Adama Senior Secondary School(ASSS) We are dedicating to be center of Excelence !!
Ir al canal en Telegram
This is the original telegram Chanal for Adama Senior Secondary School It is all about Education !!
Mostrar más6 686
Suscriptores
Sin datos24 horas
-247 días
+5730 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
julio '26
julio '26
+114
en 0 canales
junio '26
+248
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+110
en 1 canales
Get PRO
abril '26
+121
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+84
en 1 canales
Get PRO
febrero '26
+80
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+113
en 1 canales
Get PRO
diciembre '25
+149
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+232
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+139
en 1 canales
Get PRO
septiembre '25
+156
en 2 canales
Get PRO
agosto '25
+117
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+255
en 2 canales
Get PRO
junio '25
+255
en 1 canales
Get PRO
mayo '25
+315
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+265
en 2 canales
Get PRO
marzo '25
+243
en 6 canales
Get PRO
febrero '25
+154
en 2 canales
Get PRO
enero '25
+501
en 4 canales
Get PRO
diciembre '24
+290
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+345
en 1 canales
Get PRO
octubre '24
+295
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+504
en 1 canales
Get PRO
agosto '24
+273
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+181
en 1 canales
Get PRO
junio '24
+315
en 1 canales
Get PRO
mayo '24
+449
en 5 canales
Get PRO
abril '24
+355
en 7 canales
Get PRO
marzo '24
+294
en 3 canales
Get PRO
febrero '24
+332
en 1 canales
Get PRO
enero '24
+343
en 2 canales
Get PRO
diciembre '23
+223
en 3 canales
Get PRO
noviembre '23
+153
en 2 canales
Get PRO
octubre '23
+1 382
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 23 julio | 0 | |||
| 22 julio | +2 | |||
| 21 julio | +5 | |||
| 20 julio | +5 | |||
| 19 julio | +2 | |||
| 18 julio | +3 | |||
| 17 julio | +2 | |||
| 16 julio | 0 | |||
| 15 julio | +1 | |||
| 14 julio | +6 | |||
| 13 julio | +3 | |||
| 12 julio | +2 | |||
| 11 julio | +2 | |||
| 10 julio | +5 | |||
| 09 julio | 0 | |||
| 08 julio | +4 | |||
| 07 julio | +2 | |||
| 06 julio | +10 | |||
| 05 julio | +19 | |||
| 04 julio | +10 | |||
| 03 julio | +9 | |||
| 02 julio | +13 | |||
| 01 julio | +9 |
Publicaciones del Canal
Guyyaa 09/11/2018
Barattoota Mana barumsa keenyaa kutaa 12ffaa hundaaf
Dursa baga nagayaan qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 nagayaan xummuurtan jechaa guyyaa boruu jechuun Adoolessa 10/11/2018 kitaaba akka deebisuun waraqaa qulqullinnaa akka fudhattan cimsinee isin beeksifna.
M/B
| 2 | Round Three G12 Student Placement.xlsx | 3 606 |
| 3 | Guyyaa: 30/10/2018.
Beeksisa
Barattoota Mana Barumsaa Adaamaa Sadarkaa 2ffaa Kutaa 12ffaa hundaaf
Baga jalaa bultii qormaata biyyoolessaa nagaan geessan isiniin jechaa.
Boru, Guyyaa 01/11/2018, ganama sa'aatii 12:00 irratti Mana Barumsaa keenya akka argamtan jechuun isin beeksifna. Sana booda basiidhaan Mana Barumsaa irraa gara iddoo qormaataa ramadamtanitti waliin deemtu.
#Hubachiisa
Barataan kamiyyuu yeroo gara Mana Barumsaatti dhufu wantoota armaan gadii qofa qabatee akka dhufu ni hubachiifama:
1.Uffata Mana Barumsaa (Uniform)
2.Admission Card
3.National ID
4.Waraqaa duwwaa fi Iskiriiptoo qofa
#Akeekkachiisa: Wantoota armaan olitti tarreeffaman ala waan biraa qabatanii gara iddoo qormaataa kan dhufan taanaan, seera qormaataatiin qormaata irraa kan ari'amuu/tuu ta'aa.
Qoramtoota keenya hundaaf milkaa'ina guddaa hawwina!
…… Nagaan Deemaa, Milkaa'aa! ……
ቀን፡ 30/10/2018
ማስታወቂያ
ለአዳማ 2ኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ
ለብሔራዊ ፈተናችሁ ዋዜማ በሰላም በመድረሳችሁ እንኳን ደስ አላችሁ!
ነገ፣ 01/11/2018 ጠዋት 12:00 ሰዓት በትምህርት ቤታችን እንድትገኙ እናሳስባለን። ከዚያም በትምህርት ቤቱ በተዘጋጀ አውቶቡስ ወደ ተመደባችሁበት የፈተና ጣቢያ በአንድነት ትጓዛላችሁ።
ማሳሰቢያ
እያንዳንዱ ተማሪ ወደ ትምህርት ቤት ሲመጣ የሚከተሉትን ብቻ እንዲይዝ ይጠበቃል፦
1. የትምህርት ቤት ዩኒፎርም
2. የፈተና መግቢያ ካርድ (Admission Card)
3. ብሔራዊ መታወቂያ (National ID)
4.ባዶ ወረቀት እና እስክሪብቶ ብቻ
ማስጠንቀቂያ፦ ከላይ ከተጠቀሱት ውጭ ማንኛውንም እቃ ይዞ ወደ ፈተና ጣቢያ የሚመጣ ተማሪ በፈተና ደንብ መሠረት ከፈተናው ይሰናበታል።
ለሁሉም ተፈታኞች ታላቅ ስኬት እንመኛለን!
…… መልካም ጉዞ፣ መልካም ስኬት! …… | 3 320 |
| 4 | Guyyaa: 30/10/2018.

…… መልካም ጉዞ፣ መልካም ስኬት! …… | 2 658 |
| 5 | Guyyaa 27/10/2018 📅
Beekisa 📢
Barattoota Mana Barumsaa keenya hundaaf 🏫
Manni Barumsaa Adooleessa 4, 2018tti cuufama. 🚫 Kanaafu, Adooleessa 4, 2018 barattoonni Mana Barumsaa keenya hundi keessan kanuma beekun maatii keessan waliin ganama keessa sa'aatti 2:00 irratti Mana Barumsaatti argamuun sagantaa sirna cufiinsaa irratti akka argamtan hubachiisaa guyyaadhuma kanatti kaardiin kan isinif keennamu ta'usaa isin beeksifna. 🎓
Mana Barumsiichaa 🏫
ቀን 27/10/2018
ለትምህርት ቤታችን ተማሪዎች በሙሉ 📚
ሐምሌ 4, 2018 የትምህርት ዘመኑ ተጠናቆ ት/ቤት የሚዘጋበት ቀን ነው። 🛑
ስለዚህ ተማሪዎች በተጠቀሰው ቀን ት/ቤት በተለያየ መርሃ ግብር የመዝገቢያ ስነ ስርአቶች እንደሚኖሩ ተገንዝባችሁ ወላጆቻችሁን በመያዝ ት/ቤት እንድትገኙልን እየሳሳወቅን በእለቱ የውጤት ማስገለጫ ካርድ የሚሰጣችሁ መሆኑን እናሳውቃለን 📄✨
ፕሮግራሙ የሚጀመረው ሰዓት 2:00 ላይ ነው ⏰
........ት/ቤቱ............. | 3 871 |
| 6 | Beeksisa Ariifachiisaa
Barattoota kutaa 9 hanga 11 kitaaba hin deebisne hundaaf:
Akkuma beekkamu kanaan dura sagantaan isiniif bayee kitaaba akka deebistan ta'uun ni yaadatama .Haata'uu malee barattootni osoo hin deebisin haftan hanga waxabajjii 26/2018 qofatti akka galchitan cimsinee isin beeksifna. | 3 358 |
| 7 | #kutaa12ffaa
Qophiin Xumurameera: Qorumsi Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Boru Ni Eegala!
Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 boru irraa eegalee wiirtuuwwan qormaataa 607 keessatti barattoota kuma 560 ol ta'aniif kennamuu akka jalqabu Tajaajilli Madaallii Batnootaa fi Qormaataa beeksise.
Qorumsi biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara barnootaa 2018 boru Waxabajjii 23 irraa eegalee hanga Adooleessa 16, 2018tti wiirtuuwwan 607 keessatti marsaa ja'aan (6) akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera.
Qabxiilee ijoo qormaata kanaa:
- Baay'ina Qoramtootaa: Waliigala barattoota 563,501 (Saayinsii Uumamaa 306,456 fi Saayinsii Hawaasaa 257,045) tu qormaata kana fudhata.
- Gosa Qormaataa: Toora interneetiin (Online) marsaa 6n kan kennamu yoo ta'u; waraqaan kan qoraman barattoonni Saayinsii Uumamaa Adooleessa 1-3, kanneen Saayinsii Hawaasaa immoo Adooleessa 6-8, 2018tti ni qoramu.
- Wantoota Qabachuun Eyyamaman: Kaardii Seensaa (Admission Card), Waraqaa Eenyummaa, Iskiribtoo fi waraqaa duwwaa qofa.
- Wantoota Dhoorkaman: Bilbila, Sa'aatii Ismaartii, Bluetooth, Laaptooppii fi meeshaalee elektirooniksii kamiyyuu qabatanii seenuun dhorkadha.
Qoramtoota hundaaf carraa gaarii hawwa. | 4 166 |
| 8 | Sin texto... | 3 370 |
| 9 | #kutaa12ffaa

Qoramtoota hundaaf carraa gaarii hawwa. | 1 |
| 10 | Guyyaa 22/10/2018
Barattoota mana barumsaa Adaamaa sad. 2ffaa kutaa 9--11 hundaaf
Akkuma beekamu baruu- barsiisuu bara barnootaa 2018 gara xumuraatti adeemaa jiraachuun ni beekama.kanaaf barataan/ttuun kamuu qabxii isaa/ishee 100%keessaa beekuun kan isa/ishee irraa eegamu (mirga beekuu) qabdu waan ta'eef akka beektan.
Hub.Gosa barnootaa 100% keessaa hin beekne yoo jiraate kutaa baruu barsiisutti akka beeksistan.
*****
ቀን 22/10/2018
የአዳማ ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤት ከ9--11ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ።
እንደሚታወቀው የ2018 የትምህርት ዘመን የመማር ማስተማር ሂደት እየተጠናቀቀ ነው።ስለዚህ እያንዳንዱ ተማሪ ከ100% ውጤቱን ማወቅ ይጠበቅበታል (የማወቅ መብት) አለዉ።
ማስታወሻ፡ 100% የትምህርት ዓይነቶችን ካላወቁ፣ የመማር ማስተማር ክፍሉን ያሳውቁ። | 3 223 |
| 11 | Urgent
Barattuu RUZIYA MUHAMMED IBRAHIM kutaa 12ffaa Daree Social Science kan taate fi maatiin ishee guyyaa 22/10/2018 ganama sa'aa 2:30 tti mana barumsaa Adaamaa sad.2ffaa tti ni barbaadamtu. | 2 880 |
| 12 | Akkam jirtu barattootni mana barumsa keenyaa kutaa 12ffaa hunduu ergaa armaan olitti isiniif darbe kanaaf qophooftanii ? Yeroo dhuftan yuunifoormii mana barumsaa,Waraqaa eenyummaa biyyaalessaa fi Waraqaa seensa qorumsaa qabachuu akka hin daganne jechaa sa'aatiin 7:00 kan itti jalqabu waan ta'eef dursitanii akka argamtan cimsinee isin beeksifna.Halkan gaarii!! | 3 404 |
| 13 | Sirreeffama:
Kan ASTU tti ramadaman barattootni hundi (Natural+ Social) Orientation boruu irratti argamuu akka qaban sirreeffamni taasifamee jira.
Kanaafuu barattootni
Social Science tis boru Sa'aatii 7:00 tti Orientation irratti akka argaman ergaan yaa dabru.
ማስተካከያ
ወደ ASTU የተመደቡ ሁሉም ተማሪዎች (Natural Science እና Social Science) ነገ በሚካሄደው የOrientation ፕሮግራም ላይ መገኘት እንዳለባቸው ማስተካከያ ተደርጓል።
ስለዚህ የSocial Science ተማሪዎችም ነገ ከቀኑ 7:00 ሰዓት በOrientation ፕሮግራሙ ላይ እንዲገኙ መልዕክቱን እንዲያስተላልፉ ይጠየቃሉ። | 3 706 |
| 14 | Orientation for Natural Science Students:
Boru (Wiixata) Waaree booda Sa'aatii 7:00tti.
Iddoon: 'Stadium' (Staadiemii) ASTU tti. | 3 315 |
| 15 | Beeksisa Hatattamaa/
Urgent News
Barattoota kutaa 12ffaa Hundaaf:-
Guyyaa boruu Waxabajjii 18/2018 shaakalliin online Mock Exam xumuraa ganama sa,aa sadii fi waareebooda sa'aa saddeet eegalee waan kennamuuf yeroo kabajjaanii #ASTU #UNVERSTITI akka argatan cimsinee isin beeksifna.
Hubachiisa
Sababa kamiinuu hafuun hin danda'amu.
, Sagantaan Qorumsaa :
##waaree dura(ganam) Natural S fi
##* waaree booda(guyyaa) Social S
Share share share.....
ለሁሉም የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች
አስቸኳይ ማስታወቂያ
ነገ ሰኔ 18/2018 ዓ.ም. የመጨረሻው የኦንላይን የሙከራ ፈተና (Mock Exam) ስለሚሰጥ፣ በሰዓቱ በመገኘት በASTU ዩኒቨርሲቲ እንድትገኙ በአክብሮት እናሳስባለን።
ጠዋት 3:00 ሰዓት ጀምሮ
ከሰዓት በኋላ 8:00 ሰዓት ጀምሮ
ማሳሰቢያ
በማንኛውም ምክንያት መቅረት አይቻልም።
የፈተና መርሃ ግብር
ጠዋት (Natural Science)
ከሰዓት በኋላ (Social Science)
ለሌሎችም ያጋሩ! 📢 | 5 384 |
| 16 | Exam-Rounds.xlsx | 2 979 |
| 17 | Guyyaa 14/10/2018
Barattoota kutaa 9ffaa,10ffaa fi 11ffaa tiif
Qormaanni xumuraa waxabajjii 15/10/2018 irraa eegalee kennamuu ta'uu ni beekama.Kanaafis qophii barbaachisaa akka taasistan m/b ni hubachiisa.
## haaluma kanaan Danbii Naamusa Qormaata haala armaan gadiitti eerameen kabajuun barbaachisaa dha.
Naamusa barataan qormaata qoramu kabajuu qabu
1.Qorumsi eegaluun dura daqiiqaa 30'dura m/b tti argamuu
2.Qalama qofa qabachuu
3.Sa'aatii qorumsaaf kenname qofa fayyadamuu
4.Ajaja qoraan daree kennu kabajuu
5.Barataan Mobile ,smart watch, Calculator (yoo eeyyamame ni danda'ama), Dabtara ,Barreeffama adda addaa,qabatee/ttee argame/tte ;qormaatichi guutummaatti akka haqamu taasisa.dabalataan qormaata itti aanus hin fudhatu/ttu.
6.Barataan/ttuu tokko qormaanni eegalee daqiiqaa 30' booda kan dhufu/ttu yoo ta'e qoramuu hin danda'u/ssu.
@Akka walii-galaatti wantoota naamusa qorumsaa cabsan irraa of-fageessuun barbaachisaa dha. | 4 096 |
| 18 | Book .docx | 4 042 |
| 19 | Sin texto... | 4 289 |
| 20 | https://www.facebook.com/100067640477472/posts/1325540943043909/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v | 3 886 |