Al mahi( الماحي ⚔)
202
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-1030 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
https://t.me/hamSter_kombat_bot/start?startapp=kentId6511777384
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
💸 2k Coins as a first-time gift
🔥 25k Coins if you have Telegram Premium
Hamster Kombat
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Repost from Shaafii Muhammad Channel
★*|[ Rabbi ﷻSodaachuu Jechuun ajajoota Rabbiin ﷻ itti ajaje akkaata shari'aan himteen raawwachuu,Dhoorkaalee inni irraa dhoorke guutumaan guututti irraa fagaachuun irraa dhorkamuu fii Walitti fufinsaan khanarraa gad dhaabbachuudha. Rabbi ﷻ sodaachuun ilmaan Namaa hundarratti dirqama. Rabbi sodaachuun Muslimtoota irratti dirqama. Rabbi sodaachuun Nabiyyoota irrattillee Dirqama. Dirqama jechuun Waan yoo isa Dalaguu baatte itti qixaaxamtu fii waan yoo isa hojjette itti Sawabaa (ajrii) argattuudha. ]|*.💜
★. ilmaan Namaa hundi Rabbi ﷻ Sodaachuun Dirqama ta'uu
{ یَـٰۤأَیُّهَا ٱلنَّاسُ ٱتَّقُوا۟ رَبَّكُمۡ وَٱخۡشَوۡا۟ یَوۡمࣰا لَّا یَجۡزِی وَالِدٌ عَن وَلَدِهِۦ وَلَا مَوۡلُودٌ هُوَ جَازٍ عَن وَالِدِهِۦ شَیۡـًٔاۚ إِنَّ وَعۡدَ ٱللَّهِ حَقࣱّۖ فَلَا تَغُرَّنَّكُمُ ٱلۡحَیَوٰةُ ٱلدُّنۡیَا وَلَا یَغُرَّنَّكُم بِٱللَّهِ ٱلۡغَرُورُ }.★ Mu'mintoonni Rabbi ﷻ Sodaachuun Dirqama tauu.
{ یَـٰۤأَیُّهَا ٱلَّذِینَ ءَامَنُوا۟ ٱتَّقُوا۟ ٱللَّهَ وَكُونُوا۟ مَعَ ٱلصَّـٰدِقِینَ }★
{ یَـٰۤأَیُّهَا ٱلنَّبِیُّ ٱتَّقِ ٱللَّهۚ وَلَا تُطِعِ ٱلۡكَـٰفِرِینَ وَٱلۡمُنَـٰفِقِینَۗ إِنَّ ٱللَّهَ كَانَ عَلِیمًا حَكِیمࣰا }★.Dhugumatti Namni Sodaa Rabbii isaa ﷻ Rabbii isaa Sodaate Duniyaa fii aakhirattillee Galata hedduu qaba. Aayaatni khun Wanti himtu qofti Galata himuuf Geeysuudha.
{ إِنَّ ٱلۡمُتَّقِینَ فِی جَنَّـٰتࣲ وَنَهَرࣲ (54) فِی مَقۡعَدِ صِدۡقٍ عِندَ مَلِیكࣲ مُّقۡتَدِرِۭ (55)★*. Yoo Duniyaa fii aakhirattillee Nagaya bahuu feete Rabbi khee ﷻ Sodaadhuu.. Kheeysaa fii Gubbaan Sodaa Allaahaa ﷻ Qabadhu. Wanti akka Rabbi ﷻ sodaachuu kan heddumminaan jannata nama galchitu hin jirtu. 💜
🦋قُـطُـوفٌ هَـرَرِيــةٌ🇸🇦
👍 1
As wr wb ahbaabii fillaah
Baga Rabbii guyyaa guddaa
Fii kabajamaa khanaan isin
Gahe arr gahuu kheenyaaf
Alhamdulillaah waggaa
Dhufu warra dachee arafaatti
Wal argu nu haa taasisu
🥰 4❤ 2
Guyyaaniis Jumعaadha Ahbaabii fillaah
Guyyaa kheenya salawaata heddommeessuun
Ajrii salawaatni qabu haa saammannuu
Du'aa'ii warra miidhameefiis haa goonuu
Haajaa teenyaas rahmaanitti ol haa khnnannuu
صلو على حبيبنا محمد
اللهم صل وسلم وبارك عليه
❤ 1🥰 1
مالي أراك حزيناً؟ أحرمت من الجنة أم بشرت بالنار؟ هون عليك فما هي إلا دنيا♥️.
Obboleessa khiyya maaliif yaaddoodhaan if miita
Maali ati jannatarratti haraamii siin ja'an moo
Moo warra ibiddaati ja'anii siif himan
Yaa Akhii firratti laaffisi isiinuu duniyaadhaa
❤ 5
GORSA IMAAM IBNUL QAYYIM AL-JOOWZII IRRAA
=====================================
💢Waa afur qaama nama laaffiftee akka dafanii
dullooman nama gooti :
1: Haasawa hedduu
2: Hirriba hedduu
3: Nyaata hedduu
4: Qunnamtii saalaa daanga taree
💢Waa afur qaama nama diiyde akka dhukubaaf
saaxilaman nama gooti jechuudha.
1: Yaaddawuu
2: Gadduu
3: Beela
4: Gurzaa(qaaxira) heddumeessu
💢Waa afur qaama goggoysitee bareeduma nafarraa fuute.
1: Kijiba
2: Falmii hintaane falmu.
3: Gaafii hintaane gaafatu beekkomsaan maletti
4. Haqa dabuu heddumeessu
💢Waa afur qaama keessatti bareedumaafi nuura
idaati.
1: Sodaa Rabbi
2: Baallama guutuu
3: Arjummaa
4: Kabajaa
💢qabaachuu(haala toluu) Waa afur sababaa rizqii nama fiduu taati
1: Halkan yeroo namni rafe san salaatuu
2: Yeroo bariisaa araarama Rabbi kadhachuu
3: Yero mara sadaqaa kennachuu
4: Ganamaafii galgala
💢Rabbi zakkaruu(S.W.)
Waa afur sababaa rizqii nama irra dhoorguu taha
1: Ganama rafuu
2: Salaata laaffisuu
3: Ceem,uu(hifachuu)
4: Nama ganuu...
Rabbi irraa nuhaa baraaru! Amiiin amiiin
Jazaakallaah keyral jazaa Abu Huzeyfa.
❤ 4
Namummaa kheetiif murteessaan
Haala kheeysa jirtuu miti
Khaayyoo (Hadafa) ati qabduudha
Akka kheeysa jirtu osoo hin taane
Gahumsa khee laaltee Tattaafachuu
Qabda #jabaadhu_Bakka_yaaddee
#Ni_geeysa
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.