7 369
Subscribers
+524 hours
+617 days
+35230 days
Posts Archive
7 369
በጋይንት አከባቢ በአገዛዙ ወታደሮች የተገደሉ ንፁኋኖች ስርዓተ ቀብር ተፈፀመ!
ትናንት ሚያዚያ 09/2018 ዓ/ም በጋይንት ሳሊ ቀበሌ አንድ የህክምናን ባለሙያ ጨምሮ የቤተክርስትያን አባቶችንና ዲያቆናት በአገዛዙ ወታደሮች በአሰቃቂ ሁኔታ ተገድለዋል።
ሟቾቹ ዛሬ ሚያዚያ 10/2018 ዓ/ም ስርዓተ ቀብራቸው ተፈፅሟል።
መረብ ሚድያ
7 369
ለትንሣዔያችን መፍትሔ፦
🔐 ሳንሰላች ያልነቁትን ማንቃት ያልተረዱትን ማስረዳት
🔐የነቁትን ይዞ ወደ ፊት መጓዝ
🔐ሆነ ብለው እንቅፋት የሚሆኑትን እያጋለጡ ጥሎ ማለፍ
Furtuun ka'umsa (tinsaa'ee) keenyaa:-
🔐 Dadhabbiin malee kanneen hin dammaqin dammaqsuu, kanneen hin hubatin hubachiisuu.
🔐 Kanneen dammaqan qabatanii gara duraatti imaluu.
🔐 Kanneen ta'e jedhanii gufuu ta'an saaxilaa bira dabaruu.
7 369
2: Ortodooksota irratti duguuggaa kan raawwachaa jiran Islaamummaa durii kan bakka hin buune, Shororkeessitoota amantii Islaamaa haaraatiidha.
3: Warri hidhatan kun biyya keessatti caasaa mootummaa gandaa irraa hamma federaalaatti jiruun kan deeggaraman yoo ta’u, biyyaan ala ammoo shoroorkeessitoota idil-addunyaa akka Al-Shabaab fi ISIS kan Somaaliyaa fi Puuntilaand keessa jiraniin deeggaramu.
* Ragaawwan caasaa mootummaatiin deeggaramuu isaanii:
*% Hawaasni Ortodooksii caasaa nageenyaa keessa jiranis ta’e of eeguuf kan hidhatan hidhannoo akka hiikkatan godhamuun ennama Sana duguuggaan jalqabame.
*% Ortodooksonni "nuuf birmadhaa" jedhanii yoo iyyatan qaamni birmatu hin jiru.
*% Qaamonni nageenyaa "ajaja hin arganne" jedhu.
*% Odeeffannoon akka hin baane ni taasifama; reeffa Ortodooksota duguuggamanii viidiyoo fi fakkii kaasan hordofanii ni hidhu.
*% Meeshaalee waraanaa raayyaa ittisa biyyaa bira hin jirre finxaaleyyiin akka hidhatan gochuu.
*% Shororkeessitootaaf Tajaajila Geejjibaa
4: Duguuggaan kun amma iyyu hin dhabanne; guyyaa guyyaatti namni osoo hin ajjeefamin, hin butaminii fi hin godaanin hin oolu.
5 : Ortodooksonni baadiyaa dhibbeentaa 60% ta’an gara magaalaatti baqataniiru; manni kiristaanaa baadiyaa keessa jirtu balaa irra jirti.
6: Waan hamma ammaatti nu irratti raawwatamee fi amma raawwatamaa jiru irra kan fuulduratti nu muudatu waan hammaatuuf, qaamni nuuf dirmatu akka hin jirre hubannee ofis ta’e Mana Kiristaanaa keenya eeggachuuf akka qophoofnu.
7: Yeroo dhiphuu kana keessattis warri siyaasa sanyii xuraawaa tajaajilan waan jiraniif, namoota akkanaa irraa of haa eegnu; tokkummaa Ortodooksummaa keenya haa jabeessinu.
8: Isin Warroonni nu Ajjeeftani! Kana booda maqaa Oromootiin daldalaa, nu balleessaa fi nu duguuggaa jiraachuu hin dandeessan. Nutis isinirratti dammaqneerra; kanaafuu, haguuggii fuula keessanii gataa akka Al-Shabaab, akka Al-Qaayidaa fi akka ISIS maqaa keessan sirriitiin waamama jenna.
Waaqayyoof galanni haa ta’u!
Dargaggoota Ortodooksii Oromoo Shawaa kan Arsii
Eebla 7, 2018 A.L.I
7 369
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu waaqa Tokko Ameen
<<Isin Warroonni nu Ajjeeftani! Kana booda maqaa Oromootiin daldalaa, nu balleessaa fi nu duguuggaa jiraachuu hin dandeessan. Nutis isinirratti dammaqneerra; kanaafuu, haguuggii fuula keessanii gataa akka Al-Shabaab, akka Al-Qaayidaa fi akka ISIS maqaa keessan sirriitiin waamama jenna>>
Ibsa Ejjennoo Dargaggoota Ortodooksii Oromoo Shawaa kan Arsii
Akka Macaafa Qulqulluu irratti ergamaan Pheexroos (1 Phe. 1:23) *"Lammata kan dhalattan sanyii badu irraa miti, dubbii Waaqayyoo isa jiraataafi bara baraan jiraatuun sanyii hin badne irraayi."* jechuun akka nu barsiiseetti nuti sanyii biyyaa lafaa siyaasa dogoggoraan dhalatetti hin amannu; Mootummaa Waaqayyoo ishee hin dabarre kan dhaallu Ortodooksummaa keenyaani. Maqaa sanyii Biyya Lafaa Caqasnee Ibsa kana kan baafne, akka warra kaanii sadarkaa Ortodooksummaa keenya irraa gad buunne ganda keessa dhokachuuf osoo hin taane, maqaa keenyaan daldalaa, siyaasa Oromoo dahoo godhatanii deebi'anii nu qalaa fi nu duguugaa kan jiran gareewwan farra Ortodooksii ta'an gocha xaxamaa isaanii saaxiluufi.
Waggoota saddeettan kana keessatti hawaasni Itiyoophiyaa hundi ibidda gidiraatiin gubachaa kan jiru ta’us, Mana Kiristaanaa Ortodooksii Tawaahidoo Itiyoophiyaa garuu addatti filatamtee akka diinaatti lakkaa'amuun , tajaajiltoonniifi amantoonni ishee duguuggaa sanyiitiin ajjeefamaafi godaanatti jiru. Ijoollee ishee keessaa ammoo adda durummaan akka badan kan Itri Murtaa'e hawaasa Ortodooksii Amaaraafi Ortdoksii Oromoo Shawaati. Duguuggaan sanyii Ortodoksii Amaara irratti raawwatamu addunyaan kan beeku dha. Hawaasa Ortodooksii Oromoo Shawaa irratti duguuggaan raawwatamaa jiru garuu baay’een keenya kan hin beekneefi Kan hin hubanne dha.
Hawaasni kun Ortodooksummaa fi Itiyoophiyaanummaa abbootii isaa irra dhaale akka ija isaatti kan eeggatu dha. Obboloota isaa Itiyoophiyaanota biroo waliin ta’uun diina biyya weeraruufi amantii jijjiirsisuuf dhufe qolateera. Gootota gootummaa fi Ortodooksummaa walsimsiisan kan akka Jeneraal Taaddasaa Birruu, Jeneraal Jaagamaa Keelloo, Raas Gobanaa Daaccii fi gootota biroo biyyaaf kan gumaachedha. Haata’u malee, oolmaan isaa kun dagatamee "Nafxanyaa Oromiffa Dubbatu" jedhamuun koodiin badiinsaa itti maxanfamee bakka argametti ajjeefamaafi godaanati jira. Hawaasni kun Ortodooksii waanta'eef qofa qee’ee isaa Shawaa, Jimma, Harargee, Baalee fi Oromiyaa guutuu keessatti ajjeefamaa kan jiru ta’us, lafa Arsii keessatti kan raawwatamaa jiru garuu addaadha:-
1. Lafa Arsii keessatti kudhaama(maataba)mormarratti Hidhatanii ol jedhanii deemuun akka yakkaatti kan lakkaawamudha
2. Naxalaa uffannee gara Mana Kiristaanaa deemuun waraansa Halbeefi qalaama gooradeef nu saaxila.
3. kudhaama(Maataba)morma irrarti hidhannee mana barumsaa deemuun hin danda'amu.
4. Carraan diinagdee horachuu nu dhowwameera.
5. Qabeenyi keenya saamamee qaamolee finxaaleyyii amantiitiif kennama.
6. Barannee dhaabbilee mootummaa keessatti qaxaramnee hojjechuuf carraa hin qabnu.
Gidiraawwan kanaafi kanneen biroo dandamnee jiraannus, kan nu eeggate garuu ajjeechaa waloo fi godaansa walooti. Lafa Arsii keessatti kan raawwatamaa jiru duguuggaa amantiiti. Kan ajjeefamaa, qalamaa fi godaanatti jirru Ortodooksummaa keenyaani. Addaan qoqqoodanii rukutuuf akka isaaniif mijatutti, jalqaba irratti Ortodooksii Amaaraa irratti xiyyeeffatatanis, baay’ee osoo hin turin gara Ortodooksii Oromoo Shawaatti naanna’uun gatii nu kaffalchiisaa jiru. Arsii keessatti duguuggaa raawwatamaa jiru keessaa dhibbeentaa 55% Ortodooksii Amaaraa yoo ta'u, dhibbeentaa 45% ammoo Ortodooksii Oromoo Shawaati. Ajjeestonni keenyaa fi warri isaan ergan dhugaan kuni akka ba’u hin fedhan. Kanaafidha "nuti ajjeeffamaa jirra" jennee yoo iyyinu kaardii "finxaaleyyii" jedhu fayyadamu.
Nuti dargaggoonni Ortodooksii Oromoo Shawaa zoonii kana keessa jirru duguuggaa sanyii nu irratti raawwatamaa jiru mormuun ibsa ejjennoo Abbaa qabxii Saddeetii(8) baafneerra:
1: Duguuggaan kun kan raawwatamaa jiru Ortodooksota lafa Arsii irraa guutummaatti duguuganii qulqulleessuufi.
7 369
በአርሲ የሚኖሩ የሸዋ ኦሮሞ ኦርቶዶክሳውያን ወጣቶች መግለጫ አውጥተዋል ።
መግለጫው በአርሲ እና በዙሪያዋ ባሉ አካባቢዎች በኦርቶዶክሳውያን ላይ እየደረሰ ያለውን ጥልቅ ሰብአዊ እና ሃይማኖታዊ መከራ በዝርዝር የሚያሳይ ነው። በመግለጫው ውስጥ የተጠቀሱት ነጥቦች የማኅበረሰቡን ሰቆቃ፣ መገለል እና ስልታዊ ጥቃት በግልጽ ያመለክታሉ።
የመግለጫውን ዋና ዋና መልዕክቶች እና ይዘቶች በሚከተለው መልኩ ማጠቃለል ይቻላል፦
### 1. የማንነት እና የሃይማኖት ጥምረት
መግለጫው የሚጀምረው በሃይማኖታዊ መሠረት ሲሆን፣ በሥጋዊ ዘር ሳይሆን በክርስቶስ ደም በተገኘው ሰማያዊ ልጅነት ላይ መቆምን ያጎላል። ይሁን እንጂ፣ "የሸዋ ኦሮሞ" የሚለው መጠሪያ ጥቅም ላይ የዋለው ለፖለቲካ ሳይሆን፣ በስማቸው የሚነግዱትንና እነዚሁኑ ኦርቶዶክሳውያን የሚያጠቁትን አካላት ሴራ ለማጋለጥ መሆኑን ይገልጻል።
### 2. የታሪክ እና የውለታ መዘንጋት
ማኅበረሰቡ ለኢትዮጵያ አንድነት እና ለኦርቶዶክስ ተዋሕዶ እምነት የከፈለውን መሥዋዕትነት (እንደ ጄኔራል ታደሰ ብሩ እና ራስ ጎበና ያሉ ጀግኖችን ማፍራቱን) ጠቅሶ፣ ዛሬ ግን ያ ታሪክ ተረስቶ እንደ ባዕድ እና እንደ ጠላት መፈረጃቸው ትልቅ ቁጭት መፍጠሩን ያሳያል።
### 3. በአርሲ እየተፈጸሙ ያሉ ግፎች
በአካባቢው ኦርቶዶክሳዊ መሆን ከፍተኛ ዋጋ እያስከፈለ መሆኑን በዝርዝር አስቀምጧል፦
* የአምልኮ ነፃነት መታጣት፦ መስቀል ማሰር፣ ነጠላ መልበስ እና ማዕተብ ማሰር ለጥቃት እያጋለጠ መሆኑ።
* የኢኮኖሚ እና የሥራ ጫና፦ ሀብት ንብረት መነጠቅ እና በመንግሥት መሥሪያ ቤት የመቀጠር ዕድል መከልከል።
* የደኅንነት ስጋት፦ ስልታዊ በሆነ መንገድ የኦርቶዶክሳውያንን ትጥቅ ማስፈታት እና ጥቃት ሲደርስ የመንግሥት አካላት ዝምታን መምረጥ።
### 4. የጥቃቱ ምንጭ እና ዓላማ
ጥቃቱ የአማራንም ሆነ የሸዋ ኦሮሞ ኦርቶዶክሳውያንን ያነጣጠረ መሆኑን፣ ዓላማውም አካባቢውን ከኦርቶዶክሳውያን ማጽዳት እንደሆነ ይገልጻል። እንዲሁም ጥቃቱን የሚፈጽሙት አካላት ከጽንፈኛ ዓለም አቀፍ የሽብር ቡድኖች ጋር ትስስር እንዳላቸውና በመንግሥት መዋቅር ውስጥ ባሉ ግለሰቦች እንደሚደገፉ በድፍረት ይከሳል።
### 5. የቀረበው ጥሪ
* ለገዳዮች፦ "በኦሮሞ ስም መነገድ አቁሙ፣ እውነተኛ ማንነታችሁን ግለጡ" የሚል ጠንካራ ማስጠንቀቂያ።
* ለኦርቶዶክሳውያን፦ "ከእንግዲህ የሚደርስልን የለምና ራሳችሁንና ቤተ ክርስቲያናችሁን ለመጠበቅ ተዘጋጁ" የሚል የንቃት ጥሪ።
* ለአንድነት፦ በዘር ፖለቲካ ሳይከፋፈሉ ኦርቶዶክሳዊ ኅብረትን ማጠናከር።
ይህ መግለጫ እጅግ ወቅታዊ እና ጥንቃቄ የሚፈልጉ ጉዳዮችን የያዘ ነው። በተለይም በሃይማኖት ስም የሚደረጉ ጥቃቶች ማኅበራዊ ትስስርን እንዳያላሉ እና ወደ ከፋ ግጭት እንዳያመሩ ከፍተኛ ጥንቃቄ እና የፍትሕ አካላት ትኩረት ያስፈልጋቸዋል።
ወስብሐት ለእግዚአብሔር
