en
Feedback
jechoota jaalala fi buharti jireenya

jechoota jaalala fi buharti jireenya

Open in Telegram

@Chaanaali kana keessatti jechoota jaalala Akkasumaas jechoota nama Buharsani fi jechoota Kaka'umsaa ni argaattuu. Isaan #Share walif Godhuun qooda irraa fudhadha galatoma🙏🫡

Show more
The country is not specifiedReligion & Spirituality79 651
565
Subscribers
No data24 hours
-37 days
+330 days
Posts Archive
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Waraana khophaa tee MOOTE namoota biraa wajjin hin khabajin!.🖤🖇 @gaarumansumafi

LHAMDULILLAAH Hoggaa jannuu Wanni Hundi Wal Qixxeete Wanni Hundi ngy Akka Gaaritti Nuuf Deemu Jira Jechuu Mtti!... Wanni Tahe Hundi Akka Rabbiin Ja'etti Deemuu Jira Waan Ta'eef Murtii Rabbitti Gammadeetin Jiraa Jachuudha!.♥️🥰 Me Yeero Takka Na Walin Jedhii💯 👇👇 #ALHAMDULILLAAH #Share @gaarumansumafi

LHAMDULILLAAH Hoggaa jannuu Wanni Hundi Wal Qixxeete Wanni Hundi ngy Akka Gaaritti Nuuf Deemu Jira Jechuu Mtti!... Wanni Tahe Hundi Akka Rabbiin Ja'etti Deemuu Jira Waan Ta'eef Murtii Rabbitti Gammadeetin Jiraa Jachuudha!.♥️🥰 Me Yeero Takka Na Walin Jedhii💯 👇👇 #ALHAMDULILLAAH @gaarumansumafi #Share

Hiriyyaa waliin jirtu ka waa'ee jiruuf jireenya isaa sitti hin himne waa keetii itti hin odeessin. Hiriyyaa si dhageeffachuu malee tan isaa sitti hin naqanne yoo dandahame hiriyyummaa isaa waliin qabdu adda kuti. 🫡 #Share @gaarumansumafi

Wantoota ✍️ Nama Gowwaa FI Nama Dadhabaa Si Footu 1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu 2.Namoota hunda jaalachiisuf Tattaafachuu gaarummaan likki Bira yoo dabarte namatu si DAGATA Habibi.🫡 #Share 👇 @gaarumansumafi

Wantoota Nama Gowwaa FI Nama Dadhabaa Si Footu 1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu 2.Namoota hunda jaalachiisuf Tattaafachuu gaarummaan likki Bira yoo dabarte namatu si DAGATA Habibi.🫡 #Share 👇 @gaarumansumafi

Wantoota nama Gowwaa fi nama dadhabaa si gootu 1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu 2.Namoota hunda jaalachiisuf tattaafachuu gaarummaan likki bira yoo dabarte namatu si dagata #Share 👇 @gaarumansumafi

Wantoota nama Gowwaa fi nama dadhabaa si gootu 1.Hedduu qoosaa baayyisuu fi (serious) tahu dhabu 2.Namoota hunda jaalachiisuf tattaafachuu gaarummaan likki bira yoo dabarte namatu si dagata #Share 👇 @gaarumansumafi

❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreess
@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ   ⎙ㅤ    ⌲          ✉️    ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ     ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ

Repost from Sammuu kee bani
https://app.buzzerfan.com/referral-invite/rs8f9522d5f7b8480bb15e413dc917a920 App kun akka tiktok Instagram fi FB wal fakkaata garu waan addaa isa godhuu fi Das nama jedhuu hanguma post fi Video nama ilaltanin Maalaqa isinif kaffala. Isinilen buufadha irraa fayyadaman isin jedha

Waa dhabni hamaadha Fuula nama si dhaaba Kan ati beytuu tu hula sitti gad qaba Gaafa ati rakkatte Tokko siin jaaltu Hundu si wallaal Kan duraan beytu Rabbin ko sin mudin dhaban harka nama bareeda yoo taatees Enyu sitti haajama Si dheessuu eegala Gaafa ati dhabde Lafaa ol sin fuudhu Yooniifi nille cabde Kaleessa si beeka Arrammo si dheessa Dhabu keetif ja'e Ifirra si fageessa Qabaata yoo taate Kan si beeku dhibba Akka tasa dhabnaan Firrinuu si jibba Dhabaan sin mudin mee Fuula ilma nama Rabbiin siif Ha kannu Waan dhabde hunduma @MUAZMOHAMED✍️

Waa dhaabni hamaadha Fuula nama si dhaaba Kan ati beytuu tu hula sitti gad qaba Gaafa ati rakkatte Tokko siin jaaltu Hundu si wallaal Kan duraan beytu Rabbin ko sin mudin dhaban harka nama bareeda yoo taatees Enyu sitti haajama Si dheessuu eegala Gaafa ati dhabde Lafaa ol sin fuudhu Yooniifi nille cabde Kaleessa si beeka Arrammo si dheessa Dhabu keetif ja'e Ifirra si fageessa Qabaata yoo taate Kan si beeku dhibba Akka tasa dhabnaan Firrinuu si jibba Dhabaan sin mudin mee Fuula ilma nama Rabbiin siif Ha kannu Waan dhabde hunduma @MUAZMOHAMED✍️

#Gad ji'i hojjadhu Of hin tuffatinii Gaafa galma geesse Si jaalata namni Milkaa'u kee arkee Hundinuu sin ja'aa Mucaa kana laal mee Fira anaaf ta'aa Ati kufnaan ammo maqaa siif moggasaa Yaabo firan qabuu Nama rifachiisaa Tanaafu hojjadhu Of hin tuffatinii Jabaa tahuu keetis Hojiin si beekanii Gaafa ati kufte takko harka si qabuu Dantaa saatii dhiisaa Yoo fadhees haa cabu Akkanaan siin ja'a Kana ilmi namaa Jabaadhu hojjadhu tanumaan si dhaama @MUAZMOHAMED✍️

Repost from Sammuu kee bani
Gaafa aartu yookiin baay'e dhiphattu suuta jedhii nama keessaa ba'iitii bakka namni hin jirre caalleensa ykn cakkaa sagaleen hin jirree keessa seenii lafa dhayii gangaladhu iyyii! Sana booda aariifi dhiphinnikee ni bada jedha. @gaarumansumafi @gaarumansumafi