cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ❤𓆩♡𓆪

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥 😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Mostrar más
Finlandia177El idioma no está especificadoHumor y entretenimiento1 287
Publicaciones publicitarias
33 398
Suscriptores
+3324 horas
+3047 días
+1 21630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ofuma koon soba,obseen of jabeessuus yaala nan dagadha xiqqoon irraanfadha garuu...😌 Takkammoo akka nama abjuu keessaa dammaquun of ilaaleen of arguu dhaba,ofan barbaada anumti kunuu ana miti,Ofittan hima garuu of amansiisuun natti cime. Ofittan haasa’a ofin dhaga’u, ofin gaafadha deebii ofiif hin kennu Jireenya abjuun jiraadhe ergan Si dhabeen ofis dhabe...😌 @jireenya_jaalalaa 💔
Mostrar todo...
👍 54😭 24 6😁 2🥰 1
Photo unavailableShow in Telegram
Televisiyoonni #Albaaniyaa gaazexeesitoonni dubartootaa guntutasaanii bakkeetti mul'isaa oduu akka dubbisaniif gaafate. Kunis ammoo daawwattootni tv irra media hawaasaa wan filataniif gara tviiti harkisuudhaaf jedhameetuudha jedhame. Maddi media hawaasaati. Via Fedesa Mamo 🫣 @segnigudeta @WABIISG
Mostrar todo...
❤‍🔥 38😁 23👍 14 8👎 6😱 3💋 3
Photo unavailableShow in Telegram
"Account Facebook sobaa banadheen haadha warraakoo waliin haasa'uu yoon eegalu, abbaan mana ishee baatii kudhan dura du'uu natti himte." 🙄 via Wabii Namoonni Fake Account nama arrabsuu fi waan akkasii hojjatan irraa baradha aadara. Isaa moo ishee balleese..? @segnigudeta @WABIISG
Mostrar todo...
😱 66😁 55👍 24 13
The greatest evidence of love...)👇 Hariiroo namoota wajjiin qabdu keessatti... namni tokko si jaalatuu isaa ragaan guddaan ati mirkaneeffatuu dandeessu... yeroo wal dhabbii qabdanitti kabaja inni siif muldhisuudha....! Wal dhaba keessan keessattis hanga hayyamameef bira kutuu dhabuudha ...! Yeroon Wal dhabbiidhaa.... jaalala keessatti, yeroo qormaata dhugaa ati hiriyyaa kankee/tee ittiin qormaatuu dandeessuudha....! Namni hunduu yeroo nagaa fi tasgabbiin jiru... haasawa jaalalaa kana ni mimmi'eessa... garuu yeroo wal dhibdeen gidduu isaaniitti argame.. dhibee keessa isaa jiru hargufata. Jaalala keessaa inni guddaan....(The greatest degree of love is...) nama jaalattuun hanga feetes walitti buutu.... garuu nageenyii fi tasgabbiin keessa keetitti dhagahamuudha...! @jireenya_jaalalaa 💔
Mostrar todo...
💯 45 30👍 22👏 7🥰 4😱 4😁 1
Hariiroon koo nama wajjiin akka baala mukaati... kan na wajjiin hafe ni daraara; kan narraa kufe yoomuu hin deebi'u...! @jireenya_jaalalaa 💔
Mostrar todo...
👍 40 2
"Murtiin hanga ammaatti murteesse keessaa taniin yeroo cufa itti gammadu jireenya kiyya keessaa si baasuudhaa" ✡✡✡ :¨·.·¨: 💘  `·.  @jireenya_jaalalaa 💔
Mostrar todo...
👏 29👍 12😁 7🏆 2
Namootatti kan murteessitu yoo ta'e, isaan jaallachuuf yeroo hin qabaattu. 😋 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 😍
Mostrar todo...
😘 29👍 10 8🥰 5
Photo unavailableShow in Telegram
"Hidhaa umurii guutuun itti murtaa'ee, waggoota kudha lama erga hidhamee turee guyyaa tokko milkaa'eefii mana hidhaatii miliqe. Akkuma mana jireenyaa isaa ga'een haati manaa isaa "miliquu kee television sa'aa 9 dura gabaase hanga kana eessa turtee dhufte, eenyu waliin turte!" jechuun gaaffii irra irraan daddabalteef. * Namichi kana irra manuma hidhaa wayya jedhe fakkaata bilbila isaa bilbiluun poolisoota waamee fedhii isaatiin harka isaa kennatee jira. Kabajaa fi kunuunsaan gara mana hidhaa irraa miliqeetti deebi'e😋 Via Na Ol @segnigudeta @WABIISG Shammarran tokko tokko gaafii akkasii dhiisa
Mostrar todo...
👍 62🤣 32 14😁 10😱 4
❤️Eid Mubaarak Hordoftoota Amantaa Muslimaa Maraaf..! Baga jala bultii ayyaana iid al-Adahaa Nagahaan geessan
Mostrar todo...
59👍 6👏 3🤩 3
Bareedinni sammuu umrii wajjin dabalaa yoo deemuu Bareedinni bifaa Garuu hir'ataa deema. Waa Sadiin hin dhaadatin 1, Qabeenyaan❤️ 2, Beekumsaan❤️ 3, Bareedinaan❤️ 🎉Bareedinni dhugaa of ta'anii argamuudha. 🎉Beekumsi guddaan of bulchuu danda'udha😘 :¨·.·¨: ❤️   `·.  @jireenya_jaalalaa 🎁 🎉Qabeenyi guddaan Beekumsa biyya fayyadu qabaachuudha😘
Mostrar todo...
43👍 18🥰 7😱 1
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.