ar
Feedback
Boruf Press

Boruf Press

الذهاب إلى القناة على Telegram

Odeeffannoo barbaachisaa yeroo barbaachisaatti asii ni argama @Boruf49

إظهار المزيد
7 564
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-817 أيام
-34230 أيام

جاري تحميل البيانات...

سحابة العلامات
لا توجد بيانات
هل تواجه مشاكل؟ يرجى تحديث الصفحة أو الاتصال بمدير الدعم الخاص بنا.
الإشارات الواردة والصادرة
---
---
---
---
---
---
جذب المشتركين
مايو '26
مايو '260
في 0 قنوات
أبريل '26
+2
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '26
+6
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '26
+3
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '26
+4
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '25
+1
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '25
+2
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '25
+48
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '25
+163
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '25
+292
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '25
+168
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '25
+651
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '25
+445
في 0 قنوات
Get PRO
مارس '25
+232
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '25
+243
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '25
+338
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '24
+450
في 0 قنوات
Get PRO
نوفمبر '24
+646
في 0 قنوات
Get PRO
أكتوبر '24
+532
في 0 قنوات
Get PRO
سبتمبر '24
+750
في 0 قنوات
Get PRO
أغسطس '24
+1 264
في 0 قنوات
Get PRO
يوليو '24
+1 403
في 0 قنوات
Get PRO
يونيو '24
+1 133
في 0 قنوات
Get PRO
مايو '24
+731
في 0 قنوات
Get PRO
أبريل '24
+846
في 1 قنوات
Get PRO
مارس '24
+1 497
في 0 قنوات
Get PRO
فبراير '24
+1 060
في 0 قنوات
Get PRO
يناير '24
+286
في 0 قنوات
Get PRO
ديسمبر '23
+335
في 1 قنوات
Get PRO
نوفمبر '23
+534
في 57 قنوات
التاريخ
نمو المشتركين
الإشارات
القنوات
14 مايو0
13 مايو0
12 مايو0
11 مايو0
10 مايو0
09 مايو0
08 مايو0
07 مايو0
06 مايو0
05 مايو0
04 مايو0
03 مايو0
02 مايو0
01 مايو0
منشورات القناة
💥💥 እንኳን ደስ አላቹ 💥💥 በተለያዩ ክልሎች በካቢን ክሩ ትሬኒ ፓይለት እና AMT የተመዘገባቹ ጥሪ ተደርጓል ለካቢን ክሩና AMT -Pre Training ለ ትሬኒ ፓይለት -Simulation assistant የስም ዝርዝራችሁን ተመልከቱ ስማቹ ካለ አዲስ አበባ ወደሚገኘው ዋና ቢሮ መምጣት ይጠበቅባችኋል ማለት ነው ሊንክ 👇👇👇 https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results

2
Finally Addis Ababa pilot Interview and GroupDiscussion https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results
114
3
لا يوجد نص...
112
4
Postion:ET-SPONSORED CABIN CREW TRAINEE CANDIDATES-ADDIS ABABA Location:ETHIOPIAN AVIATION UNIVERSITY, COMMERCIAL BLDG/SCHOOL
Postion:ET-SPONSORED CABIN CREW TRAINEE CANDIDATES-ADDIS ABABA Location:ETHIOPIAN AVIATION UNIVERSITY, COMMERCIAL BLDG/SCHOOL OF TRAVEL, TOURISM & HOSPITALITY, 2ND FLOOR. Announcement:INTERVIEW https://corporate.ethiopianairlines.com/AboutEthiopian/careers/results#
102
5
🚨UGGURA MIIDIYAA Awustiraaliyaan addunyaarratti tarkaanfii kana fudhachuun kan jalqabaa taateetti. Biyyoonni addunyaa ammoo
🚨UGGURA MIIDIYAA Awustiraaliyaan addunyaarratti tarkaanfii kana fudhachuun kan jalqabaa taateetti. Biyyoonni addunyaa ammoo xiyyeeffannoon hordofaa jiru. Daa'immaniifi ol adeemtonni miliyoonaan lakkaa'aman umuriin isaanii waggaa 16 gadi ta'an Awustraaliyaa keessatti miidiyaa hawaasummaa akka hin fayyadamne dhorkaman. Seerri haaraa addunyaarratti Awustiraaliyaa kan jalqabaa taasise kun miidiyaalee hawaasaa warra akka Instagram, Facebook, Threads, X, Snapchat, Kick, Twitch, TikTok, Reddit fi YouTube dbalata.
69
6
🚨Gaazexeessaan Sofoniyaas Waasihuun seeratti dhiyaatee gaafatamuu qaba! Biyyi keenyaa fi ummanni biyya keenyaa aadaa fi duud+1
🚨Gaazexeessaan Sofoniyaas Waasihuun seeratti dhiyaatee gaafatamuu qaba! Biyyi keenyaa fi ummanni biyya keenyaa aadaa fi duudhaa akkasumas amantii maataa isaa kan qabu ta’ee osoo jiruu, namichi ogummaa kabajamaa dhaloota ittiin barsiisaan, biyya ittiin gaggeessan qabatee saal-qunnamtii, saala walfakkaataa raawwachuuf, Finfinnee ka’ee Adaamaa yeroo deemuu ifaan ifatti dargaggootaan Adaamatti qabamee salphinaan gaggeeffamee osoo jiruu, ammas yakka raawwateef salphina isaa dhoksuuf jechaa qamoota hin beekamneen samamee akkasumas reebichi narratti raawwate jedhee jira. Qamni dhimmi ilaallatu hundi dhimma kana hordofee seeraan gaafachuu qaba! Seenaa, aadaa fi duudhaan biyya keenyaa haa kabajamu!
62
7
🚨Oduu Hatattamaa ASHAM MEDIA waligaltee Addaan kute FINFINNEE — Dhaabbanni Aksiyoona Daldala Miidiyaa Asham ibsa har’a Adool
🚨Oduu Hatattamaa ASHAM MEDIA waligaltee Addaan kute FINFINNEE — Dhaabbanni Aksiyoona Daldala Miidiyaa Asham ibsa har’a Adoolessa 30, 2018 baaseen gaazexeessaa Sophonias Wasihun hojii isaa irraa dhorkuu isaa beeksise. Murteen kun kan murtaa’e waa’ee gaazexeessaan kun “gocha aadaa, duudhaa, fi amantaa Itoophiyaa irraa maqe” ilaalchisee odeeffannoo miidiyaa hawaasaa irratti naanna’aa ture hordofeeti. Dhaabbatichi gaazexeessaa Sophonias Wasihun kontiraata oduu dhiheessaa fi qopheessaa fi qopheessaa sagantaa bashannanaa “Sophie Show” akka ture ibseera. Haa ta’u malee, Adoolessa 29, 2018 irraa eegalee odeeffannoon sagalee, barreeffamaa, fi viidiyoo dabalatee waltajjiiwwan miidiyaa hawaasaa adda addaa irratti naanna’aa akka ture mirkaneessee jira. Odeeffannoo kana hordofuun Asham Media Sophonias ibsa gaafate, garuu gaazexeessaan kun deebii gabaabaa "amma of sirreessuuf Tsebel seeneera; of wal'aanuuf" jedhu malee ibsa dabalataa kennuu dide.
42
8
🚨Poolisiin Federaalaa, “Uffannaa Aadaafi duudhaa hawaasaa wajjin hindeemne uffachuun, kanneen sirna badhaasaa marsaa 3ffaa,
🚨Poolisiin Federaalaa, “Uffannaa Aadaafi duudhaa hawaasaa wajjin hindeemne uffachuun, kanneen sirna badhaasaa marsaa 3ffaa, ‘G-power Tiktok creative Award’ jedhu irratti uffatanii hirmaatan jedhu namoota 5n to'annoo seeraa jala oolchuun qorannoo seeraa isaanirratti geggeessaa akka jiru fuula Miidiyaa isaarratti maxxanse. Baalagoota kana adaba qabsiisuun waan gaariidha. Galatoomaa Ethiopian Federal Police
47
9
Ministeerri Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti namni Vaayirasii Marburgiin qabame argamuu beeksise. Namni kun dhukkubsataa vaayirasi+1
Ministeerri Fayyaa Magaalaa Hawaasaatti namni Vaayirasii Marburgiin qabame argamuu beeksise. Namni kun dhukkubsataa vaayirasii Marburg kan jalqabaa Jinkaatti argame waliin wal qunnamtii kan qabu yoo ta'u, gara naannoo sanaa imaluun gara Hawaasaatti deebi'ee akka ture himama. Kun kan ibsame Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa hojii vaayirasii Marburg irratti hojjetamaa jiru irratti ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin. Ministirri kun akka ibsanitti, Sadaasa 5 hanga Sadaasa 17/2017tti, yeroo vaayirasichi argamutti, namoota 73f qorannoon laabraatoorii gaggeeffamee, namoonni 11 vaayirasichaan qabamaniiru; isaan keessaa 6 du’aniiru; akkasumas 5 wal'aansa irra jiru. Namoonni dhuunfaa 349 isaan waliin qunnamtii qabaataa waan turaniif hordoffiin taasifamaa kan jiru yoo ta'u, isaan keessaa 119 yeroo tursiisaa xummuraniiru jedhan Ministirri fayyaa
96
10
Maanchister Yuunaayitidiii fi Evertan! Piriimiyer Liigiin Ingilaandi torbee 12ffaan har'a galgala sa'atii 5:00 irratti Maanch+1
Maanchister Yuunaayitidiii fi Evertan! Piriimiyer Liigiin Ingilaandi torbee 12ffaan har'a galgala sa'atii 5:00 irratti Maanchister Yuunaayitidii fi Evertan waliin morkatu. Waggaa 1ffaa isaaniirra kan jiran Ruubeen Amoorim gareen isaanii kan yeroo kamii caalaa fooyya'insa gaariirra jira. Gareen Daavid Moyees Evertan Maanchister Yuunaayitidiif morkataa cimaa ta'uu danda'a jedhameera. Maanchister Yuunaayitid sadarkaa 10ffaa Evertan ammoo 13 ffaa irratti argamu.
105
11
Waaqayyo balaa akkasii isin haa oolchu! Jarri kun obbolaani. Obboleessi angafni Isaaq Abrahaam jedhama. Finfinneerraa gara Ar
Waaqayyo balaa akkasii isin haa oolchu! Jarri kun obbolaani. Obboleessi angafni Isaaq Abrahaam jedhama. Finfinneerraa gara Arbaa Mincii utuu imaluu balaa konkolaataatiin du’e. Obboleessi quxisuun immoo Ebezener Abrahaam jedhama. Barataa yuunivarsiitii Wachaamooti. Du’a obboleessa isaa dhaga’ee, gadda guddaadhaan obboleessa isaa awwaaluuf utuu imaluu innis gaafuma sana balaa konkolaataatiin du’e! Mana tokko keessaa - obbolaan lama - guyyaa tokkotti - balaa konkolaataa addaa addaatiin! Baay’ee nama gaddisiisa! Waaqayyo hamaarraa, balaarraa, gaddarraa isin haa oolchu! RIP!
75
12
We come back
81
13
https://t.me/asbeksbot/start/?startapp=myadrefNjA0Njk5NTE0MA
57
14
+1
لا يوجد نص...
140
15
+1
لا يوجد نص...
1
16
🚨IRREECHAA FESTIVAL 🌿 Gumiin Abbootii Gadaa haala kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2018 ilaalchisuun ibsa kenneen, Ayyaanni Ir+4
🚨IRREECHAA FESTIVAL 🌿 Gumiin Abbootii Gadaa haala kabaja Ayyaana Irreechaa bara 2018 ilaalchisuun ibsa kenneen, Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee Fulbaana 24 akkasumas Ayyaanni Irreessaa Hora Harsadee ammoo Fulbaana 25, 2018 kan kabajamu ta'uu murteessaniiru. Ayyaanni Irreechaa ayyaana galateeffannaafi araaraa ta'uus eeran. Ayyaanni kun karaa duudhaa isaa eeggateen akka kabajamuu qaamoleen hundu gahee irraa eegamu akka bahatan abbootiin Gadaa waamicha dhiyeessaniiru.
136
17
🚨Gadhiifameera Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera Ilaallachuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1. Marsaariitii፡ https://result.ea
🚨Gadhiifameera Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera Ilaallachuuf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1. Marsaariitii፡ https://result.eaes.et 2. teelegiraama፡ https://t.me/EAESbot 3.  Ergaa gabaabaa (SMS)፡  6284
100
18
🚨HIGH SCORE Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa
🚨HIGH SCORE Sadarkaa biyya teenyaatti qabxii ol'aanaa 591 dhibbarraa kan galmeeyse barataa Khaalid Bashiir naannoo Oromiyaa mana barumsa Ifa boruu dodolaa irraa. Goota barnootaa, Fakkeenya dhalootaa maqaa Oromiyaafi biyyaas waamsise.
20
19
🚨Grade_12_Result Qabxiin qormaataa kutaa 12ffaa hanga boru guyyaa saatii 6:00 gad dhiifamu akka danda'u Profeser Birhanu Nag
🚨Grade_12_Result Qabxiin qormaataa kutaa 12ffaa hanga boru guyyaa saatii 6:00 gad dhiifamu akka danda'u Profeser Birhanu Naga Himaniiru
94
20
🚨Remedial Bara kanas Remedial ni jira
🚨Remedial Bara kanas Remedial ni jira
82