DR. HEERAAN
📈 Analytical overview of Telegram channel DR. HEERAAN
Channel DR. HEERAAN (@drhoneliat12em) in the Javanese language segment is an active participant. Currently, the community unites 41 297 subscribers, ranking 432 in the Medicine category and 10 949 in the India region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 41 297 subscribers.
According to the latest data from 22 March, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 3 653 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 30.57%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 9.77% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 12 624 views. Within the first day, a publication typically gains 4 036 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 62.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Welcome to my Telegram Channel!!”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 15 April, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Medicine category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 21 March | +40 | |||
| 20 March | +118 | |||
| 19 March | +128 | |||
| 18 March | +99 | |||
| 17 March | +162 | |||
| 16 March | +223 | |||
| 15 March | +263 | |||
| 14 March | +71 | |||
| 13 March | +70 | |||
| 12 March | +180 | |||
| 11 March | +383 | |||
| 10 March | +292 | |||
| 09 March | +161 | |||
| 08 March | +440 | |||
| 07 March | +123 | |||
| 06 March | +94 | |||
| 05 March | +72 | |||
| 04 March | +35 | |||
| 03 March | +218 | |||
| 02 March | 0 | |||
| 01 March | +20 |
| 2 | 📱Dubartootaf maaltu ka'a?
**
Akkuma yeroo saal-qunnamtii qaamni saalaa dhiiraa ka'uttti dubartoonninis qaamni saalaa isaanii/buqushaan jijjiirama akka dhiigni guutuu (Vasocongestion), kilitoorin dhaabbatuu, hulaan qaama saalaa adda bal'atuu faa agarsiifti. Keessi qaama saalaa dubartootaa yeroo ka'ee jirutti akka suuraa irratti agartan kana fakkaata.
Ulfaadhaa! Fayyaa dahaa!⭐️⭐️
💎💎Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 4 871 |
| 3 | 🌐"Dheerinnii fi Bal'inni Qaama Saalaa Dubartootaa hangami?"☄️
***********
⭐️Qaamni saala dubartootaa qaama baay'ee ajaa'ibsiisaa ta'eedha. Sababni isaas, dheerinni fi bal'inni isaa namaa namatti qofa osoo hin taane, kan namuma tokkooyyuu yeroo yeroodhaan akka barbaadutti of jijijjiruu waan danda'uufi. Fknf, yeroo marsaa laguu, walqunnamtii saalaa, da'umsaa fi kkf akka barbaadetti of jijijjiira. Yeroo baay'ee garuu, dubartoota umrii walhormaataa keessa jiran qaamni saalaa isaanii dheerinni isaa jiddu galaan 7cm hanga 15cm ni ta'a. Akkasumas, bal'inni isaa 2.5cm hanga 6cm ta'uu danda'a. Kuni dhaabbataa miti. Kana jechuun, sababa jijjiiramuu hormoonii qaamaatiin yeroo garagaraatti kuni jijjiiramuu danda'a jechuudha. Akka qorannoon garagaraa ibsutti yeroo walqunnamtii saalaa gammachuu argamuuf dheerinaa fi bal'inna qaama saalaa caalaa gahee guddaa kan taphatu iddoo argama kutaa qaama kanaa kan ta'e 'clitoris' jedhamuufi qaamni saala dhiiraa iddoo kana sirriitti argachuufi argachuu dhabuudha jedha.⭐️⭐️
💎💎Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 4 651 |
| 4 | ▶️Qaamni saala dhiiraa altokko tokko karaa irratti, kutaa/daree keessatti, iddoo hojii fa'atti namatti ka'uu danda'a, wanti kun yeroo baayyee fayyummaadha; garuu namoonni tokko tokko waan kana dhoksuuf jedhanii qaama saala isaanii ol deebisuun qabattodhaan hidhu, kun sirrii miti qaama saala isaaniis balaa irraan geessisuu danda'a.🌑🚀
💎💎Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 10 288 |
| 5 | 🦁Na jalaa xiqqaate jettee hin dhiphatin itti oofi!!
💰Qabiyyeewwan 2 walitti makii fayyadami. Iccitii Namni Sitti Hin Himne kana fayyadami~ Booda Na Galatooffatta!⭐️⭐️
💰🌟Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhu.👇
@Abcoromoo💌 | 12 134 |
| 6 | No text... | 12 927 |
| 7 | 🎖️"Yeroo walqunnamtii saalaa Dubartiin akka dhiiratti ni dhangalaastii?"💫
⭐️Dhangala'aan akka fincaanii qaama saalaa dubartii keessaa yeroo walqunnamtii saalaa xumuruuf jettu faca'u maali?(female ejaculation) Barnoota kiyya har'aatin gaaffii kana isiniif deebisuuf wantin yaadeef, namoonni hedduun waan kana akka dhukkubaatti ykn akka waan sirrii hin taanetti yaadudhaan walqunnamtii saalaa irraa fagaachuu kan filatanii fi jireenya walqunnamtii saalaa isaanii irratti dhiibbaa uumudhaan kan dhiphatan gara dubartoota parsantii 10 ta'uu isaaniti. 🫴
Akkuma beekkamu, dhiirri tokko walqunnamtii saalaa godhee dhuma irratti ni dhangalaasa. Dhangala'aan kunis xannacha proosteetii jedhamu kan hulaa afuuffee fincaanii haguugee argamu kan faayidaa hedduu qabuun madduu fi sanyii dhiiraa ykn spermii, dhangala'aa furdaa ta'e kan cidhaan keessatti oomishamu qabata.⭐️
🤠Dhangalaasuu dhiiraa irratti yaadni dogoggoraa hin jiru! Wanti nama gaddisiisu garuu, yeroo fedhii xummuraa akka waan dhiirri qofti dhangalaasutti hubatamuu fi dubartiin yoo dhangalaaste rakkoo ta'ee fudhatamuu isaati. Garuu Isheenis dhangalaasuun rakkina fayyaa agarsiisa osoo hin taane, itti gammaddee walqunnamtii saalaa raawwachaa jiraachuu fi quufuu ishee mirkaneessa.📈
⭐️Dhangala'aan kuni buqushaa keessaa madda osoo hin taane, xannacha skeene jedhamu kan afaan afuuffee fincaanii haguugee argamuun madda. Karuma isheen fincaan fincooftuun qinxirii(clitoris) jalaan dhangala'a.🌟
💱Dhangala'aan kun fincaa'ullee ni danda'a Namni baay'een fincaani jedhee fudhata. Warri xiqquma bish godhanis jiru.⭐️
🎖Haata'u malee dhangala'aan kuni fincaan ofkeessaa hin qabu, foolin isaas isa akka kan fincaanii miti. Walqunnamtii saalaa itti aanuf naannoo sana laaffisee tolcha!
Kanaafuu, dubartiin dhangalaasuun ishee fayyummaa guutuu qabaachuu ishee fi xannachi kunillee nagaa ta'uu isaa argisiisa. Dhiphachuu fi yaadda'uun tasumaa hin barbaachisu. Akka dubartoonni yaadan osoo hin taane yeroo isheen dhangalaaftu dhiira ni gammachiisa.🎖️
🪙🪙Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 11 570 |
| 8 | 🐳🐳Dubartoonni yeroo walqunnamtii saalaa sanyiin kormaa abbaa warraa isaanii yoo alatti dhangala'es fedhii walqunnamtii saalaa ni bahan/quufan. Dubartoonni fedhii walqunnamtii saalaa bahuun/quufun sanyii kormaatin wal hin qabuti miirri isaanii sirritti itti dhagahamuu qofa barbaadu. Yeroo janaajjanaman, yoo dhiirti dhungate, yoo harma shukkuumaniifii kkfttis akkuma nama walqunnamtii saalaa rawwattee quufetti fedhii bahan ykn quufan. Karaa uumamaan ulfa ittiin ittisan keessaa tokko sanyii kormaa alatti dhangalaasuudha. Kanaaf hin quufan ykn fedhii hin bahan jettanii warri sodaattan alatti dhangalaasuu dandeessu. Dubartoota janaajannuufii qaqqabuu qofaan miira keessa galchanii quubsun/fedhii baasun ni danda'ama!💻
🍀🍀Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 10 443 |
| 9 | 🦁Na jalaa xiqqaate jettee hin dhiphatin itti oofi!!
💰Qabiyyeewwan 2 walitti makii fayyadami. Iccitii Namni Sitti Hin Himne kana fayyadami~ Booda Na Galatooffatta!⭐️⭐️
💱💱Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhu.👇
@Abcoromoo💌 | 11 189 |
| 10 | 🦁Na jalaa xiqqaate jettee hin dhiphatin itti oofi!!
🇺🇿Qabiyyeewwan 2 walitti makii fayyadami. Iccitii Namni Sitti Hin Himne kana fayyadami~ Booda Na Galatooffatta!⭐️⭐️
👑👑Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhu.👇
@Abcoromoo💌 | 18 043 |
| 11 | 🦁Na jalaa xiqqaate jettee hin dhiphatin itti oofi!!
✅Qabiyyeewwan 2 walitti makii fayyadami. Iccitii Namni Sitti Hin Himne kana fayyadami~ Booda Na Galatooffatta!✅
👑👑Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhu.👇
@Abcoromoo💌 | 17 755 |
| 12 | 🦁You'll never need make up to hide Dark Spots and Pigmentation ~ Apply this on face to get spotless & glowing skin✅
✨✨Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 16 742 |
| 13 | 👍👍Walqunnamtii saalaa malee dachee tanarra jiraachun hagas mara faayidaa hin qabu. Walqunnamtiin saalaa gammachuu miira keenyaa qofaaf osoo hin taane fayyummaa qaama keenyatiifis murteessadha. Mukaa'uu irra jalqabee hanga kaanseriif saaxilamuu hir'isuu danda'a. Haadha warraafii abbaan warraa walqunnamtii saalaa hin raawwanne caala warra raawwatan jidduu hariiroo cimaatu jira. Kabajaa fi jaalalli isaan walii qaban kan addaati. Qaamni keenya dhukkuba ofirraa akka ittisuu fi hirriba bareedaa akka rafnu nu taasisa.
.
➲ Qorraaf saxilamuu ni hir'isa.
➲ Fedhiin keenya akka hin hir'anneef walqunnamtii saalaa baayisuun ni gorfama.
➲ Walqunnamtii saalaa yeroo hunda raawwachuun akka dubartoonni fincaan isaanii to'ataniif ni gargaara.
➲ Dhukkubbii yeroo laguu ni ittisa/hir'isa.
➲ Dhukkubbii ni xiqqeessa.
➲ Dhiibbaa garaagaraa irraa nama baraara.
➲ Hirriibaf ni fayyada.
➲ Umrii namaa dheeressa.
➲ Bifa gaarii qabaachudhaaf walqunnamtii saalaa ni tajaajila.
🟢🔴Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 17 129 |
| 14 | 👍Yeroo_Walqunnamtii_Saalaa (Dubartiidhaf):
=================
Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu dhiirri fedhii hin baane hin jiru. Dhiirri tokko qaamni saalaa isaa erga dhaabbateen booda dhangalaase jennaan fedhii ba'eera jechuudha.
Dubartiin tokko jaalalleen/dhirsi ishii akka sirritti ishii jaalatu, ishii mi'eeffatee yeruma hunda akka ishiin barbaaddu akka inni ta'uuf yoo barbaadde yeroo walqunnamtii saalaa raawwatamu isa gammachiisuu dandeessi.
Maal gootee gammachiifti?
1. Waa'ee Walqunnamtii saalaa itti odeessuu : Yeroo dubartiin waa'ee Walqunnamtii saalaa itti haasoftu fedhiin dhiiraa ni dabala. Qaamni saalaa isaa bakka #rafee_jiruu_dammaqa. Kanaaf dubartiin tokko callisteetuma uffata ofirraa guurtee kennuufiin dura oduun murteessadha
2. Akka garaa isaa ta'uu : Walqunnamtii saalaa amma ta'etti, erga barbaaddee dhaqxe akka inni si godhe ta'uufi qabda. Yeroo raawwatamu akka inni ibsaa ibsu eeyyamiifi. Qaama kee, harma kee, boroo(teessuma) kee, qaama saalaa kee yeroo ijaan argu baay'ee itti tola.
3. Sagalee dhageessisu : Dubartiin biyya keenyaa namaa kenniteetuma callistee nama ilaalti. Dubartiin warra adii garuu yeruma jalqaban iyyuu eegalti. Kan iyyituuf garuu dhukkubee osoo hin taane isa dhiiratti olaantummaan akka dhaga'amuufi. Dhiirri yeroo dubartiin iyyitu, aaddu arguun baay'ee isa gammachiisa. Kanaaf yeroo raawwatamu san sagalee kee dhageessisi. Aadi, maqaasaa waami, gootummaa isaa ibsiif.
4. Of tuttuquu : Yeroo raawwatamaa jiru yookin osoo hin jalqabne qubaan of qaqqabachuun barbaachisaadha. Harka keetiin yeroo harma kee sukkuumtu, qubaan isa fuulduratti yeroo qinxirii kee gorooggortu arguun dhiira baay'ee gammachiisa. Akkasumas of tuttuquun fedhii kee waan dafee fiduuf dadhabbii isarraa xiqqeessa.🤑
👛👛Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhu.👇
@Abcoromoo💌 | 14 299 |
| 15 | 67993688150000260056b589.webp | 11 840 |
| 16 | ✉️Tiruu, kalee fi somba qulqulleessuu. ajjeesaa baakteeriyaa. Xurawaa hunda qaama keessaa baasa.🥰
💎💎Qarshii jedhame hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 14 549 |
| 17 | 🕯Dubrummaan Ni Suphamti.
*********
📍Gaafii gama inbox tiin na gaafatameef
Dubrummaa wajjiin wal qabatee, dubrummaan deebitee ni fayyitii isaa jedhuu dha.
✔️ Dubrummaan takkaa bannaan deebitee hin fayyitu garuu suphuun ni danda'ama. Taajajila baqaqasanii hodhu ykn hymenorrhaphy jedhamuun suphamti.
✔️Inni bira dubrumma jechuun waan baayyee haphii taate hulaa qaama saalaa dubraa haguuydee argamtu.
* Gaafii inni biraa dubrii hundii ni dhiigdii kan jedhuu irraa hedduun hin dhiiguu, dubartiin takka hin dhiiydu jechuun dubrummaa hin qabdu jechuu mitii hubadhaa. Dubartii qulquulluu meeqa ilaalcha dogoggoraatin maqaan badee jiraachaa jirti. Kanaaf isinis dubartiin hin dhiigne hundi dubrummaa hin qabdu jechuu akka hin taane hawaasa hubachisuu qabdu.✔️
💸💸Qarshii jedhame hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 12 634 |
| 18 | Qopha'aa ta'i!✍️ | 13 064 |
| 19 | 💊 Aannan Loonii: Daa’imman Waggaa 1 Gadiif Maaliif Hin Kennamne?
🚨 Daa’imni tokko waggaa isaa isa jalqabaa jireenya isaa keessatti guddina qaamaaf murteessaa ta’eedha. Yeroo kana, gosa aannanii kenninu irratti hubannoo guutuu qabaachuun dirqama.
🛑Sababoota Gurguddoo Aannan Loonii Waggaa 1 Gadiif Dhoorkamuuf
Hayyoonni fayyaa fi dhaabbileen fayyaa addunyaa (akka WHO fi AAP) daa’imman waggaa 1 hin guunneef aannan loonii akka hin kennamne gorsu. Sababootni ijoon kanneen armaan gadiiti:
1. Baay'ina Prootiinii fi Albuudotaa (High Protein and Mineral Load)
Aannan loonii prootiinii fi albuudota (akka sodium, potassium fi chloride) baay’ee of keessaa qaba.
• Dhiphina Kalee (Kidney Stress): Albuudonni kun kalee daa’imaa kan hin jabaatiin irratti hojii ulfaataa dabalata. Yeroo dheeraaf yoo itti fufame, miidhaa kaleetti fiduu yookiin dhukkubootaaf saaxiluu danda’a.
• Dhangala'aan qaama keessaa hir’achuu Hir’achuu (Dehydration Risk): Prootiiniin fi albuunonni kun bishaan baay’inaan qaama keessaa akka bahuu godhu. Kunis daa’imni salphaatti dhangala’aan qaamaa akka hir’atu (dehydration) gochuu danda’a, kun immoo daa’imaaf balaa guddaadha.
2. Hir'ina Dhiigaa(Iron Deficiency Anemia)
Aannan loonii uumamaan ayirenii xiqqaa qaba. Kana malees:
• Ayireniin Marrumaan Daa’imatin Akka hin Xuuxamne Godha: Prootiinonni aannan loonii keessa jiran marrumaan daa’imaa ayirenii nyaata biroo keessaa akka hin fudhanne gochu danda’u.
• Dhiiguu Marrumaani: Aannan loonii yeroo tokko tokko marrumaan daa’imaa akka dhiiguuf (microscopic bleeding) saaxiluu danda’a. Kunis ayirenii qaama daa’imaa keessaa akka gadi bu’u taasisa, hir'ina dhigaaf sababa ta’a. Hir'inni dhigaa guddina sammuu fi qaamaa daa’imaa irratti dhiibbaa hamaa fida.
3. Gartuulee Nyaataa Fayya-qabeessa Dhibuu (Lack of Essential Nutrients)
Aannan loonii gartuulee nyaataa daa’ima guddatu tokkoof barbaachisan (akka Vitamiin C, E fi faatiilee barbaachisaa) kan aannan harmaa keessatti baay’inaan argaman hin qabu.
✅ Gorsa: Filannoo Sirrii
Aannan Harmaa Yookiin Foormulaa:
Daa’imni waggaa tokko gadii nyaata guddinaaf barbaadu hunda Aannan Harma Haadhaa yookiin Foormulaa Daa’imaa irraa argachuu danda'a.
• Aannan Harmaa: Aannan Harmaa daa’imaaf nyaata guutuu fi mijataa dha. Wantoota guddinaaf barbaachisanfi fi dhukkuba daa’ima irraa eegan of keessaa qaba.
• Foormulaan Daa’imaa: Aannan Harmaa yoo hin jirre, Foormulaan Daa’imaa kan daa’imaa waggaa 1 gadiif qophaa’e filannoo lammaffaadha.
Waggaa 1 Hanga Guutuu Eegaa!
Daa’ima keessaniif aannan loonii kennuu kan eegaltan waggaa tokko erga guutee booda. Yeroo kana, kaleen isaa jabaatee jira.
🔔🔔Badhaasa kee hidha gara dhumaa irra jiru xuquun fudhaa.👇
@Abcoromoo💌 | 15 010 |
| 20 | No text... | 11 289 |
