cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

MIA Informer

@IlmaAyu Odeeffannoo gama hundaan jiru argachuuf maatii keenya ta'aa! Waa bakka tokkotti ni argattu Waa isiniif hin gallees ni gaafattu Golaa keenya homtuu hin dhabamu. Maatii keenya ta'a, hiriyyoota keessaniifis qoodaa!

Mostrar más
El país no está especificadoEl idioma no está especificadoLa categoría no está especificada
Publicaciones publicitarias
2 756
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Imala kee dursii kana hubadhu! 'Namni maal naan jedhaa?'n waan namni siin jedhu jijjiiree hin argamu; garuu eenyummaan kee gooftaa waan siin jedhamuuti. Kanaaf ofitti amanummaa kee gabbisii qabadhu! Akka siin jedhan ta'uuf osoo hin taane, akka taatee argamtu akka jedhamtuu dalagi. Hamma geessuus hin ibsiin; hammi geessuu sunuu ragaadha. Hundaaf gurra ergisuunis gurra kaayyoo ofiitti dugda gatuu akka ta'e yaadaan qabadhuu deemsa itti fufi. Imala milkii! Gaafa sochii eegaltu sirrattis sochiitu eegalama. Waa'een kee karaa lamaan odeeffamuu itti fufa. Kaan sababa malee si jibba, sirratti odeessa, maqaa kee faalee dhiisuu dida, dhagaa filee sitti darbata. Kaanimmoo ofitti si waama, harka walitti siif rukuta, dibbee siif reeba! Eeyyeen kanatu jira! Kun jiraachuu isaa hubachuufi kanaaf deebii akkamii akka laattus of harkaa qabaachuutu si ceesisa. Kan akkan taaneen si hordofu hin hordofiin. "Jaldeessa faana dhahuun hallayyaa nama buusa!" jedha Oromoon yeroo mammaaku. Kan sitti wacu gargaartee sagalee wacaa ol kaasuun, gurra gara kaayyoo kee hin butuchiin, dhagaa sitti darbamuu walitti qabi riqicha ce'umsaafi mana galmaa ittiin ijaarratta, jechoota sin ilaalle sitti maxxanan immoo akka dubbii waa'ee hin baafneefi balfa gatamaatti fageenyatti ofirraa eegi. Akkanuma, kan si faarsu faana of hin faarsiin; gaafa si arrabsu faana of arrabsuu malta. Sagalee weedduu iddoo siif hin malletti miirri siif kennu dhageessee weedduufi gonfoo gaara mo'ichaa irraa akka hin hafnetti of eegi. Badhaasa siif kennamu adda baasii beeki. Badhaasnifi jajjabeessi siif hin mallee itti quufinsa sobaa si gonfachiisuun karaa jal'uurra si qajeelchu. Eeyyeen, kan siif laatu kennaa isaa dura, eenyummaa isaa adda baasi. Hubataa ta'i! Kan siif jibbu jaalattee kan si jibbu hin jibbiin. Kan siif reebuu ol kaastee, kan si reebuu reebuuf yeroofi annisaa kee hin gubiin. Kana hundumaa, akka galumsaatti, keessumeessuu akka dandeessuuf ogummaa dabaladhu. Imala milkii! Abdiisaa Ejjetaa U. Bantii, 2020 ~~~~ @Galaakoo @Orobook
Mostrar todo...
Repost from 🏇🏾 Hinsoo
00:55
Video unavailableShow in Telegram
Hacaaluu Hundeessaa : Na Qarqaari Kaa 🔥🔥🔥🔥 Vidiyoo guutuu link kanarran argattu 🎬 🔗 https://youtu.be/cEk3PypWTm4
Mostrar todo...
HacaaLuu Hundeessaa - Na Qarqaari Kaa new video.mp48.83 MB
Mostrar todo...
Gaaddoo on TikTok

Dr. Artist Alii Mohaammed Birraa | Ali Birra #seifufantahun #seifuonebs

Repost from 🏇🏾 Hinsoo
Photo unavailableShow in Telegram
💔💔💔
Mostrar todo...
🗣 Alii Birraa 💔💔💔
Mostrar todo...
Ali Birra Yaa Lasa Lasee Kaban.Mix.mp36.55 MB
Alii Birraa 🎙️Kophaa koo @HinseeneeH
Mostrar todo...
Ali Birra-1998-Kophaa Koo.mp31.06 MB
Alii Birraa Jaalaluma Teeti @HinseeneeH
Mostrar todo...
Ali Birra-1998-Jaalaluma Teeti.mp31.27 MB
Alii Birraa Siin Barbaada @HinseeneeH
Mostrar todo...
Ali Birra-1998-Siin Babaada.mp31.14 MB
Repost from 🏇🏾 Hinsoo
Nama dhugumaan jireennaaf feetu tokko yoo sitti balleesses, irra deddeebi'iin dhiifama gochuun kabajja, jaalala fi iddoo ati isaaf/isiif qabdu agarsiisu danda'a ta'a. Garuu yoo inni/isiin balleessaa sana irraa yoo hin barannee gargar bahu carraa xumuraa isa carraa hin qabne dha. Inni kun wal jaalatanii addaan bahu dha. Faalla kanaan immoo yeroo tokko tokko nama jaalanu, kan bultii teenna wajjiin ijaarachu barbaannu tokko odoo akka jaalala isaaf/isiif qabnu itti hin himin, akka miira jaalala qabnu odoo itti hin agarsiisin dhabunis ni jira. Odooma nuti hadha boru itti himna jennee beellama qabnu, kan biroo dhufee/tee kan isaa/isii godhate/tti. Eega waa malee kan Haceen "Na Qarqaari Kaa" jedhe sirbeef. Hadara kee 'video' kana seeni ilaali https://youtu.be/k8kKS-zGlCA
Mostrar todo...
Hachalu Hundessa - Na qarqaari kaa | New Mix music video 2022 | Sad Song | Heart Touching Love Story

Ethiopian/Oromo Music - Na qarqaari kaa by the legendary Hachalu Hundessa from Volume 2 of 2013 This is a sad Love Story representation by Hinsoo Tube. Original Song and Video Credits: Song - Na Qarqaari Kaa Singer - Hachalu Hundessa (@Hachalu Hundessa ) Lyrics: Hachalu Hundessa Video - Unknown Boy Varun( @unknown boy varun ) Subscribe Below to be the first to watch Videos and get exclusive access! #hachaluhundessa #visionentertainment #nahomrecords #Africa #Africatribe #Topten #Afrobeat #Africaunite #Breaking #Challenge #Tailent #Diyhow #Tiktok #Music #oromomusic #Vision #oromp3 Social Media: Facebook -

https://www.facebook.com/ilma8ayu/

Instagram -

https://www.instagram.com/ilma8ayu/

Linkedin -

https://www.linkedin.com/ilma8ayu/

#EthiopianMusic #OromoMusic #Like #Comment #africa #music Hinsoo Tube

Nan Gaabbe Hacaaluu Hundeessaa Join @HinseeneeH
Mostrar todo...
Hacee.mp33.74 MB
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.