Creative Dev
Відкрити в Telegram
Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev
Показати більше2 409
Підписники
-324 години
-267 днів
-9330 день
Архів дописів
2 406
@Alrisaalaa
#Qoraasuma_Qalbii
══════❁✿❁═════════
JOIN: @Alrisaalaa
JOIN: @Alrisaalaa
═ ══ ══ ══ ═ ══ ═
2 406
Dhaamsa qalbii keessaniif gorsaa fi qorsa tahu guyyaa guyyaan argachuu barbaadduu? Akkas taanaan @Alrisaalaa filannoo keessan taasifadhaa!!
¦ ¦ ¦
¦ ¦ ¦
¦ ¦ ✯
¦ ✰
✮
──────⊱◈◈◈⊰──────
꧁𝕵𝖔𝖎𝖓꧂:☞ @Alrisaalaa ™
──────⊱◈◈◈⊰──────
💬 Yaada keessan @Alrisaalaa_bot irratti nuuf barreessaa!!
➠ Bakka share jedhu kana tuqaan hiriyoota Keessan biraanis gahaa!!🤓👇
┏━━━━━━━━━━━━━┓
⭕️ ➡️ Share ⭕️
┗━━━━━━━━━━━━━┛
🅹🅾🅸🅽 ☟︎︎︎❂✪❂✪
❂✪ @Alrisaalaa ™
❂✪ @Alrisaalaa ™
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
➣Waa lama sirratti hin hafan
☞ Dargaggummaa
☞ Humna
➣Waa lama si fayyadan
☞ Qulqullina lubbuu
☞ Amala gaarii
➣Waa lama sadarkaa kee ol fuudhan
☞ Gadi of qabuu
☞ Haajaa namaa baasuu
➣Waa lama balaa sitti deemu sirraa deebisti
☞ Sadaqaa / kennaa
☞ Rahima / Fira maxxanfachuu
──────⊱◈◈◈⊰──────
🅹🅾🅸🅽 ☞ @Alrisaalaa ™
──────⊱◈◈◈⊰──────
2 406
Akkam jirtu kabajamtootaafi jaallatamtoota dawwattoota maatii Telegram taatan marti keessanuu namni wave folder keenyatti dabalamuu barbaaddn asiin nu qunnamaa
Chaanaalii 1K fi Isaa ol ta'an woliin kan hojjannu ta'aa
@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
ሰላም ውድ የቴሌግራም ቤተሰብ ጎብኝዎች የኛን ዌቭ ፎልደር መቀላቀል ከፈለጋችሁ እዚህ አግኙን።
ከ1 ኪ እና በላይ ቻናሎች እንሰራለን።
@Rafiqul_Islaam
@Rafiqul_Islaam
2 406
ᴀssᴀʟᴀᴀᴍᴜ ᴀʟᴀʏɪᴋᴜᴍ ᴡᴏʀᴀʜᴍᴀᴛᴜʟʟᴀᴀʜɪ ᴡᴏʙᴀʀᴀᴋᴀᴀᴛᴜʜᴜᴜ ᴀᴋᴋᴀᴍ ᴊɪʀᴛᴜ ʜᴀʏʏᴇᴇ ʜᴜʙᴀɴɴᴏᴏ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ᴀᴍᴀɴᴛᴀᴀ ᴋᴇᴇᴛɪɪ ʜᴀᴍᴍᴀᴍ ǫᴀʙᴅᴀᴀ ᴋᴀɴᴀᴀғᴜᴜ ᴊᴏɪɴ ɢᴏᴄʜᴜᴜᴅʜᴀᴀɴ ɪᴛᴛɪ ғᴀʏʏᴀᴅᴀᴍᴀᴀ
2 406
ODUU SIMBIRTUU
Namoonni haga yowwanaatti qabxii keessan hin ilaallatin karaa armaan gadii kanaan ergachuu dandeessuu kanaafuu namni hin ilaallatin dafaa ergadhaa
2 406
Oduu Ammee
Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 gadhiifameera.
Barattoonni firii isaanii ilaallachuuf filannoowwan armaan gadii fayyadamuu ni danda'u.
#Habachiisa
Yeroo ammaa haga tokko kan hojjataa jiru bootii Telegiraamiiti namoonni hundinuu obsaan yaalaa.
2 406
Baraa fi furguggee gad jedhanii dabarsu
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
Akkuma qaama kee soorataan soortu sammuu keetis beekkumsaan soori.
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
Jajjabaadhu! Nama jajjabaateef amriin inuma laaftii.
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
Kufaatiin faallaa milkaa'inaa osoo hin taane, qaama isaati.
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
Akka baran osoo hin taane akka baraatti bulu.
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
Ganamaan hojii eegaluun amala moo'attootaati.
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
Gurri keessan toltuu isin haa dhagahu. Ijji teeysan toltuu isin haa agartu!!
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
2 406
Milkaa'inaa kee irratti inni guddan:
🏆🏆🏆🏆🏆🏆
1. Of amansiisi. Ilaalcha hin dandessuu jedhu keessa keetii haqi.
2. Jecha namaatiif iddo hin laatin. Gaarii fi badaas yoo hojjatte, namni waan siin jedhu hin dhabu.
╭──────•◈•──────╮
🅹🅾🅸🅽:☞ @Alrisaalaa ™
╰──────•◈•──────╯
Вже доступно! Дослідження Telegram за 2025 — головні інсайти року 
