en
Feedback

Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels 👉 If you want to see the tag, subscribe

Riyo Shafi

Riyo Shafi

Open in Telegram

1ff Gafii App 2ff Gafii Viizaa 3ff G Passport 4ff Yadaa kesan

Show more
9 955
Subscribers
No data24 hours
-127 days
+2330 days
Posts Archive
📢 BEKSISA HOJII HATATTAMAA Hojii Arfataa Dhiiraa fi Dubartoota Afaan Beekaniif 📅 Guyyaa: November 19 1. Dhiiraaf – Dubai 🇦
📢 BEKSISA HOJII HATATTAMAA Hojii Arfataa Dhiiraa fi Dubartoota Afaan Beekaniif 📅 Guyyaa: November 19 1. Dhiiraaf – Dubai 🇦🇪 Dhiironni moofaa (MOFA) Embassy qabanis ta’e hin qabne, gara Dubai deemuu kan danda’an, yeroo muraasa keessatti imaluuf carraa hojii qabu. 2. Dubartootaaf – Saudi Arabia 🇸🇦 Dubartoonni Afaan Arabaa beekan gara Saudi Arabia deemuu danda’u. Carraan hojii kun hatattamaadha. 📲 Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa WhatsApp kanaan nu qunnamaa: WhatsApp: 0917867236 🙏 Dhiifama guddaa! Namoonni WhatsApp irratti nu qunnamtanii deebii eegaa turtan, yeroo muraasaaf online waan hin turreef dhiifama guddaa isin gaafanna. Amma deebi'ee isinif deebisuuf qophiidha. Erraa debii nudubisa Galatoomaa!
19 Nov, 09:37

📢 BEeksisa hojii Oman Hojii Dhiirtaa Oman – Motorii Delivery Hojii dhiirtaa Oman keessatti motorii ofuun nyaata hotel irraa
📢 BEeksisa hojii Oman Hojii Dhiirtaa Oman – Motorii Delivery Hojii dhiirtaa Oman keessatti motorii ofuun nyaata hotel irraa fuudhanii bakka barbaadame geessuu dha. Ulaagaalee hojii kanaa: 1. Nama Afaan Arabiffaa ykn Afaan English beeku ta'uu dirqama. 2. Nama dandeettii motorii oofuu qabu ta'uu dirqama. Ulaagaalee kana kan guuttan nu qunnamaa. 📱 WhatsApp: 091 786 7236 📍 Biyya: Oman
15 Nov, 08:42

10 Nov, 06:53

Namotaa barbadan hudaaf
06 Nov, 12:43

✈️ BEELLAMA! Addis Ababa irraa gara Oman 🇴🇲 November 17 Ticket barbaaddan, hatattamaan karaa WhatsApp nu qunnamaa. 📞 Whats
✈️ BEELLAMA! Addis Ababa irraa gara Oman 🇴🇲 November 17 Ticket barbaaddan, hatattamaan karaa WhatsApp nu qunnamaa. 📞 WhatsApp: 0917867236 Galatoomaa!
06 Nov, 07:11

Abdo Kalil Kumsa Mustajeb Gidi Abagero Ijoolleen Jimmaa woliif qodaa barbaadaa. Ijoolleen kunniin lamaan viizaan bahee, ticket murachuuf jedhanii dhabaman jedhamuun himameera. Hatattamaan karaa comment fi warri lakkoofsa koo qabdan ergaa deddeebiin karaa WhatsApp nu qunnamaa. Galatoomaa.
05 Nov, 15:41

photo content
05 Nov, 15:41

photo content
05 Nov, 15:41

Namni dhiiraa fi shamarran Afaan hin beekne fudhatan hin jiru, gonkumaa. Kanaafuu, Visa Saudi Arabia irratti dhiiraafis ta’e dubartoota Afaan hin beekneef na hin gaafatiinaa. Gama biraatiin, rakkoo sirna Saudi Arabia irratti gaaffii qabdan, viidiyoo waraabeen jira. Viidiyoo kana caqasaa irraa hubadhaa. 3. GAMA HOJII BIROOTIIN – DHIIRA DUBAI DEEMUU FEDHANIIF Namoota dhiiraa gara Dubai deemuu fedhii qabaniif Visa baasuu nan danda’a. Ulaagaa kana nama qabu qofaaf: 1. Police Clearance xumuratee qabaachuu. 2. Embassy Dubai irraa chaappaa dhofsifatee qabaachuu. 3. Mofa qabaachuu (nama Mofa qabu jechuu dha). Nama Mofa qabuuf Visa baasuu ni danda’ama. Yoo Rabbiin jedhe daftanii deemuu dandeessu, Inshaa Allah. Dhiironni Mohammed Embassy qabdan, kan Visa qofa barbaaddan, karaa WhatsApp na dubbisaa; Mofa keessan ergaa. 4. GAMA SHAMARRANII Yoo deebinuu, ammaaf shamarran Afaan hin beekne hin barbaadu. Shamarran duraan biyya Arabaa keessatti hojjetanii beekan gara Kuwait fi Saudi Arabia Visa argachuu ni danda’u. Garuu ani nama “guyyaa lama keessatti siif xumura” jedhu hin barbaadu. Visa kee ergamee, yoo filatamte, waan barbaachisu hojjetamee xumuramee deemuu dandeessa. Garuu nama “torban keessatti na geessi” jedhu hin barbaadu. 5. GAMA DHIROOTAA – OMAN Gama dhirootaatiin Oman deemuun jira. Garuu Xalabaa ykn Kontoraataa osoo hin taane, Free Visa keessatti. Namni Medical qabu baay’ee filatamaa dha. Dafee bahuu fi fedhii Rabbii ta’een deemee hojii seenuu danda’a. Waraqaan hundi achitti jijjiirama, Inshaa Allah. --- ULAAGAAWWAN KANA GUUTTAN, KARAAN WHATSAPP NU QUNNAMAA. 📲 WhatsApp: 0917867236 🙏 Galatoomaa. Rabbiin waan gaarii isin haa milkeessu!
03 Nov, 16:55

📢 BEKSISA BARBAACHISAA – DHIMMA VISA, HOJII FI GAAFFIIWWAN KEESSAN Dhimma Visa, hojii fi gaaffiiwwan keessan irratti nuuf er
📢 BEKSISA BARBAACHISAA – DHIMMA VISA, HOJII FI GAAFFIIWWAN KEESSAN Dhimma Visa, hojii fi gaaffiiwwan keessan irratti nuuf ergaa. Hubannoo isiniif qabuun isin gargaaruu nan danda’a. Gabseen isinif barreessa! Akkuma beekamu, ji'a tokkoo ol dhukkubsadhee ture. Hamma Allahamdulillaah fayyaa jira. Gama hojii fi gaaffiiwwan namootaa baay’ee walitti qabamaniif deebii kennuu fi waliif qooduu irratti deebi’eera. 1. GAAFFII NAMAA TOKKO: POLICE CLEARANCE QABDAA? NUUF BASI JEDHU Police Clearance yeroo ammaa sirna EL-MIS irratti isiniif baasuun ture. Garuu sirnichi addaan citeera; hojiin isaa hin jiru. Ani gama kootiin Police Clearance guutumaan guutuutti dhiiseera. Hanga sirni kun sirraa’utti, gaba biraatiin of eeggadhaa. Police Clearance amma hojjetamaa jiru jechuun namni isinitti himu yoo jiraate, guutumaan guutuutti of eeggadhaa. 2. DHIMMA SAUDI ARABIA Gama Saudi Arabiaatiin, ani dhiiraaf Visa baasuu hin jiru karaa kiyyaan.
03 Nov, 16:55

📢 BEKSISA HOJII DUBAI! 🇦🇪 Dhimma hojii ilaalchisee, yeroo ammaa kana karaa kamiinuu namoota hojii barbaadaniif carraan hoj
📢 BEKSISA HOJII DUBAI! 🇦🇪 Dhimma hojii ilaalchisee, yeroo ammaa kana karaa kamiinuu namoota hojii barbaadaniif carraan hojii guutuun hin jiru. Garuu, namoonni Dubai deemuu barbaaddan, Police Clearance fi ragaa Embassy barbaachisaa ta’e kan qabdan, carraa hojii argachuu dandeessu. 📲 Odeeffannoo dabalataa argachuuf WhatsApp irratti nu qunnamaa: 0917867236 ❌ Namoonni ragaa kana hin qabne yeroo ammaa kana hin simannu. Hubachiisa: Namoonni ulaagaalee barbaachisoo guuttan qofa nu qunnamaa!
02 Nov, 14:57

Saudi Arabia deemuf, sababa ticketii cituu hafeef sababa kana hubadhaa.
01 Nov, 04:22

🚨 AKEEKKACHIISA! AKEEKKACHIISA! 🚨 Bahrain keessatti shamarran keenya irratti saamichi raawwatamaa jira. Hatattamaan waliif qoodaa! Odeeffannoo kana namoota biraan gahaa!
31 Oct, 14:11

🚨 POLICE CLEARANCE 🚨 ⚠️ ERGAAN HAARAA FI OF-EEGGANNOO HATATTAMAA! 📢 Odeeffannoo haaraa fi akeekkachiisa hatattamaa. Hubadhaa, of eeggadhaa, odeeffannoo sirrii hordofaa!
30 Oct, 15:12

Oduu Oman – October 30 | Boolee Airport Har’a ganama irraa eegalee namoonni 80 ol deebi’uu isaanii ilaalchisee yaaddoon gudda
Oduu Oman – October 30 | Boolee Airport Har’a ganama irraa eegalee namoonni 80 ol deebi’uu isaanii ilaalchisee yaaddoon guddaan uumamee ture. Namoonni hedduun, “Omoon hin cufamnee moo?” jechuun sodaa fi shakkii guddaa keessa turan. Haa ta’u malee, hanga ammaatti odeeffannoo argameen, rakkoon uumame sirna QR Code hojjechuu diduu irraa kan ka’e malee, sababni biraa akka hin jirre hubatameera. Sirni kun guyyoota muraasa dura illee yeroo tokko rakkoo kanaan wal fakkaatu uumee ture. Har’as rakkoon sirnichaa mudachuu isaatiin namoonni ganama irraa eegalee Boolee Airport turan hedduun yaaddoo keessa galaniiru. Kanaafuu, namoonni hundi odeeffannoo sirrii argachuuf tasgabbaa’uu qabu.
30 Oct, 15:04

📢✈️ VISA OMAN 🇴🇲 🌟 VISA OMAN XALABAA? Namoonni Visa Oman argachuuf qophii taatan, odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa W
📢✈️ VISA OMAN 🇴🇲 🌟 VISA OMAN XALABAA? Namoonni Visa Oman argachuuf qophii taatan, odeeffannoo dabalataa argachuuf karaa WhatsApp nu qunnamaa. 📲 WhatsApp: 0917867236 ✅ Odeeffannoo dabalataa ✅ Gorsa adeemsa Visa Oman ❌ GARA BIRAA HIN KESUMMEESSIN! 📞 Har’a nu qunnamaa! ✈️🇴🇲
19 Oct, 13:32

📢 BEEKSIISA VISA OMAN 🇴🇲✈️ Namoota VISA OMAN barbaaddaniif! ✅ FREE VISA OMAN 📲 WhatsApp: 0917867236 ❌ Gaaffii biraa hin k
📢 BEEKSIISA VISA OMAN 🇴🇲✈️ Namoota VISA OMAN barbaaddaniif! ✅ FREE VISA OMAN 📲 WhatsApp: 0917867236 ❌ Gaaffii biraa hin keessummeessinu.
19 Oct, 12:59

Shamarreen kun maal jedhaa jirti? Saudi Arabia Jidah Makka Madina 0911289096 WahstApp
18 Oct, 09:09

Kanaafuu, miidhaa ummataa irraa akka of eeggatan jechuun barbaadaa. 🙏 🚨
18 Oct, 08:36