en
Feedback
ORO SPORT

ORO SPORT

Open in Telegram

💥Live sport App and Links 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 Taphoota kallaatti Live dabarsuu 👉 Liigotaa Gurguuddoo Awuroppaa 👉 Oduu Ijoo Isportii Addunyaalessaa fi Biyyaa keessa 👉Seenaan Taphattoota fi kkf 💥Yaada 👉 @Amu_ja

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel ORO SPORT

Channel ORO SPORT (@liveisporti) is an active participant. Currently, the community unites 52 519 subscribers, ranking 1 188 in the Sports category and 78 in the Finland region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 52 519 subscribers.

According to the latest data from 07 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 3 473 over the last 30 days and by -49 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0.88%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 0.76% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 463 views. Within the first day, a publication typically gains 400 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 2.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
💥Live sport App and Links 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉 Taphoota kallaatti Live dabarsuu 👉 Liigotaa Gurguuddoo Awuroppaa 👉 Oduu Ijoo Isportii Addunyaalessaa fi Biyyaa keessa 👉Seenaan Taphattoota fi kkf 💥Yaada 👉 @Amu_ja

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 08 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Sports category.

52 519
Subscribers
-4924 hours
+6397 days
+3 47330 days
Posts Archive
ORO SPORT
52 519
✅Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a gaggeeffaman 01:45 | Kilab Biruuj Aston Villa waalin 01:45 | Ateens Lask waali
✅Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa har'a gaggeeffaman 01:45 | Kilab Biruuj Aston Villa waalin 01:45 | Ateens Lask waalin 04:00 | R/Maadriid Intar Miilaan waalin 04:00 | Poortoo Maan Siitii waalin 04:00 | Doortmund Vilaariyaal waalin 04:00 | Liilee Riyaal Beetis waalin 🏴󠁧󠁢󠁥󠁮󠁧󠁿 Karaabaawo Kaap Ingilaand 03:45 | Bornmawuz Liinkoolin Siitii waalin 03:45 | Kiristal Paalas Midlesbero waalin 03:45 | Leytan Ooriyent Biraadfoord Siitii waalin 03:45 | Saandarland Haal Siitii waalin 04:00 | Miilwal Niwkaastil waalin

ORO SPORT
52 519
🎁 Ayyaana kana sababeeffachuun ethio telecom badhaasa kaardii 200 nama hundaaf qopheessanii jiru ✔️ Ammuma Bakka START jedhu
🎁 Ayyaana kana sababeeffachuun ethio telecom badhaasa kaardii 200 nama hundaaf qopheessanii jiru ✔️ Ammuma Bakka START jedhu tuquun lakkoofsa keessan ergaa 👇👇👇👇👇👇

ORO SPORT
52 519
Ati Deggera Kilbaa Kamiitii amumma Kilaba kee tuqun join godhii 👇👇👇
Ati Deggera Kilbaa Kamiitii amumma Kilaba kee tuqun join godhii 👇👇👇

ORO SPORT
52 519
🚨 Ati jaallataa fi deeggaraa Riyaal Maadrid ta'tee osoo jirtuu ammayyuu chaanaal kana 'Join' hin goonee? 😱👑 Odeeffannoo sa'aatii 24 kilaba addunyaa isa guddicha irraa wayitaa fi qulqullinaan argachuuf amummaama bakka [JOIN] jedhu tuquun maatii keenyatti dabalamaa! ⚪️🔥 https://t.me/oromadridafaanoromo

ORO SPORT
52 519
🎁 Ayyaana kana sababeeffachuun ethio telecom badhaasa kaardii 200 nama hundaaf qopheessanii jiru ✔️ Ammuma Bakka START jedhu
🎁 Ayyaana kana sababeeffachuun ethio telecom badhaasa kaardii 200 nama hundaaf qopheessanii jiru ✔️ Ammuma Bakka START jedhu tuquun lakkoofsa keessan ergaa 👇👇👇👇👇👇

ORO SPORT
52 519
Namoonni hojii online hojjatanii guyyati qarshii 1k hanga 10k hojjachuu barbaadan qofti channel kana irratti request ergadha Hubachisa namota hojachu barbadan qofti JOHN Godha 🙌🏃‍♂️

ORO SPORT
52 519
🚨 Laawutaaroo Maartineez: "Kilian Mbappen taphattoota ciccimoo addunyaa keessaa isa tokkodha."🤍 SHARE 📲 @Liveisporti SHARE
🚨 Laawutaaroo Maartineez: "Kilian Mbappen taphattoota ciccimoo addunyaa keessaa isa tokkodha."🤍 SHARE 📲 @Liveisporti SHARE 📲 @Liveisporti

ORO SPORT
52 519
🟢Taphataan cimaan Seeriyaa Itaalii bara dorgommii darbee Diimaarkoon tapha shaampiyoonsi liigii Awurooppaa Inter Miilaan Riy
🟢Taphataan cimaan Seeriyaa Itaalii bara dorgommii darbee Diimaarkoon tapha shaampiyoonsi liigii Awurooppaa Inter Miilaan Riyaal Maadriid waliin taasisu irratti akka hin hirmaanne gabaafameera.

ORO SPORT
52 519
Gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa dorgommii waancaa Afrikaa bara 2027 gaggeessuuf gara Hawaasaatti imaluun isaa ni yaadatama.
Gareen biyyaalessaa Itiyoophiyaa dorgommii waancaa Afrikaa bara 2027 gaggeessuuf gara Hawaasaatti imaluun isaa ni yaadatama. Haaluma kanaan leenjiin boruu Kibxata Caamsaa 3 (3:00 / Dirree Namtolchee Hawaasaa) daqiiqaa 15 jalqabaa miidiyaaleef banaa akka ta'u isin beeksifna. - Taphattoonni fi leenjistoonni gaaffii fi deebii ykn ibsa dhuunfaa kamiyyuu miidiyaaf hin kennan. SHARE 📲 @Liveisporti SHARE 📲 @Liveisporti

ORO SPORT
52 519
Namoonni hojii online hojjatanii guyyati qarshii 1k hanga 10k hojjachuu barbaadan qofti channel kana irratti request ergadha Hubachisa namota hojachu barbadan qofti JOHN Godha 🙌🏃‍♂️

ORO SPORT
52 519
Cooperative Bank of Oromia (CBO) badhaasa namoota hundaaf qabatee dhufee jiraa. Maarre isinis badhaafamuuf nama group isaanit
Cooperative Bank of Oromia (CBO) badhaasa namoota hundaaf qabatee dhufee jiraa. Maarre isinis badhaafamuuf nama group isaanitti add gochuun qarshii 2000 hangaa 20000 badhaafamaa. Kana gochuufis bakka join jedhuu tuqun group isani join godha nama add godha badhaafamaa. Carra gaarii 👇👇👇

ORO SPORT
52 519
Ati Deggera Kilbaa Kamiitii amumma Kilaba kee tuqun join godhii 👇👇👇
Ati Deggera Kilbaa Kamiitii amumma Kilaba kee tuqun join godhii 👇👇👇

ORO SPORT
52 519
🚨Qarshii Male tola Internet Fayyadamuun egaleera amumma bakka start jedhu tuqa 👇👇
🚨Qarshii Male tola Internet Fayyadamuun egaleera amumma bakka start jedhu tuqa 👇👇

ORO SPORT
52 519
Namootaa carraa inni amma isiin darbeef 🔥🔥 Badhaasa kardii abba 200 ammas 🎉 4×4+4÷4=?

ORO SPORT
52 519
Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

ORO SPORT
52 519
✅Bara kana piriimeer liigiidhaan milkaa'ina injifannoo 100% kan qaban kilaboota 2 qofadha! 💯🔥 Arsenaal 🤝 Maanchestir Siiti
✅Bara kana piriimeer liigiidhaan milkaa'ina injifannoo 100% kan qaban kilaboota 2 qofadha! 💯🔥 Arsenaal 🤝 Maanchestir Siitii 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️‍🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗      🙅‍♂️         👍    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

ORO SPORT
52 519
Ati deggeraa kilaba kamiidha❓Maqaa kilaba kee cuqaasuun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'e kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!
Ati deggeraa kilaba kamiidha❓Maqaa kilaba kee cuqaasuun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'e kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!! 👇👇

ORO SPORT
52 519
✅Tapha Piirimeer liigii Ingilaand torbee 3ffaa amma taphatamaa jiru. ⏱Xumurame Arsenaal 2-1 Cheelsii #Havartiiz #Roojaars #Od
✅Tapha Piirimeer liigii Ingilaand torbee 3ffaa amma taphatamaa jiru. ⏱Xumurame Arsenaal 2-1 Cheelsii #Havartiiz #Roojaars #Odigaard 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️‍🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗      🙅‍♂️         👍    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

ORO SPORT
52 519
✅Tapha Piirimeer liigii Ingilaand torbee 3ffaa amma taphatamaa jiru. ⏱64' Arsenaal 2-1 Cheelsii #Havartiiz #Roojaars #Odigaar
✅Tapha Piirimeer liigii Ingilaand torbee 3ffaa amma taphatamaa jiru. ⏱64' Arsenaal 2-1 Cheelsii #Havartiiz #Roojaars #Odigaard 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯@Liveisporti ❤️‍🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗      🙅‍♂️         👍    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

ORO SPORT
52 519
Waan barfanneef dhiifama Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Waan barfanneef dhiifama jechaa Diraamaa Bubbee kutaa 27ffaan Channel k
Waan barfanneef dhiifama Gadhiifamera🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Waan barfanneef dhiifama jechaa Diraamaa Bubbee kutaa 27ffaan Channel kanarratti gadhiifameera.