es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Negasa Reta | Software Eng.

Negasa Reta | Software Eng.

Ir al canal en Telegram

Channel kana irratti dhimmoota Technology, Software Development, carraawwan hojii, fi wantoota kana fakkaataniin walqabatan #Afaan_Oromootiin irratti akka waliif qooduu dandeenyuuf baname. Hiriyoota keessaniif share godhaa. #DM: t.me/tech_with_negasa?dir

Mostrar más
El país no está especificadoLa categoría no está especificada
220
Suscriptores
-224 horas
Sin datos7 días
+130 días
Archivo de publicaciones
You can join us! Karaa Tiktokii hordofuuf Register godhaa: https://vt.tiktok.com/ZS9ABRtF3g6h2-SjkFo/ Karaa Google Meets hordofuuf: https://calendar.app.google/PDU7TJizJc6JTUvo8

Galgala kana sa'atii 2:30 irraa eegalee. Youth. Tech. Innovation. Namoota kan biraadhaafis share gochuu hin dagatinaa!
Galgala kana sa'atii 2:30 irraa eegalee. Youth. Tech. Innovation. Namoota kan biraadhaafis share gochuu hin dagatinaa!

Nagaan hundumaaf haa baayyatu! Akkam jirtu? Guyyaa harraa, Wiixata (Fulbaana 11, 2019 E.C) galgala sa'atii 2:30 irraa kaasee dhimma Dargaggootaa, Teknooloojii fi Innovationii irratti marii bal'aa ta'e karaa #ONLINE ni qabaanna. Kanaafis ammoo hundumti keessan irratti akka hirmaattan, akkasumas namoota beektaniif akka qooddan kabajaan isin gaafanna. Injiner Isaayyaas Camadaa, hundeessaa fi hoji gaggeessaan WAATAA Technologies, sagantaa kana irratti argamuudhaan muuxannoo qabu nuuf qooduuf qophiidha. Miss it not! Karaa Tiktokii hordofuuf Register godhaa: https://vt.tiktok.com/ZS9ABRtF3g6h2-SjkFo/ Karaa Google Meets hordofuuf: https://calendar.app.google/PDU7TJizJc6JTUvo8

Live Webinar: Youth. Tech. Innovation. 21 Sept • 20:30–22:00 • View details and RSVP https://calendar.app.google/PDU7TJizJc6J
Live Webinar: Youth. Tech. Innovation. 21 Sept • 20:30–22:00 • View details and RSVP https://calendar.app.google/PDU7TJizJc6JTUvo8

Hey ASTU Students!
Looking for a better way to find and work with research papers?
I’m excited to share ScholarXIV, a research platform that helps you search, read, organize, and explore academic papers with AI-powered research tools. You can use it to: 📌 Find relevant research papers 📌 Understand and explore papers 📌 Save and organize useful research 📌 Connect ideas across different papers 📌 Explore tools like the Papers API
As a ScholarXIV Ambassador, I’ll also be sharing more about how ASTU students can use it for their research and projects.
👉 Use this referral link to join ScholarXIV:
https://www.scholarxiv.com/r/lidia-kibret
💬 Have a question or comment? Join the ASTU ScholarXIV discussion group:
https://t.me/ScholarXIV_ASTU
I’ll also share more research, development, and tech opportunities on my channel:
https://t.me/CodebyLidia
Let’s explore better ways to learn, research, and build.

Dorgommii EthioStartup irratti taasifne marsaa 2ffaa. Itti dhiyaadhaa! https://youtu.be/sPyPnsP6It0?si=bWHfvsxX0JaQHECQ

Ashaamaa! 👋 Namoota "100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge" dhaaf galmooftanii guyyaa kaleessaa email i
Ashaamaa! 👋 Namoota "100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge" dhaaf galmooftanii guyyaa kaleessaa email isiniif ergame hundumaaf, on boarding (wanttoota itti aanan) emailiin hunduma keessaniif ergamee jira. Kanumaan walqabatee, email keessan akka check gootan jechaa, training keenya Wiixata dhufu galagala sa'atii 2:30 irraa kaasee walitti fufiinsaan torbee 6f kan kennamu ta'a. Kanaafis qophii isin barbaachisu maraa akka gootan kabajaan isin gaafanna. Ulfaadhaa!

Akkati quuqama dhaloota kanaaf qabdu galmaan gahattu shakkiin hin qabnu! Cichoomina akkanaa dhaloota irraa arguu caalaa maalt
Akkati quuqama dhaloota kanaaf qabdu galmaan gahattu shakkiin hin qabnu! Cichoomina akkanaa dhaloota irraa arguu caalaa maaltu nama gammachiisa 🫡🤝

Yaada ijaarsaa nuuf kennitaniif ulfinni keessan guddaadha! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLiteracy
Yaada ijaarsaa nuuf kennitaniif ulfinni keessan guddaadha! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLiteracy

👆👆
👆👆

Nutis yoo xiqqate nama tokko jijjiiramaaf qopheessuuf qophii ximurreerra! #Ulfaadhaa! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLit
Nutis yoo xiqqate nama tokko jijjiiramaaf qopheessuuf qophii ximurreerra! #Ulfaadhaa! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLiteracy

Yaada namoota '100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge' irratti apply godhan keessaa kan fudhatame. Thank
Yaada namoota '100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge' irratti apply godhan keessaa kan fudhatame. Thank you! 🙏🙏
Hiika namummaa fi lammummaa lammiif qabu nutti agarsiiftaniittu ...

Repost from N/a
🇪🇹✨ HAPPY ETHIOPIAN NEW YEAR! ✨🇪🇹 A new year, a new beginning, and new opportunities to learn, build, and grow together.
🇪🇹✨ HAPPY ETHIOPIAN NEW YEAR! ✨🇪🇹 A new year, a new beginning, and new opportunities to learn, build, and grow together. 🌱 At Dungoo Software Solutions, we believe in the power of technology and digital skills to create opportunities and shape a brighter future for Ethiopia. 💙🧡 May this new year bring you peace, happiness, growth, and success. 🎉 Happy New Year, Ethiopia! A brighter tomorrow, together. — Dungoo Software Solutions #EthiopianNewYear #HappyNewYear #Dungoo #Ethiopia #DigitalSkills #Innovation

The African Girls in Tech AI Academy – Cohort 10 by Africa Agility Foundation is now accepting applications for its 6-month A
The African Girls in Tech AI Academy – Cohort 10 by Africa Agility Foundation is now accepting applications for its 6-month AI-powered training programme. Available track: 📌AI & Machine Learning 📌Product Management 📌Product Design 📌Scrum Mastery 📌Data Analytics 📌Frontend Development 📌Backend Development 📌Mobile Development 📌Branding & Marketing What you’ll gain: 🔹Practical, job-ready digital skills 🔹AI-powered workflows and tools 🔹Mentorship and career guidance 🔹Job opportunity and career sprints 🔹Experience building real-world projects 🔹Skills for global opportunities Who can apply? 🔸African women aged 18–35 🔸Beginners and early-career professionals 🔸Anyone interested in building a career in technology ⏳Duration: 24 weeks (6 months) ✍Format: Online 🎯Training: 16 weeks + 8 weeks mentorship & job opportunity sprints 🔗Apply: https://africaagility.org/africa-girls-in-tech/ 📝Deadline: September 30, 2026

Repost from N/a
🎧 Turn ANY audio into an 8D Surround Experience! Hey everyone! I just launched a new Chrome extension: 8D Audio Experience.
🎧 Turn ANY audio into an 8D Surround Experience! Hey everyone! I just launched a new Chrome extension: 8D Audio Experience. It converts audio on YouTube, Spotify Web, SoundCloud, and other sites into dynamic, 360° rotating sound in real time directly in your browser. ✨ Features: • One-click Start / Stop control • 100% local processing (zero data collection & no account needed) • Dynamic panning & stereo motion 🎧 Put on your headphones for the full 3D effect! 🔗 Get it here: https://chromewebstore.google.com/detail/8d-audio-experience/cacacomeanpngjabbliegpmmpbpmbmkm?hl=en&pli=1

Here is the step by step explanation on how to register for the challenge.

Ashamaa! Challenge'n keenya "Beekumsa Dijitaalaa fi Kompitaraa" kan dargaggoota 100f qophaa'ee galmeen eegalee jra. Leenjiin
+5
Ashamaa! Challenge'n keenya "Beekumsa Dijitaalaa fi Kompitaraa" kan dargaggoota 100f qophaa'ee galmeen eegalee jra. Leenjiin kun torbee 6f kan turu yoo ta'u Afaan Oromootiin, torbee 6f kennama. Dhumarratti namoota hordoffiidhaan hirmaatan maraaf waraqaan ragaa ni kennama. Maarree liinkii armaan gadii kanaan galuudhaan galmaa'uu ni dandeessu. Akkaataan galmee akka armaan gadii ta'a. 1. Liinkii kanaan
https://learn.dungoosolutions.com/challenge/100-youth/register
erga seentanii booda platformicha irratti accountii banattu. 2. Account erga banattanii booda gara "Events" page deemuudhaan 100 Youth Digital and Computer Literacy kan jedhu sanarratti Apply kan jedhu tuqxu. 3. Application form sana irratti odeeffannoowwan barbaachisu guuttu. 4. Dhumarratti milkaa'inaan galmaa'uu keessaniif ragaa argattu. 5. Galmeen erga xumurameen booda calalliin ni adeemsifama. 6. Approved/ Rejected ta'uu keessan kan isin beeksisu, Emailiin isin qaqqaba. Ammuma galmaa'aa.

Repost from N/a
#Opportunity_Alerts📣 🚀Free Virtual Digital & Entrepreneurial Skills Training for Entrepreneur & Business Enthusiasts🚀 ✨Are
#Opportunity_Alerts📣 🚀Free Virtual Digital & Entrepreneurial Skills Training for Entrepreneur & Business Enthusiasts🚀 ✨Are you a business owner or entrepreneur looking to grow your business, reach more customers, and strengthen your digital skills? Wunti Al-Khair Foundation, in partnership with ImpactHER, is offering a 100% FREE 2-month virtual training designed to help entrepreneurs build practical digital and business skills. What You'll Gain: 🔹Grow and scale your business 🔹Increase your online visibility 🔹Reach new customers 🔹Improve sales and profitability 🔹Build a strong personal & business brand 🔹Learn how to access remote work and digital opportunities 🔹Use technology to improve business operations 🔹Build a more scalable and investor-ready business Who Can Apply? 🔸Business owners and entrepreneurs 🔸Open to all fields and sectors 🔸No age limit 🔸No gender restriction, women are especially encouraged to apply 🔸Must have a smartphone, tablet, or laptop with internet access 📅Training starts: September 7, 2026 ⏳Duration: 2 months 📅Days: Monday, Wednesday & Friday ⏰Time: 4:30 PM – 5:30 PM ✍Mode: Virtual 💰Fee: 100% FREE 🔗Apply: https://www.thewakf.org/impacther 📝Deadline: September 02, 2026 "If this isn't for you, please share it with others who might be interested."🙏 Follow us👇for more opportunities @opportunity_alerts