Boruf Press
Open in Telegram
Odeeffannoo barbaachisaa yeroo barbaachisaatti asii ni argama @Boruf49
Show more7 564
Subscribers
No data24 hours
-817 days
-34230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
May '26
May '260
in 0 channels
April '26
+2
in 0 channels
Get PRO
March '26
+6
in 0 channels
Get PRO
February '26
+3
in 0 channels
Get PRO
January '26
+4
in 0 channels
Get PRO
December '25
+2
in 0 channels
Get PRO
November '25
+1
in 0 channels
Get PRO
October '25
+2
in 0 channels
Get PRO
September '25
+48
in 0 channels
Get PRO
August '25
+163
in 0 channels
Get PRO
July '25
+292
in 0 channels
Get PRO
June '25
+168
in 0 channels
Get PRO
May '25
+651
in 0 channels
Get PRO
April '25
+445
in 0 channels
Get PRO
March '25
+232
in 0 channels
Get PRO
February '25
+243
in 0 channels
Get PRO
January '25
+338
in 0 channels
Get PRO
December '24
+450
in 0 channels
Get PRO
November '24
+646
in 0 channels
Get PRO
October '24
+532
in 0 channels
Get PRO
September '24
+750
in 0 channels
Get PRO
August '24
+1 264
in 0 channels
Get PRO
July '24
+1 403
in 0 channels
Get PRO
June '24
+1 133
in 0 channels
Get PRO
May '24
+731
in 0 channels
Get PRO
April '24
+846
in 1 channels
Get PRO
March '24
+1 497
in 0 channels
Get PRO
February '24
+1 060
in 0 channels
Get PRO
January '24
+286
in 0 channels
Get PRO
December '23
+335
in 1 channels
Get PRO
November '23
+534
in 57 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 14 May | 0 | |||
| 13 May | 0 | |||
| 12 May | 0 | |||
| 11 May | 0 | |||
| 10 May | 0 | |||
| 09 May | 0 | |||
| 08 May | 0 | |||
| 07 May | 0 | |||
| 06 May | 0 | |||
| 05 May | 0 | |||
| 04 May | 0 | |||
| 03 May | 0 | |||
| 02 May | 0 | |||
| 01 May | 0 |
Channel Posts
💥💥 እንኳን ደስ አላቹ 💥💥
በተለያዩ ክልሎች በካቢን ክሩ
ትሬኒ ፓይለት እና AMT
የተመዘገባቹ ጥሪ ተደርጓል
ለካቢን ክሩና AMT -Pre Training
ለ ትሬኒ ፓይለት -Simulation assistant
የስም ዝርዝራችሁን ተመልከቱ ስማቹ ካለ አዲስ አበባ ወደሚገኘው ዋና ቢሮ መምጣት ይጠበቅባችኋል ማለት ነው ሊንክ 👇👇👇
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results
| 2 | Finally Addis Ababa pilot Interview and GroupDiscussion
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results | 114 |
| 3 | No text... | 112 |
| 4 | Postion:ET-SPONSORED CABIN CREW TRAINEE CANDIDATES-ADDIS ABABA
Location:ETHIOPIAN AVIATION UNIVERSITY, COMMERCIAL BLDG/SCHOOL OF TRAVEL, TOURISM & HOSPITALITY, 2ND FLOOR.
Announcement:INTERVIEW
https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results# | 102 |
| 5 | 🚨UGGURA MIIDIYAA
Awustiraaliyaan addunyaarratti tarkaanfii kana fudhachuun kan jalqabaa taateetti.
Biyyoonni addunyaa ammoo xiyyeeffannoon hordofaa jiru.
Daa'immaniifi ol adeemtonni miliyoonaan lakkaa'aman umuriin isaanii waggaa 16 gadi ta'an Awustraaliyaa keessatti miidiyaa hawaasummaa akka hin fayyadamne dhorkaman.
Seerri haaraa addunyaarratti Awustiraaliyaa kan jalqabaa taasise kun miidiyaalee hawaasaa warra akka Instagram, Facebook, Threads, X, Snapchat, Kick, Twitch, TikTok, Reddit fi YouTube dbalata. | 69 |
| 6 | 🚨Gaazexeessaan Sofoniyaas Waasihuun seeratti dhiyaatee gaafatamuu qaba!
Biyyi keenyaa fi ummanni biyya keenyaa aadaa fi duudhaa akkasumas amantii maataa isaa kan qabu ta’ee osoo jiruu, namichi ogummaa kabajamaa dhaloota ittiin barsiisaan, biyya ittiin gaggeessan qabatee saal-qunnamtii, saala walfakkaataa raawwachuuf, Finfinnee ka’ee Adaamaa yeroo deemuu ifaan ifatti dargaggootaan Adaamatti qabamee salphinaan gaggeeffamee osoo jiruu, ammas yakka raawwateef salphina isaa dhoksuuf jechaa qamoota hin beekamneen samamee akkasumas reebichi narratti raawwate jedhee jira. Qamni dhimmi ilaallatu hundi dhimma kana hordofee seeraan gaafachuu qaba!
Seenaa, aadaa fi duudhaan biyya keenyaa haa kabajamu! | 62 |
| 7 | 🚨Oduu Hatattamaa
ASHAM MEDIA waligaltee Addaan kute
FINFINNEE — Dhaabbanni Aksiyoona Daldala Miidiyaa Asham ibsa har’a Adoolessa 30, 2018 baaseen gaazexeessaa Sophonias Wasihun hojii isaa irraa dhorkuu isaa beeksise. Murteen kun kan murtaa’e waa’ee gaazexeessaan kun “gocha aadaa, duudhaa, fi amantaa Itoophiyaa irraa maqe” ilaalchisee odeeffannoo miidiyaa hawaasaa irratti naanna’aa ture hordofeeti.
Dhaabbatichi gaazexeessaa Sophonias Wasihun kontiraata oduu dhiheessaa fi qopheessaa fi qopheessaa sagantaa bashannanaa “Sophie Show” akka ture ibseera. Haa ta’u malee, Adoolessa 29, 2018 irraa eegalee odeeffannoon sagalee, barreeffamaa, fi viidiyoo dabalatee waltajjiiwwan miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti naanna’aa akka ture mirkaneessee jira.
Odeeffannoo kana hordofuun Asham Media Sophonias ibsa gaafate, garuu gaazexeessaan kun deebii gabaabaa "amma of sirreessuuf Tsebel seeneera; of wal'aanuuf" jedhu malee ibsa dabalataa kennuu dide. | 42 |
| 8 | 🚨Poolisiin Federaalaa, “Uffannaa Aadaafi duudhaa hawaasaa wajjin hindeemne uffachuun, kanneen sirna badhaasaa marsaa 3ffaa, ‘G-power Tiktok creative Award’ jedhu irratti uffatanii hirmaatan jedhu namoota 5n to'annoo seeraa jala oolchuun qorannoo seeraa isaanirratti geggeessaa akka jiru fuula Miidiyaa isaarratti maxxanse.
Baalagoota kana adaba qabsiisuun waan gaariidha.
Galatoomaa Ethiopian Federal Police | 47 |
| 9 | Ministeerri Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti namni Vaayirasii Marburgiin qabame argamuu beeksise.
Namni kun dhukkubsataa vaayirasii Marburg kan jalqabaa Jinkaatti argame waliin wal qunnamtii kan qabu yoo ta'u, gara naannoo sanaa imaluun gara Hawaasaatti deebi'ee akka ture himama.
Kun kan ibsame Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa hojii vaayirasii Marburg irratti hojjetamaa jiru irratti ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin.
Ministirri kun akka ibsanitti, Sadaasa 5 hanga Sadaasa 17/2017tti, yeroo vaayirasichi argamutti, namoota 73f qorannoon laabraatoorii gaggeeffamee, namoonni 11 vaayirasichaan qabamaniiru; isaan keessaa 6 du’aniiru; akkasumas 5 wal'aansa irra jiru.
Namoonni dhuunfaa 349 isaan waliin qunnamtii qabaataa waan turaniif hordoffiin taasifamaa kan jiru yoo ta'u, isaan keessaa 119 yeroo tursiisaa xummuraniiru jedhan Ministirri fayyaa | 96 |
| 10 | Maanchister Yuunaayitidiii fi Evertan!
Piriimiyer Liigiin Ingilaandi torbee 12ffaan har'a galgala sa'atii 5:00 irratti Maanchister Yuunaayitidii fi Evertan waliin morkatu.
Waggaa 1ffaa isaaniirra kan jiran Ruubeen Amoorim gareen isaanii kan yeroo kamii caalaa fooyya'insa gaariirra jira.
Gareen Daavid Moyees Evertan Maanchister Yuunaayitidiif morkataa cimaa ta'uu danda'a jedhameera.
Maanchister Yuunaayitid sadarkaa 10ffaa Evertan ammoo 13 ffaa irratti argamu. | 105 |
| 11 | Waaqayyo balaa akkasii isin haa oolchu!
Jarri kun obbolaani. Obboleessi angafni Isaaq Abrahaam jedhama. Finfinneerraa gara Arbaa Mincii utuu imaluu balaa konkolaataatiin du’e. Obboleessi quxisuun immoo Ebezener Abrahaam jedhama. Barataa yuunivarsiitii Wachaamooti. Du’a obboleessa isaa dhaga’ee, gadda guddaadhaan obboleessa isaa awwaaluuf utuu imaluu innis gaafuma sana balaa konkolaataatiin du’e!
Mana tokko keessaa - obbolaan lama - guyyaa tokkotti - balaa konkolaataa addaa addaatiin!
Baay’ee nama gaddisiisa! Waaqayyo hamaarraa, balaarraa, gaddarraa isin haa oolchu!
RIP! | 75 |
| 12 | We come back | 81 |
| 13 | https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjA0Njk5NTE0MA | 57 |
| 14 | No text... | 140 |
| 15 | No text... | 1 |
| 16 | 🚨IRREECHAA FESTIVAL 🌿
Gumiin Abbootii Gadaa haala kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2018 ilaalchisuun ibsa kenneen, Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee Fulbaana 24 akkasumas Ayyaanni Irreessaa Hora Harsadee ammoo Fulbaana 25, 2018 kan kabajamu ta'uu murteessaniiru.
Ayyaanni Irreechaa ayyaana galateeffannaafi araaraa ta'uus eeran.
Ayyaanni kun karaa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuu qaamoleen hundu gahee irraa eegamu akka bahatan abbootiin Gadaa waamicha dhiyeessaniiru. | 136 |
| 17 | 🚨Gadhiifameera
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera
Ilaallachuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et
2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot
3. Ergaa gabaabaa (SMS)፡ 6284 | 100 |
| 18 | 🚨HIGH SCORE
Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa.
Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise. | 20 |
| 19 | 🚨Grade_12_Result
Qabxiin qormaataa kutaa 12ffaa hanga boru guyyaa saatii 6:00 gad dhiifamu akka danda'u Profeser Birhanu Naga Himaniiru | 94 |
| 20 | 🚨Remedial
Bara kanas Remedial ni jira | 82 |
