God is omniscient!
رفتن به کانال در Telegram
"Baga gara ''God is omnscient'' nagaa dhuftan. Chaanaaliin kun madda jajjabinaa, beekumsaa fi abdii dhaloota boruuti. Nu waliin ta'uun Faarfannaa lubbuu sooran, gorsa jireenyaa, akkasumas walaloowwan onnee haaromsan ni argattu maatii keenyaa ta'aa!''
نمایش بیشتر5 643
مشترکین
-624 ساعت
-457 روز
-7330 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '260
در 0 کانالها
ژوئن '26
+239
در 0 کانالها
Get PRO
مه '26
+714
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+612
در 1 کانالها
Get PRO
مارس '26
+845
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+1 078
در 0 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+1 330
در 0 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+947
در 0 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+278
در 0 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+48
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+22
در 1 کانالها
Get PRO
اوت '25
+16
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+17
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+22
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+31
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+28
در 3 کانالها
Get PRO
مارس '25
+51
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+57
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+112
در 1 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+189
در 3 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+43
در 2 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+22
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+9
در 0 کانالها
Get PRO
اوت '24
+11
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئیه '24
+217
در 0 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 08 ژوئیه | 0 | |||
| 07 ژوئیه | 0 | |||
| 06 ژوئیه | 0 | |||
| 05 ژوئیه | 0 | |||
| 04 ژوئیه | 0 | |||
| 03 ژوئیه | 0 | |||
| 02 ژوئیه | 0 | |||
| 01 ژوئیه | 0 |
پستهای کانال
| 2 | Wow | 102 |
| 3 | TikTok ilaaluun alkolii dhuguu caalaa dachaa shan miidhaa qaba – ogeessonni Niwuroobayoolojii jedhan.
Viidiyoolee gaggabaaboon kun yeroo yeroodhaan Doopaamiinii “tolaa” kan sirna narvii balleessu nuuf kennuudhaan araada qoricha sammuu adoochuun wal fakkaatu uumu.
Yeroo hunda tiiktookii dabarsaa (scrolling) ooluun pireefiroontaal koorteeksii – kutaa sammuu isa gammachuu, xiyyeefannaa, barachuu, dubbisuu, hojii, obsaa fi murannoo keenya hogganuu sana – miidha.
Ji'a 2-3 yeroo hunda erga ilaalaa turanii booda, bakki kun manca'uu (burkutaa'uu) eegala. Isa boodas hojii tokko irratti illee daqiiqaa tokkoo ol xiyyeefannoo qabaachuun ulfaataa nutti ta'a.
✍ @Faarfannaa2
@Faarfannaa2 | 658 |
| 4 | #Gorsa ❤️
Waan argachuu barbaaddu calaqqisiisi. Jaalala yoo barbaadde jaalala qabaadhu. Dhugaa yoo barbaadde dhugaa dubbadhu. Kabaja yoo barbaadde kabaja kenni.
Wanti ati kennitu siif deebi'a.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Faarfannaa2
@Faarfannaa2
🌅🄽🄰🄶🄰🄰 🅃🄰'🄰🄰 | 223 |
| 5 | Wantoota Gammachuu Kee Danqan (Gufuu Sitti Ta'an):
0. Waaqayyoo Uumaa kee dagachuu fi irraa fagaachuu.
1. Namoota irraa waan guddaa fi baay'ee eeguu.
2. Jireenya darbe gad-dhiisuu dadhabuu (Kaleessa keessa jiraachuu).
3. Dhiifama gochuu dadhabuu.
4. Eenyummaa ofii wallaaluu.
5. Fudhatama argachuuf namoota biroo irraa mirkaneeffannaa eeggachuu.
6. Namoonni biroo eenyummaa kee akka murteessan heyyamuu.
7. Mudaa-maleessa ta'uuf carraaquu (Waan hundaa keenya guutuu taasisuuf dhama'uu).
8. Badii kee hundaaf sababa qabaachuu (100% gochaa kee hundaaf itti gaafatamaan si ta'uu amanuu dadhabuudhaan maatii, hiriyaa, biyyaafi wantoota naannoo kee jiran hunda komachuu)
9. Of jibbuu fi of ceepha'uu (Of komachuu).
#Join and share
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Faarfannaa2
@Faarfannaa2
🌅🄽🄰🄶🄰🄰 🅃🄰'🄰🄰 | 653 |
| 6 | ✅Gammachuu argachuuf
1. Arjaa ta'i ykn kenni
2. Dubbii garaatti hin qabatin(haaloo ykn gadoo).
3. Yaaddoo ykn dhiphina irraa bilisa ta'i.
4. Jibba namaa dhiisi(Dubbii namootaa karaa gajeelaan hiiki ykn ilaali).
5. Jireenya salphisii ilaali. Addunyaa kana yoom akka dhiiftee deemtu hin beektu kanaafuu...
6. Eenyummaa kee jaaladhu; garuu namoota hin tuffatin atis guutuu miti waan taateef
➡️Kanneen hunda goote taanaan Uumaa Kee wajjin araaramte. Namni Uumaa isaa wajjin araareme immoo yeroo hunda gammachuu qaba.
⤵️⤵️⤵️
@Faarfannaa2
@Faarfannaa2 | 584 |
| 7 | ✅Gammachuu argachuuf
1. Arjaa ta'i ykn kenni
2. Dubbii garaatti hin qabatin(haaloo ykn gadoo).
3. Yaaddoo ykn dhiphina irraa bilisa ta'i.
4. Jibba namaa dhiisi(Dubbii namootaa karaa gajeelaan hiiki ykn ilaali).
5. Jireenya salphisii ilaali. Addunyaa kana yoom akka dhiiftee deemtu hin beektu kanaafuu...
6. Eenyummaa kee jaaladhu; garuu namoota hin tuffatin atis guutuu miti waan taateef
➡️Kanneen hunda goote taanaan Uumaa Kee wajjin araaramte. Namni Uumaa isaa wajjin araareme immoo yeroo hunda gammachuu qaba.
⤵️⤵️⤵️
@Faarfannaa2 | 1 |
| 8 | Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera
Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa | 4 |
| 9 | Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera
Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa | 1 |
| 10 | ✅ Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayyadama 👇👇 | 1 |
| 11 | Tapha kuubbaa miilaa amma adeemsifamaa jiru kana kallattiin daawwachuuf
Iddoo LIVE jettu tuquun ilaalaa daddafaa isin hin darbin | 1 |
| 12 | kaardii 500 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂
SAFARICOM 250 fi
Ethiotelecom 250
Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇 | 5 |
| 13 | 🫀 GORSI DAWAA SAMMUUTI! 🫀
📌 Gorsa namni si gorsu hin tuffatin; bakka itti si fayyadu tokko qabaachuu danda'a.
📌 "Anaatu beeka" hin baay'isin; kan si caalaa beeku dachee kana irratti ni jira.
📌 Hiyyeessa hin tuffatin; boru isumatu nama ta'ee mul'ata.
📌 Lolaaf hin ariifatin; lola keessa miidhamuutu jira.
📌 Karaa hin beekne irra hin deemin; tasa kiyyootti si galchuu danda'a.
📌 Nama hammeenya kee haasa'u hin jibbin; borummaa isumatu gaarummaa kee dubbata.
📌 "Kan koo qofatu haa caalu" hin jedhin; nama si dhaggeeffatu dhabda.
📌 Seenaa kee hin dagatin; seenaan dhalootaaf dabrsuu qabdu dha.
📌 "Beekaadha" jettee of hin gatin; waan ati hin beekne baay'eetu jira.
📌 Balleessuuf hin fiigin; kiyyootti galata.
📌 "Sirriidha" jettee waan hunda hin dubbatin; dogoggora qabaachuu malata.
📌 Abdii hin kutatin; yoo turteyyuu rakkoon sun siif dabarti.
📌 Jal'ina namatti hin yaadin; atis jal'aa taatee hafta.
📌 Hojii hin tuffatin; taa'umsaan hiyoomtee hafta.
📌 Qabeenyaan hin boonin; bor ni dhumaa.
📌 Namni ati jaallattu yoo dugda sitti gale, daftee hammeenya isaa hin dubbatin; yoo walitti deebitan gaabbiin si fura.
📌 "Waan na jalaa calliseef na jibbeera" hin jedhin; tarii haalli inni keessa jiru gaarii ta'uu dhiisuu mala!
🙌 Waan dubbiftaniif galatoomaa! 🙌
• Bakka bu'ee hin banne,
• Bakka kufee hin cabne,
• Bakka hatuun hin hanne,
• Bakka shaamee hin dhumne isiniif haa kaayu!
✍️ #Isinis Like, Share fi Comment dhaan na jajjabeessaa!
📍 @Faarfannaa2
╔════════════╗
💻 @Faarfannaa2 ✅
╚════════════╝ | 925 |
| 14 | ☆WANTI SIRRAA EEGAMU:
➲ Namoota kan ittiin kabajju ilaalcha bareedaa fi gaarii qabaadhu!
➲ Daftee hin murteessin! Wanti hundi yeroo mataa isaa danda'e qaba!
➲ Dogoggora 'xiqqoodha' jettee tuffattee utuu hin sirreessin bira hin darbin!
➲ Nama hundumaa akkaataa mul'ata isaatti hubadhu! Kabaji!
➲ YEROON YEROO FIDA! Yoo dukkanaa'e akka dhihetti hin hafu!
🔗 @Faarfannaa2 | 427 |
| 15 | Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera
Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa | 3 |
| 16 | Gaaffiin ministirii kutaa 6ffaa fi 8ffaa karaa telegramin gadi dhiifameera
Baga gammaddan kan barbaaddan tuquun itti fayyadamaa | 1 |
| 17 | ✅Mana Dstv deemun haferaa channel Tamsaasa kallattiin bifaa VIDEO isiin biraan ga'u isinif bannera JOIN 👇tuquun seenaa | 1 |
| 18 | Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera
Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa | 11 |
| 19 | ✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥
Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇 | 1 |
| 20 | ✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥
Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇 | 1 |
