es
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Ir al canal en Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Mostrar más
2 409
Suscriptores
-324 horas
-267 días
-9330 días
Archivo de publicaciones
📷 Al~Risaalaa

Oduu Ammee Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 gadhiifameera. Barattoonni firii isaanii ilaallachuuf filannoowwan armaan ga
Oduu Ammee Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 gadhiifameera. Barattoonni firii isaanii ilaallachuuf filannoowwan armaan gadii fayyadamuu ni danda'u. #Habachiisa Yeroo ammaa haga tokko kan hojjataa jiru bootii Telegiraamiiti namoonni hundinuu obsaan yaalaa.

Repost from FIXED MATCHES™
#ODUU_SIMBIRTUU Telegram irratti qarshii argadhaa kan jenne nama #500 qofatu itti fayyadame! Kunoo nuti isiniif qoodnee nama #500 irraa qarshii #500_Birr Ol karaa telebirr arganneerra! Dhugaatti ni kaffala itti fayyadamaa! Qarshii kana argachuufis step 4'n kanneen hordofaa: 1. Link kana tuquun start godhaa: 👉 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 2. Channel isaanii lamaan @hulepay_payment fi @hulepay_official join godhaa 3. Itti aansuun 'Check' kan jettu tuqaa 4. Referral link isiniif kennamu namootaaf share godhaa! Nama 1 irratti qarshii 1 kan kaffalu yoo ta'u, qarshii keessanis karaa telebirr isiniif kaffalama! Qarshii 10 ol yeroo geessan baafachuu ni dandeessu! Itti fayyadamaa!

_(✪)__ #Firiin qormaata biyyooleessaa barattoota kutaa 12 ffaa kan bara 2015 guyyaa boruu no ifooma! Nutis obboleeyyan keenyaan toltuu isin haa dhageessisu, carraa gaarii isiniif haa tahu jenna. Gamanumaanuu guyyaa boruu connection isin rakkisuu waan danda'uuf warreen naannawa network sirritti hin hojjanne jirtan registration number keessa garee @Alrisaalaa_comments irratti nuuf ergaa!! Isiniif ilaallee bu'aa keessan isiniin geenyaa!! Yeroo garee @Alrisaalaa_comments irratti barreessitan dursa hiriyoota keessan add gochuu hin dagatinaa!! Carraa Gaarii @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii _(✪)__ ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

As wr wb

Garee @obbolummaa1 kanatri makamaa hiriyoota keesaniis add godhaa!

ᴀssᴀʟᴀᴀᴍᴜ ᴀʟᴀʏɪᴋᴜᴍ ᴡᴏʀᴀʜᴍᴀᴛᴜʟʟᴀᴀʜɪ ᴡᴏʙᴀʀᴀᴋᴀᴀᴛᴜʜᴜᴜ ᴀᴋᴋᴀᴍ ᴊɪʀᴛᴜ ʜᴀʏʏᴇᴇ ʜᴜʙᴀɴɴᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴀᴍᴀɴᴛᴀᴀ ᴋᴇᴇᴛɪɪ ʜᴀᴍᴍᴀᴍ ǫᴀʙᴅᴀᴀ ᴋᴀɴᴀᴀғᴜᴜ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴄʜᴜᴜᴅʜᴀᴀɴ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀᴀ

sticker.webp0.26 KB

sticker.webp0.25 KB

_(✪)__ Jiruun duniyaa tun isiinuu dhumtuudha, kanaaf ofiin hin dhiphisinii gammadii jiraadhu. _(✪)__ ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

_(✪)__ Obsi furtuu milkaa'inaati, namni obse waan obseef sana inuma argata! _(✪)__ ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

_(✪)__ Hojjachuun dura akka hojjachuu dandeessu lubbuu tee amansiisi. _(✪)__ ╭──────•◈•──────╮ 🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™ ╰──────•◈•──────╯

Gaarii tahuun ifumaafi. @Alrisaalaa #Qoraasuma_Qalbii

5.45 KB

5.45 KB