cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Lencho Abdi Official

Channel kenyaarrati Jechoota Babbareda Fi Jechota Jaalalaa Kan Nama Buharsani Fi Nama Gammachisan Argaachu Ni Dandessan. Godhun Nu Hordofaa. #JOIN👉 @Lencho_Abdi WALI TAANE AFAAN KENYA FI AADAA TENYAA HA GUDDIFNUU.

Mostrar más
Finlandia3 733El idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
208
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
-130 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Qaroo Waamaraa
Baallii Gadaa Me'ee Bokkoo Tarree abbootii Gadaa jaarraa 14ffaa irraa eegalee; Lafee seenaaf hidda seenaa Sabaa ta'anii eeganii-tiksanii Gadaa Har'aan ga'an. Haala rakkoof miixuu guddaa keessatti, utuu lafa hin buusiin, bara ciniinsuu keessa utuu lafa hin buusiin warra har'aan ga'an.... 1.Jaajee Gobbaa (1424-1431). 2.Jiloo Wolaagoo (1432-1439). 3.Jirruu Utaa (1440-1447). 4.Guluu Gaararroo (1448-1455). 5.Heebanuu Jaldoo (1456-1463). 6.Biilaa Mannakkoo (1464-1471) 7.Bariisoo Gumii (1472-1479). 8.Adoolaa Aanolee (1480-1487). 9.Gobbuu Shaaroo (1488-1495). 10.Goluu Subbaa (1496-1503). 11.Cirrii Galoo (1504-1511). 12.Buurcisaa Shaabuu (1512-1519). 13.Aagaa Kallachaa (1520-1527). 14.Jiloo Bidoo (1528-1535). 15.Gannaalee Roobee (1536-1543). 16.Duuba Adii (1544-1551). 17.Aboo Rasoo (1552-1559). 18.Halakee Lulee (1560-1567). 19.Gobbuu Daayyee (1568-1575). 20.Gannaalee Lolee (1576-1583). 21.Qandhashoo Aanolee (1584-1591) 22.Jaboo Sibuu (1592-1599) 23.Qalqalcha Tukashoo (1600-1607) 24.Gololcha Sharuu (1608-1615). 25.Abbaa Doolaa (1616-1623). 26.Aagaa Saqoo (1624-1631). 27.Jiloo Bansaa (1632-1639). 28.Haroo Shotee (1640-1647). 29.Jaarsoo Dhugoo (1648-1655). 30.Ushoo Waaree (1656-1663). 31.Gannaalee Dambalaa (1664-1672) 32.Godaanaa Aagaa (1672-1679). 33.Godoree Bokkoo (1680-1687). 34.Jaarsoo Soree (1688-1695). 35.Aagaa Buudee (1696-1703). 36.Tukee Shifaa (1704-1711). 37.Jiloo Badhaa (1712-1719). 38.Aagaa Waaree (1720-1727). 39.Birraa Lukee (1728-1735). 40.Jiloo Xuulloo (1736-1743). 41.Balakkoo Jiloo (1744-1751) 42.Budhushoo Halakee (1752-1759) 43.Soraa Bulultaa (1760-1767) 44.Ijuu Gallabee (1768-1775) 45.Surroo Cekoo (1776-1783) 46.Jiloo Waaree (1784-1791) 47.Galchuu Kemaa (1792-1799) 48.Miidhee Niitii (1800-1807) 49.Daadaa Kuraa (1808-1815) 50.Xiloo Soolee (1816-1823) 51.Bunoo Dhaa’ee (1824-1831) 52.Dasee Halakee (1832-1839) 53.Bunee Boruu (1840-1847) 54.Aagaa Kallachaa (1848-1855) 55.Adulaa Karaa (1856-1863) 56.Waaqoo Gaararroo (1864-1871) 57.Birraa Cuqqee (1872-1879) 58.Aanolee Badhaa (1880-1887) 59.Roobaa Boruu. (1888-1895) 60.Jiloo Kendhoo (1896-1903) 61.Galchuu Curruuqoo (1904-1911) 62.Jiloo Bokkoo (1912-1919) 63.Jiloo Sayee (1920-1927) 64.Aagaa Adii (1928-1935) 65.Ushoo Jiloo (1936-1943) 66.Tukee Guyyee (1944-1951) 67.Jiloo Mixoo (1952-1959) 68.Adoolaa Jiloo (1960-1967) 69.Girjaa Jiloo (1968-1975) 70.Adoolaa Aagaa (1976-1983) 71.Godaanaa Kattaa (1984-1991) 72.Aagaa Xeenxanoo (1992-1999) 73.Waaqoo Duubee (2000-2007) 74.Jiloo Maandhoo (2008-2015). 75, Jaarsoo Dhugoo (16- Baallii Me'ee Bokkoo Warri Seenaa SABA kee Jaalattu 👇👇👇👇👇👇👇 ♻️Join & 🔗SHARE ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye
Mostrar todo...
Haccee
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
#Jornalist
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Seenessa: “Sheekh Bakrii Saphaloon barsiisaa qabsaa'ota Oromooti” - Toofiq Mahaammad, barreessaa kitaaba #JANGAL Hayyoota seenaa uummata Oromoo keessatti maqaan isaanii adda durummaan ka’u keessaa tokko kan ta’an Sheek Bakrii Saphaloon, hayyuu Oromoo, walaleessa fi barsiisaa amantiidha. Hunda caala kan ittiin beekaman qubee Afaan Oromoo ittiin barreeffamu uumuu isaaniini. Tibbana ammoo kitaaba seenaa fi hojiilee isaanii bal’inaan xiinxalu mata duree JANGAL jedhuun barreeffamee uummataaf dhiyaateera. Barreessaan kitaabichaa Toofiq Mahaammad Daawud akka jedhutti, Jangal jechuun Afaan Oromootin “humna xiqqoon waan guddaa jigsu” jechudha. "Walaloo Sheekh Bakrii Saphaloo keessatti jechi 'Jangal' jedhamu irra deddeebi'ee argama. Walaloowwan isaanii kana irratti hundaa'uun itti moggaase. Kana malees, namoonni bara sana isaan waliin turan Jangal jechuun isaan waamu turan," jedha. Toofiq dhimma seenaa Sheekh Bakrii Saphaloo fi kitaaba tibbana barreesse ilaalchisee #AddisStandard waliin turtii taasiseera. Dubbisaa👇 https://addisstandard.com/Afaanoromoo/seenessa-sheekh-bakrii-saphaloon-anaaf-barsiisaa-qabsaaota-oromooti-toofiq-mahaammad-barreessaa-kitaaba-jangal/
Mostrar todo...
Seenessa: “Sheekh Bakrii Saphaloon anaaf barsiisaa qabsaa'ota Oromooti” - Toofiq Mahaammad, barreessaa kitaaba JANGAL - Addis Standard

Abdii Biyyansaatin  @ABiyenssa Finfinnee, Muddee 28/2023 – Hayyoota seenaa uummata Oromoo keessatti maqaan isaanii adda durummaan ka’u keessaa tokko kan ta’an Sheek Bakrii Saphaloon, hayyuu Oromoo, walaleessa fi barsiisaa amantiidha. Hunda caala kan ittiin beekaman qubee Afaan Oromoo ittiin barreeffamu uumuu isaaniini. Tibbana ammoo kitaaba seenaa fi hojiilee Sheekh Bakrii Saphaloo bal’inaan xiinxalu maxxanfamee gabaaf …

Repost from Spider Media
Mostrar todo...
Hamaas diina barbadeesse | Kisaaraan Israa'el ammas itti fufe | Hizboollaan ibsa kenne

Al Qasam injifannoo goonfachuu itti fufeera | Cabni Israa'elis dabaleera @Spidermedia1 #breakingnews #oduu_spider #news #hamas ‎@Spidermedia1 #oduu_ammee #oduu_afaan_oromoo #ethiopianews #gaza #Palestinian #top #amartemam #islam #hamas_leaders #palestine #gaza #america #hamasattack #bbc #hizbollah #erdoğan #africa #islamic #oduu_afaan_oromoo #aljazeera #top10 #trt #ap #top #top #ethiopianews #ebc #reuters #anadolu #turkey #amazing #truth #aljazeera #abu_ubayda #alqassam #hamasleaders #unitednations #abu_ubayda #netanyahu #world #amartemam @Spidermedia1 #ethiopianews #oromoo 🇺🇸#USA 🇸🇦#saudiarabia 🇦🇪#dubai 🇩🇪#Germany 🇳🇴#norway 🇨🇦#Canada 🇦🇺#Australia #አቤል ብርሀኑ የወይኗ ልጅ 2 ነፀብራቅ ሚዲያ • ሚንበር ቲቪ ምርኩዝ • Eid mubarak - አዲስ ነሺዳ #ታጠቅ ሚዲያ #Top insurance in world | insurance companies | Best car insurance #Amazon #Alibaba #aliexpress #macdonald #europaleague #worldcup2022 #qatar2022 #amazonprime #netflix #Cermony #celebration #Anniversary #glorification #festival #awards #International #Competition #fetadaily #top10 #Youtube celebration Ethiopian Movie 2022 Full Length Ethoipan Film #oromoo Amharic #new #ታጠቅ ሚዲያ • አፍሪካ ቲቪ #oromic donkey youtube • ድንቅ ልጆች #Ethiopia viral video #New_wollo_tube • New Amharic • ነሺዳ Oromo • አዲስ ነሺዳ • መንዙማ • ደሴ • አይመኒታ #Minber nejahtravel • Nejah Media #oromo #babi seifu on ebs,seifu on ebs,new ethiopian movie 2019, babi, ባቢ, babiyoutube, babi ethiopia, ethiopian,teddy afro,fana tv,9 shi part,amharic film,betoch,tigrigna music,ebs tv,ethiopian drama,ethiopian comedy,ዘጠነኛው ሺህ ክፍል 14 - zetenegnaw shi sitcom drama part 14,hanan tarik,amharic musicnew ethiopian movie,new ethiopian movie 2019,ethiopian movie,full ethiopian movie,ethiopian drama,ethiopian new movie,new ethiopian film,ethiopian movies,best ethiopian movie,new ethiopian movies,amharic movie,ethiopian comedy,ethiopian film,ethiopian new drama,ethiopian movies 2019,ethiopian,ethiopian new movie 2019,new ethiopian music 2019,latest ethiopian movies,funny ethiopian comedy,new ethiopian music seifu fantahun on ebs show,x,seifu show,seifu on ebs,seifu fantahun show,seifu fantahun on ebs,seifu fantahun show 2018,seifu fantahun late night show,seifu fantahun,seifu fantahun prank,funny pic seifu show,seifu on ebs this week,seifu on ebs this week 2018,new ethiopian music 2019,ethiopian new music,zebiba girma,ethiopian music 2019,zebiba girma gerager,new ethiopian music,ethiopian music,amharic music 2019,zebiba girma music,new ethiopian song 2019,new amharic music 2019,ethiopian song 2019,new ethiopian song,gerager,ethiopian love music,ethiopian new song,new ethiopian music 2019 this weeksenselet drama,senselet,ethiopia,ethiopian news,ethiopian,ethiopian films,ethiopian drama,ethiopian music,ethiopian actress,ethiopian film,zemen drama,senselet drama movie actress tg,ethiopian movies,ethiopian dating,ethiopian new movie,ethiopian tv,ethiopian artist,ethiopian new music,ethiopia zena,senselet drama actress tigist milkesa sisters,new senselet video,ethiopian comedy,ethiopia,ethiopian drama,ethiopian film,ዘጠነኛው ሺህ ክፍል 15,ethiopian,new ethiopian comedy,ዘጠነኛው ሺህ,ምን ልታዘዝ ድራማ,ethiopian news,new ethiopian movie 2019,ethiopian music,ethiopian movie,funny ethiopian comedy,ethiopian series drama,betoch,አስቂኝ ድራማ,teddy afro,hope music,ትንሿ ፓርላማ,ኤደን ገነት,ethiopian tv,jtv ethiopiazetenegnaw shi,9negnaw shi,zetenegnaw shi 14,zetenegnaw shi part,zetenegnaw shi part 5,zetenegnaw shi part 1,zetenegnaw shi part 14,new ethiopian music 2019,ethiopian music,new ethiopian music,ethiopian music 2019,ethiopian new music,ethiopian music new,ethiopian love music,ethiopian song 2019,new ethiopian song,ethiopian traditional music,ethiopian song new,ethiopian new song,new ethiopian song 2019,ethiopian song,new eritrean music 2018,tigrigna music,eritrean music,new ethiopian music 2018,ethiopian music new 2019ethiopian comedy,new ethiopian comedy,new ethiopian comedy 2019,new ethiopian movie 2019,ethiopian,new ethiopian music 2019,funny ethiopian comedy,ethiopia,ethiopian film,new ethiopian movie,new ethiopian film,new ethiopian music,ethiopian movie,ethiopian comedy 2019,ethiopian drama,comedy…

Repost from N/a
11. In European history the middle Age meansAnonymous voting
  • A.500-1000A.D
  • B.500-1500A.D
  • C.1000-1500A.D
  • D.1500-2000A.D
0 votes
Repost from N/a
Photo unavailableShow in Telegram
#Nageenya Nagaan isiniif haa ta'u, nagaan Oromiyaaf haa ta'u, nagaan Oromoof haa ta'u, nagaa buusuuf baataanii nagaa ta'aa galaa. Horaa Bulaa Deebanaa
Mostrar todo...
Maqaan ishee Joyce Carlo Vincent jedhama, kan dhalatte bara 1965 magaalaa Landan, Inglaand tti kan dhalatte yommuu ta'u shamarree waggaa 38 turte. Appaartaamiin isheen kireeffattee keessa jiraachaa turte turtiin walii galtee ishee waan raawwateefi kaffaltii irratti hafe waan hin kaffalleef abbaan mana sanaa bara 2006 poolisiitti beeksisu. Poolisoonnis dhufanii gaafa balbala mana ishee rurrukutan kan banu hin jiru. Gaafa namni balbala banu dhibu, balbala sana cabsanii galu. Cabsanii gaafa galan shamarreen kun lubbuutiin otuu hin taane akkuma soofaa irra teesseen du'aa ishee argan. Ishren kan duute garuu waggaa sadii dura bara 2003 dha.waggaa sadii guutuu namni ishee gaafatu dhibee soofaa irra teessee otuu TV ilaalaa jirtu duute. Wanti namoota hedduu gaddisiise kan biraan waggoota kana hunda yeroo manatti dutee turtetti namni eessa jirta jedhee ishee gaafate hin jiru. Bara 2011tti dokumeentii gaddisiisaa "DREAMS OF A LIFE" jedhamu kan daayireektara beekamaa Ingilizii Kaarloo Morliin hojjetame. Sababni du'a ishee dhukkuba Asmii ykn rakkoolee dhukkuba garaachaan kan wal qabate ta'uu beeksisan. Addunyaa qaroomte keessatti hunduu jireenya mataa isaa waliin fiiga malee abaluun eessa jira jedhee ollaa isaaf hin dhiphatu. Dur ollaan wal waamee buna waliin dhuga. Amma aadaan akkasii bakka tokko tokkotti laaffachaa jira. Buna kan wal waaman bulluqa dhuguuf otuu hin taane, ollaan koo maalirra jira?!, maal keessa oolee bula?!, jedhee taphachaa waliin mari'chuuf buna wal waama.✍️🙏 "Jaalala obbolummaatiin ho'isaa wal jaalladhaa; walii keessaniif ulfina kennuudhaaf wal dorgomaa"🥰🙏 Waal haa iyyaafanu! Wal haa jaalannu!🌹 Yoo sitti tole Hiriyoota keef Shere Godhi . ☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆        ═══════════   ┗━━━  ━━💞━━  ━━━┛             #𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾𝙾_𝙹𝙰𝙰𝙻𝙰𝙻𝙰𝙰                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬                  𝑺𝑯𝑨𝑹𝑬           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹           🌹🌹🅹🅾🅸🅽🌹🌹      Http://t.me/wolaloo_jaalalaa
Mostrar todo...
𝐖𝐎𝐋𝐀𝐋𝐎𝐎 𝐉𝐀𝐀𝐋𝐀𝐋𝐀𝐀 ❣

𝚀𝙾𝙿𝙷𝙸𝙸𝙻𝙴 𝙺𝙴𝙴𝙽𝚈𝙰 ✓𝚆𝙾𝙻𝙰𝙻𝙾 ✓𝙶𝙾𝚁𝚂𝙰 ✓𝙱𝙰𝙰𝙲𝙾𝙻𝙴𝙴 ✓𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰 ✓𝙹𝙴𝙲𝙷𝙰𝙼𝙰 ✓𝙿𝙸𝙲𝚃𝚄𝚁 ✓𝙴𝚃𝙲.....

👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Artiisti Haloo Daawween du'aan addunyaa kanarraa boqotte Seenaa Aartii fi qabsoo uummata Oromoo keessatti gahee bu'uurummaa guddaa kan qabduufi jaalatamtuu kan taate Artiisti Haloo Daawwee du'aan addunyaa kanarraa boqotte. Haloo Daawween erga yeroo dhiyoo asii dhukkubsattee wal'aansarra kan turte yoo ta'u, har'a galgala mana jireenya ishee magaalaa Adaamaatti argamu keessa du'aan addunyaa kanarraa boqotte. Artiisti Haloof jannata, uummata Oromoo maraaf jajjabina hawwina!
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.