cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

๐Ÿ‡๐Ÿพ Hinsoo

Mostrar mรกs
Finlandia2 440El idioma no estรก especificadoMรบsica33 077
Publicaciones publicitarias
1 455
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 dรญas
Sin datos30 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Haloo Daawwee al hora warra keessanii
Mostrar todo...
Haloo Daawwee Wal hora warra keessanii.mp35.69 MB
โค 4
Haloo Daawwee Fardaan Dabaale.mp34.67 MB
Haloo Daawwee Obboleessi Gaarii.mp35.82 MB
Haloo Daawwee Obsii Mee.mp35.34 MB
๐Ÿ‘ 1
Haloo Daawwee
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
Artistii jaallatamtuun Haloo Daawwee addunyaa kanarraa duโ€™aan boqotteetti. Artistii gameeyyii Oromoo adda durummaan eeraman keessaa tokko kan taate Haloon, aadaaf artii Oromoo guddisuu keessatti gumaacha taasifteen jaalala guddaa ummata Oromoo biraa horattee jirti. Gootittii onneen sibiilaa, qabsooftuu bara hundaa, qaanqee baha biiftuu! Nagaan boqodhu! Boollakee daadhiin haa guutu!๐Ÿ˜ญ
Mostrar todo...
Namoonni haga yoona qabxii keessan ilaaluu hin dandeenye 'bot' @ETGrade12bot kana fayyadamuun ilaalu dandeessu
Mostrar todo...
#Kutaa_12ffaa Bu'aan Qormaata kutaa 12ffaa akkamitti ilaalama? Bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2015 Fulbaana 29, 2016 ganama saโ€™aatii 12 irraa eegalee filannoowwan armaan gadiitiin ilaaluu ni dandeessu. Link asii gadii kanaan seenat ilaala t.ly/36hDC
Mostrar todo...
Bu'aa Qormaata Kutaa 12ffaaย  akkamiin ilaallama? - Hinsoo Tech

Tajaajilli madaallii barnootaa fi qormaata, Barattoonni Buโ€™aa qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Kibxata 29/01/2016 ganama saโ€™aatii 1:00 irraa eegalee buโ€™aa isaanii ilaaluu ni dandaโ€™u jedheera. Kanumaan wal-qabate dorgomtoonni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2015 Adoolessa 29, 2016 buโ€™aa isaanii ilaaluu ni dandaโ€™u. Barattoonni buโ€™aa isaanii filannoowwan armaan gadii 3 #qofa fayyadamuun ilaaluu dandaโ€™u . Marsariitii armaan โ€ฆ Buโ€™aa Qormaata Kutaa 12ffaaย  akkamiin ilaallama? Read More ยป

๐Ÿ‘ 4
Abdii hin kutin. Yeroo mara lolli cimaan loltoota ciccimoo ta'aniif kennama. Waadaa ofiif gali. Hammam ulfaataa ta'us abjuu kee irraa abdii akka hin kutanne. Hinsoo ๐Ÿ‡๐Ÿพ Hinsoo
Mostrar todo...
Mulunaa Fufaa Mammagaallanii @HinseeneeH @HinseeneeH
Mostrar todo...
y2mate.com - Mulunaa Fufaa Mammagaallanii OromoOromia.mp35.93 MB
๐ŸŽผ Mulunaa Fufaa ๐Ÿ‘ค Mammagaallanii @HinseeneeH @HinseeneeH
Mostrar todo...
๐ŸŽผ Oduu Ammee ๐Ÿ‘ค Taddalaa Gammachuu New Music ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ @HinseeneeH @HinseeneeH
Mostrar todo...
SABBAR ZEENA ODUU AMMEE Tadele Gemechu 2023.mp36.12 MB
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sรณlo permite el anรกlisis de 5 canales. Para obtener mรกs, elige otro plan.