cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromia Health Bureau

Mostrar más
Finlandia323El idioma no está especificadoMedicina1 261
Publicaciones publicitarias
16 410
Suscriptores
+1024 horas
+417 días
+44930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Ijaarsa Piroojektii Hospitaala Waliigalaa Yunivarsitii Amboo
Mostrar todo...
Ijaarsa Piroojektii Hospitaala Waliigalaa Yunivarsitii Amboo
Mostrar todo...
Naannichatti tatamsa'ina dhibee HIV/AIDS Ittisuu fi to'achuu irratti dhimmoota raawwatamaa turaniin bu'aa abdachiisaa galmeessuun danda'ameera. Dooktar Gushaa Balakoo hogganaa itti aanaa Biiroo Fayyaa Oromiyaa. Ebla 30/2016/Adaamaa ====================================== Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii ittisaa fi to'annoo dhibee HIV/AIDS ji'oota saglan bara 2016 darbanii akka kilaastara Adaamaatti qooda fudhattoota waliin geggeeffamaa jira. Waltajjicharratti kan argaman hogganaa Itti Aanaan Biiroo Fayyaa Oromiyaa Dr. Gushaa Balakoo,ji'oota saglan darbanitti, akka naannootti namoota 2,519,828 qorataman keessaa namoonni 8,092 dhiiga isaanii keessatti vaayirasiin HIV argamuusaa fi namoonni 129, 153 qoricha fudhachaa jiraachuusaanii fi % 97 hangi vaayirasii isaanii akka gadi bu'e eeruun qaamolee milkaa'ina kanaaf gumaachan maqaa biirootiin galateeffataniiru. Fuula duraafis ciminoota daran gabbisuun hanqinaalee fi harcaatiiwwan jiran xiqqeessuuf keessattuu qaamolee hawaasaa caalmaan dhibee kanaaf saaxilamoo ta'an irratti xiyyeeffachuun galmoota 95 sadan milkeessuuf qooda fudhattoota waliin kutannoon hojjechuu qabna jedhaniiru. Daayrektarri daayrektoretii ittisaa fi to'annoo HIV/AIDS biiroo fayyaa Oromiyaa dooktar Tasfaayee Zarfuu gama isaaniitiin kaayyoon gamaaggama kanaa raawwii ji'oota saglan darbanii ilaaluun ciminoota qabnu caalmaan cimsuu fi dhimmoota harcaatii qaban irratti xiyyeeffannee hojjechuu akka dandeenyu kan nu taasisuudha jechuun kan ibsan yammuu ta'u, garaagarummaa raawwii godinaalee fi magaalota gidduu jiru dhiphisuuf hojjetamuu akka qabu himaniiru. . Waltajjichi guyyoota lamaaf kan geggeeffamu akka ta'ee fi kilaastaroota hafan irrattis bifa wal fakkaatuun kan itti fufu ta'uusaa sagantaa qabame irraa hubachuun danda'ameera.
Mostrar todo...
Gamaaggamni raawwii hojii piroojekti dhaabbata "KOFIH" bakka miseensonni koree fi qaamoleen deeggartoota piroojektichaa argamanitti geggeeffame. Ebla 29/2016/ Finfinnee ====================================== Waltajjii gamaaggamaa kana irrattis gabaasni raawwii piroojektichaa ji'oota sadan darbanii dhiyaate irraa hubachuun akka danda'ametti raawwii gaariin akka galmaa'ee fi daraan cimsuunis milkaa'ina caalmaaf hojjetamuu akka qabu kallattii hojii kaa'ame rratti waliigalameera.
Mostrar todo...
Archivo de publicaciones