cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

GUMA LAW FIRM

Guma Advocates provides you with comprehensive legal solutions that are grounded in integrity and excellence.

Mostrar más
Finlandia3 555El idioma no está especificadoLey7 402
Publicaciones publicitarias
289
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

𝗚𝗨𝗠𝗔 𝗟𝗔𝗪 𝗙𝗜𝗥𝗠: 𝗢𝗨𝗥 𝗖𝗢𝗥𝗘 𝗩𝗔𝗟𝗨𝗘𝗦 ••• Our success is rooted in our core values. These values form the foundational principles that define what we stand for as a law firm and as individuals. ⬧ 𝗜𝗻𝘁𝗲𝗴𝗿𝗶𝘁𝘆 ⬧ 𝗖𝗹𝗶𝗲𝗻𝘁 𝗙𝗼𝗰𝘂𝘀 ⬧ 𝗜𝗻𝘁𝗲𝗹𝗹𝗲𝗰𝘁𝘂𝗮𝗹 𝗥𝗶𝗴𝗼𝗿 ⬧ 𝗖𝗼𝗹𝗹𝗮𝗯𝗼𝗿𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻 ⬧𝗘𝘅𝗰𝗲𝗹𝗹𝗲𝗻𝗰𝗲 ••• 𝗚𝘂𝗺𝗮 𝗟𝗮𝘄 𝗙𝗶𝗿𝗺! 𝗙𝗼𝗿 𝗶𝗻𝗻𝗼𝘃𝗮𝘁𝗶𝘃𝗲 𝗹𝗲𝗴𝗮𝗹 𝘀𝗼𝗹𝘂𝘁𝗶𝗼𝗻𝘀!
Mostrar todo...
1
Dhaabbata Abukaatummaa Gumaa ••• Aadaa fi duudhaa uummata biyya keenyaa, keesumattuu kan uummata Oromoo keessatti, Gumaan yaada rimee dhugaa, haqaa fi nagaa bakka bu’uudha. Mala wal dhabdeen cimaa ta’e karaa nagaatiin ittiin hiikamuu fi wal dhabdootaa fi hawaasa keessatti nageenyi ittiin buufamuudha. Adeemsa wal dhabdeen karaa seeraan fudhatama qabuu fi nagaa ta’een haqaa fi dhugaa irratti hundaa’ee itti hiikamu kan bakka bu’uudha.   Dhaabbanni Abukaatummaa Gumaas yaadama bu’uuraa kana irratti hundaa’uun ogeessota seeraa ciccimoo muuxannoo hojii abbaa seerummaa fi kan gaggeessummaa gabbate qabaniin kan hundaa’eedha. Rakkoo fi gaaffii seeraa maamiltootni isaa qaban hundaaf fala kalaqaan deeggarame gahuumsaan kennuuf kan bu’uureffameedha. Gareen abukaatoota dhaabbatichaa haqaa fi ol’aantummaa seeraa mirkaneessuuf of kennanii hojjachaa kan turan ta’uurra darbee damee seerotaa adda addaa irratti beekumsa garagaraa (diversified expertise) kan qaban fi qooqa adda addaatiin hojjachuu kan danda’anii (multi lingual) dha. Kun immoo hubannoo gadi fagoo sirna haqaa/seeraa biyyattii irratti qabnuun dabaalamee maamiltootaaf (namoota dhuunfaa fi dhaabbilee adda addaa) tajaajila seeraa gahuumsa qabu kennuuf nu dandeessisa.   Dameewwan seeraa gurguddoon irratti hojjannus falmii yakkaa fi hariiroo hawaasaa akka waliigalaatti, seera daldaalaa, seera investimentii fi bulchiinsa lafaa, seera taaksii fi gibiraa, seera ijaarsaa, seera maatii, seera dhaalaa, seera mirgoota qabeenyaa fi kkf dha.  •••• Gumaa! Gaaffilee fi rakkoowwan Seeraa qabdan hundaaf fala!  
Mostrar todo...
👍 6 5
Photo unavailableShow in Telegram
𝗗𝗛𝗔𝗔𝗕𝗕𝗔𝗧𝗔 𝗔𝗕𝗨𝗞𝗔𝗔𝗧𝗨𝗠𝗠𝗔𝗔 𝗚𝗨𝗠𝗔𝗔 𝗧𝗔𝗝𝗔𝗔𝗝𝗜𝗟𝗢𝗢𝗧𝗔 𝗞𝗘𝗘𝗡𝗬𝗔: ••• 1. Tajaajila gorsa seeraa bu’a qabeessa ta’e kennuu; 2. Gaaffiilee fi rakkoowwan seeraan wal qabatanii mudataniif furmaata kennuu; 3. Maneen Murtii Federaalaa fi Naannootti ykn qaamolee seeran tajaajila abbaa seerummaa kennuuf aangeffaman biratti maamiltoota keenya bakka bu’uu fi falmuu; 4. Sanadoota seeraa kamuu qopheessuu ykn qorachuu; 5. Maamiltoota keenya bakka bu’uun waliigalteewwan ciccimoo ta’an mari’achuu (negotiate) fi waliigaluu; 6. Seeraa fi imaammataan wal qabatee qorannoo gaggeessuu; 7. Dhimmoota seeraa irratti leenjiiwwan ijaarsa dandeettii kennuu; Tajaajila seeraa bilisaa lammiilee barbaachisuuf bilisaan gargaaruu fi kkf ••• 𝚃𝚘𝚛𝚋𝚊𝚗 𝙶𝚊𝚊𝚛𝚒𝚒 𝚀𝚊𝚋𝚊𝚊𝚍𝚑𝚊𝚊!
Mostrar todo...
👍 6 4
አገልግሎቶቻችን፡- ••• •ውጤታማ የህግ ምክር አገልሎቶችን መስጠት፣ •ለማንኛውም የህግ ጥያቄዎች እና ተግዳሮቶች መፍትሄዎችን መስጠት፣ •በማንኛውም የፌዴራል እና የክልል ፍርድ ቤቶች ወይም የአስተዳደር ፍርድ ቤቶች ደንበኛችን መወከልና መከራከር፣ •ማንኛውንም ህጋዊ ሰነዶችን ማዘጋጀት ወይም መመርመር፣ •ደንበኞቻችንን በመወከል ከባድ ውሎችን እና ስምምነቶችን መደራደር ወይም ማስማማት፣ •በሕግ እና በፖሊሲ ጉዳዮች ዙሪያ ጥናቶችን ማካሄድ፣ •በሕግ ጉዳዮች ዙሪያ የአቅም ግንባታ ሥልጠናዎችን መስጠት፣ •ነጻ የህግ አገልግሎት ለሚያስፈልጋቸው ዜጎችን በነጻ መርዳት። ••• ሠነይ ሳምንት ጉማ የህግ አገልግሎት ድርጅት
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Dhaabbanni Abukaatummaa Gumaa hordoftoota Amantii Kiristaanaa maraan baga Ayyaana Cuuphaatiin isin gahe yommuu jedhu gammachuu guddaatu itti dhagahama. ጉማ የህግ አገልግሎት ድርጅት ለመላው የክርስትና ዕምነት ተከታዮች መልካም የጥምቀት በዓልን ይመኛል።
Mostrar todo...
8
#ጉማ ጠበቆች የህግ አገልግሎት ድርጅት ••• በጉገት ሲጠበቅ የነበረው ጉማ ጠበቆች የህግ አገልግሎት ድርጅት በመላ ኢትዮጵያ ሙሉ አገልግሎት መስጠት መጀመሩን ስንገልጽ በጣም ደስ ይለናል፡፡ ጉማ በአሁኑ ጊዜ በሀገሪቱ ውስጥ ከሚሰሩ ጥቂት የህግ አገልግሎት ድርጅቶች አንዱ ለመሆን በቅቷል፡፡ ጉማ የህግ አገልግሎት ድርጅት በፌደራል አዋጅ ቁጥር 1249/2021 መሰረት በዳኝነት እና በጥብቅና ሙያ የዓመታት ልምድ ባካበቱ የህግ ባለሙያዎች የተመሰረተ ነው። መሥራቾቹ ለህግ የበላይነት መከበር እና ለእውነትና ፍትህ መረጋገጥ የቆሙና ራሳቸውን የሰጡ ባለሙያዎች ናቸው። እኛ ጉማዎች ለግለሰቦች እና ለንግድ ድርጅቶች አጠቃላይና ጥራት ያለው የህግ አገልግሎቶችን ለመስጠት ታማኝ እና ታማኝ አጋራችሁ እንሆናለን፡፡ ረጅም ልምድ ያካበቱ ጠበቆቻችን በተለያዩ የህግ ዘርፎች ማለትም በወንጀል እና በፍትሀብሄር ጉዳዮች፣ በንግድ ህግ፣ በኢንቨስትመንት ህግ፣ በግንባታ ህግ፣ በቤተሰብ ህግ፣ ዉርስ ህግ፣ በንብረት መብት እና በሌሎችም ጨምሮ በተለያዩ የህግ ዘርፎች በብቃት ደንበኞቻችንን መወከል ይችላሉ፡፡ በመደበኛ ፍርድ ቤቶች እና በአስተዳደራዊ አካላት ፊት ቀርበን ደንበኞቻችንን ውጤታማ በሆነ አኳኃን በመወከል፤ እንዲሁም በህግ ምክሮቻችን አዳዲስ የህግ መፍትሄዎችን በመስጠት አርኪ አገልግሎት እንሰጣለን። ጉማዎች በትብብርና አብሮ በመስራት ሃይል እናምናለን፤ ከደንበኞቻችን ጋር በቅርበት እንሰራለን፡፡ ከልዩ ፍላጎቶቻቸው እና አላማዎቻቸው ጋር የሚጣጣሙ የተለዩጁ ስልቶችን እንጠቀማለን፡፡ በጉማ ደንበኞቻችን በሁሉም ደረጃ የህግ ሂደቶችን በሚገባ እንዲረዱ ግልጽ ግንኙነትን እናስቀድማለን። ለፍትህ እና ለእውነት ባለን የማያወላውል ቁርጠኝነት፣ ከፍተኛውን የስነምግባር ደረጃዎች እያከበርን ለደንበኞቻችን ጥሩ ውጤቶችን ለማግኘት እንጥራለን። ጉማ ጠበቆች የህግ አገልግሎት በቅንነት እና በልህቀት ላይ የተመሰረቱ አጠቃላይ የህግ መፍትሄዎችን ይሰጥዎታል። እባክዎን አድራሻችንን ከታች ይመልከቱ። •••
Mostrar todo...
👍 3
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.