cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

DHANGAA WALALOO

Nafii poem

Mostrar más
Finlandia3 694El idioma no está especificadoLingüística15 733
Publicaciones publicitarias
200
Suscriptores
Sin datos24 horas
-17 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Qaroo Waamaraa
Abjuu Kee Dubbisi. "Carraa biraa argachuu dhabuun waan jiruuf ammuma akka wal jaalannu walitti himuun gaariidha." "Waan boru itti hin gaabbine har'a hojjedhu." "Raawwattee abdii hin kutiin! Har'i ulfaataadha; bor immoo ittumaa hammaata; iftaan garuu guddaatu siif ba'a." "Bosonuun sagal yoo lafa jiraatte; isaan keessaa tokko qabachuu yoo feete; ishuma irratti xiyyeeffadhu." "Addunyaa kana irraa humni guddaan humna jaalalaa-ti." "Addunyaa kana irratti namni lolamee mo'amuu hin dandeenye; isa humna jaalalaa hidhate-dha." "Waan dhaloonni du'a kee booda ittiin si yaadatu hojjechuu kan eegaltu ammaaf har'adha." "Duudhaa uumamaa waan ta'eef gaaf tokko du'uunkee hin oolu; Garuu hojii yoom iyyuu hin duune hojjettee darbuu dandeessa." 👇👇👇👇👇👇👇 ♻️Join & 🔗SHARE ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye
Mostrar todo...
Repost from Booree Gaafa Xiiqii
«««#𝐄𝐄𝐁𝐁𝐀_𝐎𝐑𝐎𝐌𝐎𝐎_𝐁𝐎𝐎𝐑𝐀𝐍𝐀»»» Ardaan nagaa...............Nagee Bobbaan nagaa.............Nagee Barri nagaa...............Nagee Waareen nagaa.........Nagee Waariin nagaa...............Nagee Reerii nagaa.................Nagee Dheedi nagaa..............Nagee Yaa'iin nagaa...............Nagee Kuubiin nagaa.............Nagee Raabi nagaa...............Nagee Kuusaa goseen nagaa.......Nagee Ijoolleen Kuuchuu nagaa.......Nagee Dirreen nagaa.................Nagee Dirree dirri Liiban nagaa.....Nagee Liiban Golbaa Diidi nagaa.......Nagee Malbee Golboon nagaa......Nagee Saakuu waasoon nagaa......Nagee Tulaa salgan nagaa.........Nagee »»#𝐁𝐀𝐑𝐀_𝐇𝐀𝐀𝐑𝐀𝐀𝐓𝐓𝐈:- Bona gannaa lalisi Dubbi kee gamni hin qabin Sanyii kee lafti hin qabin Ibidda tulluurraa ta'i, duuba fulduratti ifi Allayyaan siree, bolli didibbee siif haa ta'u Lafti kee fixeensa hin dhabin Arfaasa facaasi birraa siif haa makanu Kan irraan dhufe jalaan si haa baasu Kan jalaan dhufe irraan si haa baasu Duultu abbaa mirgaa ta' Qottuu abbaa dilbii ta'i Daldaltuu buusi Barattuu milkaa'i Mortuu goomattuun si haa dadhabduu Bobba'i gali Rafii dammaqi Kufani cabuu dubbatanii salphachuu si haa olchu Dinni si haa sodaatu Biqilaija godhatu ta'i Namni si haa hawwatu, horii buli Eebbi koo haphee ta'e sitti haa qabatu Lukni kee bakka milki haa ejjetu Lammiin si haa leellisuu Waaqni si haa eebbisuu Horaa bulaa Alaa mana Walii galaa Wal wajjiinin tola. Hoofkalaa na Koofkalchaa.
Mostrar todo...
Repost from Qaroo Waamaraa
Photo unavailableShow in Telegram
Jaalala keessatti kan ati baay'ee miidhamtu; gaafa nama sobee "Sin jaaladha, siifan du'a!" siin jedhu onnee kee guutuu jaalattudha.. Eela eeleen rafe Yoom natti hafe Sitti hafe malee! Har'as ta'u boru Jaalalli natti ta'e Caba lafa lafee! Yoo garaa laafte Akkan ta'u ta'ee Siifan dhufa dafee 👇👇👇👇👇👇👇 ♻️Join & 🔗SHARE ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye
Mostrar todo...
2👍 1
♻️ SHARE ♻️ GOSOOTA JAALALAA / TYPES OF LOVE ✳️ Jaalalli araada (suusidha). Kanaaf guutuu ta'ee hin argamne. Jaalalli si'eessssituu mataa isaa qaba. Ishiin ammuma itti baay'attu fi keessa hir'attu amala jaalalaa jijjiirti. Jaalalli yoo xiqqaate miira, walitti dhiyeenya fi iftoomina walii qabaachuu gaafata. Jaalalli gosuma tokko kan qabu ta'uyyuu haala namaatin gargar hiramuu danda'a! ⬇️ ✅ Jaalala Obbolummaa/Affectionate Love Jaalalli gosa kanaa waliin jireenya fi walitti dhiyeenya irraa madda. Kabaja walii qabaachutu mul'ata. Jaalala hiriyummaati. Darbee gara jaalala biraattis guddachuuf carraa qaba! ✅ Jaalala Ho'aa/Romantic Love Namoonni gosa jaalala kanaan kufan boca qaama ilaalaniiti. Haala deemichaa, dhaabbii qaamaa, hawwannaa qaama ishii/isaa ilaalanii jaalalatti seenu. Warri jaalala gosa kanaa keessa seenan ulagaalee kan akka sabummaa, amanti fi kan kana fakkaatu dhimma isaanii miti. Boca/shape waan ta'eef namni biraa akka ilaalu hin fedhan. Inaaffan kan guuttamaniidha. Wal dhoksuu barbaadu. Osoo danda'amee wal liqimsanii yeroo ofii barbaadan qofa dirreetti wal baasuu barbaadu. ✅ Jaalala Miiraa/ Passionate Love Warri jaalala kanaan qabaman warra miiran hogganamaniidha. Garuu kan turu amma miirri sun qorrutti fi walqunnamtii saalaa jalqabaa booda laafaa deemuu danda'a. Sirumaayyuu yoo ture jibbisiisadha. ✅ Jaalala Fakkaataa/Logical Love Jaalala karooran gaggeeffamuudha. Irra caalatti ishiif inni wantoota wal fakkaatu qabaachuu qabu. Umurii, hojii, saba, amantaa fi kan kana fakkatan kan ilaalcha keessa galaniidha. Mi'aa baay'ee qabaachuu baatus hin nuffisiisu. Wanti bitaa namatti galu muraasa. ✅ Jaalala Sababaa/Casual Love Jaalala dhimmi yookin rakkoon wayii walitti isaan fideen uumamuudha. Warra rakkoo, iccitii walii walitti himaniidha. Akka oolmatti hin lakka'amu. ✅ Jaalala Gowwaa/Foolish Love Waanuma xiqqoo arguudhan warra jaalalaan kufaniidha. Suura isaa/ishii qofa arguudhan, barreeffama qofa yookin sagalee qofa dhaga'uudhan warra jaalalatti seenaniidha. Kan karaa feesbuukii taasifamu fakkeenya gaarii kanaaf ta'uu danda'a. ✅ Jaalala Tarkaanfataa/Possessive Love Jaalala beekkamtiidhaf taasifamuudha. Nama sirritti beekkamu kan ofii godhachuu kan jibbu hin jiru. Jaalallee nama beekkamaa ta'uuf dhamaatii gaggeeffamuudha. Garuu nama san biratti nu tuffachiisuu hin oolu. ✅ Jaalala Oolmaa/UnSelfish Love Warri jaalala kanatti seenan warra rakkoo yookin miidhaa wayii irraa nu baraare tokkoof tole jechuudha. Jaalalli nama sanii nu qabee osoo hin taane oolman inni/ishiin nu oole nutti waan ulfaatuf of dabarsanii laachudha. ✅ Jaalala Taphaa/Game playing Daa'imti yeroo dhoqqee keessa gangalattee of daallessitu omaa itti hin fakkaatu. Kuni jaalala jedhamuu baatus fedhii ofii ba'uuf kan taasifamuudha. Dheebuu fedhii foonii ba'uuf kan itti seennamuudha. Gosti jaalala kanaa jechoota hawwatoo fi mimi'aawaniin kan guuttaman kan salphaatti onnee baqaqsanii seenaniidha. ✅ Jaalala Duwwaa/Empty Love Jaalala omaa hin qabneedha. Jaalalli kun waanuma salphaadhan otoo omtuu hin uumamne siifan du'a, siifan maraadhe, si malee jireenyi naaf hin taatu jedhanii sobaan garaa wal guutudha. ✅ Jaalala Ofittummaa/Selfish Love Jaalala of jaalannaa irraa madduudha. Amma qabeenyi jirutti qofa kan turuudha. Gaafa waa jiru ho'ee mul'ata. Fayidaa ofii karaa ittiin guutan barbaaduu malee jaalalli hiriyaa keenya baay'ee kan nama dhiphisu miti. ✅ Jaalala Hanga Du'aa / Consummate Love Enduring Jaalala umurii dheeraa qabuudha. Jaalala uuma fi uumamni jaalatuudha. Jaalalli dhugaan isa kana. Warraa wal jaalatanii amma du'anitti kan itti fufaniidha. Walqixa jireenya ofii keessatti lachuu kan dhama'an. Warra jaalalan kufan osoo hin taane warra jaalalaan ijaarramaniidha! ❤❤❤❤️🎋              ⇣⇣ @Jireenya_Jaalalaa
Mostrar todo...
Nama si amanu goonkuma hin sobin. Nama si sobu goonkuma hin amanin @Jireenya_Jaalalaa
Mostrar todo...
Dᴜʀʙᴜᴍᴍᴀ ʜɪɴ ǫᴀʙᴅᴜ ᴛᴀᴀɴᴀᴀɴ ɢᴜʏʏᴀ ǫᴀᴀᴍᴀ ᴍɪᴅʜᴀᴍᴛᴏᴛᴀᴀ ᴋᴀʙᴀJᴜ ǫᴀʙᴅᴀ Jᴇᴅʜᴇ ʜɪʀɪʏᴀᴀɴ ᴋᴏᴏ ᴛᴏᴋᴋᴏᴏ😂😂😂😂 ❤️ @jireenya_jaalalaa ❤️
Mostrar todo...
Mostrar todo...
Dubbii obbo Jawaar Mohaammad - abdii Sabaa

Obbo Jawar Mohammad gaazexeessaa Darajjee Hayilee waliin galgala edaa TV Arts irratti Af-gaaffii taasineen akka armaan gadiitti dubbateera. 👉Hiikni Eertiraa fi Itiyoophiyaa hiika guutuu hin qabneedha. Hariiroon ummataa biyyoota lamaa kan hin cabnedha. Walitti dhiyeenyaan hojjechuu malee filannoo biraa hin qabu. 👉 Oromoon Abbaa dabareeti(ተረኛ) jechuun nama rifachiisa. Oromoon 100,000 ol ta'u osoo hidhamee jiru,

Bagaa geessaan hin jettaani waliin? maali har'aa gahuu walittii inaafitaan moo??
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.