es
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Ir al canal en Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Mostrar más
2 409
Suscriptores
-324 horas
-267 días
-9330 días
Archivo de publicaciones
@Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii ══════❁✿❁═════════ JOIN: @Alrisaalaa JOIN: @Alrisaalaa ═ ══ ══ ══ ═ ══ ═

Dhaamsa qalbii keessaniif gorsaa fi qorsa tahu guyyaa guyyaan argachuu barbaadduu? Akkas taanaan @Alrisaalaa filannoo keessan taasifadhaa!! ¦   ¦   ¦     ¦   ¦   ¦     ¦   ¦  ✯  ¦  ✰     ✮ ──────⊱◈◈◈⊰────── ꧁𝕵𝖔𝖎𝖓꧂:☞ @Alrisaalaa ™ ──────⊱◈◈◈⊰────── 💬 Yaada keessan @Alrisaalaa_bot irratti nuuf barreessaa!! ➠ Bakka share jedhu kana tuqaan hiriyoota Keessan biraanis gahaa!!🤓👇 ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️  ➡️ Share ⭕️ ┗━━━━━━━━━━━━━┛ 🅹🅾🅸🅽 ☟︎︎︎❂✪❂✪ ❂✪ @Alrisaalaa ™ ❂✪ @Alrisaalaa ™ ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

➣Waa lama sirratti hin hafan        ☞ Dargaggummaa        ☞ Humna ➣Waa lama si fayyadan        ☞ Qulqullina lubbuu        ☞ Amala gaarii ➣Waa lama sadarkaa kee ol fuudhan        ☞ Gadi of qabuu        ☞ Haajaa namaa baasuu ➣Waa lama balaa sitti deemu sirraa deebisti        ☞ Sadaqaa / kennaa        ☞ Rahima / Fira maxxanfachuu ──────⊱◈◈◈⊰────── 🅹🅾🅸🅽 ☞ @Alrisaalaa ™ ──────⊱◈◈◈⊰──────

Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa Chaanaalii 1K fi Isaa ol ta'an woliin kan hojjannu ta'aa @Rafiqul_Islaam @Rafiqul_Islaam ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን። ከ1 ኪ እና በላይ ቻናሎች እንሰራለን። @Rafiqul_Islaam @Rafiqul_Islaam

ᴀssᴀʟᴀᴀᴍᴜ ᴀʟᴀʏɪᴋᴜᴍ ᴡᴏʀᴀʜᴍᴀᴛᴜʟʟᴀᴀʜɪ ᴡᴏʙᴀʀᴀᴋᴀᴀᴛᴜʜᴜᴜ ᴀᴋᴋᴀᴍ ᴊɪʀᴛᴜ ʜᴀʏʏᴇᴇ ʜᴜʙᴀɴɴᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴀᴍᴀɴᴛᴀᴀ ᴋᴇᴇᴛɪɪ ʜᴀᴍᴍᴀᴍ ǫᴀʙᴅᴀᴀ ᴋᴀɴᴀᴀғᴜᴜ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴄʜᴜᴜᴅʜᴀᴀɴ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀᴀ

ODUU SIMBIRTUU Namoonni haga yowwanaatti qabxii keessan hin ilaallatin karaa armaan gadii kanaan ergachuu dandeessuu kanaafuu
ODUU SIMBIRTUU Namoonni haga yowwanaatti qabxii keessan hin ilaallatin karaa armaan gadii kanaan ergachuu dandeessuu kanaafuu namni hin ilaallatin dafaa ergadhaa

Oduu Ammee Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 gadhiifameera. Barattoonni firii isaanii ilaallachuuf filannoowwan armaan ga
Oduu Ammee Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 gadhiifameera. Barattoonni firii isaanii ilaallachuuf filannoowwan armaan gadii fayyadamuu ni danda'u. #Habachiisa Yeroo ammaa haga tokko kan hojjataa jiru bootii Telegiraamiiti namoonni hundinuu obsaan yaalaa.

Baraa fi furguggee gad jedhanii dabarsu ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Obsaan aannan goromsaa dhugan!! ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Hireen qooda Rabbiiti. ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Akkuma qaama kee soorataan soortu sammuu keetis beekkumsaan soori. ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Jajjabaadhu! Nama jajjabaateef amriin inuma laaftii. ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Kufaatiin faallaa milkaa'inaa osoo hin taane, qaama isaati. ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Akka baran osoo hin taane akka baraatti bulu. ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Ganamaan hojii eegaluun amala moo'attootaati. ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Gurri keessan toltuu isin haa dhagahu. Ijji teeysan toltuu isin haa agartu!! ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

AnimatedSticker.tgs0.02 KB

sticker.webp0.25 KB

Milkaa'inaa kee irratti inni guddan: 🏆🏆🏆🏆🏆🏆 1. Of amansiisi. Ilaalcha hin dandessuu jedhu keessa keetii haqi. 2. Jecha namaatiif iddo hin laatin. Gaarii fi badaas yoo hojjatte, namni waan siin  jedhu hin dhabu. ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯