cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromia Midia

Midia

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoPolítica24 907
Publicaciones publicitarias
289
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
ነጋዴው በዝቷል በአማራ ህዝብ ሀብት የሚያፈራው ቁጥሩ የትናየት ነው። ይሄ ሁሉ በሶሻል ሚዲያ ሚጮህው ሁሉ በአማራ ህዝብ ትግል ገንዘብ እየሰበሰበ እየጠፋ ነው።
Mostrar todo...
01:47
Video unavailableShow in Telegram
ኦሮሞ እያስተዳደረ ነው ይሉናል እንደዚህ አይነቱን ማስተዳደርማ በሃይለስላሴም ጊዜ አለ ። ከላይ እንደሚያዙት ነው እየመራ ያለው እንጂ በኦሮሞ እየተመራ አይደለም ። አዳምጡ እውነቱ እሄ ነው ።
Mostrar todo...
10.77 MB
Photo unavailableShow in Telegram
Eebbifamtoota 𝗞𝗶𝗯𝗯𝗮 𝗕𝗮𝗵𝗮 𝗢𝗿𝗼𝗺𝗶𝘆𝗮𝗮 konyaa Arsii Bahaati. Guyyaa har’a Eebbifameedha!❤❤ Baga Milkooftani.
Mostrar todo...
Repost from Dhiiroo Garbii
Photo unavailableShow in Telegram
#የምኒልክ ዘመቻ ብሎ ለጥፋት ተደራጅቶ የነበረ ቡድንና የወሎ ኦሮሞ ወጣቶችን ከመኪና ላይ አወርዶ ያስረሸኑና እንድሁም በጅምላ ጭፍጨፋ ላይ የተሳተፋ  ግለሰቦች  ስም ዝርዝር! 1.ግሩም ኤርሚያስ 2.ሳምሶን ታደሰ 3.ሃና የውሃንስ 4.ሜላት ዳዊት 5.ቤዛዊት መስፍን 6.ታማኝ በየነ 7.ትዝብት ተስፋ 8.ናታን ጌታቸው 9.ቁምነገር ደረጀ 10.ቴዎድሮስ ተክለኣረጋይ 11.እራስ ሙሉጌታ እርግጤ 12.ተሾመ ኣየለ 13.ኣንዳርጋቸው ፅጌ 14.ኣበበ ሙላቱ 15.ሙሉጌታ ኣንበርበር(ጋዜጠኛ) #የኦሮሞ ህዝብ እስከመጨረሻው ይፋረዳቹሀል።
Mostrar todo...
Hojii Ilmaan Habashaa laala Mucaan tuni Walloo Aanaa dawwee harawaati ji'a takka dura duute dhukkuba kaleetiin Isaan ammoo har, a accounti bananii maallaqa Ittiin funaannataa jiru 😖 ህይዎቷ ካለፈ ዛሬ አንድ ወር ሞልቷታል። ምን አስባችሁ ነው? አካውንቱም የሷ አይደለም አታጭበርብሩ። በሞቷ አትነግዱ።
Mostrar todo...
Ummanni Begii Birmannaa barbaada. Buufataalee fayyaa keenya 4 keessatti Namoonni 5,530 qoratamanii, isaan keessaa namoonni 4,737 dhibee busaa qabaachuun isaanii mirkanaa'eera jedha odeessi gamasii. Kan manni yaalaa beeku qofti namoonni 30 ta'an dhibee kanaan du'aniiru. Guyyaatti yoo xiqqaate Afoosha tokko keessaa nama 3tu awwaalamaa Jira jedhama. Rakkoo gara sana jiru haalaan hammaataadha! Dhiyeessiin qorichaa hin jiru. Yeroo dhibeen Busaa hammaatu Fulbaanni osoo hin ga'in namni dhibee kanaan dhumuutti Jira. Waggoota 3n kana Ummatichi dhoksaatti miidhameera. PPn beekaa uummata fixaa jirti!
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Finfinnee! Ijoolleen Oromoo waraa-na impaayera kana keessatti qooda fudhataa jirtan ammas dhaabbadhaati of ilaalaa! Lo-la naannoo Am**raa keessatti ta'aa jiruun ilmaan oromoo sababa oromummaa isaanii qofaaf adda fo'amanii mii-dhamaa akka jiran odeessi na qaqqabe nii ifoomsa. Kanneen qaama hir'at-anii hospitaala leenca Gurraachaa keessatti argaman rakkoo ulfaataa keessa jiraachuu odeessi achirraa dhufu nii ifoomsa. Miidh-amtoonni kun qoricha gahaa illee dhabanii injection adoochaa qofa fudhatanii rakkoo keessa jiru jedha odeessi. Miilli isaanii irraa cici-tee haala ulfaataa keessa jiru. Kanaafuu dhaabbadhaati of ilaalaa isiniin jechuun fedha!
Mostrar todo...
Repost from Faana Sinbiraa
Photo unavailableShow in Telegram
𝗢𝗱𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗻𝗻𝗼𝗼 𝗚𝗮𝗱𝗱𝗶𝘀𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮:- Wallagga Bahaa Magaalaa Naqamteetti Namni Ajjeefamee Eessa Buuteen Isaa Barbaadamaa Ture Boolla lolaa Diichii Keessaa Du'aan Isaa Argame Oromiyaa Bakkoota Heedduutti Namoonni Baay'een homnoota mootummaan butamanii Eessa Buuteen Isaanii Dhabamuun Hanga Har'aatti Maatiif firottan Namoota Kanaa dhiphina Guddaa Hammana Hin Jedhamne keessa Jiru. Magaalaa Naqamtee keessatti namoonni Baay'een qaama mootummaatiin butamanii mana hidhaa barbaadamanii dhabamuun hanga har'aatti Maatiif firottan isaanii reeffa isaanii bakkee keessa barbaadaa jiru. Haaluma kanaan Magaalaa Naqamtee keessatti namni ajjeefamee eessa buuteen Isaa dhabame kun bokkaa humnaan roobeen lolaa diichii Jalaa humnaan dhiibee baasee gara mul'achuu dabda'uutti baasuun reeffi isaa argamuu danda'ee Jira. Akka jiraattonni jedhaniitti namni Kun Erga ajjeesanii booda diichii lolaa ol qabanii Jala kaa'uun diichii sana gadi Itti deebisuu hin oolle jechuun Dubbatu. Taateen Kun Uummata Oromoo heedduu akkaan gaddisisee Jira.
Mostrar todo...
Repost from Dhiiroo Garbii
03:21
Video unavailableShow in Telegram
Ammas jabinni keenyaf gammachuun keenya dachaan Dabalaa Dabalaa adeema‼️ #Shubbisa🥰 Jaal Qaroo Sabaa
Mostrar todo...
21.16 MB
Repost from Faana Sinbiraa
#Saasiggaa angaar jala mojootti lola hardha turen gootichi pp 42 adaba tolche💪
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.