en
Feedback
GOLA FAARFANNAA✨

GOLA FAARFANNAA✨

Open in Telegram

✍️✍️✍️Faarfannaa Afaan oromoo, Barumsa Abbootii fi Seenaa Abbootii channel keenya kana irraa ni argattu. Kanaafuu join godhaa maatii channel keenyaa ta'aa! ==Join via== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤 @faaruutewaahido 🖤 ❤️ @faaruutewaahido ❤️ 🤍 @faaruutewaahido 🤍

Show more
5 203
Subscribers
+124 hours
+477 days
+20930 days
Posts Archive
Repost from FAANA ABBOOTAA
📖 "Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu jaallata." — 2 Qorontos 9:7
🔔 Beeksisa Gammachiisaa fi Waamicha Eebbaa! 🔔 Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Arsii Bahaatti Yaa'ii Mooraa Yuunivarsiitii Arsii DAMEE Arduu irraa! Nagaan Waaqayyoo bakka jirtanitti isiniif haa baay'atu kabajamtoota maatii Waaqayyoo. Yaa'iin Mooraa Yuunivarsiitii Arsii Damee Arduu, tajaajila fi hojiiwwan yaa'ichaa caalaatti babal'isuuf Lootorii Eebbaa addaa qopheessee isin eegaa jira. Lootorii kana bitachuun hojii Waaqayyoo keessatti hirmaataa akka taatan fi eebba qophaa'e kanas akka hirmaattan maqaa Waaqayyootiin isin gaafanna! 🎁 Carraawwan Qophaa'an: 🥇 Carraa 1ffaa: Kiraara 🥈 Carraa 2ffaa: Kitaaba Qulqulluu 📖 🥉 Carraa 3ffaa: Naxalaa 💵 Gatii Lootorii: Tikkeettii tokko Qarshii 150 qofa! Guyyaa itti bahu: Onkoloolessa 30, 2019 Hirmaannaa keessan kanaan tajaajila Mana Waaqayyoo jajjabeessaa, isinis immoo carraa eebbaa kana argadhaa! 📍Odeeffannoo dabalataaf @firaa2129 @kenboni21 quunnamaa! ✝️ Waaqayyo isin haa eebbişu! ✝️

Kan nu waliin jiru hundaarra caalaa Waaqni toltootaa isatu nuuf lolaa Waaqni tiksee keenyaa baraa baraanii Gooftani(kiristoos) jabaadhaa hundu haa beekaani Namaa waaqayyoon qabuu qabuf yaadani Meeshaa foon qofa ajjeesuu heddu baatani Hamoota laphen cufaa ija isaan jaamse Gaggessera Eelsanii buddeen nyaachisee
Aja'iba hojin waaqa keenya hundu rajidha Nu'i warra isaatti amanatef hirko cimadha(2)
Nuti kan waaqeeffannuu waaqa Eelsati Isaatu marsee nu eegaa loltu abiddaatin Iyyaasu abdii kutee si ijaan ilaale Gargaarsi harka waaqayyo hunda nuf caale
Aj..
Akka si arganii ya gooftaa ija isaan bani Dhaloota garaa jabaa ati hin dhiisini Har'allee ol nuuf qabii ogum sanbata Bo'iicha gatii hin qabnen nu'i wawata
Aj..
Har'ale waaqni Eeliyaasii nu waliin jiraa Eelsanis amaanateetoo raajii hojjaateraa Akkumaa abbootii keenyaa nutis haa jabaannuu Amantiidhan dhaabbannee diina ijjifannuu
Aj..
┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘

🕊በምን እፅናናለሁ 🕊 በምን እፅናናለሁ ከሌለኸኝ በምን ልበረታ ካላገስከኝ አንተ ስላለህ ነው መድኃኒቴ  ቆሜ መታየቴ /2/ ሸክም ለከበደ ማረፊያ ነህ እጅግ የቀለለ ቀንበር ያለህ ፍቅርህ ነው የሚያሰማራኝ በለምለም መስክ ያቆመኝ /2/ ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ አማኑኤል የኔ መታመኛ
አዝ
ጨለማን አላውቅም በጉዞዬ በህይወቴ ሁሉ ነህ መሪዬ ተጓዝኩኝ ሌቱን በብርሀን ባንተ አየሁኝ መሻገርን ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ አማኑኤል የኔ መታመኛ
አዝ
ማቀርቀሬን ሰበርክ አልኩኝ ቀና በርትቼ ተራመድኩ እንደገና ቃልህ ኃይሌ የሚያጸናኝ በአለት ላይ የተከልከኝ /2/ ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ አማኑኤል የኔ መታመኛ
አዝ
እንባዬ ታበሰ ስታፅናናኝ ግን የሆነው ሆኗል ስትረዳኝ በጠላቴ ፊት ሞገስ ሆንከኝ ለባህሪያህ ድል ሰጠኸኝ /2/ 😇ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ አማኑኤል የኔ መታመኛ😇 ┌──────────────┐ ❖  👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍    ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘

ሚካኤል ይለይብኛል ጠብቆ አሳድጎ ከልጅነቴ አባት እየሆነኝ ሚካኤል አባቴ ይለ ' ይብኛል ሚካኤል ይለ ' ይብኛል በክንፉ ሸፋኖ በቤቱ አሳድጎኛል (2) አያምርብኝ ብዘነጋው ታሪኬን ሚካኤል ነው ያስጌጠልኝ ሕይወቴን አልረሳብኝ እርሱ አትርሳብኝ ያልኩትን ለካስ ስምቶኝ ኖሯል የልጅነት ጸሎቴን
ሚካኤል ያን ሁሉ ዘመን የታገስከኝ ሚካኤል ፍሬ ጠብቆ ያልቆረጠኝ ሚካኤል የከፍታዬ መሰላል ሚካኤል መነሻዬ ሆነሃል
እንዳይከፋኝ እንዳልደፋ አንገቴን እንዳላለቅስ እንዳላፈስ እንባዬን እንዳይርቀኝ ደስታ በመንፈሴ እንዳልዝል ከአጠገቤ አይርቅም ያሳደገኝ ሚካኤል
ሚካኤል ቀኔም ቀን አይሆን ሳልጠራህ ሚካኤል ና ድረስልኝ ሳልልህ ሚካኤል እንዳስጀመርከኝ ጅማሬዬን ሚካኤል አሳምረው ፍጻሜዬን
ውድቅ አረገው የጠላቴን ክፉ እቅድ አራመደኝ በከፍታዬ መንገድ ሊያስቀረኝ አልቻለም ሚጎትተኝ ባለጋራ ተጥሎ ስላለ በእግዚአብሔር ድንቅ ሥራ   
ሚካኤል እሳታዊ ነህ ነበልባል ሚካኤል ጠላቴ ፊትህ ይቀልጣል ሚካኤል ለኔ ኃይሌ ነው መከታዬ ሚካኤል የዘለዓለም ጠባቂዬ
እንዳይከፋኝ እንዳልደፋ አንገቴን እንዳላለቅስ እንዳላፈስ እንባዬን እንዳይርቀኝ ደስታ በመንፈሴ እንዳልዝል ከአጠገቤ አይርቅም ያሳደገኝ ሚካኤል
ሚካኤል ቀኔም ቀን አይሆን ሳልጠራህ ሚካኤል ና ድረስልኝ ሳልልህ ሚካኤል እንዳስጀመርከኝ ጅማሬዬን ሚካኤል አሳምረው ፍጻሜዬን
    🎤በዘማሪ ዲያቆን አቤል መክብብ🎤 ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘

Maqaa Surraa Qabu Kochoo keerraa Argee Gargaarsaa Argachuuf Gara keetti Fiige Kan of cinaa qabu ergamaa akka kee Ulfinaan si waama mikaa'eel maqaakee Kabajaan si waama mikaa'eel maqaakee Ofiikootiin Uumee Mammaaksa Hin Odeessu Wangeela dha Ragaan Waa'ee kee Seenessu Har'as Kan Amanuuf Dhugaa Jirun Faarsa Hangafa dha Ati Kan Muudaman Keessaa Kan sirraa ifu ayyannii Gooftaa x2 surraakee guddaan cinakoo jirta x2 Miikaa'el na Wajjin jirta Ilaalladhee Hin kaasu Ija Nama Keessa Of ta'een Ofiikoon Sodaa Malee Faarsa Siin mitiim mikaa'eel namayyuu ni jaju Si waaqessuu miti yeroon si kabaju Miilli koo Gufuudhaan Kiyyoon Akka Hin Kufneef Cina kootiin Jirta Akkan Hin Mo'amneef Reeffa Museef Jettee seexana Mormite Utuun Lubbuun Jiru Ati Yoom Na Dagatte Si waliin morkachuu dinnii hin danda'u Maqaan sirra jiru kan hundumaa moo'uu Kan Gooftaa Kan Ta'e Siin Hin Jibbuu gonkuma Mikaa'el Ergamaa kabaja kee hima Madaallii baadhuu anaaf kottu ariifadhu milkaa'eel Eegaa cina kan koo ati dhaabadhu Oolmaa kee himuun _Kabaja koo dha Yaadannoon kan kee _Naaf galata dha Ati naaf Eegaa dha _Waaqni si filee Diinatu kufa _ Surraa kee ilaalee Maqaan Gooftichaa _Kan si irra jiru Simboon addunyaa _Yaada kee hin hiru Galataaf jirta _ Fuula Uumaa kee Narra haa bulu _ Eebbaaf Sugni kee ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘

Maqaa Surraa qabu F.Dn Dagaagsan Solomoon.mp316.12 MB

Tiksee na guddisee ijoollummaakoo 
Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaan koo
Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha
Kochoosan haguugee manasatti kan guddiseedha

Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kan koo
Mikaa'eli kanbareeche jireenya koo 
Inni hin daganne hindagatin kan jedheeni
Edaa dhagaheera kankadhadhe mucummaani

Bara Sanhunda kan naaf obsee 
Hojii kootin yoom nanballeesse
Mulachu kootis riqadha ati   
Jalqabbiis anaaf taate ati
Akkan gaddine akkan buusne anboquukoo

Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo
Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhani
Narrati hinfagaatu guddiseenkoo Mikaelini

Guyyaankoo hintolu yoon sin waamne
Anaaf dhaqabi sin yoonjenne
Na eegalchiste jalqabakoo
Ati naaf bareechi xummura koo

Kuffiseera Karoora diinni koobaase
Ol naqabe karaa sirrii na deemsise
Na dhoksu dandeenye nahambisu dudduubatti
Raaji Waaqayyootin fuldura kootii kufeet

Ati labooba ibiddaati
Diinni ni kufaa fuula keett
Anaaf ijadha hirkoo kankoo
Bara baraanuu si eegankoo
     @faaruutewaahido

+3
Surraansaa guddaadha

Surraansaa guddaadha na gargaaruuf dhufe
maqaa isaa osoo waamin ani yoomin rafe
Mikaa'el jennaan jireenyi koo ife X2

Naannoo koo dhaabdertaa utubaa ifaakee
Dukkanni Addunyaa akkamiin na danqe
Mikaa'el eegaakoo kottu mee garakoo
Sihiin narraa dabra xoofoon dhiphina koo

Xalayaa badiisaa kan bahiraanini
Situu jijjireefi siwaliin deemnani
Har'as kan si waamuuf ati wajjiinin jirta
Xalayaa badiisaa jireenyati jijjiirta

Ittisaa kan turte saboota Isra’eeli
Har'as hoo sin waama  koottu Mikaa'eli
Albeekee qabadhu cinaakoo dhaabbadhu
Humna Saaxinaa'eli ati narraa  ifadhu
       =====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faauutewaahido🖤 ❤️@faauutewaahido❤️ 🤍@faauutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

+1
ቅዱስ ሚካኤል ቅዱስ ሚካኤል ወዳጅ ነህ ለሁሉ ዛሬም ቆመሀል በኪዳንህ ላሉ ክንፍህን ዘርጋ ሚካኤል ቅደም ከፊቴ ምራኝ መንገዱን እንዳይመሽ ልድረስ ከአባቴ እንዴት ይገፋል ጎዳናው ያላንተ እርዳታ ጥሜን ቁረጠው በትርህ ጭንጫውን ምታ ተጠመጠመ ጠላቴ በእሳት ሰንሰለት የጌታ መልአክ ሚካኤል በሰይፍ ወድቆበት የለም በቦታው ስመለስ አጥቼዋለሁ የሚረዳኝን ተሹሞ አይቼዋለሁ ከመቃብሩ ድንጋዩን አንከባለሃል ስለረዳኸው ዳንኤል እጅግ ወዶሃል ይነዋወጻል ባሕሩም አንተ ስትመጣ እግዚአብሔር ይንገስ ዲያብሎስ መድረሻ ይጣ አለኝ ትዝታ በቤትህ ከልጅነቴ ስትሳሳልኝ እያየሁ ፀንቷል ጉልበቴ ልዘምር እንጂ ላመስግን ታላቁን ጌታ አንተን የሰጠኝ ጠባቂ በቀን በማታ ዘማሪት ምርትነሽ ጥላሁን =====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

Search gochuuf hin dhiphatiinaa dhugaa isin gowwomsuuf miti. hundumtuu maqaadhuma maqaa isaaniitiin jiru hundumtuu chaanaaliiwwanis ta'ee giruuppiiwwan tajaajila Afuuraawwaa Ortodoksii Tewaahidoo karaa seeraa fi Qannoonaa, Doogmaa eeggateen dabarsanidha. Maarree tajaajilaan tokko ammoo hordoftoota hin qabu taanaan maaliin tajaajilaree. Bakkas isin jalaa hin fixu kan isiniif ta'u akkaataa isiniif galuun kan barbaaddan filattanii keessaa barachuus ta'ee faaruuwwaniin eebbifamuu dandeessu. Ammuma join gochuun hunduma isaa hoo barbaaddanis kan barbaaddan qofa join godhachuun itti makamaa🙏

Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇

Faarfannaa Haaraa Maariyaam naaf Taatee F/ttuu Immaahoy Welette Sillaasee https://youtu.be/nRrsWSj5BdM?si=ghOBOxgkV_pIfPQE

......Guddaa kan ta'e..... Guddaa kan ta'e amantii kee hordofee Iddoo ati jirtu guggufee nan dhufe Haadha koo qulqulleetti Arseemaa Ulfinnikee Addunyaaf himamaa          @Ceesisa Yoo dhufuu sireedhaan ture Abdii koos baay'ee kan cabe Amantii keen tsabala keen Fayyee dhaabadhe mana kee    Dubbadheen kabaja kee hima    Hojiin waaqayyoos raajuma    Qabsurri kee jabinni kee    Naaf ta'e ibsaa amantiikoo Miidhaginnni gantuudha jettee Samiirrattii ulfina argatte Daandii amantaa keetini Jiraadha kadhannaa keetini    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenyaa facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa Gargaarsi kee kan isaaf ga'e Fide dhufaa wareegaa laphee Kan amaneef dhiyuma jirtaa Mana keetti fayyina argata    Lapheerraa kan si kadhatee    Ni dhuftaaf deebii qabattee    Meexxii kee jireenya facaasa    Si waamnan eenyu qaneessa          ==•√|√•== F/ttuu Shawaa Battee 👇👇follow ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon  ♨️ ╚═════════════╝

Aabboo Tajaajilaa Afuura Qulqulluu Kadhannaan isaani nurra ha bulu Galateeffataa fi qajeelaa Bakkalcha Cuqqaalaa(2) Dukkanooftuu Addunyaa Ibsan Abbaan Keenya Qulqullicha Aabboo Ilma Simi'on Ni yaadanna Orotodoks Tawaahidon Yaadannoo Aabboo warri taasistan Jalaala fi Eebban baga nagaan geessan Ijoollen Aabboo Jabaadha amantaatti Gabra Manfas Qiddus fudha akka fknyatti*2 Gibxiiti dhalate Ebbise Itiyoopiyaa Abboon nu filate Gammadaa hiriyaa(2) Waadan Gabra Manfas Qiddus Isiniif haa ta'u ijoolle Iyyasuus Yaaddannoon qajeelaa maatiko eebbafi Jedheera Daawwit dhagaha nuhiifi   Isaan ni jaalanna isaan ni kabajna Kadhannaa isaanin tabba guddaa baana Ijaaf fi miila keenyan daandii Qulqulootaa Waaqayyo hordofna akka qajeelootaa(2) Qulqullooni Tokkummaan galateefatu Abbaaf Ilmaaf Afuura Qulqulluu Nu bulee haa jiraatu Eebbi Tajaajilaa Afuura Qulqulluu (2) ┌──────────────┐ ❖  👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍    ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘

FANNOO KOO Hin kutu Fannookoo Haa cituu mormikoo Tawaahidoo hin dhiisuu Diinni koo haa calsuu. Kan kaleessaa darbee Abboota koo argee Amantaaf jedhani Arsaa kan ta,ani
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee Yoon si dhiisee deemee Tawaahidoo mucaan kee
Hin kennuu kennaa koo Maariyaam haadhakoo Qulqulloota Gooftaa dinnaa malii naa gootaa
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...
Qulqulloonni hedduuni Dhugaadhaf jedhanii Addunyaan du'aani Gooftaadhaan fayyanii.
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...
Gammoojjii Liibiyaa Dhiigni samiitti iyyaa Isaan hunduu goota Jiru mirga Gooftaa.
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...
Nuuti ijoolleen Phaawuuloos Kan qulqulluu Giyoorgiis Fannoo keenyaa hin kunnuu Dabarsinee hin laannuu.
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...
┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘

FANNOO KOO Hin kutu Fannookoo Haa cituu mormikoo Tawaahidoo hin dhiisuu Diinni koo haa calsuu. Kan kaleessaa darbee Abboota koo argee Amantaaf jedhani Arsaa kan ta,ani Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee Yoon si dhiisee deemee Tawaahidoo mucaan kee. Hin kennuu kennaa koo Maariyaam haadhakoo Qulqulloota Gooftaa dinnaa malii naa gootaa Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee Yoon si dhiisee deemee Tawaahidoo mucaan kee Qulqulloonni hedduuni Dhugaadhaf jedhanii Addunyaan du'aani Gooftaadhaan fayyanii. Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee Yoon si dhiisee deemee Tawaahidoo mucaan kee Gammoojjii Liibiyaa Dhiigni samiitti iyyaa Isaan hunduu goota Jiru mirga Gooftaa. Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee Yoon si dhiisee deemee Tawaahidoo mucaan kee Nuuti ijoolleen Phaawuuloos Kan qulqulluu Giyoorgiis Fannoo keenyaa hin kunnuu Dabarsinee hin laannuu. Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee Yoon si dhiisee deemee Tawaahidoo mucaan kee @faaruutewaahido

የሉም_ሞተዋል የሉም ሞተዋል ሲሉን ኖረን የሉም ጠፍተዋል ሲሉን በዝተን አለን በእግዚአብሔር ሁሉን አልፈን አለን በጌታ ሁሉን አልፈን ለካ ሰው ሰለሮጠ አይቀድምም ጉልበታም ስልታገለ አይጥልም ጎልያድ ወድቋል በዳዊት ጠጠር የኛ አምላክ ስሙ ከፍ ይበል ይክበር እግዚአብሔር ስሙ ከፍ ይበል ይክበር
= = = = =
በሚነድ እሳት መሐል ሆነን አልሞትንም ዛሬም አለን በዝተን ያልሰማ ሁሉ ይስማ ይግረመው ያመለክነው እግዚአብሔር እንዲህ ነው(፪)
= = = = =
ጨክነን እኛ ሰይፉን ባንመዝ በእጃችን ጦር ጉመድን ባንይዝ ይዋጋል ዝም አይልም እግዚአብሔር ልጆቹን ፈጥሮ አይሰጥም ለፍጡር(፪)
= = = = =
አሕዛብ ሥጋችንን ሊያጠፉ ቢደክሙ ብዙ ዘመን ቢለፉ ካሸናፊዎች ሁሉ በልጠን አልሞትንም ዛሬም አለን በዝተን(፪) ┌──────────────┐ ❖  👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍    ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘

Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇

መከራው ክርስትናዬን መከራው ክርስትናዬን አጣፈጠው ስደቱ ማህተቤን አጠበቀው በሞት መንደር በሀዘን ውስጥ በመከራ አየውት እግዚአብሔርን ከኔ ጋራ
አዝ
ክርስትያን ተብለን በክርስቶስ ስም የተጠራነው በጥልቁ ውስጥም በእግዚአብሔር እንድናምን ነው ለጥቂት ግዜ ቢበረታብን ስደት ሀዘኑ አምላክ ግን መውጫ ያዘጋጃል በዚህ ተፅናኑ
አዝ
በስደት ሳለን ካፋችን ቢደርቅ የፅዮን ዜማ ከወንዙ አጠገብ ቁጭ ብለን ሰለን ድምፁን ሳንሰማ በእግዚአብሔር ጊዜ ከባቢሎን ምድር እንለቃለን መሰንቆአችንን ከአርያም ዛፍ ላይ እናወርዳለን
አዝ
ደካሞች ሲሉን በስሙ ያን ጊዜ እንበረታለን ድሆች ስንባል ባለጠጎች እናደርጋለን በምድር ቅዱስ ህዝብ አድርጎ ለእርሱ ለየን ጨለማው አልፎ በቸርነቱ ብርሀን አሳየን
አዝ
ከፀጋ በላይ እንዳንፈተን ይከልለናል በቁስላችን ላይ የፈውስን ዘይት ያፈስልናል በጊዜም ቢሆን ያለ ጊዜውም በእርሱ እንፅና እንኳን ስደቱን ሞቱን ሊገታው ይችላልና ሊቀ መዘምራን ዲያቆን ቴድሮስ ዮሴፍ =====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️

Gaafa Dhiphatanii Dafee hin bari’uu Nama dhiphisa achi aduun nama ba'u Nuuf bari’uu dide nut warri dhiphinnu Ofii dadhabneerra Waaqatti haa iyyannu Waanjoo garbummaatin gaafa Dhiphatanii Obboleessa ofiitiin gaafa ajjeefamaanii Waaqatti boo'uu achi eenyutu danda’aa? Inni nuuf haa yaadu kansaa'oo ni ta'a. Mana nagaan baane nagaadhan hin gallu Dabarsee nu laata namni walii hin oolu Yaa Waaq sitti dhiisne bara hamaa kana Dhiiga walii dhugan nuti yoom nama taana Namni obboleessasaa qarshiidhan jijjiire Hundasaa irraanfatee isa waliin joore Nut'oo ni dhiphanne nuuf bari’uu dide Namni dadhabeera waliisaati gaddee Mana nagaan baane nagaadhan hin gallu Dabarsee nu laata namni walii hin oolu Yaa Waaq sitti dhiisne bara hamaa kana Dhiiga walii dhugan nuti yoom nama taana =====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️