es
Feedback
Oromia Health beureu

Oromia Health beureu

Ir al canal en Telegram
3 632
Suscriptores
Sin datos24 horas
-107 días
-730 días
Archivo de publicaciones
Real Senerio for discussion 1.x mucayyoo waggaa 8 ti.waggaa sadi dura dhibee PTB+ve qabamtee yaala xumurtee jirti,yeroo amma kana haati ishee dhibee PTB+ven qabamtee jirti. A)daa'imni kun TPT ni fudhattii B)namni dura TB yaalame TPT kan fudhatu waggaa meeqa booda? C)namni dura TPT fudhatehoo lammaffaa TPT ni kennamaafii? Galatoomaa Gash Laggee and Dr Andargechaw A. Daa'imni kun TPT amma illee deebistee fudhachuu qabdi. There is a new exposure to an Infectious PTB case. Do screening and testing for active TB disease in the child and if active disease is ruled out,  start TPT. B. Qajeelfamni qorannoon mirkana'e hin jiru.  Garuu, if there is a risk of continuing exposure to Infectious cases, TPT may be indicated even after completing anti tuberculosis treatment,  specifically for PLHIV. C. Repeat TPT is indicated for cases like this particular child who happen to have continued exposure after earlier treatment for TB diseases or prior TPT.  As a rule, TPT is indicated for all household contacts of Bacteriologically confirmed PTB cases after ruling out active TB irrespective of previous TPT completion or earlier TB treatment.

photo content

Afan Oromo audio.mp31.25 MB

photo content

Walloof yaa birmannu Artiist Etika Teferi fi Galaana Gaaromsaa Madoolee Walloo irraa yaalaaf Hospitaala Adaamaatti argaman biratti qaamaan argamuun, deggersa haamilee fi maallaqaa gochuun, aantummaa isaanii ibsaniiru. Warri kaanis fakkeenyummaa kana hojiitti akka jijjiiran dhaamna. 1000093278376 CBO 1000615436996 CBE A/ Feta Haji Mohammed A/ Letif Taha Mohammed Mustefa Bahiru Mohammed

photo content
+1

photo content

Dhiiga namni tokko si'a tokko arjoomu namoota sadii du'aa irraa baraaruu danda'a. Dhiigni bakka ni bu'a lubbuun garuu bakka bu'uu hin dandeessu. Namni fayyaa qabeessi tokko baatii sadii sadiin dhiiga arjoomuu ni danda'a. Sababiin isaa, seeliin dhiigaa diimaa umuriin inni qabu guyyoota 90 hanga 120 qofa waan ta'eef kan birootin bakka bu'a. Kanaafuu dhiiga baatii sadii sadiin arjoomuun faayidaa malee, miidhaa hin qabu. Akka qorannoon agarsiisutti faayidaa dhiiga arjoomuu - Boqonnaa sammuu kenna - Balaan tasaa yoo nama muudate kan dafee dandamatu namoota yeroo baay'ee dhiiga arjoomaniidha. -Haala fayyummaa isaanii kanfaltii tokko malee beekuu danda'u. Eenyutu dhiiga barbaada ? Dhiigni namni tokko arjoomu garaagarummaa tokko malee namoota dhiiga barbaadaniif oola. Haaluma kanaan:- -Dhiigni arjoomamu harki caalu haadholii sababa da'uumsatiin dhiigni isaanii dangala'uuf, --Daa'imman kichuuf -Namoota balaan tasaa irra gaheef, - Namoota baqaqsanii yaaluun taasifameef, - Namoota dhibee kaansarii yaalamanii fi kkf. kan ooludha.

Share Ulaagaa Maatii Adda Duree fi Mana Barumsaa Adda Duree (2).docx

Call Of Abstract 3rd Annual Quality Summit Theme: Whole System thinking for improved health outcome Oromia health bureau has
Call Of Abstract 3rd Annual Quality Summit Theme: Whole System thinking for improved health outcome Oromia health bureau has been making a phenomenon stride in improving the quality of its healthcare system and leading the implementation of the National Quality and Safety Strategy (NQSS) with close collaboration with development partners. Oromia Health Bureau (OHB) is preparing to host the 3rd regional Health System Quality Summit in April 17 and 18 2024. Happening on! April 17-18/2024 Summision Deadline 29 Feb 2024 please use the below link to Summit https://forms.gle/uuGANbxoxEKaLgWD9

Waajjira Fayyaa Godinaalee Hundaaf Carraa barnootaa HEF (BSc in Family Health)
+3
Waajjira Fayyaa Godinaalee Hundaaf Carraa barnootaa HEF (BSc in Family Health)

Hojjettootni seektera fayyaa hundi baga Ayyaana Qillee bara 2016 nagaan geessan! Ayyaana nagaa fi gammachuu akka isiniif ta'u
Hojjettootni seektera fayyaa hundi baga Ayyaana Qillee bara 2016 nagaan geessan! Ayyaana nagaa fi gammachuu akka isiniif ta'u hawwii keenya guddaadha!!!

ማስታወቂያ የቅዱስ ጳውሎስ ሆስፒታል ሚሊኒየም ሕክምና ኮሌጅ በ2016 ዓ.ም በአምስት የነርሲንግ ፖስት ቤዚክ ስፔሻሊቲ ማለትም በ Emergency and Critical Care Nursing፣ በ operating Theater Nurse፣ በ neonatal Nursing፣ በ pediatric Nursing እና በ surgical Nursing ለመማር የምትፈልጉ እና መስፈርቱ የምታሟሉ ከ 24/04/2016 - 19/05/2016 ዓ.ም online https://portal.sphmmc.edu.et/Web/Announcement እንድትመዘገቡ እናሳወቃለን፡፡                                                                                                                                      የመመዝገቢያመስፈርቶች፣ •  በነርሲንግ ዲፕሎማ ደረጃ 4 የተመረቀች/የተመረቀ በሁሉም ስፔሻሊቲ ፕሮግራሞች መወዳደር ይችላሉ፣ •  የሚድዋይፍሪ ዲፕሎማ ደረጃ የተመረቀች /የተመረቀ በጨቅላ ህፃናት እና በህፃናት ነርሲንግ መመዝገብ ይችላል፣ •  ከመስሪያቤታቸው የስፖንሰርሺፕ ደብዳቤ ማምጣት ወይም ከፍሎ መማር የሚችል/የሚትችል፡፡ •  ኮሌጅ የሚያዘጋጀውን የቃል እና የፁሑፍ ፈተና ማለፍ የሚችል/የምትችል፣ •  ሙሉ ጤነኛ የሆነ/የሆነች •  አንድ ዓመት የስራ ልምድ ያለው/ ያላት ማሳሰቢያ፡   የመመዝገቢያ የማይመለስ 100 ብር በኮሌጁ ንግድ ባንክ አካዉንት ቁጥር 1000006577192 በማስገባት ደረሰኝ upload ማድረግ   ዲፕሎማ፤ትራንስክሪፕት እና የስራ ልምድ upload ማድረግ   አስፈላጊውን ዶክመንት ያላሟላ ፈተናው ላይ እንደማይቀመጥ በጥብቅ እናሳውቃለን፡፡   ለበለጠ መረጃ 0112756089 ይደዉሉ ለመመዝገብ ወደ ሲስተሙ ስትገቡ ማድረግ ያለባቹ   ወደ መመዝገቢያ ሊንኩ ከገባቹ በኃላ   Apply now / Apply for admission የሚለውን ሊንክ መጫን   የሚፈልጉትን ፕሮግራም በመምረጥ Apply ማለት   ቀጥሎ basic information በማስገባት summit  ሲባል Application has successfully submitted የሚል ኖቲፊኬሽን ከApplication number ጋር አብሮ ይመጣል Application number ለቀጣይ ዶክመንት ለማስገባት ስለሚጠቅም ቁጥሩን መያዝ ግዴታ ነው።   ቀጥሎ upload receipt የሚለውን በመጫን የመመዝገቢያ የተከፈለበትን ደረሰኝ upload ማድረግ   ቀጥሎ upload document ላይ በመግባት ዶክመንታቹን አስገብታቹ ስትጨርሱ Summit document የሚለውን በመጫን ምዝገባውን ታጠናቅቃላቹ። ሬጅስትራር ጽ/ቤት

Inshuraansii Fayyaa BEFO.mp32.13 MB

please Qarshiin tokkos bu'aa waan qabuuf waan humna keenyaa yaa gumaachinu

Repost from WOFO/OHPA Official
photo content
+3

Repost from WOFO/OHPA Official
Waldaan Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa weerara dhukkuba busaa fi rakkoolee isaan wal qabatanii uumaman kan uummata keenya godina Wallaggaa Lixaa aanaalee adda addaa keessatti argaman mudatee jiruuf birmachuuf sochii keessa jira. *** Akkuma miidiyaalee idilee fi marsaalee hawaasummaa adda addaatiin dhaga'aa fi argaa jirru uummanni keenya gaaga'ama weerara dhukkuba busaa fi rakkoolee isaan wal qabatanii uumaman hedduu jalatti kan argamudha. Rakkooleen kunneenis daa'immanii fi haadholee akka malee hubaa kan jirudha. Manneen yaalaa dhukkubsataan guutamee jira, hanqinni dawaalee fi ogeeyyii fayyaa yaala barbaachisaa ta'e kennaniis naannichatti jabaatee jira. Hanqinni nyaata madaalamaa argachuu dhabuus daangaa darbeera. Kanneen dhukkuba hamaa keessatti kufuun dararamaa jiran hedduudha. Kan hireen kennitee lubbuudhaan darbanis akkasuma. Kanaaf weerarri kun sochii ykn hojii qaamni tokko ykn lama taasisuun to'atamu miti. Deeggarsaa fi dirmannaa qaama maraa fedha. Waldaan keenyas akka waldaa bu'aa maleessaa fi waldaa ogummaa fayyaatiif dhaabbate tokkootti yeroo rakkinoonni fayyaadhaan wal qabatan kanneen akka kanaa uumaman hawaasa keenyaaf dirmaachuufiin kaayyoo isaa isa guddaadha. Baroota darbanis yeroo hawaasni keenya rakkoolee kanneen akkasiitiif saaxilamu qooda isaa ba'achaa tureera. Waan qabu qindeessee kan dhabe deeggarsa itti gaafatee lubbuun hedduu baraaruu danda'eera. Maarree ammas waldichi rakkina hawaasa keenya godina Wallaggaa Lixaa fi naannoolee sanatti argaman mudatee jiru kanaaf birmachuuf qaamolee dhimmi kun ilaalu (Biiroo Fayyaa Oromiyaa, Aartistoota Oromoo, abbootii qabeenyaa fi daldaltoota, dhaabbilee siivikii hawaasummaa biyya keessaa fi alaa, dhaabbilee miti-mootummaa fi dhaabbilee idil-addunyaa) adda addaa waliin mari'achuun sochii lubbuu baraaruu adeemsisaa jira. Qaamuma sochii kanaa kan ta'e guyyaa har'aa kana lakkoofsa herreega baankii deeggarsi hawaasa keenyaa fi qaamolee birmattootaa adda addaa irraa walitti ittiin qabamuuf oolu aartistoota Oromoo bebbeekamoo kanneen akka Galaanaa Gaaromsaa fi Hawwii Tazarraa waliin ta'uun Hojii Gaggeessaan Waldaa keenyaa (Rattaa Fayyisaa) baankiilee garagaraa irraa banuun uummataaf ifoomsanii jiru. Kanaafuu isinis yaa uummata keenya golee addunyaa mara keessatti argamatan hawaasa keenya rakkina ulfaataa kana keessatti kufuun yaala fayyaa dhabee hanga gaaga'ama lubbuutti kaffalaa jiru kanaaf hanga dandeettii fi qooda keessanii karaa lakkoofsa herreega baankii banamee jiru kanaatiin deeggarsa keessan atattamaa akka taasistan kabaja olaanaadhaan isin gaafanna. Galatoomaa. Lakkoofsi herreegota baankii banamaniis akka armaan gadiiti: 1. Baankii Daldala Itoophiyaa 1000578954604 2. Baankii Awaash 013201225923700 3. Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1045500080296