cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Faarfannaa Ortodoksii Official Studio

Waaqayyoo sodaachuun jalqaba ogummaati Welcome togemmachis official studio gemmachis official studio is the only channel licensed for the distribution of Ethiopian Orthodox Tewahedo

Show more
Advertising posts
214
Subscribers
+124 hours
+47 days
+1330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

HAADHA КОО Gaarummaf naaf ta'aan sitti boo'uun koo Na dhageesaa laata adaraa haadha koo (2) Mana keenya keessaa an angafan ture Adda waanan ta'eef hin argannee hiree Maqaa kee waammadhee maaltu nattii hir'ata Elshaadaay ilmikee barruu koo naaf guuta Du'aaf na kennee jireenyi koo Na biraa hin hafiin yaa haadha koo Maaloo na hin gatiin barri hamaadhaa Namni haadha hin qabne jooraa dha Haati koo na deesse anaaf hin gaddituu Obbalaa koo wali qixxeeti na laltu Addaaddummaa jira anaaf ishee gidduu Sii naaf wayya Maariyaam ishee na fayyaddu Namni haadha hin qabne maaltu itti tola Jireenyisaa hunduu jalaatii fashalaa Kanaafan si waama nabiraa hin hafinii Haadha biraa hin qabuu ati na hin gatini Utun si hin qabaannee yoona maalan ta'aa Eessan lixa laataa bineensatu na nyaataa Sidhiisee hin Adeemuu na haammadhu haadha koo Da'oo bara baraa naaf ta'ii harmee koo ++++++++++++++++++++++++ https://t.me/faaruort
Show all...
Faarfannaa Ortodoksii Official Studio

Waaqayyoo sodaachuun jalqaba ogummaati Welcome togemmachis official studio gemmachis official studio is the only channel licensed for the distribution of Ethiopian Orthodox Tewahedo

Sillaaseen Ajaa’iba (ሥላሴ ትትረመም) Sillaaseen ajaa’iba hin qoratamu/2/ Sillaaseen ajaa’iba hin qoratamu Sillaaseen Ajaa’iba hin qoramu      @Ceesisa Galanni ni ta'af weedduun ni ta'aafi Hunduma kan uume sillaasee uumaafi Baroota durasi isumatuu turee Ummama marasi kabajasaaf uume      @Ceesisa Halleeluyaa jedhe kirubeel fakkaadhe Deemsa galataani Yaaredin hordofee Galatan dhiheessa akka Suraafeelini Weedduuf galata hundarraa ol-aanuni       @Ceesisa Maqaafi qaamanii waaqayyo sadiidha Tasa wal hin maku gochaanis addadha Uume jiraachisuun mootummaasatini Gonka sadi mitii Waaqa tokko inni         @Ceesisa Dugda Kirubeeliitti teessoosaa diriirse Akkeenyumaa isaas uumama calchise Baraan jiraatadha mootummaan isaatini(2)       @Ceesisa Yordaanos raggaasuun Taaboris dubbadhu Gooftummaa waaqayyo kabaja Sillaasee Kunoo yordaanositti ilmi kan mul'ate Afuurri gad bu'e Abbaaniis dubbate              °|° °|° °|° F/taa Haacaaluu Shifarraa 👇follow https://t.me/faaruort
Show all...
Sillaaseen Ajaa’iba Haacaaluu Shifarraa.mp36.92 MB
Na muude galataaf saaqee Afaan koo Na dhaabe ulfinan kunoo Gooftaa koo Maal jedheen dubbadha waa’eesaa Dibee dibatan mucaasaa Na jibbus hedduu maatiin koo Tiksituu ta'us hojiin koo Muudamaaf eenyut na yaade Waaqa koot anan barbaade Galataaf Izraan Maseenqoo Si faarsee jedhee uumaakoo Daawwitis kaasee baganaa Anis galataan siif kenna Oolmaakeef an jechan dhabe Sit'oo harkan keen na dibe Beeka beektotaa haqiira Si faarsuuf kunoo ka’eera Qooqa koo saaqe Galataaf Isa hunda uume Gooftaaf Waltajjii saarra dhaabadhe Hin quufum isa faarfadhee 👇 t.me/Galateeffamaadha
Show all...
Na muude Firaanol Moosisaa.mp34.97 MB
👍 1
ባለውለታዬ/Afaan Oromootti Abbaa Oolmaa kootii*2 Daaraa irraa na kaaste Gatamee bakkeetti Galatoomi Ati #ceesisa Balbala cufattus simi'on hammaattee Gad_qabdee na laaltus Ayhud wajjiin taatee Itti Akkan dhiyaadhu Ajaje Gooftaanii Miila isaatin dhiqa kufee imimmaaniin*2 #ceesisa Sassaabaa gibiraa yoo ta'es hojiinkoo Akkan Gadi bu'u Na Waame Gooftaankoo Kabajakoo baachuu hangan dadhabutti Iyyesuus Guutera Eebba mana Kootti*2 #ceesisa Dhagaa qabatanii Warroonni murteessan Badiikoo lakkaa"uun Gooftaaf na dhiyeessan Itti murteessite cuubbuunkoo isaanitti Bilisa na baaseen Gale mana kootti* #ceesisa Waaqan Waaqeffadhu Eyyeen beeka ani Hojii naaf hojjeteen bara Umriikooni Gateettiin kapheekoo jaalala isaa baatti Irraa Adda hin ba'u hanga dhumaatitti*2 Kan hiike:- Fta Tafarraa Baqqalaa Yohannes Abera qaddamamte
Show all...
👍 1
KALEESSA NA CEESISTEE Kaleessaa na cesistee hardhas naa faanaa jirtaa Galmee du'a kotii galaagalchitettaa Jabaataan maqaa kee na kaase gooftaa koo Situu Aannan obbaase gubbaataa laphee koo Kaayyof sagantaan koo sirattii diriree Sii na dura bunan sii tellaan hiriree Ergaan sii argadhee ulagan ni guutee Gutuu naa badhastee hundaratii motee Waa’ee maqaa ketif ormaan shirii hin galuu Sii ganee jiradhee goftaa du'aa dhiluu Si'ii dhadananon koo anaf situfaachaa Yomun sii gonfadhuu gubaan komuu gachaa Kakuun koo sii qofaa wadaan koo ini haaraa Situu naa lakofsisee barotaa araraa Maqaa koon naa bektaa bakka ani jiruu Kan sii faanaa demuu tasuma hin kasaruu. Maqaa koof joruun koo tasaa olmaa kee hin gituu Garan koo sii beekaa kan kee himee hin fixuu Situu naa filatee dandii koo mijjesee Ini siin wakkanee galatan lolasee                                        https://t.me/faaruort      
Show all...
Faarfannaa Ortodoksii Official Studio

Waaqayyoo sodaachuun jalqaba ogummaati Welcome togemmachis official studio gemmachis official studio is the only channel licensed for the distribution of Ethiopian Orthodox Tewahedo

Baafata ykn Gitsaawwee Sirna Galatoo Afaan Oromoo 👉 Share gochuun tajaajiltoota hunda qaqqabsiisaa🙏 👉 Karaa keessaa kan naaf ergameedha! Namoonni pdf barbaachisoo qabdan sinis gahee keessan bahadhaa. Karaa keessaa naaf ergaa 👉 @Galmee_Dhugaa Kitaaba biraa pdf'n argachuuf 👇👇follow taasisaa Yaada 👉 @Galmee_Dhugaa n naaf kennaa!!!!
Show all...
Baafata ykn Gitsaawwee Sirna Galatoo Afaan Oromoo 👉 Share gochuun tajaajiltoota hunda qaqqabsiisaa🙏 👉 Karaa keessaa kan naaf ergameedha! Namoonni pdf barbaachisoo qabdan sinis gahee keessan bahadhaa. Karaa keessaa naaf ergaa 👉 @Galmee_Dhugaa Kitaaba biraa pdf'n argachuuf 👇👇follow taasisaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @ceesisa.   ♨️ ╚═════════════╝ Yaada 👉 @Galmee_Dhugaa n naaf kennaa!!!!
Show all...
Baafata (Gitsaawwee) Afaan Oromoo.pdf53.44 MB
👎 2
Obsuun sodaa miti callisuun gowwumma miti wanta gootu hundaaitti yaadi
Show all...
DN Eliyaas chala maagalaa Amboo 0910469587.m4a33.30 MB
Lallaba_Afaan_Oromoo_Haaraa_Ortodoksii_Tewahido_B_s_Tasfayee_Qixxessa128k.m4a49.24 MB
(A.LALLABA KAFFIYAALEW ADDUNYAA).mp347.55 MB
%23Barumsaa_Murteetu_isaan_Eeggaata_B_saa_Dn_Haayiluu_Geetaachoo128k.m4a53.74 MB
lallabaa Guyyaa haarani_Abbaa_Naatinaa'eel(128k).m4a29.73 MB
%23Barumsaa_Murteetu_isaan_Eeggaata_B_saa_Dn_Haayiluu_Geetaachoo128k.m4a53.74 MB
Taologos_EOTC_Television_Program_Liyu_Ye_Tensae_Program_Part_2128k.m4a47.27 MB
Yoo Tureyyuu Waaqayyoon Kan Dursu Hin Jiru(MP3_70K) (1).mp347.96 MB
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.