en
Feedback
God is omniscient!

God is omniscient!

Open in Telegram

"Baga gara ''God is omnscient'' nagaa dhuftan. Chaanaaliin kun madda jajjabinaa, beekumsaa fi abdii dhaloota boruuti. Nu waliin ta'uun Faarfannaa lubbuu sooran, gorsa jireenyaa, akkasumas walaloowwan onnee haaromsan ni argattu maatii keenyaa ta'aa!''

Show more
5 643
Subscribers
-624 hours
-457 days
-7330 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '260
in 0 channels
June '26
+239
in 0 channels
Get PRO
May '26
+714
in 0 channels
Get PRO
April '26
+612
in 1 channels
Get PRO
March '26
+845
in 1 channels
Get PRO
February '26
+1 078
in 0 channels
Get PRO
January '26
+1 330
in 0 channels
Get PRO
December '25
+947
in 0 channels
Get PRO
November '25
+278
in 0 channels
Get PRO
October '25
+48
in 0 channels
Get PRO
September '25
+22
in 1 channels
Get PRO
August '25
+16
in 0 channels
Get PRO
July '25
+17
in 0 channels
Get PRO
June '25
+22
in 0 channels
Get PRO
May '25
+31
in 0 channels
Get PRO
April '25
+28
in 3 channels
Get PRO
March '25
+51
in 0 channels
Get PRO
February '25
+57
in 1 channels
Get PRO
January '25
+112
in 1 channels
Get PRO
December '24
+189
in 3 channels
Get PRO
November '24
+43
in 2 channels
Get PRO
October '24
+22
in 0 channels
Get PRO
September '24
+9
in 0 channels
Get PRO
August '24
+11
in 0 channels
Get PRO
July '24
+217
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
08 July0
07 July0
06 July0
05 July0
04 July0
03 July0
02 July0
01 July0
Channel Posts
2
Wow
102
3
TikTok ilaaluun alkolii dhuguu caalaa dachaa shan miidhaa qaba – ogeessonni Niwuroobayoolojii jedhan. Viidiyoolee gaggabaaboo
TikTok ilaaluun alkolii dhuguu caalaa dachaa shan miidhaa qaba – ogeessonni Niwuroobayoolojii jedhan. Viidiyoolee gaggabaaboon kun yeroo yeroodhaan Doopaamiinii β€œtolaa” kan sirna narvii balleessu nuuf kennuudhaan araada qoricha sammuu adoochuun wal fakkaatu uumu. Yeroo hunda tiiktookii dabarsaa (scrolling) ooluun pireefiroontaal koorteeksii – kutaa sammuu isa gammachuu, xiyyeefannaa, barachuu, dubbisuu, hojii, obsaa fi murannoo keenya hogganuu sana – miidha. Ji'a 2-3 yeroo hunda erga ilaalaa turanii booda, bakki kun manca'uu (burkutaa'uu) eegala. Isa boodas hojii tokko irratti illee daqiiqaa tokkoo ol xiyyeefannoo qabaachuun ulfaataa nutti ta'a. ✍ @Faarfannaa2 @Faarfannaa2
658
4
#Gorsa ❀️ Waan argachuu barbaaddu calaqqisiisi. Jaalala yoo barbaadde jaalala qabaadhu. Dhugaa yoo barbaadde dhugaa dubbadhu. Kabaja yoo barbaadde kabaja kenni. Wanti ati kennitu siif deebi'a. ❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ @Faarfannaa2 @Faarfannaa2 πŸŒ…πŸ„½πŸ„°πŸ„ΆπŸ„°πŸ„° πŸ…ƒπŸ„°'πŸ„°πŸ„°
223
5
Wantoota Gammachuu Kee Danqan (Gufuu Sitti Ta'an): 0. Waaqayyoo Uumaa kee dagachuu fi irraa fagaachuu. 1. Namoota irraa waan guddaa fi baay'ee eeguu. 2. Jireenya darbe gad-dhiisuu dadhabuu (Kaleessa keessa jiraachuu). 3. Dhiifama gochuu dadhabuu. 4. Eenyummaa ofii wallaaluu. 5. Fudhatama argachuuf namoota biroo irraa mirkaneeffannaa eeggachuu. 6. Namoonni biroo eenyummaa kee akka murteessan heyyamuu. 7. Mudaa-maleessa ta'uuf carraaquu (Waan hundaa keenya guutuu taasisuuf dhama'uu). 8. Badii kee hundaaf sababa qabaachuu (100% gochaa kee hundaaf itti gaafatamaan si ta'uu amanuu dadhabuudhaan maatii, hiriyaa, biyyaafi wantoota naannoo kee jiran hunda komachuu) 9. Of jibbuu fi of ceepha'uu (Of komachuu). #Join and share ❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️ @Faarfannaa2 @Faarfannaa2 πŸŒ…πŸ„½πŸ„°πŸ„ΆπŸ„°πŸ„° πŸ…ƒπŸ„°'πŸ„°πŸ„°
653
6
βœ…Gammachuu argachuuf 1. Arjaa ta'i ykn kenni 2. Dubbii garaatti hin qabatin(haaloo ykn gadoo). 3. Yaaddoo ykn dhiphina irraa bilisa ta'i. 4. Jibba namaa dhiisi(Dubbii namootaa karaa gajeelaan hiiki ykn ilaali). 5. Jireenya salphisii ilaali. Addunyaa kana yoom akka dhiiftee deemtu hin beektu kanaafuu... 6. Eenyummaa kee jaaladhu; garuu namoota hin tuffatin atis guutuu miti waan taateef ➑️Kanneen hunda goote taanaan Uumaa Kee wajjin araaramte. Namni Uumaa isaa wajjin araareme immoo yeroo hunda gammachuu qaba. ‡️‡️‡️ @Faarfannaa2 @Faarfannaa2
584
7
βœ…Gammachuu argachuuf 1. Arjaa ta'i ykn kenni 2. Dubbii garaatti hin qabatin(haaloo ykn gadoo). 3. Yaaddoo ykn dhiphina irraa bilisa ta'i. 4. Jibba namaa dhiisi(Dubbii namootaa karaa gajeelaan hiiki ykn ilaali). 5. Jireenya salphisii ilaali. Addunyaa kana yoom akka dhiiftee deemtu hin beektu kanaafuu... 6. Eenyummaa kee jaaladhu; garuu namoota hin tuffatin atis guutuu miti waan taateef ➑️Kanneen hunda goote taanaan Uumaa Kee wajjin araaramte. Namni Uumaa isaa wajjin araareme immoo yeroo hunda gammachuu qaba. ‡️‡️‡️ @Faarfannaa2
1
8
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadam
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa
4
9
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadam
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa
1
10
βœ… Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayy
βœ… Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayyadama πŸ‘‡πŸ‘‡
1
11
Tapha kuubbaa miilaa amma adeemsifamaa jiru kana kallattiin daawwachuuf Iddoo LIVE jettu tuquun ilaalaa daddafaa isin hin dar
Tapha kuubbaa miilaa amma adeemsifamaa jiru kana kallattiin daawwachuuf Iddoo LIVE jettu tuquun ilaalaa daddafaa isin hin darbin
1
12
kaardii 500 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe
kaardii 500 irratti hirmaadha!! πŸƒβ€β™‚πŸƒβ€β™‚ SAFARICOM 250 fi Ethiotelecom 250 Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! πŸ‘‡πŸ‘‡
5
13
πŸ«€ GORSI DAWAA SAMMUUTI! πŸ«€ πŸ“Œ Gorsa namni si gorsu hin tuffatin; bakka itti si fayyadu tokko qabaachuu danda'a. πŸ“Œ "Anaatu beeka" hin baay'isin; kan si caalaa beeku dachee kana irratti ni jira. πŸ“Œ Hiyyeessa hin tuffatin; boru isumatu nama ta'ee mul'ata. πŸ“Œ Lolaaf hin ariifatin; lola keessa miidhamuutu jira. πŸ“Œ Karaa hin beekne irra hin deemin; tasa kiyyootti si galchuu danda'a. πŸ“Œ Nama hammeenya kee haasa'u hin jibbin; borummaa isumatu gaarummaa kee dubbata. πŸ“Œ "Kan koo qofatu haa caalu" hin jedhin; nama si dhaggeeffatu dhabda. πŸ“Œ Seenaa kee hin dagatin; seenaan dhalootaaf dabrsuu qabdu dha. πŸ“Œ "Beekaadha" jettee of hin gatin; waan ati hin beekne baay'eetu jira. πŸ“Œ Balleessuuf hin fiigin; kiyyootti galata. πŸ“Œ "Sirriidha" jettee waan hunda hin dubbatin; dogoggora qabaachuu malata. πŸ“Œ Abdii hin kutatin; yoo turteyyuu rakkoon sun siif dabarti. πŸ“Œ Jal'ina namatti hin yaadin; atis jal'aa taatee hafta. πŸ“Œ Hojii hin tuffatin; taa'umsaan hiyoomtee hafta. πŸ“Œ Qabeenyaan hin boonin; bor ni dhumaa. πŸ“Œ Namni ati jaallattu yoo dugda sitti gale, daftee hammeenya isaa hin dubbatin; yoo walitti deebitan gaabbiin si fura. πŸ“Œ "Waan na jalaa calliseef na jibbeera" hin jedhin; tarii haalli inni keessa jiru gaarii ta'uu dhiisuu mala! πŸ™Œ Waan dubbiftaniif galatoomaa! πŸ™Œ β€’ Bakka bu'ee hin banne, β€’ Bakka kufee hin cabne, β€’ Bakka hatuun hin hanne, β€’ Bakka shaamee hin dhumne isiniif haa kaayu! ✍️ #Isinis Like, Share fi Comment dhaan na jajjabeessaa! πŸ“ @Faarfannaa2 ╔════════════╗ πŸ’» @Faarfannaa2Β Β  βœ… β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
925
14
β˜†WANTI SIRRAA EEGAMU: ➲ Namoota kan ittiin kabajju ilaalcha bareedaa fi gaarii qabaadhu! ➲ Daftee hin murteessin! Wanti hundi yeroo mataa isaa danda'e qaba! ➲ Dogoggora 'xiqqoodha' jettee tuffattee utuu hin sirreessin bira hin darbin! ➲ Nama hundumaa akkaataa mul'ata isaatti hubadhu! Kabaji! ➲ YEROON YEROO FIDA! Yoo dukkanaa'e akka dhihetti hin hafu! πŸ”— @Faarfannaa2
427
15
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadam
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa
3
16
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadam
Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa
1
17
βœ…Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN πŸ‘‡tuquun seenaa
βœ…Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN πŸ‘‡tuquun seenaa
1
18
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET πŸ›œ je
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET πŸ›œ jettu tuquun fayyafamaa
11
19
βœ…Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaafπŸ”₯πŸ”₯ Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu t
βœ…Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaafπŸ”₯πŸ”₯ Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa πŸ‘‡πŸ‘‡
1
20
βœ…Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaafπŸ”₯πŸ”₯ Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu t
βœ…Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaafπŸ”₯πŸ”₯ Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa πŸ‘‡πŸ‘‡
1