cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ORO LIVE SPORT

๐Ÿ’ฅLive sport App and Links ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰ Taphoota kallaatti Live dabarsuu ๐Ÿ‘‰ Liigotaa Gurguuddoo Awuroppaa ๐Ÿ‘‰ Oduu Ijoo Isportii Addunyaalessaa fi Biyyaa keessa ๐Ÿ‘‰Seenaan Taphattoota fi kkf ๐Ÿ’ฅYaada ๐Ÿ‘‰ @Oroo_s

Mostrar mรกs
Finlandia469El idioma no estรก especificadoDeportes5 571
Publicaciones publicitarias
12 748
Suscriptores
+3024 horas
+3957 dรญas
+2 29430 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Goooooooooooooooooooollllll Taphoota Pirimer Ligii Ingilaand har'a taasifaman kallattiin dawwachuuf Chaanaalii kana Join godha๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ”ฅ
Mostrar todo...
Join
Open
Share
Gadaaisport
Photo unavailableShow in Telegram
๐ŸšจMason Giriinwuud garee biyyaalessaa Jaamaayikaan waamamee tapha Koopaa Ameerikaa irratti akka hirmaatu taasiseera. ๐Ÿ‡ฏ๐Ÿ‡ฒ @Liveisporti
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Ronaldoon tapha amma Al Naasir 4 fi 2 A Itaad injifaaterraatti goolii 2 lakkoofsisuun jijjiiramee bahe Haaluma kanaan goolii 35 liigii Saawudii Proo bara kanaa iratti lakkoofsisuun Riikoordii Abdulaahi Hamdaalin qabamee ture kan dhuunfaa isaa taasiseera. Bara dorgommii kana umurii isaa 39iin goolii 50 Alnaasriif lakkoofsisuu danda'eera.๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ Walumaa galatti bara dorgommii kana goolii 70 iratti kallattiin hirmaatera. @Liveiisporti
Mostrar todo...
โค 3๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
โœ… KILAABA PIREEMER LIIGII INGIILAAND KEESSA KAAM DEGGAARTA?
Mostrar todo...
ARSENAL FC
MAN.UNITED
CHELSEA FC
LIVEPOOL FC
MAN.CITY
TOTTENHAM HOTSPURS
๐Ÿ”ฐ KAN BIROO ๐Ÿ”ฐ
Photo unavailableShow in Telegram
Ronaldoon tapha amma Alaasir fi Alitaad taphachaa jiran iratti goolii 2 lakkoofsisuun jijjiiramee baheera. Haaluma kanaan goolii 35 liigii Saawudii Proo bara kanaa iratti lakkoofsisuun Riikoordii Abdulaahi Hamdaalin qabamee ture kan dhuunfaa isaa taasiseera. Bara dorgommii kana umurii isaa 39iin goolii 50 Alnaasriif lakkoofsisuu danda'eera.๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ Walumaa galatti bara dorgommii kana goolii 70 iratti kallattiin hirmaatera. @Liveiisporti
Mostrar todo...
Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!     โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ Gorsaa fi Barnoota โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ Dhimmota Maallaqaaf โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“   Maallaqa Argachuuf โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ Dhimmota Maallaqaaf โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“ Akkaataa isaa baruuf โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”› Waliin barannee waliis haa barsiifnuu๐Ÿ“š๐Ÿ“š โ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ   โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
Mostrar todo...
ย  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
Photo unavailableShow in Telegram
Enzoo Maareeskaan Cheelsiitti makamuu akka barbaadu hoggantoota Leesteer Siitiitti himeera. Maddi: Fabrizio Romano @Liveisporti
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
Haansii Flick boru gara Baarseloonaa imaluun Roobii kontiraata isaa Hanga waxabajjii 2026tti tursisuu Baarsaa waliin mallatteessa. Maddi: Fabrizio Romano ๐ŸŽ– @Liveisporti
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 2
Photo unavailableShow in Telegram
OFFICIAL Antoonii Maarshiyaal Maanchistar Yunaayitid waliin gargar bahuu isaa ifoomsera. @Liveisporti @Liveisporti
Mostrar todo...
โค 2
Photo unavailableShow in Telegram
Cheelsiin leenjisaa lammii Xaaliyaanii Enzoo mallatteessisuuf waliigalteerra gahuu maddeen gabaasaniiru. Akka maddeen kilabichaatti dhiyeenya qaban ibsanitti Enzoo kontiraata dheeraa Cheelsii keessatti mallatteessuf jira. @Liveisporti
Mostrar todo...
โค 1