Health Tips
Open in Telegram
💪 Everyone Deserve good Health. 💊 Medical should be free For all. This channel is created for wellness and awareness about Health issues. Buy ads: https://telega.io/c/Dhimma_Fayyaa Contact: @YaadafiGaaffii_bot
Show more4 023
Subscribers
+1124 hours
+377 days
+12230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
September '26
September '26
+63
in 1 channels
August '26
+216
in 94 channels
Get PRO
July '26
+123
in 88 channels
Get PRO
June '26
+95
in 0 channels
Get PRO
May '26
+114
in 1 channels
Get PRO
April '26
+109
in 1 channels
Get PRO
March '26
+31
in 0 channels
Get PRO
February '26
+37
in 0 channels
Get PRO
January '26
+46
in 0 channels
Get PRO
December '25
+32
in 0 channels
Get PRO
November '25
+77
in 2 channels
Get PRO
October '25
+75
in 88 channels
Get PRO
September '25
+69
in 0 channels
Get PRO
August '25
+97
in 86 channels
Get PRO
July '25
+112
in 88 channels
Get PRO
June '25
+148
in 89 channels
Get PRO
May '25
+227
in 106 channels
Get PRO
April '25
+184
in 121 channels
Get PRO
March '25
+147
in 113 channels
Get PRO
February '25
+215
in 122 channels
Get PRO
January '25
+282
in 128 channels
Get PRO
December '24
+465
in 139 channels
Get PRO
November '24
+286
in 108 channels
Get PRO
October '24
+276
in 1 channels
Get PRO
September '24
+267
in 103 channels
Get PRO
August '24
+1 803
in 117 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 08 September | +6 | |||
| 07 September | +14 | |||
| 06 September | +3 | |||
| 05 September | +14 | |||
| 04 September | +5 | |||
| 03 September | 0 | |||
| 02 September | +12 | |||
| 01 September | +9 |
Channel Posts
OF-EEGGANNOO! 🚨🚨🚨
Ibsa galgala kana baaseen Ministerri Fayyaa dhukkubni ammaaf maalummaan isaa guututti adda hinbaane Naannoo Kibbaa, Magaalaa Jinkaa keessatti mudatuu ibsee jira.
Dhukkubichis mallattoolee akka hoo’a qaamaa, qola ijaa diimessuu, baasaa dhiiga makate, dhiigni irga, afaan, funyaanii fi qaama biraatii dhangala’uu fa’a qaba.
Akka ogeeyyonni Hospitaala Jinkaa himanitti: torbee kana namoonni shan dhukkubichaan qabamanii lubbuun isaanii dabartee jirti. Isaan lubbuu dhaban keessaa lama ogeeyyota fayyaa (doktara tokkoo fi narsii tokkoo) kan dhukkubsattoota waldhaanaa turaniidha. Kun ammoo dhukkubichi nama irraa namatti haalaan daddarbaa ta’uu isaatiifi kan yeroo gabaabaa keessatti lubbuu galaafatu ta’uu agarsiisa.
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺
| 2 | Mallattoolee Dhukkuba Sukkaaraa
👉 Baay’ee dheebochuu ykn amma amma bishaan dhuguu
👉 Fincaan yeroo kaanirra dafee dafee nama qabuu
👉 Yeroo hedduu beela’uu
👉 Ulfaatinni qaamaa hir'isuu
👉 Dadhabbii qaamaa
👉 Madaan dafee fayyuu dhabuu
👉 Infeekshinii garagaraan deddeebi'anii qabamuu
👉 Qulleessanii arguu dadhabuu (namatti duumessaa'uu
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 187 |
| 3 | Nyaata fayya qabeessa fayyaa namaaf…
Nyaata jechuun ilmi namaa gadaamessa keessatti eegalee hanga lubbuun jirutti soorata fayyadamu jechuudha.
Jireenya ilma namaa keessatti hidhata guddaa kan qabu qaama ijaaruu fi dhukkuba ittisuun sosochii namaaf akkaan murteessaa dha.
Nyaata fayya qabeessa jechuun nyaata nyaatamee fayyummaa fi cimina, akkasuma jireenyaa nagaa gaggeeffachuuf kan gargaaru, qalbii namaa kan gammachiisu, dhukkuba kan ittisu, qaama kan ijaaruu fi muudaa fayyaa kan hin qabne jechuudha jedhan Biiroo Fayyaa Oromiyatti Ogeessi Sirna nyaataa fi Qindeessaan Sagantaa Nyaataa Obbo Abarraa Dagafaan.
Nyaatni nyaatamee fayyaa namaa miidhu ammoo nyaata fayya qabeessa hin taane jechuu ta’uu kaasan.
Nyaata fayya qabeessa hin taane jechuun baakteeriyaa yookaa Vaayirasii qaba jechuu osoo hintaane, nyaatni nyaatamu sun simannaan qaama keessatti taasifamuuf sirrii yoo hin taane, yookaa qaamni keenya nyaatichaaf qophaa’ummaa yoo hin qabaanne, qaamoleen sirna bullaa’insa nyaataaf qooda olaanaa qaban sirnaan hin simanne yoo ta’e nyaata fayya qabeessa hin taane ta’uu ibsan.
Keessattuu nyaatawwan sukkaarri itti baay’atu, warshaalee keessatti akkaan gubatanii bahan, zayitaan irra deddeebiin waadaman, alkooliin, nyaatawwan akkaan mi’aawoo ta’an, yeroo dheeraaf akka turaniif nyaanni keemikaalli itti dabalaman nyaata sirrii hin taanedha jedhan obbo Abarraan.
Nyaatawwan kunneen qaamolee bulla’ina sirna nyaataa keessatti gahee olaanaa qabanii fi boqonnaa malee hojjetan kan akka Kalee, Tiruu, Onnee fi Rajiijiif balaa hamaa ta’uu ibsan.
Nyaata ijaan madaaluu fi arrabaan dhandhamuun qofa filatanii nyaachuun miidhaa mataa isaa kan qabu ta’uu hubachiisan.
Nyaatawwan akka kana balattalatti miidhaa qaqqabsiisuu baatanis dhibeewwan qancaroo daddaddarboo hin taane kanneen akka Kaansarii, dhibee Sombaa, Onnee, Tiruu, Sukkaaraa fi Dhiibaa dhiigaa kan namatti fidan ta’uu yaadachiisan obbo Abarraan.
Fakkeenyaaf Bunni qofaa isaa yoo dhugame Soorrata Sirriidha, yoo Sukkaarri itti dabalame ammoo amala isaa jijjiiruun nyaata biraa ta’a.kunis Soorrata ta’uun hafee gara miidhaa qaqqabsiisutti akka jijjiiramu taasisa jedhan.
Nyaataan dhukkubsachuun qoricha bitachuurra, nyaata qoricha godhachuutu caala jedhan.
Nyaatawwan aadaa kan ammayyaa caalaa fayyaa namaaf murteessoo ta’uu ibsan.
Fakkeenyaaf Keekii caalaa Qiixxaan, Chokoleetii caalaa mulluun fayyaa namaaf barbaachisaa ta’uu himan.
Waliigalaan nyaatawwan ooyiruurraa argaman kanneen warshaaleen oomishaman caalaa fayya qabeessas, fayyaa namaafis murteessodhas.
Itiyoophiyaa keessatti sababa hubannaa dhabuu fi itti fayyadamuu wallaaluun daa’immaan % 41 rakkoo hanqina nyaataaf saaxilamuu qorannoon kan agarsiisu ta’uu himan.
Hanqinni hubannoo kan barate biras kan hin baranne biras jiraachuu isaa ibsuun, hojiin hubannoo cimsuu sirna nyaataa bal’inaan hojjetamuu akka qabu yaadachiisan.
Kanaaf jireenya gammachuu fi fayya qabeessa ta’e qabaachuuf:-
1.Soogidda, sukkaara fi zayitii baay’ee fayyadamuurraa of qusachuu.
2. Bishaan gahaa dhuguu:
3.Midhaan akka qamadii, garbuu, boqqolloo, Baaqelaa, missira, Hanqaaquu, aannanii fi foon fayyadamuu.
4. Sochii qaamaa yeroo hunda gochuu:
5. Nyaatawwan Qophaa'e /Warshaan oomishaman daangeessuu.
6.Kuduraa fi fuduraalee baay’inaan fayyadamuun
7. Nyaata Lafee jabeessan kan akka Albuudotaa fi kan dhibee ittisaan Viiytaaminoota hedduminaan fayyadamuun barbaachisaadha.
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 334 |
| 4 | ✉️ Join 10K+ Special Channel Now
👇👇👇
┃_
┃30.9K+ - @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃19.1K+ - @Reading_PDF ©
┃_
┃15.8K+ - @Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃14.9K+ - @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃11.6K+ - @Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃9.5K+ - @Getu_Official 📖
┃
┃➡️Join All Channel 👇
┃_
👇👇👇
─╔╗───╔╗╔═╦╗
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
✉️ @hopepromotion | 261 |
| 5 | FINNISA (ACNE) AKKAMIN OFIRRAA ITTISUU DANDEENYAA?
1. Fuula ofi tuttuquu dhiisuu, keessumaa erga nyaata zayita qaban erga nyaannee booda fuula keenya qaqqabuu dhiisuu qabna.
2. Dibata fuulaa (make up) hir'isuun baay'ee gargaara.
3. Dibata baareedinaa (make up) yoo dibannu ammoo "non-comedogenic" jedhu fi kan bu'aalee zayitaa (oil) baay'ee of keessaa hin qabne fayyadamuu qabna.
4. Fuula keenya guyyaatti ala lama qulqulleeffachuun qaawwi gogaa keenyaa xuraawaa garaagaraan akka hin cufamne taasisuun finnisi akka hin uumamne gargaara.
5. Uffata boraatii (pillow) yeroo yeroon miicuu qabna. Yoo hin miicamne dafqi duraan ture fuula keenyarratti ba'ee rakkoo kanaaf nu saaxila.
6. Fuula keenya akka hin gogne taasisuudha (moisturizing)
7. Yoo shaampoodhaan rifeensa dhiqannu gara fuula keenyaatti akka hin dhufne eguudha.
8. Yoo aduu keessa deemnu waan aduu nurraa ittisu qabachuu.. fulli keenya akka hin gogne waan gargaaruuf.
9. Guyyaa guyyaan sochii qaamaa gochuun fayyummaa gogaa keenyaa fuula qofa osoo hin taane guutummaatti eeguu.
10. Bilbila harkaa yokaan moobaayila keenya fuula keenya waliin waan waltuqaa ooluuf qulqulleeffachuu qabna.
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 230 |
| 6 | ✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera | 4 |
| 7 | ✉️ Join 10K+ Special Channel Now
👇👇👇
┃_
┃30.9K+ - @Gaggeessummaa 🥇
┃_
┃19.1K+ - @Reading_PDF ©
┃_
┃15.8K+ - @Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃14.9K+ - @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃11.6K+ - @Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃9.5K+ - @Getu_Official 📖
┃
┃➡️Join All Channel 👇
┃_
👇👇👇
─╔╗───╔╗╔═╦╗
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
✉️ @hopepromotion | 359 |
| 8 | FAAYDAA SHUNKURTII DIIMAA
1). Kaansari Nurraa Ittisuuf
2). Dhiiga qulqulleessuuf
3).Cooma Balleessuuf
4). Dhibee Alargiitif
5). Hoo'a Qaamaa sirreessuuf
6). Fayyummaa onneetif
7). Dhiibbaa dhiigaatiif
8). Fayyummmaa Lafeetiif
9). Fedhii walqunnamtii saalaa dabaluf
10). Ilkaan akka hin shamneef
11). Dhukkubbii gurraatiiif
12). Furdina qaamaa sirreessuuf
14). Nyaatni akka daakamuuf
15). Dhibee Asmiitiif
16). Garaacha madaa'eef
17). Dhibee Sukkaaraatiif
18). Dhibee Utaallootiif
19). Fayyummaa Sammuu Dabaluuf
20). Hir'ina Dhiigaatiif
21). Bareeduma Gogaatiif
22). Hirriba gaarii akka rafnuuf
23). Itita dhiigaa nurraa ittisuuf
24). Vaayitamin C kan badhaadhe
25). Dhukkuba koleeraaf
26). Guddina Rifeensaatiif.
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 322 |
| 9 | 27 Hagayya 2026
Gargaarsa hubannoon namtolcheen(AI)'n baqaqsanii yaaluun sammuu jalqabaa taasifame
Nama wal'aansi baqaqsanii yaaluu taasifameefMadda suuraa,UCH
Dhukkubsataan addunyaa jalqabaa deeggarsa AI'dhaan wal'aansa baqaqsanii yaaluu sammuu taasifate.
Riyaas Hibeert abbaa ijoollee lamaa lammii UK otoo wal'aansa kana hin taasifanne taheetii qaroosaa dhaba ture jedhe hakiimni Hospitaala Yunivarsiiti Kooleejii Landan.
Meeshaan AI viidiyoo isaaf kenname xiinxaluun hakiimonni baqaqsanii yaaluu kanarratti hirmaatan akka isaan ujummoo dhiigaa dhokataa sammuu keessa jiru akka itti hin buune itti agarsiisaa gorsaa ture.
Dhiitoo sammuu keessa ture hidda dhiigaa biraatti otoo hin bu'in akka baasan gargaareera.
''Gama dhukkubsataaf gargaarsa kennuun baayyee bu'aa qabeessa. Sababiin ammoo sammuu keessa mallattoon karaa sitti agarsiisu hin jiru,'' jedhe Hiibeert.
Sammuun nama kanaa qoratamuun booda dhiitoo kaansarii hin qabne keessatti argameera.
Akkuma ChatGPT meeshaan AI kuni viidiyoon sammuu nama dhukkubsataa itti kenname jennaan tokko, tokkoon adda baasee iddoo rakkoon jiru mallattoo kaa'uun hakiimota gargaare. | 287 |
| 10 | Mallattoolee dhibee tiruu agarsiisan
(Sign of liver problems)
1. Dadhabbii garmalee (chronic fatigue),
2. Ol deebisuu ykn balaqqamsiisuu(vomiting)
3. Fedhiin nyaataa gadi bu'uu(loss of appetite)
4. Halluun bobbaa jijjiiramuu( pale stool color or bloody colored stool)
5. Halluun fincaanii gara bifa dhugaatii coca-colla tti jijjiiramuu(dark urine color)
6. Qaamni guutummaa guutuutti hooqsisuu(Itchy skin)
7. Garaan nama dhiita'uu fi dhukkubuu(Abdominal pain and swelling)
8. Halluun ija keenyaa gara keellootti jijjiiramuu(skin and eyes that appear yellowish)
.....
Kanaafuu mallattoolee kanneen kana ofirratti yoo argine daddaffiin gara buufata fayyaa deemuun ilaalamuun ni gorfama.
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 311 |
| 11 | 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritual PDF ©
┃_
┃@HamboofAroon1 🚩
┃_
┃Motivational Tips ✔️
┃_
┃@Bilchina_Sammuu 💌
┃_
┃Inspired Life 💜
┃_
┃@Kana_Beektuu24
┃_
Channelee Bohaartii
┃_
┃Kottaakolfaa 😂
┃_
┃Asoosamaafiwalaloo 📜
┃_
┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️
┃_
┃@Amharic_Proverb ✔️
┃_
┃Daily News 📊
┃_
┃BBC Afaan Oromoo 🌍 | 274 |
| 12 | ✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera | 14 |
| 13 | MOORA IJAA (CATARACT)
Moora ijaa kan jennu yeroo qarqarri leensii ijaa walakkaan yookaan guutummaatti mooraan haguugamuudha.
Mallattoolee moora ijaa
✓Dhukkubbiin osoo hin jiraatin qaroon jaamuu
✓ Ifa ilaaluu dadhabuu
✓Leensiin ijaa moora halluu gara daalachaatti harkisuun
haguugamee mul’achuu
✓Bakka ifni xiqqaan jirutti arguu dadhabuu
✓Naannoo ifaatti geengoo madda ifaatti marsee jiru (halos) arguu
Maloota ittisa dhukkuba Moora Ijaa
✓Tamboo xuuxuurraa of qusachuu
✓Hordoffii yaala ijaa yeroo yerootti taasisuu
✓Yaala dhukkuba sukkaaraa sirnaan hordofuu
✓ Golgee/kishaafa aduu ijatti kaawwachuu
✓ Nyaatawwan bu’aa kuduraafi muduraa ta’an nyaachuu
✓Alkoolii heddummeessuu dhiisuu
@Dhimma_Fayyaa | 613 |
| 14 | BUNA ☕️
Si’eessituu sammuu
Burqisiistuu yaadaa
Dhangaa jaallatamtuu
Addunyaaf araadaa.
Qorsa dhibee mukuu
Dawaa qaamaa-qalbii
Simboo Eebbaan uumee
Nu badhaase Rabbi...
Urgaa funyaan taree
Ruuhiin nama suufu
Dhugaa kan si bare
Unatee sin quufu.
Albuuda mi’ooftuu
Nu keessaa magartee
Miidhagdee qaaloftee
Aalamaaf dabarte.
Bu’uura dinagdee
Biyyaaf wabii taatee
Afrikaa, Ameerkaa
Biraaziliin baate.
'Shammattuu' doolaarii
Hammattuu mooraalii....
Marartuu faannikee
Addunyaa weerare,
Meeqatu siif sirbee
Maqaa keen geerare.
Namaaf firii laatta
Kanniisaaf daraaraa,
Guca nagaa ollaa
Yaa faajjii araaraa...
Silas gaafa sibinnu
Gatiidhaan warqii gittaa
Gaafa si gurgurannu
Nuuf hin jijjiirtuu kittaa,
Ta’us yaa suusiikoo
Ulfoo haadha sugaa,
Jiraadhu bunakoo
Jiraadheen si dhugaa! | 476 |
| 15 | CINIINNAA/HIDDAMIINSA BOFAA/Snake Bite
▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼▼
Ciniinsuun bofaa bakka lamatti qoodama. Summaawoo/kan hadhaa qabu fi kan summii/hadhaa hin qabne.
bofti summaawoon gosa irratti hundaawun summii gara garaa qaba. Summiiwwan kunis
A. " Cytotoxins": kun dhiitoo uumuu fi Tishuuwwan burkuteessa
B. "Heamorrhagens": Ujummoo dhiigaa diiga.
C. "Anti-clotting agents: Dhiigni akka hin ititne/kantarre taasisa.
D. "Neurotoxins": Qaama ni laamshessa, niiwuroonoota ni miidha
E. "Myotoxins" : Maashaa caccabsa.
Mallattoolee
Mallattooleen gosa bofaa irratti hundaawuun garaagara.
bofti summii hin qabne dhiitoo fi diimina bakka hiddame sanatti qofa fida.
Warreen summaawoo garuu:
1.ciniinnaa(madaan) bakka lama jiraachuu/two puncture wound)
2.bakki ciniiname/hiddame dhiitaúu fi diimachuu
3.bakki ciniiname dhukkubuu
bofti hundi naman dhukkubsu.fkn bofti "coral" dhukkubii hin qabu. garuu nama ajjeesuu dandaha.
4.ija namaa dura dukkaneessuu
5.balaqqamuu/haqqisiisuu fi miirri hooqqisuu namatti dhagaaámu
6.qilleensa fudhachuu/hargansuu dadhabuu
7.gororuu fi dafquu
8.qaamni keenya nu hadooduu
9. Funuunuu fi qaamni dhiiga naqachuu
10. Kalee dadhabsiisuun fincaan dhabamuu.
11. Dhiitoo qaamaatii fi hafuura fudhachuu dadhabuu.
Gargaarsa hatattamaa godhamuufii qaban
1.Bakka ciniiname/hiddame sana dhiquu.
2.Namichi bofaan hiddame akka hin sochoone/deemne ittisuu, adeemuun hadhaan sun akka dafee/saffisaan qaama keenya deemee oonnee dhaqqabu taasisa.
3.Bakka hiddame hidhuu dhiisuu. Hidhuun dhiigni qaama ciniinamee gaditti akka hin dhaqne gochuun miila ykn harka sana ajjeesuu dandaha.
4.Bakka ciniiname sana onnee keenyaa gaditti gad qabuu(fknf harki yoo hiddame harka sana gad qabuu ykn onnee keenyaa olitti ol kaasuu dhiisuu
5.saátii inni itti hiddee fi halluu bofichaa adda baafachuu/suura kaafachuu malee boficha ajjeesuu fi qabuuf yaalii godhuu dhiisuu.
6.Qoricha/daawwaa kamiyyuu hamma ogeessa fayyaa ykn mana yaalaa gaútti kennuufii dhiisuu
7.Cabbii fi waan diilalla/qorraa bakka hiddamerra kaaúu dhiisuu
8.Bakka hiddame kutanii gatuu dhiisuu
9.Uffata qaama qabee/maxxanee(tight) taée jiruu fi faaya akka warqii,qubeelaa fi kkf dafanii irraa baasuu,yoo dhiita'e irraa baasuuf nama rakkisaa waan taéef
10. Xiqqoo Yoo dhiigeef gaarii waan taheef daqiiqaa tokkoof itti dhiisaa.
10.Nama bofi hidde sana hatattamaan mana yaalaan gaúudha.
Yoo bofa tokkoon ciniinamtee fayyite farra summii sanaa qaamni kee ni oomisha.garuu bofuma sanaaf malee bofa biraatiif si hin fayyadu. Kanaaf bofni tokko bofa biraa summii isaatiin kan ajjeesuuf.
Namichi "Bill Haast" jedhamu yeroo 173 bofa of ciniinsisee ture.kana keessaa 20 ol summii kan qabanidha.kanaanis farra summii bofa hedduu uummateera. Warreen bofaan iddaman baayyeef dhiiga isaa arjoomeera.
Bofti erga du'een boodas ykn erga qaamni biraa irraa citees mataan nama ciniinuu dandaha.kanaaf of eeggadhaa.
Bofti du'e garuu hin fayyu‼ | 466 |
| 16 | 👋Hi!
🔵 Join the Best Channels below 👇
┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritual PDF ©
┃_
┃@HamboofAroon1 🚩
┃_
┃Motivational Tips ✔️
┃_
┃@Bilchina_Sammuu 💌
┃_
┃Inspired Life 💜
┃_
┃@Kana_Beektuu24
┃_
Channelee Bohaartii
┃_
┃Kottaakolfaa 😂
┃_
┃Asoosamaafiwalaloo 📜
┃_
┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️
┃_
┃@Amharic_Proverb ✔️
┃_
┃Daily News 📊
┃_
┃BBC Afaan Oromoo 🌍 | 566 |
| 17 | 🚨Akeekkachiisa jireenyaa: Madaa irratti xurii hin dabalinaa! 🚨
Guyyaa guyyaan nutis ijoolleen keenya ni kufna. Miidhamna. Garuu hawaasa keenya keessatti ammallee aadaan madaa tokkotti "madaa ni gogsa" jedhanii amanudhaan biyyee, asheeta, daakuu bunaa ykn baala magariisa itti dabaluun ni jira.
Gochi kun madaa hin fayyisu; Kanaa mannaa, akkuma dhukkuba du'aaf nama saaxilu Tetanus jedhamu kallattiin dhiiga keenyatti affeeruun balaa qaba!
🩸Biyyee dabaluu fi carraa dhukkuba teetanus
Teetanus baakteeriyaa balaafamaa biyyee, xurii fi sibiilota dafqaan guutaman keessa jiraatuun kan dhufudha.
Biyyeen Clostridium tetani kallattiin gara madaa banaa fi gara dhiigaatti geessuun miidhaa narvii hamaa fi du’a fiduu danda’a.
Akkamitti ta'a?
Biyyeen madaa irratti yommuu dibamu baakteeriyaan kun kallattiin dhiiga keessa seena. Kutaa qaamaa qilleensa hin qabne keessatti saffisaan guddachuu fi keemikaalota summii qaban ni uuma.
Balaa akkamii fiduu danda’a?
Teetanaasiin sirna narvii keenya miidhee maashaaleen qoonqoo fi jilba akka walitti qabaman taasisa, kunis "qulfii jilbaa" kan maashaalee sirna hargansuu suuta suutaan laamshessuun du'aaf nama geessa.
⚠️ Madaa gogsuuf dhiigni ofuma isaatii akka dhangala'u gochuun qilleensa qulqulluu argachuun gahaadha.
🐕Ciniinnaa saree fi tarkaanfii hatattamaa
Ciniinamuun saree dhukkuba saree maraatteef sababa guddaa kan biraati. Sareen ciniintee hospitaala deemuun dura tarkaanfiiwwan barbaachisoo ta’an kana fudhadhu:
1. Saamunaa fi bishaaniin dhiqachuu.
Madaa bishaan qulqulluu fi saamunaa yaa’uun daqiiqaa 10 hanga 15tti sirriitti dhiqachuu. Gochi kun haxxiffannaa saree fi vaayirasicha dhiqachuudhaan lubbuu namaa baraara.
2. Cimsee hidhuu dhiisuu.
Madaa sana huccuudhaan jabeessanii hidhachuun baakteeriyaan qilleensa akka dhabanii fi saffisaan akka baay’atan taasisa. Yoo dhiiguu ta’e, jabeessitee hidhuuf osoo hin taane, dhiigni akka hin baane huccuu qulqulluu suuta itti dhiibaa.
3. Hatattamaan gara yaala fayyaa deemuu.
Erga dhiqatanii booda talaallii teetanasii fi dhukkuba saree maraattee fudhachuuf gara dhaabbata fayyaa deemuun barbaachisaadha.
Madaan keenya dhukkuba kanaan qabamuu isaa akkamitti beekna?
⚠️ Madaan sun kan hin fayyine ta'us baakteeriyaan kan qabame yoo ta'e mallattoolee armaan gadii ni mul'ata:
1. Dhiita’uu fi dhiita’uu:
Gogaan naannoo madaa sanaa diimachuu fi dhiita’uu.
2. Ho’a olka’aa: 1.1.
Yeroo madaan tuqamu baay’ee ho’aa ykn ho’a qaamaa itti dhaga’amuu;
3. Dhukkubbii hammeessuu: .
Dhukkubbiin sun hir’achuu mannaa, daran hammaataa deema.
4. Urgooftuu fokkisaa.
Dhangala’aan dhangala’aa keelloo yookiin magariisaa fi dhangala’aa urgaa fokkisaa;
5. Mul’ata sararoota diimaa: 1.1.
Mul’achuu sarara diimaa madaa irraa kaasee hanga sarara qaamaatti.
✅Yeroo kunuunsa madaa godhachuu
Madaa sana hatattamaan bishaan qulqulluu fi saamunaadhaan qulqulleessuu.
✅ Erga dhiqannee booda suufii ykn huccuu qulqulluudhaan suuta dhiibnee gogsuun bifa giddu galeessa ta'een haguuguun dafqa akka hin saaxilamneef.
Waggoota 5-10 darban keessatti talaallii teetanasiin hin fudhanne ta'uu isaa sakatta'ii yoo hin fudhanne talaallii fudhadhu.
✅ Mallattoon dhukkuba kanaan qabamuu yoo mul'ate dafanii gara dhaabbata fayyaa deemuun qoricha farra baakteeriyaa ajajame fayyadamuu.
Yeroo kunuunsa madaa hin godhinaa
❌ Biyyee, asheeta, daakuu bunaa ykn baala madaa irratti dabaluu dhiisuu.
❌ Madaa yookiin sareen ciniiname huccuudhaan jabeessitee hin hidhinaa.
❌ Dhadhaa, burtukaana ykn keemikaalota balaafamaa (kan akka alkoolii fi haayidiroojiinii peerooksaayidii kanneen lubbu qabeeyyii haaraa ajjeesan) kallattiin madaa irratti hin naqin.
❌ Qoorqoorroo madaa goggogaa hin balleessinaa yookiin hin murinaa.
📌 Ergaa waliif qooduun lubbuu namootaa baraaraa!
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 623 |
| 18 | ✅ Daqiiqaa 30 booda ni balleeffama - Channelee Kanneen ariifadhaa Join Godhadhaa! 🎄 📊⬇️
┃📩 Now Speak English
┃─
┃😀 Daily Info
┃─
┃😁 Kottaa Kolfaa
┃─
┃⚽️ Football Highlight
┃─
┃❓ Kana Beektuu
┃─
┃👤 @Gaggeessummaa
┃─
┃📚 @Books_Club12
┃─
┃😄 Dinqisiisoo Addunyaa
┃─
┃💡 Beekumsa Waliigalaa
┃─
┃✍ Seenaa Oromoo
Ariifadhaa Join Godhadhaa! 👇👇
Free promotion
✍️ Contact: @Getu_Abera | 129 |
| 19 | #Forforii (dandruff) yoo qabaattan Wantoota kanaan ofirraa balleessaa!
Tooftaa 1.
Wantoota barbaachisan.
። Hinnaa daakkamaa
። Cuunfaa Loomii
Akkaataa fayyadamaa:
Hinnaa daakkamaa maankaa 5 cuunfaa loomii sinii tokkootti bukeessuun saa'aa tokkoof tursiisanii dibachuu.
Tooftaa 2
Wantoota barbaachisan
። Sooqidda/Ashaboo
። Dhangaggoo(ኮምጣጤ) Apple Cider Vinegar
Akkaataa fayyadamaa:
Sooqidda daakkamaa maankaa shoorbaa 5 dhangaggoo sinii 4tti makuun sinii tokko tokko guyyatti dibachuu.
Tooftaa 3
Wantoota barbaachisan.
። Qullubbii/Shunkurtii adii
። Damma adii
Akkaataa fayyadamaa:
Qullubbii hidda tokko guutumatti erga quuncisanii bulleessaniin booda damma adii sinii tokkootti bukeessuun sa'aatii tokkoof tursiisauu. Dabbasaa haadduun/ shiggireen haadatanii dibachuu.
Tooftaa 4.
Wantoota barbaachisan:
:: Zayita Ejersaa sinii tokko
:: Zayita Qobboo maankaa shoorbaa 5
:: Cuunfaa hargiisaa maankaa sukkaaraa Tokko
akkaataa fayyadamaa:
Makaa kanneen sadan erga wolitti makanii torbetti yeeroo 2 dibachuu. Yeeroo dibattan mataa keessan daqiiqaa 3 itti rirrigdu.
Tooftaa 5
Wantoota barbaachisan
:: Hargiisa gogee daakkame 100gm
:: Hixaana adii daakkamaa 100gm
:: Karbee daakkamaa 100gm
:: Damma Sinii 2
Akkaataa fayyadamaa:
Wantoota amma tuqaman kana afran erga wolitti maknee booda bifa dibataatiin fayyadamuu.
Tooftaa 6
Wantoota barbaachisan
:: Hulbata/Abishii dheedhii
Akkaataa fayyadamaa:
Hulbata/Abishii Maankaa shoorbaa 4 bishaan letira 1 daqiiqaa 15 danfisuun dhimbiibanii bishaan isaatiin mataa dhiqachuu.
Maloota kanneen keessaa yeeroo tokkotti mala tokkoo ol hin fayyadaminaa. Tarii mala tokko fayyadamtanii bu'aa barbaadamu yoo dhabdan torbee tokko turtanii mala isa biroo fayyadamuu ni dandeettu.
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 432 |
| 20 | Faayidaa Burtukaanaa
1. Kalee keenya irratti uumamuu dhagaa ni ittisa.
2. Hangi dhiiga diimaa qaama keenya keessaa akka dabalu ni taasisa.
3. Dhiibbaa dhiigaa keenya gadi buusa.
4. Fayyaa seelii qaama keenyaaf.
5. Utaalloo irraa dafnee fooyya'uuf
6. Dhiphachuu sammuu illee ni fooyyessa.
7. Soorata vitamin C'n badhaadhe dha.
8. Jajjabina lafee fi ilkaan keenyaaf ni gargaara.
9. Daakamuu soorataaf illee ni gargaara.
10. Dhibee onneef
11. Kaanserii nurraa ittisa.
12. Hamma kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
13. Qolli isaa immoo gogaa qaama keenyaaf gaarii dha.
14. Madaa garaa keenya keessaaf.
15. Shukkaara dhiiga keenya keessaa ni to'ata.
16. Caba_lafee nurraa ittisa.
React🥰❤️🙏
@Dhimma_Fayyaa 🩺 | 446 |
