cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Mi'aa Jaalalaa

jaalala❤❤❤

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
213
Suscriptores
+224 horas
+37 días
+330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Erga sanaa Ani... Nagaan dhaame waloomatti, lagaafi gandi wal goomatti. Wal qusadhee, banuu'n jiilu, qaawwa balaa, badii booddee, boo'uun... iyyuun, naaf amala! Erga sanaa... Ofan dhiiba cinaachaani, obbolummaan ilaalchaani. kan mannaagu, xiqqoo ciisnaan, cinaachisaa, daban raaga, bakka'n jirren, jiraachisa! Doofaan gurrisaa arraba, afaan fuggisoo lallaba. Hayyuun kiyyas, hin soroorsu oduu doofaa, jibbamuurra, birkii baasee, waliin oofa! Erga sanaa... Billaa qaraan wal eeggachaa, jal'aaf karra banee galchaa, Wal soqolee, majaa ripheef, yoon akeeku, sitti duuluun, bu'aa dhufe, yaadee'n beeku! Eeyyee... Wal laalessuu, utuu'n dhiisin, waariif guyyaa, waggaakeetti, dungoo ibseen, waliin iyya, nan taajjabin, argii dhiisi, qaalii kiyya! Aga Guda NL ✍️🙏 @Jaalaladhugaa
Mostrar todo...
👏 1
Photo unavailableShow in Telegram
Sareerraa waan hedduu barachuu dandeenya.Kanneen akka Amanamummaa, Jaalala, Eegumsa isaan godhan....garuu nuti kan filannu "Dog style😁" dha. #Robert_Mugabe 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 Qoosaalee hedduu argachuuf chaanaala keenna join nuuf godhaa 👇👇👇👇 @mammaksaaoromoo
Mostrar todo...
Repost from Qaroo Waamaraa
Akkaaf akkakee wallaaltee Bara ati kaayyoo awwaalte Huursee sirraa lafa dhaha Yoo kuftee shakkii haalte Barri gaariis, hamaas qabdi Maal abbaasheef kutu abdii Tokkoon bade - tokkoon tola Kan bor fayyutu har'a hokkola Kan Bulee Bulee babbadutu Har'a utaalee sirbee fokkora Rakkinni immoo tulluu miti Asii ni godaanti ni darbiti Kaayyoon takkaan galman ga'u Oolanii bulanii nama ta'u! ╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ForAllthingsEye
Mostrar todo...
Repost from Qaroo Waamaraa
Photo unavailableShow in Telegram
Deemteeree...? Na gattee... Mana jala deebitee Karaa galaana gubbaa Dhuguma na jibbitee Garaa maaltu si jibbaa Si argachuuf jedhee Utuun kufee cabuu Sin argadhaaf ba'ee Utuun qarreerra labuu Utuun waa'ee kee Tartiiban tarreessuu Osoon seenaa kee Dhiiga koon barreessuu Utuun barbaacha keef Gufadhee caccabuu Utuun hafuura keef Sardamee gaggabuu Utuun marartee keef Harganee holladhuu Sin argaaf karoorsee Utuun garaa bal'adhuu Osoo gaarummaa kee Namootaaf lallabuu Utuu ani siif fiigee Argaa keef dadhabuu Ati deemuu keetiiree? Garaan keen gaabbuu Naan jijjiirtee meetii Ani meetii hin qabuu? ╔════════════╗ ➡️Qaroo_Waamaraa💌 ╚════════════╝ ♻️Join & 🔗SHARE 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/ForAllthingsEye
Mostrar todo...
Repost from Qaroo Waamaraa
Photo unavailableShow in Telegram
Jaalalli garraammii gaafa si godhu; jaalatamaan gowwaa si se'a. Akka jaalataman ta'uu dhabuun of arguu dhabuudha. 🪵 ♻️Join & 🔗SHARE 👇👆👇👆👇👆👇👆👇👆 https://t.me/ForAllthingsEye
Mostrar todo...
Repost from Qaroo Waamaraa
Photo unavailableShow in Telegram
"Namtichaatu jaalalleewwan sadii qaba ture. Ishee 3n waliinuu utaala ture....sababa dhiibbaa maatii fi gorsi hiriyoota isa itti baay'annaan innis 3n keecha takka filate takkatti cite fuudhuf murteeche. Filannoo Gaa'ila isaaf akka gargaaruf jecha qormaata tokko qopheeche. DOLLAR KUMA 15 Account isa irra baase sadaniif Dollar kuma shan shan qoodaf...akka waan barbaadaan ittin godhataniis itti hima!. Isheen jalqabaa qarshichaan uffata haaraa, Human-Hair, qeensa, harma fi #udduu artificial, Koosmotiksii....amma dandeeche waan ishee bareechuu bitatte qarshii fixnan.. bareeddee isa bira deemte " Jaalallee koo argite qarshii ati naaf kenniten ittin bareedee...sababni isaas waan si jaaladhuufi💋 " jetten. Isheen lammataas gara Suuqii deemte uffata dhiiraaf ta'aan, Shiittoo, kophee, waantotaa ammayyawaa ta'aan bitte kan kennaan ittin maramuun marte fidde dhufte " Damma koo argite akkan itti si jaaladhuu?...qarshii ati naaf kenniteen hundan kennaa ittin siif bite" jetten. Isheen 3ffaas akkuma qarshii argiten kan hawwaaf yaada turte hojii hin tuqamnee irratti qarshiicha 'invest' goote...ji'a isaatti qarshii san dachaa sadii goote guddiste...qarshii inni kenneef san qabde dhufte " Jaalallee koo argite jaalattuun kee hagam bilchaattu akkan ta'e? Qarshii ati naaf kennitee gara Business jijjiireen dachaa sadiin bu'aa buuse, kan kee hoodhu! hojii mataa kooti eegaluu danda'een jira, Business keenya moo guddisaa bal'isaa hojjachu dandeenya..." jettin. Achii namtichi kan niitii taatuf filachuuf yaadu calqabee... Yaadee...yaade...yaade...yaadeeee... Yaadee yaadee yaadeeeeee. Dhiirti akkuma beekamu yoo yaadan yeroo fudhatu. Dafanii miiran hin murteechan akka dubartiitti...xiyyeeffannoo itti kennanii yaadun murtii itti kennu Ammas yaadu itti fufe... Yaadee yaadee yaadeeeeeeee Yaadeeeeeee Dhuma irratti ishee Udduu guddaa qabdu filate !"
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Televisiyoonni #Albaaniyaa gaazexeesitoonni dubartootaa guntutasaanii bakkeetti mul'isaa oduu akka dubbisaniif gaafate. Kunis ammoo daawwattootni tv irra media hawaasaa wan filataniif gara tviiti harkisuudhaaf jedhameetuudha jedhame. Maddi media hawaasaati. 🫣 @jireenya_jaalalaa 💔
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
"Account Facebook sobaa banadheen haadha warraakoo waliin haasa'uu yoon eegalu, abbaan mana ishee baatii kudhan dura du'uu natti himte." 🙄 Isaa moo ishee balleese..? @jireenya_jaalalaa 💔
Mostrar todo...
"Kan Haadha Koo Fuudhe Hundi Abbaa Koo Miti!"
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.