cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Adama Model S. S. School

We are dedicated to serve the community.

Mostrar más
Finlandia1 160El idioma no está especificadoEducación25 608
Publicaciones publicitarias
5 730
Suscriptores
+1924 horas
+1137 días
+16530 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

28/10/16 ለ12ኛ ክፍል 'Social Science' ተማሪዎች በሙሉ ፣ ለሀገር አቀፍ ፈተና ወደ ዩኒቨርሲቲ መግቢያ ቀን ሰኞ (01/11/2016) ከጠዋቱ 12:00 ጀምሮ ስለሆነ ሁሉም የሶሻል ሳይንስ ተማሪዎች በዕለቱ 12:00 ላይ አዳማ ሞዴል ት/ቤት እንድትገኙ ስንል በጥብቅ እናሳስባለን። ዘግይተው የመጡ ተማሪዎች ለሚፈጠረው ችግር ሀላፊነት ይወስዳሉ። ማሳሰቢያ፡ 1. ከጠዋቱ 12:00 ት/ቤት ተገኝታችሁ ጉዞ የምንጀምርበት ሰዓት ነው፣ 2. በራሳችሁ ወደ ዩኒቨርሲቲ መሄድ ስለማይቻል ት/ቤት መጥታችሁ አስፈላጊውን ፍተሻ ከተደረገ በኋላ ት/ቤቱ ባዘጋጀው ትራንስፖርት የምትሄዱ መሆኑን እናሳስባለን፣ 3. የተከለከሉ ነገሮችን ኤሌክትሮኒክስ፣ ጌጣጌጥና ሌሎች የተከለከሉ ነገሮችን ይዛችሁ አለመምጣት ያስፈልጋል ።
Mostrar todo...
👍 7
28/10/2016 Barattoota kutaa 12ffaa 'Social Science' hundaaf Guyyaan gara mooraa yuunivarsiitii itti seentan Wiixata (01/11/2016) waan ta'eef barattoonni kutaa 12ffaa 'Social Science' ganama sa'aa 12:00 irratti mana barumsaatti argamuu akka qabdan isin beeksifna. Sa'aatii 12:00 irratti mooraa mana barumsaa keessatti sa'aatii itti argamtan malee sa'aatii manaa itti kaatan akka hintaane isin hubachiifna. Hubachiisa:- ofiin gara yuunivarsiitii deemuun waan hindanda'amneef, barattoonni guyyaafi sa'aatii jedhametti mana barumsaatti akka argamtan isin hubachiifna. Sababa barfannaatiif rakkoo uumamuuf manni barumsaa itti hingaafatamu. Mana Barumsichaa!
Mostrar todo...
👍 8
26/10/2016 ከ9-11ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ የወላጆች ቀን (ካርድ የሚሰጥበት ቀን) ሐሙስ (04/11/2016) ስለሆነ ሁሉም ተማሪዎች ከወላጆቻችሁ ጋር ት/ቤት በመገኘት ካርዳችሁን እንድትወስዱ እናሳውቃለን። ማሳሰቢያ፡- ተማሪዎች ካርድ ለመውሰድ ስትመጡ ማሟላት ያለባችሁ ነገሮች: 1. የመማሪያ መጽሐፍ ከወዲሁ እስከ 28/10/2016 መመለስ አለባችሁ፣ 2. ለት/ቤቱ አጥር ስራ በወላጆች የተወሰነውን ከወዲሁ ከፍላችሁ ደረሰኝ ይዛችሁ መምጣት አለባችሁ፣ 3. ከወላጅ ጋር ያልመጣ ተማሪ የማናስተናግድ መሆኑን እናሳስባለን። በእለቱ ማንኛውም ምክንያት ተቀባይነት የለውም። ት/ቤቱ
Mostrar todo...
👏 12👍 4
26/10/2016 Barattoota kutaa 9-11 hundaaf Guyyaa cufinsa M/B beeksisuu ta'a. Guyyaa Kamisaa (04/11/2016)'tti guyyaa cufinsa mana barumsaa (Guyyaa Maatii) akka ta'e isin beeksifna. Barattoonni kaardii fudhachuuf yeroo dhuftan wantoonni isinirraa eegaman: 1. kitaaba barataa isin harka jiru hanga guyyaa 28/10/2016'tti akka deebistan 2. Kaffaltii ijaarsa mooraa mana barumsaatiif maatiin murteesse gamanumaa kaffaltanii nagahee ittiin kaffaltan qabattanii dhufuu qabdu; 3. Barattoonni hundi maatii keessan waliin yoo dhuftan malee kaardiin kan isinii hinkennamne ta'uu isin hubachiifna. Guyyaa cifinsaa geessanii sababa adda addaa dhiyeessuun fudhatama hinqabu waan ta'eef gamanumaa wantoota isinirraa barbaadamu akka guuttattan jechuun cimsinee isin beeksifna. Mana Barumsichaa
Mostrar todo...
👍 11🆒 5
Photo unavailableShow in Telegram
Barsiisota Mana barumsaa Moodela Adaamaa Olaanaa Sad. 2ffaa hundaaf. Guyyaa boruu jechuun 26-27/10/2016tti qormaanni moodelaa marsaa 2ffaa waan kennamuuf hundi keessanuu sagantaa isiniif bahe irratti sa'aatiidhaan argamtanii akka qortan MB kabajaan isin beeksisa.
Mostrar todo...
👍 16
Photo unavailableShow in Telegram
👍 5
Notice: To all Adama Model Senior Secondary School Teachers. This is to remind you that there will be 2nd round Model exam from 26/10/2016- 27/10/2016. Therefore, by looking program prepared for you all of you have to be punctual for the exam.
Mostrar todo...
👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
👍 15🕊 4🆒 2
22/10/2016 ለ12ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ነገ እሁድ (23/10/2016) 'Admission Card' ስለሚሰጥ ሁሉም የ12ኛ ክፍል ተማሪዎች ጠዋት ከ2:30 ጀምሮ ት/ቤት መጥታችሁ እንድትወስዱ እናሳስባለን። ተማሪዎች 'Admission Card' ለመውሰድ ስትመጡ ማሟላት የሚጠበቅባችሁ ነገሮች፣ 1. ቦንድ የገዛችሁበትን ቅጽ ኮፒ መያዝ 2. ዩኒፎርም ለብሶ፣ የት/ቤቱን መታወቂያ ይዞ፣ ፀጉር አስተካክሎ መምጣት ይጠበቅባችኋል። ማሳሰቢያ፦ Admission Card ለሌላ ተማሪ መውሰድ አይቻልም፣ የሚሰጠው ነገ እሁድ ብቻ ስለሆነ ሁላችሁም እንድትወስዱ በጥብቅ እናሳስባለን። ት/ቤቱ
Mostrar todo...
👍 15🕊 3
Urgent*Carraa kanatti Barattootni keenya akka Fayyadaman Taasiisa!!* Teeknooloojiin lafee dugdaa bara kana akka ta’e ni beekama. Keessa iyyuu guddina qunnamtii, eegumsa fayyaa, barnootaa fi industirii irratti shora olaanaa qaba. AI irraa kaasee hanga Intarneetii Wantootaatti, teknooloojiin akkaataa itti jiraannuu fi hojjennu jijjiiraa kan jiruufi odeeffannoo bal’aa ta’e kennuudhaan namoota dhuunfaa fi hawaasa illee ni humneessa. INSA barattoota cicimoo bilisa gannaa kana leenjisuuf carraa kennera. Waan kana ta’eef; “INSA Cyber Summer Campus” leenjii gannaa keessa bilisan kennamu irratti akka barattootni kenya galmaa’anii dorgomanii taasiisa. Yeroon galmee baay’ee gabaaba waan ta’eef, halkanuma kana wal dabarsatti ijoolleen akka galmoftu taasisa. Link iraatti galmaa’anis *https://talent.insa.gov.et/talent/register* dha. MB hunda har'uma ittiin gahuun carraa kanatti akka fayyadaman haa ta'u.
Mostrar todo...
👍 14
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.