uk
Feedback
GoTech🚀

GoTech🚀

Відкрити в Telegram

Channel kana irratti dhimmoota Technology, Software Development, carraawwan hojii, fi wantoota kana fakkaataniin walqabatan #Afaan_Oromootiin irratti akka waliif qooduu dandeenyuuf baname. Hiriyoota keessaniif share godhaa. #DM: t.me/tech_with_negasa?dir

Показати більше
Країна не вказанаКатегорія не вказана
204
Підписники
Немає даних24 години
Немає даних7 днів
Немає даних30 днів
Архів дописів
Namni Apply godhee emailiin isa qaqqabe, let's celebrate 🎉
Namni Apply godhee emailiin isa qaqqabe, let's celebrate 🎉

AI Agents vs Agentic AI... what’s the actual difference? There are 3 types of AI workflows worth knowing and each performs a
+1
AI Agents vs Agentic AI... what’s the actual difference?
There are 3 types of AI workflows worth knowing and each performs a different task. If you don’t understand these you’re probably falling behind.
Non-Agentic AI: Basic prompt-response AI with no memory/reasoning. They’re fast, cheap, and universally accessible, requires no technical build or integration and great for clear, one-off tasks. Agentic AI: Self-managing AI system that can plan and execute. Great for handling complex, changing projects. They can integrate with tools and databases and produce more reliable outcomes. AI Agent: A single-task AI worker designed to automate one task. Automates repetitive, time-consuming tasks, quick setup and cost-efficient and easy to test and refine within roles In short: AI Agents = Single-task automation Agentic AI = Multi-step problem solving

📢 Call For Training Entrepreneurship Training Workshop (ETW) ——————————————————— The Entrepreneurship Development Institute
📢 Call For Training Entrepreneurship Training Workshop (ETW) ——————————————————— The Entrepreneurship Development Institute (EDI) is pleased to invite passionate and motivated individuals to register for our upcoming Entrepreneurship Training Workshop (ETW). This intensive and transformative training is designed to develop entrepreneurial mindsets and practical behaviors that empower participants to start, grow, and sustain successful businesses. Who Can Apply: 🔹 Aspiring entrepreneurs with promising business ideas 🔹 Startups with potentials 🔹 Existing SMEs seeking business growth This Training Will Help You To 🔶 Build a strong entrepreneurial mindset for business growth and sustainability 🔶 Strengthen market research skills to refine and validate business ideas 🔶 Embrace innovation and creative approaches to stay competitive 📌Apply Now: 👉 Apply Follow us 👉https://linktr.ee/EDI_Ethiopia #EDI #ETW  #Ethiopia #GlobalEntrepreneurshipWeek #Entrepreneurship #Training #Startups #SMEs #BusinessGrowth

Free 1-Year DataCamp Scholarship for Students & Learners Company: Empirici Academy Empirici Academy, in partnership with DataCamp Donates, offers a one‑year, fully free scholarship to access DataCamp’s complete learning platform. Students, recent graduates, career changers, and m... - Deadline: Rolling basis Source: forms #DataCamp #Scholarship #DataScience #AI #FreeLearning #CareerTransition

#opportunity #apply #datacamp

Repost from ASTU Network ®️
📚 Here, one person donated a bunch of books to ASTU students and sent me this, telling me to share it with y'all. They can be accessed online through Google Drive. It's for all three engineering schools. Enjoy browsing the books! 🤗 📚 Electrical, Electronic, Computer, Software, & Telecommunication Engineering. Computer Science and Data Science.
https://drive.google.com/drive/folders/1MQoVSxoFwGZKK4U8Ob35ff_9i-sIXhkG
📚 Mechanical, Mechatronic, Materials, Automotive, Industrial, Manufacturing, Aerospace, Aeronautical, & Systems Engineering.
https://drive.google.com/drive/folders/1ahNUFlrzYEqZfEh0mdjkwdiigr-fsE8n
📚 Civil, Water, Agricultural, Petroleum, Marine, & Railway Engineering. Naval Architecture.
https://drive.google.com/drive/folders/124Tg73ClLhEhs09Dt0dipY6-cpYD9DZg
|➲| @ASTU_Network

AI Engineer Roadmap
AI Engineer Roadmap

Applications for the July Cohort are now closed. October cohort applications are still open!🕺🏽 Power Learn Project (PLP) Africa is thrilled to partner with IBM to bring you the 8-Week Journey to IBM Mastery! 💻✨ This comprehensive, hands-on training program is meticulously designed to take you from foundational knowledge to specialized technical training, finishing with real-world deployment on the IBM TechZone. We are calling all developers, analysts, and system specialists from across Africa to join the upcoming July and October 2026 Cohorts. Choose your specialized pathway: 🔐 Cybersecurity (Guardium, QRadar, IBM Verify) 📊 Data Science (Watson Data, Multi-cloud migration, Data governance) 🤖 Product Development (watsonx.ai, workflow automation) 📈 Business Intelligence (Watson Discovery, NLP, Sales Certification) 📅 Duration: 8 Weeks (Foundations ➡️ Specialization ➡️ Practical Deployment) 🌍 Eligible Countries: Kenya, Uganda, Tanzania, Ethiopia, Ghana, Nigeria, South Africa, Egypt, Malawi, and Namibia. 🔗 Apply here: https://ibm-technology-training-nol2hhg.gamma.site/ ⚠️ IMPORTANT: When filling out your application, make sure to select Power Learn Project Africa as the organization you heard about this from! Don't miss this chance to build, deploy, and accelerate your career with IBM! 🚀

#opportunity #plpafrica

Waa'ee ℙℝ𝕆𝕄ℙ𝕋 𝔼ℕ𝔾𝕀ℕ𝔼𝔼ℝ𝕀ℕ𝔾 beektuu? Video kana keessatti akkamitti AI model haala sirrii ta'een fayyadamuuf #prompt bareedaa barreessuu akka dandeenyu gadi fageenyaan ibseen jira. Itti dhiyaadhaa, itti fayyadamaa! #Subscribe #Share #like Link: https://youtu.be/RCakEcrKSek?si=sd8vL_P7nwlFLhxn

CV ykn RESUME bareedaa ta'e barreessuuf website ani recommend isin godhu: flowcv.com jedhama. Website kana irratti template'n duraan qophaa'anii jiran waan jiraniif isaan fayyadamuudhaan qopheeffachuu dandeessu. CV/Resume bareedaa qabaachuun dorgommii tokko irratti wanta baayyee murteessaadha; sababnisaas dhaabbanni / companyn isin itti apply gochaa jirtan sun isiniin arguun dura #cv / #resume keesssan arga waan ta'eef. Kanaaf CV/Resume namicha jalqaba arge sana yaadasaa mo'achuu danda'u qopheeffachuu qabna.

A resume is a short, targeted summary (1–2 pages) of your work experience and skills tailored for a specific corporate job, w
A resume is a short, targeted summary (1–2 pages) of your work experience and skills tailored for a specific corporate job, whereas a CV (Curriculum Vitae) is a detailed, comprehensive document (unlimited length) detailing your full academic career, research, credentials, and publications—primarily used for academic, medical, and scientific roles, or general job applications outside of North America. Readmore1 Readmore2

So harrammoo akkamitti akka CV fi Resume bareedaa tae qopheeffachuu dandeenyu waliin ilaalla. Dura garuu, garaa garummaan CV fi Resume maalinni? 👓

Galata Waaqayyoo, ani nagaan bule! Akkam isin? 👋

Akkamitti akka CV bareedaa qopheeffachuu dandeessan beektuu? Akkasumallee website akkamii akka fayyadamtan?

Carraa Intership armaan gadii kana fayyadamaa warri isiniif danda'amu, linkiin kunooti: 👉👉 https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLScUrVZRAu9ifpi1WyrqFKbI5IcCMY8CiZjzFyVEOZsk9A7_Wg/viewform
Green Health Africa — 2026 Internship Application Green Health Africa is a youth-led organization working at the intersection of health, climate action, and youth engagement. We are inviting passionate undergraduate students and recent graduates from diverse academic and professional backgrounds to join our 3-month unpaid internship program. We welcome applicants from health sciences, environmental and climate studies, computer science, engineering, data science, social sciences, international relations, communications, public policy, and other fields. You do not need to come from a specific background—what matters most is your interest, commitment, creativity, and willingness to contribute. During the internship, interns will have opportunities to contribute to Green Health Africa’s projects and initiatives, develop practical skills, collaborate with a diverse team, and gain experience working at the intersection of health and climate. Duration: 3 months Type: Unpaid Hybrid Internship (online & occasional in-person) Certificate: Certificate of Completion will be provided to interns who successfully complete the program. Application deadline: Rolling basis. Please complete the application carefully and tell us about yourself, your interests, and how you believe you can contribute to Green Health Africa.

Kunooti nagoo jabeessi!
Kunooti nagoo jabeessi!

Thank you brother!

https://www.youtube.com/channel/UCPwKO_smqOqduI5qWJuM8aA Subscribe gochuudhaan namoota baayyee bira gahuu akkan danda'u naaf
https://www.youtube.com/channel/UCPwKO_smqOqduI5qWJuM8aA Subscribe gochuudhaan namoota baayyee bira gahuu akkan danda'u naaf taasisaa mee! Screenshot subscribe gootan karaa @Efe2_8 ykn comment post kanaa jalatti share gochuu hin dagatinaa! Ulfaadhaa!🙏

Postichi kanadha. Ammallee yaadni keessan na tumsa! Here is the link to the YouTube Channel: https://youtu.be/YqbSz3bxts8?si=ieiQungqXUjdo1P7
Maatii koo hunduu akkam jirtu?
Harra waan tokko isinitti himuu fi yaada keessan fudhachuufan gara keessan dhufe. Wanti isin naaf hubachuu qabdan, yaadni keessan baayyee na barbaachisa asirratti.
Maal seetan ...
Bara darbe YouTube irratti barattoota waggaa 1ffaa gara mooraa Yuunivarsiitii Saayinsii fi Teknooloojii Adaamaa dhufan, kanneen Afaan Oromoo dubbataniif (kan Amaariffaa fi Ingiliffaa baayyeetu jira waan ta'eef) videowwan #Python programming gara garaa hojjedhee akka isaan itti fayyadamaniif qoodaafiin ture. Akkasumallee qaamaan isaan barsiisaan ture. By the way barsiisuu baayyeen jaalladha, barattoonnis akkaataa barsiisa koo ni jaallatu. #Kennaasaa qaba; galata Waaqayyoo!
Akkan videowwan kana hojjedhu kan na xiiqeffachiise inni guddaan barattoonni naannoo Oromiyaa (keessattuu baadiyyaa) irraa dhufan dabalataan afaan Amaariffaa kan isaan rakkisu video #Amaariffaan hojjetame dhaggeeffatanii hubachuun isaan rakkisa (naaf haa hubatamu: ani rakkoo afaanii hin qabu). Dhugaa dubbachuuf anis yeroon #freshman irra ture isuma #Amaariffaan ture sanan ilaalaa ture. Wanti isin akka yaadatti naaf qabattan barbaadu, barataan freshman gara mooraa #ASTU dhufu kamiyyuu videon kun isa barbaachisa; keessattuu warra akka koo waa'ee #programming yaadasaa fi shaakalasaa hin qabneef (yeroon f#reshman ture jechuudha, amma ani Software Engineeridha.)
Wanti ani isinirraa barbaade, videowwan sana keessaa 1 isaa liinkii armaan gadii kanaan share isiniifan godha isin ammoo akkaataa ani itti barsiisu, wantootan fooyyessuu qabu, fi yaada ijaarsaati kan jettan maraa naan geessu jechuudha.
Achumaan ammoo #subscribe gochaa nama ni barbaachisa jettaniif ammoo #share godhaa. Yoo isinitti tole ammoo like godhaaatii, yaada keessan ammoo #comment jala naaf kaa'aa. As jalattis naaf barreessuu dandeessu. Yoo dandeessan screenshot isaa #share naaf godhaa comment jalatti.
Kunoo liinkii kanaan galaatii itti dhiyaadhaa!
https://youtu.be/YqbSz3bxts8?si=ieiQungqXUjdo1P7
Yaada keessan irratti hundaa'ee barattoota kanaan booda #freshman galaniif (akkasumallee nama kamiifuu kan fayyadu) #Python programming language irratti videowwan afaan keenya #AfaanOromoo tiin qopheessee dhiyeessuun barbaada.
Kanaan dura sababa #computerri koo #fail godhee tureef itti fufee hojjechuu hiin dandeenye ...
Hamma dhumaatti waan dubbiftaniif galatoomaa!
#Subscribe gochuun jirra naan jedhaa!