajjii (Website) barnoota keenyaa irratti godhamaa ture hundi yeroo gabaabaatti xumuramuun isaa gammachuudhaan isin beeksifna. ⌛️ Kanaafu, Amma banaa waan ta'eef seenuudhaan barnoota,  gaafilee fi bu'aa qormaata keessanii hunda ilaallachuu ni danddessu. #Deebineerra_Deebii_Gaarii #Akkaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 3ffaa.mp311.17 MB

📚Kitaaba Tarbiyaa 3ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Sadaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/mNxQ4mVW27E

🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 📺 Sagantaan barnootaa TV Afriikaa irratti darbu akka armaan gadiiti: Yeroo jalqabaa: Guyyaa guyyaan sa’aatii 9:30 - 10:00 (sa’aatii guyyaa) Irra deebiin (Galgala): Guyyaa guyyaan sa’aatii 4:30 - 5:00 (sa’aatii halkanii) Irra deebiin (Ganama): Guyyaa itti aanu sa’aatii 2:30 - 3:00 (sa’aatii ganamaa) Sagantaan kun akka darbu isin beeksisuu barbaanna. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Summii guddoon ikhlaasa nama irraa balleessitu maali?
Anonymous voting