cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Dawaa Qalbii

Kayyoon:-Barnoota Diinii hanga beeknu waliif qoodudha akkasumas kan idilee akka itti jabaannu walgorsuudha Gorsa bifa gabaaban dhihessuu Tarii Ergaan asiin dabarsinu nama fayyaddi. Join godhi hiriyyoota keetis affeeri. @Sammaan Yaadaf ↓↓↓↓↓↓ @Rabbiiftai

Mostrar más
Finlandia1 007El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad14 885
Publicaciones publicitarias
6 296
Suscriptores
+724 horas
+967 días
+38130 días
Distribuciones de tiempo de publicación

Carga de datos en curso...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Análisis de publicación
MensajesVistas
Acciones
Ver dinámicas
01
Media files
280Loading...
02
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
260Loading...
03
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
470Loading...
04
Muslimoonni Itiyoophiyaa bor magaalaa Kombolchaa oolu Spider Media: Zulqaida 17/1445 ''Tokkummaan keenya Nageenya Keenyaaf'' dhaadannoo jedhuun konfiraansii guddaan guyyaa boruu Walloo magaalaa Kombolchaatti ni gaggeeffama. Konfiraansiin nageenyaafi galateeffannnaa guddaan sadarkaa biyyaatti gageeffamu kun olaantummaan mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatiin kan qophaa'u yoo ta'u majlisa godinaafi magaalaa itti gaggeeffamu sanaatiin qinda'a. Konfiraansichi marsaan jalqabaa Baaleetti, marsaan lammaffaan Finfinneetti akkasumas marsaan sadaffaan ammoo dhiheenya kana magaalaa Jimmaatti qophaa'uun isaa kan yaadatamuudha. Itti fufee marsaa afraffaan mataduree ''Tokkummaan keenya nageenya keenyaaf'' jedhuun guyyaa borii naannoo Amaaraa magaalaa Kombolchaatti ni gageeffama. Hooggantoonni, ulamaa'onni, hayyoonniifi keessumoonni kutaalee biyyattii garaa garaa irraa saganticha irratti hirmaachuuf har'a magaalaa Kombolchaa yeroo seenan simannaan taasifameeraafi.
1190Loading...
05
📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!        ┏┓        ┃┃╱╲        ┃ ╱╱╲╲        ╱╱╭╮╲╲        ▔▏┗┛▕▔     ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲ ╱       ωєℓ¢σмє™             ╲    ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲     ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔ Open Home - Click here Ads @Xiin_Sammuu @Daaru_Salaam
750Loading...
06
Ogeeyyii miidiyaafi aktivistootaaf mana marechaatti leenjiin kenname Spider Media: Zulqaida 17/1445 ''Ajandaa Miidiyaa uumuu irraa hanga raawwachuutti'' mataduree jedhuun leenjiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatiin qophaa'e Ustaaz Ahmaddiin Jabaliin guyyaa har'aa galma walgahii mana marechaatti ogeeyyii miidiyaalee Islaamaafi aktivistootaaf kennameera. Ustaaz Ahmaddiin miidiyaan yeroo ammaa meeshaalee gurguddoo addunyaan dhimma itti bahaa jiru ta'uu ibsani ogummaafi hubannoo saayinsiin miidiyaa barbaaduun ogeessonni miidiyaa qophaa'aa ta'uun murteessaadha jedhani. Ustaazichi leenjii guyyaa guutuuf kennaa oolan kanaan miidiyaa fayyadamuun rakkooolee hawaasaa furuu l irratti akkasumas haalota miidiyaaleen hojii milka'aa itti hojjachuu danda'an irratti barnoota guddaa kennaniiru. Xumura irrattis yaadaafi gaaffiilee leenjitoota irraa ka'eef Ustaaz Ahmaddiin Jabal ibsa bal'aa kennaniiru. Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1 WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia >#SpiderMedia
1060Loading...
07
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐐𝐨𝐟𝐭𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!!               🌹🌹🌹            🥀🌹🌹        🥀 🌹 🥀      🌹🌹🌹🌹   🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹 🌹 🌹 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌹   🌹🌿🌹🌹 🌿          🌿 🌿               🌿.           🌸  🌸              🌿          🌿🌿🌿             🌿.      🌿 🌿 🌿            🌿.   🌿🌿 🌿           🌿 🌿🌿 🌿           🌿 🌿 🌿             🌿              🌿.              🌿.              🌿.            🌿 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝑸𝒐𝒇𝒕𝒊 𝑮𝒂𝒅𝒊 𝑻𝒖𝒒𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂!!! 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
390Loading...
08
#qormaata_biyyoolessaa #kutaa_12ffaa "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii raawwachuun qormaata hatuuf hin yaalamu jennee hin eegnu. sana ittisuuf qophiin taasifameera" - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa. Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Interneetii / #online irratti gaggeeffamu hanna ittisuuf qophiin taasifamuusaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksise. Daayirekatara olaanaa tajaajila kanaa Dr. Isheetuu Kabbadaa ibsa EBC’f kennaniin; "Addunyaa kanarra wanti rakkoo hin qabne hin jiru. Wanti hundi rakkoo/mudaa mataa isaa qabaata, garuu filannoon keenya dandeettii rakkoo kana littisuu ijaaruudha," jedhan. "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii gaggeessuun qormaata hatuuf hin yaalan jennee hin eegnu," kan jedhan Daayirektarri kun, " "Dhaabbilee dandeettii qabaniin qophii barbaachisaa ta'e taasisaa jirra," jechuun beeksisaniiru. "Warri qormaata kana irratti burjaajii uumuu barbaadan miidiyaa hawaasaa irratti, akkasumas warri qormaata irratti duuluuf yaadaa jirtan, kun dhimma #siyaasaa, #amantaa akka hin taane beekuu qabu, barattoonni bor biyyatti ba’a akka hin taaneef irra deebiin yaaduu qabu" jechuun dhaamaniiru. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
990Loading...
09
(س 721:) من هم المعنيون في هاتين الآيتين: وَأَرادُوا بِهِ كَيْداً فَجَعَلْناهُمُ الْأَخْسَرِينَ وقوله تعالى: فَأَرادُوا بِهِ كَيْداً فَجَعَلْناهُمُ الْأَسْفَلِينَ؟ (ج 721:) قوم إبراهيم عليه السلام الذين ألقوه في النار فنجاه الله منها. تطبيق يحتوي على ألف سؤال وجواب في القرآن . https://play.google.com/store/apps/details?id=com.jotechfly.questionsanswerinquran
1100Loading...
10
Media files
1250Loading...
11
የቁርዓን ውድድር አሸናፊዎቹ አዲስአበባ ቦሌ ኤርፖርት ገቡ! ... (ሀሩን ሚዲያ፦ግንቦት 17/2016) ... በሊቢያ የተካሄደው ዓለም አቀፍ የቁርአን ውድድር ኢትዮጵያዊው ተወዳዳሪ ሙሐመድ ማህሙድ አብዶ በሰላሳ ጁዝ የሂፍዝ የቁርአን መሐመድ ማህሙድ አብዶ እንዲሁም በቂራተል አሸር በአስሩ አይነት የቂርዓት አይነት በተካሄደው ውድድር 1ኛ የወጣው ኢትዮጵያ አብዱልወሀብ ኢብራሂምና ኢትዮጵያዊው አለም አቀፍ የቁርአን ውድድር ዳኛ ኡስታዝ ኑረዲን ቃሲም ከዘይድ ኢብኑ ሳቢት ዛሬ ማለዳ ቦሌ አለም አቀፍ ኤርፖርት ሲዶርሱ አየር መንገዱ በVIP ክላስ የተቀበላቸው ሲሆን ከጥቂት ደቂቃዎች በኋላ በመጅሊስ አመራሮችናበህዝበ ሙስሊሙ አቀባበል ይግላቸዋል። ... ተተወዳዳሪዎቹ የኢትዮጵያ አየር መንገድ ላደረገላቸው አቀባበል እንደሁም ለሙስሊሙ ማህበረሰብ ምስጋናቸውን አቅርበዋል። ©ሀሩን ሚዲያ
1210Loading...
12
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
380Loading...
13
Gariin namaa argaa kee jibbaa beeki,sababni isaa immoo,eenyummaa kee balfee osoo hin taane,eddoo sanatti argamuun kee,kophaatti ol bahee mul’atuu isaa jalaa gaaddiseessaaf si jibbaa dafii hubadhuuf. ila Lafa baldhoofi diriirtuu tana akka namaan hin cinne, gaaraan utubanii laali,gaara guddaa kana,sibiiluma Xiqqaan diiganii argi,sibiila immoo,ibiddaan baqsanii taajjabi,ibidda gubaa kana bishaaniin dhaamsanii argi, bishaan kana immoo,dumessa keessaa roobsanii laali, duumessa furdaa kana,bubbeefi qilleensuma laafaan bittinneessanii laali,qilleensa namatu ijaarsaan ittisaa argi,namni jabaan kuni immoo,hirriba laafaan kufaa laali,hirriba immoo,sodaan ufirraa balleessanii argi. Jaaloo wanti sodaatamu hundi laafaa fakkaata malee,jajjabaa beeki,laafinaaf osoo hin taane,gaafa qabe,qabaan akka biraa harkaa nama baasuu hin dandeenneef, sodaan suni jibbatti jijjiiramtii hubadhuuf. Obbolaa Qabeenyaan,barnootaan,hayyummaan,beekkamtiin, gosaafi firaan hin boonin,kan ufitti boonuu qabdu,yoo jaalala namaa qabaatte,yoo jaalala Rabbii argatte,yoo namaaf nagaa yaadde,yoo sammuu qulqulluu taateefi keessaafi alaa nagaa labsaa jirtu horatte qofaa beeki. Namana Wanti dafee ol bahe dafee gadi deebi’aa uf eegi,wanti daangaa malee ol fuudhame,daangaa malee gadi buufamaa uf tiksi,wanti akka malee ol guddate akka maletti kufaa laalii uf qusadhu. Hey Laafinaafi bookeen jiruu hin dhabnee xiinxalli,jabinaaf leenci du’arraa hin hafnee hubadhu,nama namummaa isaatiin kabaji malee,kuni laafaa,suni jabaa,kuni laafaa suni mishaa jechuun,fagoodhaa sadarkaa mataa kee keessatti oomishame itti raabsaa hin oolinii dhiisi. Ekaa Sadarkaa nama hundaatuu,dubbii osoo hin taane,hujii isaattu ibsaa,itti dhiisii laali. Ohhh Respect humanity!namooma qabaadhu,namummaa kabaji. Yes People with integrity do what they say they are going to do. ©️Ustaaz Sufiyaan Usmaan Https://t.me/Sammaan
1733Loading...
14
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
100Loading...
15
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
210Loading...
16
SI RAKKISEE RABBIIN FULDURA NAMAA SI HIN DHAABIN،HARKA NAMAA SI HIN EEGGACHIISIN 👇👇👇👇👇👇 @Sammaan
2040Loading...
17
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓  🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓   🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███
1570Loading...
18
𝖩𝗈𝗂𝗇 𝖠𝗅𝗅 2𝖪+ 𝖳𝖾𝗅𝖾𝗀𝗋𝖺𝗆 𝖢𝗁𝖺𝗇𝗇𝖾𝗅𝗌 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Click join   ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬       ◤◢◤◢◤◢◣◥◣◥◣◥       █        J O I N          █                 ◣◥◣◥◣◥◤◢◤◢◤◢    ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Waver: @Rafiqul_Islaam    𝗛𝗢𝗣𝗘 𝗣𝗥𝗢𝗠𝗢𝗧𝗜𝗢𝗡    𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦      𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬/𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬     @hope_promotions
10Loading...
19
Itiyoophiyaafi Liibiyaan walduraa duubaan dorgommmii Qur'aanaa Idil-addunyaa injifatan Dorgommmii Qur'aanaa Idil-addunyaa Liibiyaatti gaggeeffameen qaari'i Ibraahim Bilaal Liibiyaa irraa tokkoffaan yoo xumuru Mahaammad Mahmud Itiyoophiyaa irraa lammaffaa akkasumas Moritaaniyaan ammoo sadarkaa sadaffaa qabachuun walduraa duubaan xumuraniiru. Itiyoophiyaa bakka bu'ee kan hirmaateefi dorgommicha sadarkaa 2ffaan kan xumure dargaggoo Mahaammad Mahmud Abdoo diinaara 200,000 (doolaara kuma soddoma) badhaafameera. Abbaan murtee dorgommmii Qur'aanaa Idil-addunyaa lammiin Itiyoophiyaa Ustaaz Nuuraddiin Qaasimi dorgommicha irratti abbaa murtee ta'uun hirmaatanii jiru. ©️Spider media Https://t.me/Fursaan_media
2040Loading...
20
﷽ اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎ ✍YAA IKWAANII DHAAMSA GABAABDUU TANA NARRAA QABADHAA🌹🌹👇 👉 hedduun keenna jecha( الدنیا متاع وخیر متاعها المرءة الصالحة ) jettu tana ni beeka.garuu akkaataan itti dalagan nama dhiba sunis mar'atu -assaalihaa argachuuf seerota kana guuti:- 👉1.haalota gaggaarii isirraa arguu barbaaddu ofii keetii qabaadhu.📝 👉2. namoota haalli isaanii gaarii ta'an irraa ta'uuf jihaada godhi gaarima akka teetii argattaa.🌹 قال الله تعالی فی محکم تنزیله (والطیبون لالطیبات...🥰🥰) 👉3.karaa isii saaliha ittiin barbaadaa jirtu laali du'aa'iidha moo....😢 اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎ @quwwatulislam
1730Loading...
21
ICCITII MILKAA'INAA AS WR WB wantoota 5n waa 5n duratti saammadhu 1,Dargaggummaa tee<Dullumaan duratti 2,Fayya tee<dhukkubaan duratti 3,Qabenya kee< Faqiirummaan duratti 4,Yeroo free qabdu <biizii ta'uun duratti 5,Umrii jiruu keeti< du'aan duratti saammadhu.[
2001Loading...
22
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
60Loading...
23
Media files
2020Loading...
24
Turkiyyeen Masjiida hangafaafi seena qabeessa Al Najaashii suphuufi
2300Loading...
25
Darsiilee baratamee fi baratamaa jiru sagaleen hordofuuf linkiilee Armaan gadii kana seenuun Aragachu dandeessu 1📶Arba,iin Annawaawi👇 https://t.me/Markazhaumar1444 By.Ust/shaafii muhammad 2📶Umdatul Ahkaam👇 https://t.me/markazaUmarl1444 By.Ust/shaafii muhammad 3📶Tafsiira 👇 https://t.me/mAnsar123 By.Ust/shaafii muhammad 4📶 buluug Al maraam👇 https://t.me/MAnsaar134 By.Ust/shaafii muhammad 5📶 Nahwii Aajirumiyya👇 https://t.me/+NTJLenvCwSQwYjc0 By.Ust/shaafii muhammad 6📶Duruusul muhimmaa👇 https://t.me/+TEiA1wBG9y82NTJk By.Ust/shaafii muhammad 7📶Usuulu ssalaasa/_qawaa idul Arba,a👇 https://t.me/markazaumar By.Ust/shaafii muhammad مركز عمر بن الخطاب❤📚🖋 As wr wb Mee likiilee kana laali mee السلام عليكم ورحمة الله وبركاته اخوتي واخواتي الكرام طلاب العلم الشرعي استفيدوا من هذه المعدات التالية 👇👇👇 السلام عليكم ورحمة الله وبركاته ✍ Warri Tafsiira Qur'aanaa hordofuu barbaaddaniis kunoo linkii kanaan seenaa.  👇👇👇👇 https://t.me/tafsiira2022 ✍ Namoonni Nahwii online baratamaa jirtu hordofuu feetaniis kunoo👇👇👇👇 https://t.me/+pI_Co-0ihnQ1NmJk ✍ Namoonni Darsii [بلوغ المرام ] tan online baratamaa jirtu hordofuu barbaaddan kunoo linkii kanaan seenaa👇👇👇👇 https://t.me/buluuga2022 ✍  Yoo Rabbiin nu gargaaree gargaarsa Isaatiin Audiyoolee Aqiidaatis linkii kanaa gadii keeysatti isiniif guurra👇👇👇👇 https://t.me/aqiidaa1 ✍ Darsii [ التجريد الصريح] yaroo xiqqo booda inshaa Allaah! Linkii khana jalaan arkatuu dandeeysu👇👇👇👇 https://t.me/tajriida ✅ Barnoota Fiqhii tokko tokko namni barbaaddan Linkii kanaa gadii cuqaasaa👇👇   https://t.me/barnoota_Fiqhii 🥀🥀 Darsii Riyaadussalihiin asiin Seenaa👇👇👇👇👇 https://t.me/markazu_umar_bin_al_khattab
2380Loading...
26
Media files
2361Loading...
27
𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐀𝐛𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐉𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐮 𝐐𝐨𝐟𝐭𝐢 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐨 𝐓𝐮𝐪𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐝𝐝 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚!!               🌹🌹🌹            🥀🌹🌹        🥀 🌹 🥀      🌹🌹🌹🌹   🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹 🌹 🌹 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌹   🌹🌿🌹🌹 🌿          🌿 🌿               🌿.           🌸  🌸              🌿          🌿🌿🌿             🌿.      🌿 🌿 🌿            🌿.   🌿🌿 🌿           🌿 🌿🌿 🌿           🌿 🌿 🌿             🌿              🌿.              🌿.              🌿.            🌿 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒍𝒂𝒕𝒕𝒂𝒏 𝑸𝒐𝒇𝒕𝒊 𝑮𝒂𝒅𝒊 𝑻𝒖𝒒𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂!!! 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
1681Loading...
28
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂. 𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+ 𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2
1050Loading...
29
𝐀𝐭𝐢 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚❓ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐭𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐚⁉️       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here «««       »»» Click Here ««« 𝐀𝐝𝐬: 👇 @Hope_promotions @GurgurtaaChaanaalii
1670Loading...
30
"Filisxeemii Milka'aa  jirti. Waaqii Gubboo hin Nyaatu. Dhugaan dhugaa!" Gaz. Guyyoo Waariyoo. Galatoomi! ♥️♥️ @Sammaan
2370Loading...
31
Media files
2400Loading...
32
#Falasxiin Har’a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen Falasxiin akka biyya walaba taatetti beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. "Har'a Falasxiin biratti guyyaa baayyee seena qabeessadha" jedhan. Muummichi ministeeraa Aayirlaand Siimoon Haaris, "Har'a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen walabummaa Falasxiin beekamtii kenneera. Murtee kana hojiirra oolchuuf tokkoon tokkoon keenya tarkaanfii biyyaalessaa kamiyyuu ni fudhanna" jedhan. Muummichi ministeeraa itti dabaluudhaan, "#torban_itti_aanu keessatti biyyoonni hedduun tarkaanfii barbaachisaa kana fudhachuuf nu waliin akka ta'an mirkanaa'adha" jedhan. Mootummaan Aayirlaand beekamtiin sabummaa kun furmaata mootummoota lamaa kan deeggaru ta’uu fi nagaa waaraa naannichaaf barbaachisaa ta’uu ibseera. Ministirri Muummee Ispeen Peedroo Saancheez fi Ministirri Dhimma Alaa Noorweey Espen Bart biyyi isaanii Caamsaa 28 irraa eegalee Mootummaa Falasxiin beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. Muummichi ministeeraa Noorweey Jonas Gahr Storr akka jedhanitti, "(Falasxiin) beekamtii argattu malee, Baha sana keessatti nageenyi jiraachuu hin danda'u" jedhan. Itti dabaluunis ''falasxiin biyya walaba ta'uuf mirga bu'uuraa qabdi,'' jedhan. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
2271Loading...
33
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
840Loading...
34
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
1390Loading...
35
Harmeen koo akka nuti namaa gadi hin taaneef uffata namaa miccaa nu jiraachisaa turte. Yeroo tokko, ''huccuun ati miiccaa/dhiqaa jirtu kan eenyuuti?'' jedhee yeroon gaafadhu, ''kan ollaati, isaanin gargaara jedheetani'' naan jette. Garuu dubbiin akkas hin turre. Yerosuma osoo isiin qarshii 40 isaan harkaa fuutuun arge. Ani eenyummaa koo hin dagadhu. Marqaa nan marqa, hojii mana keessaa hunda nan hojjadha. Kantiibaa Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Juhaar. © Amar Temam @Fursaan_media
2030Loading...
36
#Burqaa_Diinii_Ziyaarree, badhaasa guddaa duaa'ii fudhannee galle Alhamdulillah. Madda hayyoota hedduu kan ta'e, Halqaa Ilmii sheek #Habiib_Leencaa guyyaa 12/09/2016 or 20/05/2024 taasifnee, Yuunivarsitii guddaa dhaloonni abdii biyyaa keessatti oomishamaa jiru (#barattoonni 2,500 ol #keessatti_argamu), kan Magaalaa Shashamannee ziyaarree, faaruun kan Rabbii keennaatti boojuu guddoon gallee. Hunda worroota Rabbiif jecha nu jaalatuutii fi Rabbiif jecha jaalannuu, duaa'ii guyyaa hara'aa nu arganne kana Rabbiin isinillee haa kennuu. Amiiiiiiiin. https://t.me/Xaaliburidallah
2270Loading...
Nabiyyoota keessaa Nabiyyiin(A.S) ibiddatti darbamee Rabbiin nagaa isa baase kami?Anonymous voting
  • Nabi Nuuh
  • Nabi Idriis
  • Nabi Ibraahim
  • Nabi Ayyuub
0 votes
🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu❓ Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa 🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ❓ ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 3𝐊+ Free Waver @Rafiqul_Islaam
Mostrar todo...
Chaanaalota Barnootaa
Chaanaalota Da'awaalee
Chaanaalota Bashannansiisoo
Chaanaalota Kubbaa Miilaa
Chaanaalota Dinqisiisoo
Best Channel Join
Hope Promotion
Photo unavailableShow in Telegram
𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀!! 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐃𝐮𝐫𝐚  𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐍𝐢 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐭𝐚𝐚⁉️ 𝑹𝒂𝒌𝒌𝒐𝒐𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂 𝑭𝒖𝒓𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑻𝒂𝒋𝒂𝒂𝒋𝒊𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑸𝒐𝒑𝒉𝒐𝒐𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆 𝑱𝒊𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 ✅ 𝐎𝐝𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢 𝐇𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐟𝐢𝐢 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐈𝐭𝐭𝐢 𝐅𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐚 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐊𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐇𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!! Ads: 👇👇 https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0 https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
Mostrar todo...
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐓𝐞𝐤𝐧𝐨𝐨𝐥𝐨𝐨𝐣𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐩𝐩𝐥𝐢𝐜𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐢𝐢
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐊𝐨𝐦𝐩𝐢𝐭𝐞𝐞𝐫𝐚𝐚
𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐌𝐨𝐛𝐚𝐚𝐲𝐢𝐥𝐚𝐚
𝐊𝐨𝐨𝐝𝐢𝐢𝐰𝐰𝐚𝐧 𝐃𝐡𝐨𝐤𝐬𝐚𝐚
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Muslimoonni Itiyoophiyaa bor magaalaa Kombolchaa oolu Spider Media: Zulqaida 17/1445 ''Tokkummaan keenya Nageenya Keenyaaf'' dhaadannoo jedhuun konfiraansii guddaan guyyaa boruu Walloo magaalaa Kombolchaatti ni gaggeeffama. Konfiraansiin nageenyaafi galateeffannnaa guddaan sadarkaa biyyaatti gageeffamu kun olaantummaan mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatiin kan qophaa'u yoo ta'u majlisa godinaafi magaalaa itti gaggeeffamu sanaatiin qinda'a. Konfiraansichi marsaan jalqabaa Baaleetti, marsaan lammaffaan Finfinneetti akkasumas marsaan sadaffaan ammoo dhiheenya kana magaalaa Jimmaatti qophaa'uun isaa kan yaadatamuudha. Itti fufee marsaa afraffaan mataduree ''Tokkummaan keenya nageenya keenyaaf'' jedhuun guyyaa borii naannoo Amaaraa magaalaa Kombolchaatti ni gageeffama. Hooggantoonni, ulamaa'onni, hayyoonniifi keessumoonni kutaalee biyyattii garaa garaa irraa saganticha irratti hirmaachuuf har'a magaalaa Kombolchaa yeroo seenan simannaan taasifameeraafi.
Mostrar todo...
Repost from Spider Media
Ogeeyyii miidiyaafi aktivistootaaf mana marechaatti leenjiin kenname Spider Media: Zulqaida 17/1445 ''Ajandaa Miidiyaa uumuu irraa hanga raawwachuutti'' mataduree jedhuun leenjiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatiin qophaa'e Ustaaz Ahmaddiin Jabaliin guyyaa har'aa galma walgahii mana marechaatti ogeeyyii miidiyaalee Islaamaafi aktivistootaaf kennameera. Ustaaz Ahmaddiin miidiyaan yeroo ammaa meeshaalee gurguddoo addunyaan dhimma itti bahaa jiru ta'uu ibsani ogummaafi hubannoo saayinsiin miidiyaa barbaaduun ogeessonni miidiyaa qophaa'aa ta'uun murteessaadha jedhani. Ustaazichi leenjii guyyaa guutuuf kennaa oolan kanaan miidiyaa fayyadamuun rakkooolee hawaasaa furuu l irratti akkasumas haalota miidiyaaleen hojii milka'aa itti hojjachuu danda'an irratti barnoota guddaa kennaniiru. Xumura irrattis yaadaafi gaaffiilee leenjitoota irraa ka'eef Ustaaz Ahmaddiin Jabal ibsa bal'aa kennaniiru. Nu hordofaa: YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1 Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01 Telegram channel https://t.me/spidermediaa Tik Tok https://www.tiktok.com/@spidermultimedia?_t=8bvc1u3btiv&_r=1 WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia >#SpiderMedia
Mostrar todo...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Repost from ABDII SABAA
#qormaata_biyyoolessaa #kutaa_12ffaa "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii raawwachuun qormaata hatuuf hin yaalamu jennee hin eegnu. sana ittisuuf qophiin taasifameera" - Tajaajila Madaallii Barnootaa fi Qormaataa. Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Interneetii / #online irratti gaggeeffamu hanna ittisuuf qophiin taasifamuusaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksise. Daayirekatara olaanaa tajaajila kanaa Dr. Isheetuu Kabbadaa ibsa EBC’f kennaniin; "Addunyaa kanarra wanti rakkoo hin qabne hin jiru. Wanti hundi rakkoo/mudaa mataa isaa qabaata, garuu filannoon keenya dandeettii rakkoo kana littisuu ijaaruudha," jedhan. "Intarneetii irratti haleellaa saayibarii gaggeessuun qormaata hatuuf hin yaalan jennee hin eegnu," kan jedhan Daayirektarri kun, " "Dhaabbilee dandeettii qabaniin qophii barbaachisaa ta'e taasisaa jirra," jechuun beeksisaniiru. "Warri qormaata kana irratti burjaajii uumuu barbaadan miidiyaa hawaasaa irratti, akkasumas warri qormaata irratti duuluuf yaadaa jirtan, kun dhimma #siyaasaa, #amantaa akka hin taane beekuu qabu, barattoonni bor biyyatti ba’a akka hin taaneef irra deebiin yaaduu qabu" jechuun dhaamaniiru. 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Mostrar todo...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

(س 721:) من هم المعنيون في هاتين الآيتين: وَأَرادُوا بِهِ كَيْداً فَجَعَلْناهُمُ الْأَخْسَرِينَ وقوله تعالى: فَأَرادُوا بِهِ كَيْداً فَجَعَلْناهُمُ الْأَسْفَلِينَ؟ (ج 721:) قوم إبراهيم عليه السلام الذين ألقوه في النار فنجاه الله منها. تطبيق يحتوي على ألف سؤال وجواب في القرآن . https://play.google.com/store/apps/details?id=com.jotechfly.questionsanswerinquran
Mostrar todo...
ألف سؤال وجواب في القرآن - Apps on Google Play

A application that contains a question and answer in the Koran.

Photo unavailableShow in Telegram