Adama City Muslim Youth Council
Ir al canal en Telegram
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa M/Adaamaa Guyyaa 19/04/2018tti hundeeffame.
Mostrar más651
Suscriptores
Sin datos24 horas
-47 días
-1530 días
Carga de datos en curso...
Canales Similares
Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
junio '26
junio '260
en 0 canales
mayo '26
+2
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+2
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+11
en 0 canales
Get PRO
febrero '26
+3
en 0 canales
Get PRO
enero '26
+8
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+10
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+6
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+48
en 0 canales
Get PRO
septiembre '250
en 1 canales
Get PRO
agosto '250
en 0 canales
Get PRO
julio '250
en 0 canales
Get PRO
junio '250
en 1 canales
Get PRO
mayo '250
en 0 canales
Get PRO
abril '250
en 0 canales
Get PRO
marzo '250
en 2 canales
Get PRO
febrero '250
en 0 canales
Get PRO
enero '250
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+7
en 0 canales
Get PRO
noviembre '24
+45
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+31
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+52
en 0 canales
Get PRO
agosto '24
+60
en 0 canales
Get PRO
julio '240
en 2 canales
Get PRO
junio '24
+1
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+2
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+21
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+23
en 1 canales
Get PRO
febrero '24
+20
en 1 canales
Get PRO
enero '24
+70
en 1 canales
Get PRO
diciembre '23
+1
en 1 canales
Get PRO
noviembre '23
+4
en 0 canales
Get PRO
octubre '23
+17
en 1 canales
Get PRO
septiembre '23
+12
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+5
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+16
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+22
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+11
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+80
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+22
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+23
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+60
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+68
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+24
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+12
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+4
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+23
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+79
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+4
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+2
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+8
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+6
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+4
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+1
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+223
en 0 canales
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 14 junio | 0 | |||
| 13 junio | 0 | |||
| 12 junio | 0 | |||
| 11 junio | 0 | |||
| 10 junio | 0 | |||
| 09 junio | 0 | |||
| 08 junio | 0 | |||
| 07 junio | 0 | |||
| 06 junio | 0 | |||
| 05 junio | 0 | |||
| 04 junio | 0 | |||
| 03 junio | 0 | |||
| 02 junio | 0 | |||
| 01 junio | 0 |
Publicaciones del Canal
Repost from Oromia Muslim Youth Council
عيد مبارك
Ergaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa irraa darbe!
Baga Iida Arafaa bara 1447ffaatiin nagayaan nuun gahe! 🕋
***
➤Dargaggoonni Oromiyaa hundi sirna Salaata Iidaa akkuma yeroo kamittuu khidmaa fi nageenyaaf cimsitanii akka dalagdan kanaan cinaattis galmee miseensummaa Miiliyoona 3n eegalames haaluma wal fakkaataan waliin itti haa fufsiisnu.
➤Ibaadaawwan guyyoota kanneen keessatti taasifaman hunda umrii dargaggummaa kanaan haalaan itti haa fayyadamnu.
➤Tokkummaa, jaalala, kabajaa fi wal ta'iinsa keenya haa jabeessinu, harka qalleeyyii haa gargaarru, Manguddootaaf dursa haa kenninu, daa'immaniif dubartoota haa kunuunsinu.
➤Nageenyaa fi tasgabbii biyya keenyaaf wal wajjiin haa dhaabbannu.
Ayyaanni kan baranaa kan bara hegeree nuuf haa ta'u, bara baraan milkii duniyaa fi aakiraa wajjiin itti nuhaa deebisu.
**
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil
| 2 | Sin texto... | 50 |
| 3 | عيد مبارك
Ergaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa irraa darbe!
Baga Iida Arafaa bara 1447ffaatiin nagayaan nuun gahe! 🕋
***
➤Dargaggoonni Oromiyaa hundi sirna Salaata Iidaa akkuma yeroo kamittuu khidmaa fi nageenyaaf cimsitanii akka dalagdan kanaan cinaattis galmee miseensummaa Miiliyoona 3n eegalames haaluma wal fakkaataan waliin itti haa fufsiisnu.
➤Ibaadaawwan guyyoota kanneen keessatti taasifaman hunda umrii dargaggummaa kanaan haalaan itti haa fayyadamnu.
➤Tokkummaa, jaalala, kabajaa fi wal ta'iinsa keenya haa jabeessinu, harka qalleeyyii haa gargaarru, Manguddootaaf dursa haa kenninu, daa'immaniif dubartoota haa kunuunsinu.
➤Nageenyaa fi tasgabbii biyya keenyaaf wal wajjiin haa dhaabbannu.
Ayyaanni kan baranaa kan bara hegeree nuuf haa ta'u, bara baraan milkii duniyaa fi aakiraa wajjiin itti nuhaa deebisu.
**
Miidiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa karaalee armaan gadiitiin hordofaa.
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil | 44 |
| 4 | Sin texto... | 30 |
| 5 | ☘Guyyaan boruu guyyaa guddaadha haa Soomnu!!
“صيامُ يومِ عرفةَ أحتسبُ على اللهِ أن يُكَفِّرَ السَّنةَ
التي قبلَهُ والسَّنةَ التي بعدَهُ”
“Soomni guyyaa Arafaa cubbuu waggaa darbee fi waggaa dhufu namaaf araarama.
(Ṣaḥiiḥ Muslim 1162)
****
Oromia Muslim Youth Council
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil | 72 |
| 6 | EMYC jechuun maal jechuudha? | 359 |
| 7 | https://t.me/adamaregistrationfirstround | 344 |
| 8 | Ibsa Baga Geessanii Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa irraa!
Baga Ayyaana Iidaal Fixrii Bara 1447ffaan Nagayaan nuun gahe!
➥ Ibaadaawwan Ramadaana keessa humna Dargaggummaatiin gaggeessaa turre hunda Rabbiin nurraa haa qeebalu,
➥Ramadaana boodas akkuma kanaan duraa dalagaa gaggaarii dalagnu itti fufsiisuun akka hojjannu tawfiiqa Rabbii kadhachaa dhaamsa obbolummaa isiniif dabarsina.
➥ Yeroowwan itti aanan keessatti Karoora guddicha galmee miseensota Miiliyoona 3 ol ( 3M+) galmaan gahuu fi akkasumas Piroojektiiwwan gurguddaa waliin kan eegallu ta'uu isin hubachiisaa akkuma kanaan dura baratame saganticha Iidaa kana irratti
🔹 Sagantaalee Iidaa bakka hundatti akka gaariitti qindeessinu
🔹 Nageenya akka eegnu fi tasgabbeessinu
🔹 Manguddoota, daa’immanii fi haadholiif dursa akka kenninu
🔹 Salaanni Iidaa nagaan akka gaggeeffamu taasisuu keessatti gaheen dargaggootaa olaanaa wana ta'eef jabaanne irratti akka hojjannu isiniin jenna.
Xumura irratti Muslimtoonni Addunyaa irra iddoo kamittuu argamtan maraan baga geessan jechaa barri baranaa kan bara hegeree nuuf haa ta'u!
Iid Mubaarak!
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa
👇 #Join 👇
****
Oromia Muslim Youth Council
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil | 95 |
| 9 | Sin texto... | 90 |
| 10 | «لَقد آذنَ رمضانُ برَحِيله، فما أشدّ الفِراق، فلَيت شِعري مَن الفائز فِينا ومَن الخاسر؟ ومن المَقبول مِنّا ومَن المَردود؟».
****
Oromia Muslim Youth Council
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil | 86 |
| 11 | AnimatedSticker.tgs | 75 |
| 12 | AnimatedSticker.tgs | 74 |
| 13 | #Update
Guyyaan Iidaa guyyaa Jimaataati
****
Oromia Muslim Youth Council
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* Facebook page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil | 85 |
| 14 | Marii guyyaa hardhaa taasifame!
#Dargaggoota_Koree_Iidaa
#Kaawunsilii_Dargaggootaa
#Kaadimoota_Magaalaa_Adaamaa
Galatoomaa!! | 326 |
| 15 | AnimatedSticker.tgs | 89 |
| 16 | As wr wb Boru Marii Hatantamaa Waamamtaniirtu! Amiira Kilaastara Adaamaa Ust. Muhammad Muusaa irraa
#Dhiiraa fi #Dubartoonni #Magaalaa #Adaamaa
-Amiirota Koree Iidaa Magaalaa fi Kutaa Magaalaa
- Amiirota Kaawunsilii Magaalaa fi Kutaa Magaalaa
#Hub. Saganticha irratti OMYC V. President Abbaas Ibraahim ni argamu
Ganama Sa'aatii 3: 30
Iddoon : Waajjira Kaawunsiliitti
Dhaamsa kana caasaa keessaniif dabarsaa! | 338 |
| 17 | AnimatedSticker.tgs | 97 |
¡Ya disponible! Investigación de Telegram 2025 — los principales insights del año 
