es
Feedback
GoTech🚀

GoTech🚀

Ir al canal en Telegram

Channel kana irratti dhimmoota Technology, Software Development, carraawwan hojii, fi wantoota kana fakkaataniin walqabatan #Afaan_Oromootiin irratti akka waliif qooduu dandeenyuuf baname. Hiriyoota keessaniif share godhaa. #DM: t.me/tech_with_negasa?dir

Mostrar más
El país no está especificadoLa categoría no está especificada
204
Suscriptores
Sin datos24 horas
Sin datos7 días
Sin datos30 días
Número de Publicaciones

Carga de datos en curso...

Reacciones
Comentarios
Estrellas de Telegram
PUBLICACIONES TOP por

Carga de datos en curso...

Análisis de publicación
Mensajes
Ver dinámicas
Dorgommii EthioStartup irratti taasifne marsaa 2ffaa. Itti dhiyaadhaa! https://youtu.be/sPyPnsP6It0?si=bWHfvsxX0JaQHECQ
43000Loading...
Ashaamaa! 👋 Namoota "100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge" dhaaf galmooftanii guyyaa kaleessaa email i
Ashaamaa! 👋 Namoota "100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge" dhaaf galmooftanii guyyaa kaleessaa email isiniif ergame hundumaaf, on boarding (wanttoota itti aanan) emailiin hunduma keessaniif ergamee jira. Kanumaan walqabatee, email keessan akka check gootan jechaa, training keenya Wiixata dhufu galagala sa'atii 2:30 irraa kaasee walitti fufiinsaan torbee 6f kan kennamu ta'a. Kanaafis qophii isin barbaachisu maraa akka gootan kabajaan isin gaafanna. Ulfaadhaa!
58010Loading...
Akkati quuqama dhaloota kanaaf qabdu galmaan gahattu shakkiin hin qabnu! Cichoomina akkanaa dhaloota irraa arguu caalaa maalt
Akkati quuqama dhaloota kanaaf qabdu galmaan gahattu shakkiin hin qabnu! Cichoomina akkanaa dhaloota irraa arguu caalaa maaltu nama gammachiisa 🫡🤝
63001Loading...
Yaada ijaarsaa nuuf kennitaniif ulfinni keessan guddaadha! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLiteracy
Yaada ijaarsaa nuuf kennitaniif ulfinni keessan guddaadha! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLiteracy
62001Loading...
👆👆
👆👆
60000Loading...
Nutis yoo xiqqate nama tokko jijjiiramaaf qopheessuuf qophii ximurreerra! #Ulfaadhaa! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLit
Nutis yoo xiqqate nama tokko jijjiiramaaf qopheessuuf qophii ximurreerra! #Ulfaadhaa! #100Youth #DigitalLiteracy #ComputerLiteracy
59000Loading...
Yaada namoota '100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge' irratti apply godhan keessaa kan fudhatame. Thank
Yaada namoota '100 Youth Digital and Computer Literacy Training Challenge' irratti apply godhan keessaa kan fudhatame. Thank you! 🙏🙏 Hiika namummaa fi lammummaa lammiif qabu nutti agarsiiftaniittu ...
59001Loading...