GOLA FAARFANNAA✨
الذهاب إلى القناة على Telegram
✍️✍️✍️Faarfannaa Afaan oromoo, Barumsa Abbootii fi Seenaa Abbootii channel keenya kana irraa ni argattu. Kanaafuu join godhaa maatii channel keenyaa ta'aa! ==Join via== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤 @faaruutewaahido 🖤 ❤️ @faaruutewaahido ❤️ 🤍 @faaruutewaahido 🤍
إظهار المزيد5 203
المشتركون
+124 ساعات
+477 أيام
+20930 أيام
أرشيف المشاركات
5 203
Repost from FAANA ABBOOTAA
📖 "Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu jaallata." — 2 Qorontos 9:7🔔 Beeksisa Gammachiisaa fi Waamicha Eebbaa! 🔔 Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Arsii Bahaatti Yaa'ii Mooraa Yuunivarsiitii Arsii DAMEE Arduu irraa! Nagaan Waaqayyoo bakka jirtanitti isiniif haa baay'atu kabajamtoota maatii Waaqayyoo. Yaa'iin Mooraa Yuunivarsiitii Arsii Damee Arduu, tajaajila fi hojiiwwan yaa'ichaa caalaatti babal'isuuf Lootorii Eebbaa addaa qopheessee isin eegaa jira. Lootorii kana bitachuun hojii Waaqayyoo keessatti hirmaataa akka taatan fi eebba qophaa'e kanas akka hirmaattan maqaa Waaqayyootiin isin gaafanna! 🎁 Carraawwan Qophaa'an: 🥇 Carraa 1ffaa: Kiraara 🥈 Carraa 2ffaa: Kitaaba Qulqulluu 📖 🥉 Carraa 3ffaa: Naxalaa 💵 Gatii Lootorii: Tikkeettii tokko Qarshii 150 qofa! Guyyaa itti bahu: Onkoloolessa 30, 2019 Hirmaannaa keessan kanaan tajaajila Mana Waaqayyoo jajjabeessaa, isinis immoo carraa eebbaa kana argadhaa! 📍Odeeffannoo dabalataaf @firaa2129 @kenboni21 quunnamaa! ✝️ Waaqayyo isin haa eebbişu! ✝️
5 203
Kan nu waliin jiru hundaarra caalaa
Waaqni toltootaa isatu nuuf lolaa
Waaqni tiksee keenyaa baraa baraanii
Gooftani(kiristoos) jabaadhaa hundu haa beekaani
Namaa waaqayyoon qabuu qabuf yaadani
Meeshaa foon qofa ajjeesuu heddu baatani
Hamoota laphen cufaa ija isaan jaamse
Gaggessera Eelsanii buddeen nyaachisee
Aja'iba hojin waaqa keenya hundu rajidha Nu'i warra isaatti amanatef hirko cimadha(2)Nuti kan waaqeeffannuu waaqa Eelsati Isaatu marsee nu eegaa loltu abiddaatin Iyyaasu abdii kutee si ijaan ilaale Gargaarsi harka waaqayyo hunda nuf caale
Aj..Akka si arganii ya gooftaa ija isaan bani Dhaloota garaa jabaa ati hin dhiisini Har'allee ol nuuf qabii ogum sanbata Bo'iicha gatii hin qabnen nu'i wawata
Aj..Har'ale waaqni Eeliyaasii nu waliin jiraa Eelsanis amaanateetoo raajii hojjaateraa Akkumaa abbootii keenyaa nutis haa jabaannuu Amantiidhan dhaabbannee diina ijjifannuu
Aj..┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
5 203
🕊በምን እፅናናለሁ 🕊
በምን እፅናናለሁ ከሌለኸኝ
በምን ልበረታ ካላገስከኝ
አንተ ስላለህ ነው መድኃኒቴ
ቆሜ መታየቴ /2/
ሸክም ለከበደ ማረፊያ ነህ
እጅግ የቀለለ ቀንበር ያለህ
ፍቅርህ ነው የሚያሰማራኝ
በለምለም መስክ ያቆመኝ /2/
ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ
አማኑኤል የኔ መታመኛ
አዝጨለማን አላውቅም በጉዞዬ በህይወቴ ሁሉ ነህ መሪዬ ተጓዝኩኝ ሌቱን በብርሀን ባንተ አየሁኝ መሻገርን ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ አማኑኤል የኔ መታመኛ
አዝማቀርቀሬን ሰበርክ አልኩኝ ቀና በርትቼ ተራመድኩ እንደገና ቃልህ ኃይሌ የሚያጸናኝ በአለት ላይ የተከልከኝ /2/ ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ አማኑኤል የኔ መታመኛ
አዝእንባዬ ታበሰ ስታፅናናኝ ግን የሆነው ሆኗል ስትረዳኝ በጠላቴ ፊት ሞገስ ሆንከኝ ለባህሪያህ ድል ሰጠኸኝ /2/ 😇ቸር አምላክ የእውነት ዳኛ አማኑኤል የኔ መታመኛ😇 ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
5 203
ሚካኤል ይለይብኛል
ጠብቆ አሳድጎ ከልጅነቴ
አባት እየሆነኝ ሚካኤል አባቴ
ይለ ' ይብኛል ሚካኤል ይለ ' ይብኛል
በክንፉ ሸፋኖ በቤቱ አሳድጎኛል (2)
አያምርብኝ ብዘነጋው ታሪኬን
ሚካኤል ነው ያስጌጠልኝ ሕይወቴን
አልረሳብኝ እርሱ አትርሳብኝ ያልኩትን
ለካስ ስምቶኝ ኖሯል የልጅነት ጸሎቴን
ሚካኤል ያን ሁሉ ዘመን የታገስከኝ ሚካኤል ፍሬ ጠብቆ ያልቆረጠኝ ሚካኤል የከፍታዬ መሰላል ሚካኤል መነሻዬ ሆነሃልእንዳይከፋኝ እንዳልደፋ አንገቴን እንዳላለቅስ እንዳላፈስ እንባዬን እንዳይርቀኝ ደስታ በመንፈሴ እንዳልዝል ከአጠገቤ አይርቅም ያሳደገኝ ሚካኤል
ሚካኤል ቀኔም ቀን አይሆን ሳልጠራህ ሚካኤል ና ድረስልኝ ሳልልህ ሚካኤል እንዳስጀመርከኝ ጅማሬዬን ሚካኤል አሳምረው ፍጻሜዬንውድቅ አረገው የጠላቴን ክፉ እቅድ አራመደኝ በከፍታዬ መንገድ ሊያስቀረኝ አልቻለም ሚጎትተኝ ባለጋራ ተጥሎ ስላለ በእግዚአብሔር ድንቅ ሥራ
ሚካኤል እሳታዊ ነህ ነበልባል ሚካኤል ጠላቴ ፊትህ ይቀልጣል ሚካኤል ለኔ ኃይሌ ነው መከታዬ ሚካኤል የዘለዓለም ጠባቂዬእንዳይከፋኝ እንዳልደፋ አንገቴን እንዳላለቅስ እንዳላፈስ እንባዬን እንዳይርቀኝ ደስታ በመንፈሴ እንዳልዝል ከአጠገቤ አይርቅም ያሳደገኝ ሚካኤል
ሚካኤል ቀኔም ቀን አይሆን ሳልጠራህ ሚካኤል ና ድረስልኝ ሳልልህ ሚካኤል እንዳስጀመርከኝ ጅማሬዬን ሚካኤል አሳምረው ፍጻሜዬን 🎤በዘማሪ ዲያቆን አቤል መክብብ🎤 ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
5 203
Maqaa Surraa Qabu Kochoo keerraa Argee
Gargaarsaa Argachuuf Gara keetti Fiige
Kan of cinaa qabu ergamaa akka kee
Ulfinaan si waama mikaa'eel maqaakee
Kabajaan si waama mikaa'eel maqaakee
Ofiikootiin Uumee Mammaaksa Hin Odeessu
Wangeela dha Ragaan Waa'ee kee Seenessu
Har'as Kan Amanuuf Dhugaa Jirun Faarsa
Hangafa dha Ati Kan Muudaman Keessaa
Kan sirraa ifu ayyannii Gooftaa x2
surraakee guddaan cinakoo jirta x2
Miikaa'el na Wajjin jirta
Ilaalladhee Hin kaasu Ija Nama Keessa
Of ta'een Ofiikoon Sodaa Malee Faarsa
Siin mitiim mikaa'eel namayyuu ni jaju
Si waaqessuu miti yeroon si kabaju
Miilli koo Gufuudhaan Kiyyoon Akka Hin Kufneef
Cina kootiin Jirta Akkan Hin Mo'amneef
Reeffa Museef Jettee seexana Mormite
Utuun Lubbuun Jiru Ati Yoom Na Dagatte
Si waliin morkachuu dinnii hin danda'u
Maqaan sirra jiru kan hundumaa moo'uu
Kan Gooftaa Kan Ta'e Siin Hin Jibbuu gonkuma
Mikaa'el Ergamaa kabaja kee hima
Madaallii baadhuu anaaf kottu ariifadhu
milkaa'eel Eegaa cina kan koo ati dhaabadhu
Oolmaa kee himuun _Kabaja koo dha
Yaadannoon kan kee _Naaf galata dha
Ati naaf Eegaa dha _Waaqni si filee
Diinatu kufa _ Surraa kee ilaalee
Maqaan Gooftichaa _Kan si irra jiru
Simboon addunyaa _Yaada kee hin hiru
Galataaf jirta _ Fuula Uumaa kee
Narra haa bulu _ Eebbaaf Sugni kee
┌──────────────┐
❖ 👇👇👇👇👇👇👇
🖤@faaruutewaahido🖤
❤️@faaruutewaahido❤️
🤍@faaruutewaahido🤍
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖
└──────────────┘
5 203
Tiksee na guddisee ijoollummaakoo Abbaa naaf ta'eeto Mikaa'el abbaan koo Anaaf addadha Mikaa'el anaaf addadha Kochoosan haguugee manasatti kan guddiseedha Hin bareedu yoon dagadhe seenaa kan koo Mikaa'eli kanbareeche jireenya koo Inni hin daganne hindagatin kan jedheeni Edaa dhagaheera kankadhadhe mucummaani Bara Sanhunda kan naaf obsee Hojii kootin yoom nanballeesse Mulachu kootis riqadha ati Jalqabbiis anaaf taate ati Akkan gaddine akkan buusne anboquukoo Akkan boonye akkan buusne imaammanni koo Gammachuu akkan dhabne dadhabeeto Lubbudhani Narrati hinfagaatu guddiseenkoo Mikaelini Guyyaankoo hintolu yoon sin waamne Anaaf dhaqabi sin yoonjenne Na eegalchiste jalqabakoo Ati naaf bareechi xummura koo Kuffiseera Karoora diinni koobaase Ol naqabe karaa sirrii na deemsise Na dhoksu dandeenye nahambisu dudduubatti Raaji Waaqayyootin fuldura kootii kufeet Ati labooba ibiddaati Diinni ni kufaa fuula keett Anaaf ijadha hirkoo kankoo Bara baraanuu si eegankoo
@faaruutewaahido5 203
Surraansaa guddaadha Surraansaa guddaadha na gargaaruuf dhufe maqaa isaa osoo waamin ani yoomin rafe Mikaa'el jennaan jireenyi koo ife X2 Naannoo koo dhaabdertaa utubaa ifaakee Dukkanni Addunyaa akkamiin na danqe Mikaa'el eegaakoo kottu mee garakoo Sihiin narraa dabra xoofoon dhiphina koo Xalayaa badiisaa kan bahiraanini Situu jijjireefi siwaliin deemnani Har'as kan si waamuuf ati wajjiinin jirta Xalayaa badiisaa jireenyati jijjiirta Ittisaa kan turte saboota Isra’eeli Har'as hoo sin waama koottu Mikaa'eli Albeekee qabadhu cinaakoo dhaabbadhu Humna Saaxinaa'eli ati narraa ifadhu=====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faauutewaahido🖤 ❤️@faauutewaahido❤️ 🤍@faauutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
5 203
ቅዱስ ሚካኤል
ቅዱስ ሚካኤል ወዳጅ ነህ ለሁሉ
ዛሬም ቆመሀል በኪዳንህ ላሉ
ክንፍህን ዘርጋ ሚካኤል ቅደም ከፊቴ
ምራኝ መንገዱን እንዳይመሽ ልድረስ ከአባቴ
እንዴት ይገፋል ጎዳናው ያላንተ እርዳታ
ጥሜን ቁረጠው በትርህ ጭንጫውን ምታ
ተጠመጠመ ጠላቴ በእሳት ሰንሰለት
የጌታ መልአክ ሚካኤል በሰይፍ ወድቆበት
የለም በቦታው ስመለስ አጥቼዋለሁ
የሚረዳኝን ተሹሞ አይቼዋለሁ
ከመቃብሩ ድንጋዩን አንከባለሃል
ስለረዳኸው ዳንኤል እጅግ ወዶሃል
ይነዋወጻል ባሕሩም አንተ ስትመጣ
እግዚአብሔር ይንገስ ዲያብሎስ መድረሻ ይጣ
አለኝ ትዝታ በቤትህ ከልጅነቴ
ስትሳሳልኝ እያየሁ ፀንቷል ጉልበቴ
ልዘምር እንጂ ላመስግን ታላቁን ጌታ
አንተን የሰጠኝ ጠባቂ በቀን በማታ
ዘማሪት ምርትነሽ ጥላሁን
=====Join via======
👇👇👇👇👇👇👇👇
🖤@faaruutewaahido🖤
❤️@faaruutewaahido❤️
🤍@faaruutewaahido🤍
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
5 203
Repost from Orthodox Free Promotion
Search gochuuf hin dhiphatiinaa dhugaa isin gowwomsuuf miti. hundumtuu maqaadhuma maqaa isaaniitiin jiru hundumtuu chaanaaliiwwanis ta'ee giruuppiiwwan tajaajila Afuuraawwaa Ortodoksii Tewaahidoo karaa seeraa fi Qannoonaa, Doogmaa eeggateen dabarsanidha.
Maarree tajaajilaan tokko ammoo hordoftoota hin qabu taanaan maaliin tajaajilaree. Bakkas isin jalaa hin fixu kan isiniif ta'u akkaataa isiniif galuun kan barbaaddan filattanii keessaa barachuus ta'ee faaruuwwaniin eebbifamuu dandeessu.
Ammuma join gochuun hunduma isaa hoo barbaaddanis kan barbaaddan qofa join godhachuun itti makamaa🙏
5 203
Repost from Orthodox Free Promotion
Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇
5 203
Faarfannaa Haaraa
Maariyaam naaf Taatee
F/ttuu Immaahoy Welette Sillaasee
https://youtu.be/nRrsWSj5BdM?si=ghOBOxgkV_pIfPQE
5 203
......Guddaa kan ta'e.....
Guddaa kan ta'e amantii kee hordofee
Iddoo ati jirtu guggufee nan dhufe
Haadha koo qulqulleetti Arseemaa
Ulfinnikee Addunyaaf himamaa
@Ceesisa
Yoo dhufuu sireedhaan ture
Abdii koos baay'ee kan cabe
Amantii keen tsabala keen
Fayyee dhaabadhe mana kee
Dubbadheen kabaja kee hima
Hojiin waaqayyoos raajuma
Qabsurri kee jabinni kee
Naaf ta'e ibsaa amantiikoo
Miidhaginnni gantuudha jettee
Samiirrattii ulfina argatte
Daandii amantaa keetini
Jiraadha kadhannaa keetini
Lapheerraa kan si kadhatee
Ni dhuftaaf deebii qabattee
Meexxii kee jireenyaa facaasa
Si waamnan eenyu qaneessa
Gargaarsi kee kan isaaf ga'e
Fide dhufaa wareegaa laphee
Kan amaneef dhiyuma jirtaa
Mana keetti fayyina argata
Lapheerraa kan si kadhatee
Ni dhuftaaf deebii qabattee
Meexxii kee jireenya facaasa
Si waamnan eenyu qaneessa
==•√|√•==
F/ttuu Shawaa Battee
👇👇follow
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝
5 203
Aabboo Tajaajilaa Afuura Qulqulluu
Kadhannaan isaani nurra ha bulu
Galateeffataa fi qajeelaa
Bakkalcha Cuqqaalaa(2)
Dukkanooftuu Addunyaa
Ibsan Abbaan Keenya
Qulqullicha Aabboo Ilma Simi'on
Ni yaadanna Orotodoks Tawaahidon
Yaadannoo Aabboo warri taasistan
Jalaala fi Eebban baga nagaan geessan
Ijoollen Aabboo Jabaadha amantaatti
Gabra Manfas Qiddus fudha akka fknyatti*2
Gibxiiti dhalate
Ebbise Itiyoopiyaa
Abboon nu filate
Gammadaa hiriyaa(2)
Waadan Gabra Manfas Qiddus
Isiniif haa ta'u ijoolle Iyyasuus
Yaaddannoon qajeelaa maatiko eebbafi
Jedheera Daawwit dhagaha nuhiifi
Isaan ni jaalanna isaan ni kabajna
Kadhannaa isaanin tabba guddaa baana
Ijaaf fi miila keenyan daandii Qulqulootaa
Waaqayyo hordofna akka qajeelootaa(2)
Qulqullooni Tokkummaan galateefatu
Abbaaf Ilmaaf Afuura Qulqulluu
Nu bulee haa jiraatu
Eebbi Tajaajilaa Afuura Qulqulluu (2)
┌──────────────┐
❖ 👇👇👇👇👇👇👇
🖤@faaruutewaahido🖤
❤️@faaruutewaahido❤️
🤍@faaruutewaahido🤍
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖
└──────────────┘
5 203
FANNOO KOO
Hin kutu Fannookoo
Haa cituu mormikoo
Tawaahidoo hin dhiisuu
Diinni koo haa calsuu.
Kan kaleessaa darbee
Abboota koo argee
Amantaaf jedhani
Arsaa kan ta,ani
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee Yoon si dhiisee deemee Tawaahidoo mucaan keeHin kennuu kennaa koo Maariyaam haadhakoo Qulqulloota Gooftaa dinnaa malii naa gootaa
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...Qulqulloonni hedduuni Dhugaadhaf jedhanii Addunyaan du'aani Gooftaadhaan fayyanii.
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...Gammoojjii Liibiyaa Dhiigni samiitti iyyaa Isaan hunduu goota Jiru mirga Gooftaa.
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...Nuuti ijoolleen Phaawuuloos Kan qulqulluu Giyoorgiis Fannoo keenyaa hin kunnuu Dabarsinee hin laannuu.
Dhugaan natti haa murteessuu Gafaa dhufaati kee...┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
5 203
FANNOO KOO
Hin kutu Fannookoo
Haa cituu mormikoo
Tawaahidoo hin dhiisuu
Diinni koo haa calsuu.
Kan kaleessaa darbee
Abboota koo argee
Amantaaf jedhani
Arsaa kan ta,ani
Dhugaan natti haa murteessuu
Gafaa dhufaati kee
Yoon si dhiisee deemee
Tawaahidoo mucaan kee.
Hin kennuu kennaa koo
Maariyaam haadhakoo
Qulqulloota Gooftaa
dinnaa malii naa gootaa
Dhugaan natti haa murteessuu
Gafaa dhufaati kee
Yoon si dhiisee deemee
Tawaahidoo mucaan kee
Qulqulloonni hedduuni
Dhugaadhaf jedhanii
Addunyaan du'aani
Gooftaadhaan fayyanii.
Dhugaan natti haa murteessuu
Gafaa dhufaati kee
Yoon si dhiisee deemee
Tawaahidoo mucaan kee
Gammoojjii Liibiyaa
Dhiigni samiitti iyyaa
Isaan hunduu goota
Jiru mirga Gooftaa.
Dhugaan natti haa murteessuu
Gafaa dhufaati kee
Yoon si dhiisee deemee
Tawaahidoo mucaan kee
Nuuti ijoolleen Phaawuuloos
Kan qulqulluu Giyoorgiis
Fannoo keenyaa hin kunnuu
Dabarsinee hin laannuu.
Dhugaan natti haa murteessuu
Gafaa dhufaati kee
Yoon si dhiisee deemee
Tawaahidoo mucaan kee
@faaruutewaahido
5 203
የሉም_ሞተዋል
የሉም ሞተዋል ሲሉን ኖረን
የሉም ጠፍተዋል ሲሉን በዝተን
አለን በእግዚአብሔር ሁሉን አልፈን
አለን በጌታ ሁሉን አልፈን
ለካ ሰው ሰለሮጠ አይቀድምም
ጉልበታም ስልታገለ አይጥልም
ጎልያድ ወድቋል በዳዊት ጠጠር
የኛ አምላክ ስሙ ከፍ ይበል ይክበር
እግዚአብሔር ስሙ ከፍ ይበል ይክበር
= = = = =በሚነድ እሳት መሐል ሆነን አልሞትንም ዛሬም አለን በዝተን ያልሰማ ሁሉ ይስማ ይግረመው ያመለክነው እግዚአብሔር እንዲህ ነው(፪)
= = = = =ጨክነን እኛ ሰይፉን ባንመዝ በእጃችን ጦር ጉመድን ባንይዝ ይዋጋል ዝም አይልም እግዚአብሔር ልጆቹን ፈጥሮ አይሰጥም ለፍጡር(፪)
= = = = =አሕዛብ ሥጋችንን ሊያጠፉ ቢደክሙ ብዙ ዘመን ቢለፉ ካሸናፊዎች ሁሉ በልጠን አልሞትንም ዛሬም አለን በዝተን(፪) ┌──────────────┐ ❖ 👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️❖ └──────────────┘
5 203
Repost from Orthodox Free Promotion
Warreen Barnoota Ortodoksii Afaan Oromootiin Darbu Akkasumas Faaruu, Walaloo, Ogaartiwwan, Diraamaa, Asoosama, garaa garaa barbaaddan ammuama Join Gochuun Argachuu Dandeessu. 👇
5 203
መከራው ክርስትናዬን
መከራው ክርስትናዬን አጣፈጠው
ስደቱ ማህተቤን አጠበቀው
በሞት መንደር በሀዘን ውስጥ በመከራ
አየውት እግዚአብሔርን ከኔ ጋራ
አዝክርስትያን ተብለን በክርስቶስ ስም የተጠራነው በጥልቁ ውስጥም በእግዚአብሔር እንድናምን ነው ለጥቂት ግዜ ቢበረታብን ስደት ሀዘኑ አምላክ ግን መውጫ ያዘጋጃል በዚህ ተፅናኑ
አዝበስደት ሳለን ካፋችን ቢደርቅ የፅዮን ዜማ ከወንዙ አጠገብ ቁጭ ብለን ሰለን ድምፁን ሳንሰማ በእግዚአብሔር ጊዜ ከባቢሎን ምድር እንለቃለን መሰንቆአችንን ከአርያም ዛፍ ላይ እናወርዳለን
አዝደካሞች ሲሉን በስሙ ያን ጊዜ እንበረታለን ድሆች ስንባል ባለጠጎች እናደርጋለን በምድር ቅዱስ ህዝብ አድርጎ ለእርሱ ለየን ጨለማው አልፎ በቸርነቱ ብርሀን አሳየን
አዝከፀጋ በላይ እንዳንፈተን ይከልለናል በቁስላችን ላይ የፈውስን ዘይት ያፈስልናል በጊዜም ቢሆን ያለ ጊዜውም በእርሱ እንፅና እንኳን ስደቱን ሞቱን ሊገታው ይችላልና ሊቀ መዘምራን ዲያቆን ቴድሮስ ዮሴፍ =====Join via====== 👇👇👇👇👇👇👇👇 🖤@faaruutewaahido🖤 ❤️@faaruutewaahido❤️ 🤍@faaruutewaahido🤍 ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
5 203
Gaafa Dhiphatanii Dafee hin bari’uu
Nama dhiphisa achi aduun nama ba'u
Nuuf bari’uu dide nut warri dhiphinnu
Ofii dadhabneerra Waaqatti haa iyyannu
Waanjoo garbummaatin gaafa Dhiphatanii
Obboleessa ofiitiin gaafa ajjeefamaanii
Waaqatti boo'uu achi eenyutu danda’aa?
Inni nuuf haa yaadu kansaa'oo ni ta'a.
Mana nagaan baane nagaadhan hin gallu
Dabarsee nu laata namni walii hin oolu
Yaa Waaq sitti dhiisne bara hamaa kana
Dhiiga walii dhugan nuti yoom nama taana
Namni obboleessasaa qarshiidhan jijjiire
Hundasaa irraanfatee isa waliin joore
Nut'oo ni dhiphanne nuuf bari’uu dide
Namni dadhabeera waliisaati gaddee
Mana nagaan baane nagaadhan hin gallu
Dabarsee nu laata namni walii hin oolu
Yaa Waaq sitti dhiisne bara hamaa kana
Dhiiga walii dhugan nuti yoom nama taana
=====Join via======
👇👇👇👇👇👇👇👇
🖤@faaruutewaahido🖤
❤️@faaruutewaahido❤️
🤍@faaruutewaahido🤍
☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
متاح الآن! بحث تيليغرام 2025 — أهم رؤى العام 
