es
Feedback
ORO SPORT

ORO SPORT

Ir al canal en Telegram

💥Live sport App and Links 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 Taphoota kallaatti Live dabarsuu 👉 Liigotaa Gurguuddoo Awuroppaa 👉 Oduu Ijoo Isportii Addunyaalessaa fi Biyyaa keessa 👉Seenaan Taphattoota fi kkf 💥Yaada 👉 @Amu_ja

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram ORO SPORT

El canal ORO SPORT (@liveisporti) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 44 896 suscriptores, ocupando la posición 1 521 en la categoría Deportes y el puesto 89 en la región Finlandia.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 44 896 suscriptores.

Según los últimos datos del 21 julio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 4 642, y en las últimas 24 horas de 157, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 1.04%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 0.88% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 466 visualizaciones. En el primer día suele acumular 393 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 2.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
💥Live sport App and Links 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 Taphoota kallaatti Live dabarsuu 👉 Liigotaa Gurguuddoo Awuroppaa 👉 Oduu Ijoo Isportii Addunyaalessaa fi Biyyaa keessa 👉Seenaan Taphattoota fi kkf 💥Yaada 👉 @Amu_ja

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 22 julio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Deportes.

44 896
Suscriptores
+15724 horas
+1 3267 días
+4 64230 días
Archivo de publicaciones
ORO SPORT
45 231
Riyaal Maadriid Firaankoo Mastaantuunoo yeroo muraasaaf liqiin akka kilabicha gadi dhiisu yaadaa jira. Garuu waliigaltee liqi
Riyaal Maadriid Firaankoo Mastaantuunoo yeroo muraasaaf liqiin akka kilabicha gadi dhiisu yaadaa jira. Garuu waliigaltee liqii keessatti filannoo bittaa akka hin jiraanne barbaada. Erga liqiin isaa xumuramee booda gara Riyaal Maadriiditti deebi'a. Faabriiziyoo Roomaanoo 🎖️

ORO SPORT
45 231
HERE WE GO! 🇦🇷 Kooriyaan waliigaltee isa hanga bara 2029tti River Plate keessa isaa tursiisu ni mallatteessa . Faabriiziyoo
HERE WE GO! 🇦🇷 Kooriyaan waliigaltee isa hanga bara 2029tti River Plate keessa isaa tursiisu ni mallatteessa . Faabriiziyoo Roomaanoo 🎖️

ORO SPORT
45 231
Mariin Chelsea fi Crystal Palace gidduutti jijjiirraa Maxence Lacroix irratti taasifamaa jiru amma illee itti fufeera. 🤝 Che
Mariin Chelsea fi Crystal Palace gidduutti jijjiirraa Maxence Lacroix irratti taasifamaa jiru amma illee itti fufeera. 🤝 Chelsea waliigaltee irra ga'uuf abdii guddaa qaba; taphataanis gara Stamford Bridge ce'uuf fedhii qabaachuun isaa hojii isaanii salphisaa jira 📌 Kilaboonni lamaan kallattiidhaan mari'achaa jiru 🗞️ Faabriiziyoo Roomaanoo 🎖️

ORO SPORT
45 231
Edaa galgala Tootinaam tapha michoomaa bara dorgommii duraa jalqabaa Miltoon waliin taphachuun 1-0n injifate. Maatiyaas Ferna
Edaa galgala Tootinaam tapha michoomaa bara dorgommii duraa jalqabaa Miltoon waliin taphachuun 1-0n injifate. Maatiyaas Fernaandees goolii injifannoo Spurs galche!

ORO SPORT
45 231
Hanga ammaatti qabxii kee hin barri taanaan ati duubatti hafaa dha kanaafiyyuu bakka QABXII ILAALUUF jedhu tokkoodhaan koottu
Hanga ammaatti qabxii kee hin barri taanaan ati duubatti hafaa dha kanaafiyyuu bakka QABXII ILAALUUF jedhu tokkoodhaan koottuutii qabxii kee barii

ORO SPORT
45 231
🚨Buhaa Qormaata Kutaa 8ffaa Gutumaatti Gadhifameera Bakka Gadii Tuqun ergaadha isiniif ilaalla namonni Connection isiin Rakk
🚨Buhaa Qormaata Kutaa 8ffaa Gutumaatti Gadhifameera Bakka Gadii Tuqun ergaadha isiniif ilaalla namonni Connection isiin Rakkisuu 👇👇👇👇

ORO SPORT
45 231
Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

ORO SPORT
45 231
🚨Kutaa 8ffaa Buhan qormaata Kutaa 8ffaa Namoonni hangaa amma Hin ilaalanne bakka Get Jedhuu tuqun ilaalaadha 👇👇👇
🚨Kutaa 8ffaa Buhan qormaata Kutaa 8ffaa Namoonni hangaa amma Hin ilaalanne bakka Get Jedhuu tuqun ilaalaadha 👇👇👇

ORO SPORT
45 231
Hanga ammaatti qabxii kee hin barri taanaan ati duubatti hafaa dha kanaafiyyuu bakka QABXII ILAALUUF jedhu tokkoodhaan koottu
Hanga ammaatti qabxii kee hin barri taanaan ati duubatti hafaa dha kanaafiyyuu bakka QABXII ILAALUUF jedhu tokkoodhaan koottuutii qabxii kee barii

ORO SPORT
45 231
🇸🇦 Sammarviil gara Al Hilaltti! 🚨 HERE WE GO!✅️ 🎖️ []𝐅𝐀𝐁𝐑𝐈𝐙𝐈𝐎-𝐑𝐎𝐌𝐀𝐍𝐎🎖
🇸🇦 Sammarviil gara Al Hilaltti! 🚨 HERE WE GO!✅️ 🎖️ []𝐅𝐀𝐁𝐑𝐈𝐙𝐈𝐎-𝐑𝐎𝐌𝐀𝐍𝐎🎖

ORO SPORT
45 231
Garee cimaa FIFA WORLD CUP bara kanaa ifoomeera.
Garee cimaa FIFA WORLD CUP bara kanaa ifoomeera.

ORO SPORT
45 231
HERE WE GO 🟢Astonviilaan Gaarnaachoo Cheelsii irraa fudhachuuf waliigaltee irra gahaniiru.
HERE WE GO 🟢Astonviilaan Gaarnaachoo Cheelsii irraa fudhachuuf waliigaltee irra gahaniiru.

ORO SPORT
45 231
Maanchistar Yunaayitid foddaan jijjiirraa ganna kanaan Taayilar Adaams filannoo sarara gidduu isaanii keessaa tokko ta'ee ila
Maanchistar Yunaayitid foddaan jijjiirraa ganna kanaan Taayilar Adaams filannoo sarara gidduu isaanii keessaa tokko ta'ee ilaalaa akka jiru himamaa jira.

ORO SPORT
45 231
🔰Fiil Foodeen Koontiraata haaraa Maanchisteer Keessa hanga 2030 isa tursiisu mallatteesseera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇
🔰Fiil Foodeen Koontiraata haaraa Maanchisteer Keessa hanga 2030 isa tursiisu mallatteesseera. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️‍🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗      🙅‍♂️         👍    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

ORO SPORT
45 231
Alex Scott Cheelsii makamuu barbadaa! Taphataan kun "Morgan Rogers "Cheelsitti waan makamteef baga gammadde" jechuun ergaa ga
Alex Scott Cheelsii makamuu barbadaa! Taphataan kun "Morgan Rogers "Cheelsitti waan makamteef baga gammadde" jechuun ergaa gammoachuu ergeefii ture👀 (tabuteauS & standardsport) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️‍🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗      🙅‍♂️         👍    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

ORO SPORT
45 231
Waancaa addunyaa 2026 irratti Liigiin hanga Pirimeer liigii taphattoonni isaa galchii lakkoofsise hin jiru. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liv
Waancaa addunyaa 2026 irratti Liigiin hanga Pirimeer liigii taphattoonni isaa galchii lakkoofsise hin jiru. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️‍🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗      🙅‍♂️         👍    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

ORO SPORT
45 231
Maan Siitiin Ayyuub Bowaaddii mallatteessisuuf Lille waliin waliigaltee irra gahuuf dhihaateera! _GRAEME BAILEY (TEAM TALK)
Maan Siitiin Ayyuub Bowaaddii mallatteessisuuf Lille waliin waliigaltee irra gahuuf dhihaateera! _GRAEME BAILEY (TEAM TALK)

ORO SPORT
45 231
🚨 AMMEE Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 8ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Baratootni bakka JOIN jedhu tuquun dafaa seen
🚨 AMMEE Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 8ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Baratootni bakka JOIN jedhu tuquun dafaa seenaa ilaalladhaa !!👇💥

ORO SPORT
45 231
🚨 AMMEE Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 8ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Baratootni bakka ADD jedhu tuquun dafaa seena
🚨 AMMEE Bu'aan qormaata ministirii Kutaa 8ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Baratootni bakka ADD jedhu tuquun dafaa seenaa ilaalladhaa !!👇💥

ORO SPORT
45 231
Moorgaan Roojeersi,kilaba guddaa Magaalaa Landanitti makamuu koof hedduu gammadeera jechuun
Moorgaan Roojeersi,kilaba guddaa Magaalaa Landanitti makamuu koof hedduu gammadeera jechuun